Kallattii Qophii Baajata 2016

You might also like

Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 30

Amajji 2015

Fuula 0
Qophii Karooraa fi Baajata Bara 2016
1. Seensa
Manneen Murtii Oromiyaa karoora hojii isaanii kan bara 2015 sirna karooraa bu’aa irratti
xiyyeeffateen qopheeffatanii hojjechaa jiru. Karoorri kunis maddi isaa karoora Manneen Murtii
Oromiyaa waggoota itti aanan itti fufiinsaaan hojiirra oolee jijjiirama yeroo gabaabaa, giddu
galeessaa fi kan yeroo dheeraa akka Manneen Murtiitti galmaa’uu qabu adda baasee kaa’eerraa
waraabamee qophaa’ee kan hojiirra oolaa jiru dha.

Haaluma kanaanis jijjiirama akka qaama Abbaa Seerummaa Naannoo keenyaatti eegalame sirnaan
lafa qabsiisuuf sirna karooraa eegalame (KBIX) waliin baajatni Manneen Murtiis haalli itti
qophaa’u, qoodamu, ramadamuu fi bulfamu sirna baajataa bu’aa irratti xiyyeeffate (BBX) akka ta’u
hojjechuu gaafata. Kunis bu’aalee adda bahanii karoorfaman galmeessuuf hojiilee, sagantaalee fi
pirojektoota raawwatamuu qaban waliin qabsiisuun baajata barbaachisu qopheessuu, qooduu fi
ramaduu akkaatuma sanaanis hojiirra oolchaa hojjechuun sirna karoorichi barbaadu dha. Keessattuu
waggootan gara jalqabaa hojiirra oolmaa karoora waggaa kudhanii Manneen Murtii kana keessatti
hojiin hojjetamuu fi sochiin taasifamu raawwii KW 10 tiif bu’uura ta’a. Haalli qophii, ramaaddi fi
bulchiinsa baajataas kanuma kan tilmaama keessa galche ta’uu qaba.

Gama biraatiin harcaatiiwwan hojii irra oolmaa fi bu’a qabeessummaa qophii fi bulchiinsa baajata
bara darbe turan fooyyessuudhaan kallatiiwwan caalmaatti bu’a qabeessa tahuun danda’amu irratti
xiyyeeffatamee karoora hojii keenyaa kan itti aansee sadarkaa hundaatti qophaa’u waliin qophii fi
bulchiinsi baajataa bu’aa karoorfame galmeessuu irratti xiyyeeffatee geggeeffamuu qaba.
Bu’uuruma kanaan qophiin baajataa Manneen Murtii Oromiyaa kan bara 2016 kutaalee, tartiibaa fi
kallattii itti aanu hordofee geggeeffamuu qaba.

Fuula 1
Kutaa I
2. Haala Waliigalaa Qabiyyee Qophii Karooraa fi Baajata
2.1. Seensa
Kallattiiwwan karoora bu’aa irratti xiyyeeffateen sochii fi raawwiin gurguddoon Manneen Murtii
godinichaa kan bara 2015 maal akka fakkaatu gabaabinaan ibsama. Cuunfaa gamaaggama raawwii
darbee kana bu’uureffachuun kallattiin xiyyeeffannoo karoora hojii fi bu’aaleen eeggaman kan bara
2016 Manneen Murtii godinichaa haala waliigalaa baajata gaafatame waliin qabsiisuun ni ibsama.
/hanga fuula sadii hin caalle/

2.2. Ergama, Mul’ataa fi Dudhaalee

Ergamnii fi mul’atni, duudhaaleen Manneen Murtii godinichaa bifa waliigalaan akkaataa labsii
Manneen murtii fi karoora tarsiimoo waggaa kudhaniin gabaabbatee taa’a.

2.3. Haala Raawwii Hojii fi Baajata Bara 2015


Haala karooraa fi baajata Mana Murtichaa kan bara 2015 ilaalchisee raawwii keessatti hanqinoota
ykn harcaatiiwwan muudataa turan, /hanga fuula lamaa/

2.4. Xiyyeeffannoo Mana Murtichaa Bara 2016


Karoora BIX hordofuun karoorrii fi qophiin baajataa bal’inaan dhi’aatu akkuma eegametti tahee,
dhimmootni ijoo fi xiyyeeffannoo addaan sirna qophii baajataa keessatti ilaalamuu qaban, sadarkaa
aanaa fi ol’aanaatti adda bahee gabaabbatee haa ibsamu. /hanga fuula sadii/

Fuula 2
Kutaa II

3. Bu’aalee, Sagantaa, Pirojektii, Hojiiwwan Gurguddoo ykn Tarkaanfiiwwan, Gaaffii


Baajata Bara 2016
Bifa waliigalaan akka Mana Murtichaatti kallattii xiyyeeffannoo bara baajataa 2016 fi bu’aalee adda
bahanii karoorfaman milkeessuu waliin wal-qabatee baajatni Mana Murtichaaf barbaachisu haala
qabatamaa jiru giddu-galeessa godhachuun bifa madaalawaa ta’een uunkaalee fi tartiiba isaa eegee kan
dhi’aatu ta’a.

