Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

Qabtiilee kutaan Barnoota galma xiyyeefannoon irrattii hojjachu qabu

1 Haala Hirmaanna Sagantaa irrattii hordoffii gochuu.

A.heeyyaman Hafe

B. Heeyyama Malee hafe

C.Yeroo kabaaju

2 Haala hordoffii Barnoota Oolmaa dabaree

A .barnoonni baratame.(Guyyaa qabxii 1fi galgalaa qabxii 1)

B. Barnoonni miseensa haaraa keenname

C baa'ina miseensa haaraa barnoota guyyaa sana baratanii

D Marsaa barnoonni guyyaa sana miseensa haaraa sanaaf kenamee.

E. Shaakalliin taasifame.

3.gaafiin barnoota irrati gaafatamee deebii hin argatin yoo jiraate

4. Baayina Miseensa sagaanta iddile jimaata irrattii shakkalchisuu karoorfachu.

A.Utuuba qabxii eeguu,sirreefamnii yoo jiratee kennu

5. Galmoota Daa'iman qabaanif haala barnoonni itti kennamaa jiruufi harcaatiihordoffuu

6.Gabaasa torbee qulqullinnaan yeroodhan gabaasuu fi kutaa barnoota konyaa tiif bilbilaan gabaasaa
kennuu.

You might also like