Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

Hagayya 10 Bara 2015

Waliigaltee kiraa Manaa


Waliigaltee kenaan ………… 1ffaa Obbo Malkaayee G/Silaasee (Lammumma Itiyoophiyaa) fi 2ffa. Adde Wayinisheet
Ayyalaa (Lammumma Itiyoophiyaa)
Teesoon:- Bulchinsa magaala Gelam Gondo Galan
Waliigaltee Fudhataan ……. Obbo Namarraa Dhaabaa (Lammumma Itiyoophiyaa)
Teesoon:- Magaala Finfinnee Ku/Magaalaa A/Qaallittii Aanaa 7 L/Manaa 1326
Nuti waliigaltee kennittuun mana maqaa bakka buufattoota koo 1ffaa. Obbo Malkaayee G/Silaasee fi Adde
Wayinisheet Ayyalaa galmaa’ee Magaala Galaan Ganda Galaan Keessattii lakk. Kaartaa BMG/7 & 8/2001 Guyyaa
22/02/2008 tiin kan argamu irratti mana daldalaa ijaaramee jiru Obbo Namarra Dhaabaatiif ji’aan qarshii
9,000.00(Kuma Sagal)tti Hagayya 23 bara 2015 irra hanga Hagayya 23 bara 2016 tti Wagga Tokkoof (1)
kanan kireesseef yoo ta’u bu’uura waliigaltee kanaatiin kanfaltii dursaa kan ji’a jahaa Qr. 54,000.00(Kuma
Shantamii Afur) fudhadhee kireessera. Haftee kanfaltii erga kan ji’a jahaa akkuma xumurameen booda akka naaf
kanfalan waliigallee jirra. Waliigaltee kennaan bu’uura waliigaltee Kanaan mana ijaaramee haala gaarii irraa jiru
waliigaltee fudhatuu harkaan geheera.
Waliigaltee kennaan wamtoota waliigaltee fudhataa jrra gahan hundaaf haguuggii seeraa ni taasisaa. Kireeffataan
mana daldalaaf ta’u baasuun kireeffataan hayyama daldalaa baasuun kanfaltiiwwan mootummaa fudataan akka
kanfalu waliigallee jirra.
Waligalitee fudhataan gatii mana ijaaramee jiru ji’aan Qarshii 9,000.00(Kuma Sagal) Kanaan kireeffadhe yoo ta’u
kanfaltii dursaa kan ji’a Jahaa(6) Qr. Qr. 54,000.00(Kuma Shantamii Afur) nagahee walii galtee kanaatiin
waliigaltee kennaaf kanfaleera. Kireeffataaniis mana kireeffatan wanta kireeffataniif qofa oolchuu fi haala gaariin
qabuun dirqama ta’u.
Waliigalitee kennaan mana kireesse osoo yeroo waligaltee hin dhumiin yoo gad lakkisuu barbaadde yeroo
waligaltee osoo hin dhumiin dura ji’a Lama dursee waligaltee fudhataa beeksisuuf dirqama qaba. Waligaltee
fudhataaniis yoo barbaade ji’a Lama dursee beeksisuuf dirqama qaba. Baasii waliigaltee kana raawwachiisuuf bahu
waliigaltee kennaadhan kan huwwifamu ta’a.
Waligaltee kun bu’uura S/H/H/Lakk. 1678/1731/1775 kireessaa fi kireeffataa gidduuti kan gaggeeffameedha
akkaata waligaliitee Kanaan qaamni waliigaltee kana diiguuf yaale qama waliigaltee kabajeef qarshii
1,000.00(Kuma Tokko) fi Mootummaaf kuma 1000.00(Kuma Tokko) kanfalee waliigaltichi itti fufa seera
durattis ni ragga’a.
Nuhiis kan armaan gadiitti ragoota jedhamee tarraa’e waliigaliitee fudhataa fi kennaan yoo wali mallateessanni fi
qarshii walharkaa fudhaan arguu keenya mallatto keenyaan mirkaneessin

Maqaa fi Mallattoo Waliigaltee Kennaa/tuu Maqaa fi Mallattoo waliigaltee -Fudhataa

…………………………………………… ………………………

………………………………………….. ……………………….

Maqaa fi Mallattoo Ragootaa


1. Obbo Getaachaw Warquu ……………………

2. Obbo Zallaqaa Makkitee …………………….

You might also like