3.1. Baajata Idilee Marmaartuu

A. Qophii Miindaa
1. Qophiin miindaa Abbootii Seeraa fi Muudamtootaa bara 2016 Bu’uura Gumii Bulchiinsa
Abbooti Seeraa Oromiyaa Yaa’ii idilee 179 ffaa gaafa guyyaa 05/05/2012 tiin Qajeelfama
Fayidaa mana jireenyaa fi yaalumsa abbootii seeraa fi Muudamtoota Mannen Murtii
Oromiyaa, Lakk. 10/2011 Murteesse haaluma bara 2015 raawwatameen kan itti fufu
ta’ee ,kan Yaalumsaa fi faayidaa Mana jireenyan walqabtee akkaataa qajeelfama Gumii
Bulchiinsa Abbooti Seeraa Oromiyaa Yaa’ii idilee 196 ffaa amajjii 6,2014 gaggeessen
qajeelfama faayidaa mana jireenyaf yaalumsa aabbootii seeraa fi Mudamtootaa Manneen
Murtii oromiyaa Lakk.10/2012 fooyyessuuf bahe,qajeelfama lakk.14/2014 ilaalamuu qaba.
Dabalatanis Abbootti seera fi Mudamtootaa Iskeel miindaa 2016 tti argatan adda baasun
xiyyeeffannon ilaalamu qaba.
2. Dhimmoota qaxara haaraa, guddina sadarkaa fi shallaggii hojjettoota mootummaa ilaalchisee
Qajeelfama Raawwii hooggansa Qabeenya Namaa Manneen Hojii Manneen Hojii
Mootummaa Naannoo Oromiyaa irra deebiin fooyyessuuf bahee lakk.24/2015 bu’uura
godhachuun kan karoorfamu ta’a.
3. Karoorri humna namaa ifatti jiraachuu qaba,
 Humni namaa haaraan karoorfamu bakka murteessa fi hojii ijoo irratti (Yoo dirqama
Barbaachisa ta’e qofa) ta’uu qaba.
 Hojiirra oolmaa labsiilee haaraa waliin baayyina Abbaa Seeraa fi Ofiisara Seeraa,
 Dhimmootni iskeelii, guddina sadarkaa kallattii karoora bulchiinsa humna namaa irraa
kennamuun raawwata,

Fuula 3
 Dhimmi jijjiirraa humna namaa(Manneen Murtii aanaa gara MM aanaatti ) jiru baay’ina
hojii jiruun walsimsiisuu irratti akkaataa komii baroota darbanii furuu danda’uun
xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba.
 Sochiin galmee giddu galeessa waggaa sadii fi humni abbaa seeraa fi ofiisara seeraa jiru
Mana Murtiin adda bahee haa dhiyaatu.
Uunkaa 01: Cuunfaa Baayyina hojii fi Humna Namaa kan Agarsiisu

L. Maqaa Giddu Dhaddacha AS fi Mudamtoota amma jiru Ibsa


MMA fi Galeessa Dhaabbii (baajata banaa jiru dabalatee) Biraa
MMO Galmee
AS OS ON AI WG
W.3
1.
2.
3.
4.
5.
6.
7.
8.
9.
10.
11.

Fuula 4
Qophii Miindaa ykn Faayidaa Namoomaan wal-qabatan Ilaalchisee;

 Kan MMO RBM 7 excel dhaan qophaa’a; gaaffiin haaraan dhuma irratti adda bahee kaawwamee dhi’aata;

Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Biiroo Maallaqaa fi Misooma Dinagdee Karoora baajata miindaa fi durgoo Mana Murtii Ol'aanaa ___________ kan bara
2016
Kutaa
Mana hojii hojii
mootummaa mata (mata
Naannoo Godina duree G.aanaa duree Piroojeektii
Maqaa Oromiyaa M.M.W.Oromiyaa
Koodii o4 122 o1 ooo
Mana Murtii Ol'aanaa Godina _______________________________
Faayidaa Kiraa

Garaagarummaa
Manaa fi Geejibaa
Gitaa hojii Baajata Miindaa Bara 2015 Baajata Miindaa Bara 2016 Bara 2016

+(-)

Faayidaa

Faayidaa
Kan Ji'aa

Kan Ji'aa
Waggaa

Waggaa

Waggaa
Sadarka

Sadarka

Ji'aa
Kan

Kan
KoodiiW/Gita
TL Waamama hojii Maqaa
I. Waajira Pireeziidaanti

Garee

Garee

 Kan Manneen Murtii Aanaa unkaalee itti aanan fayyadamuun qophaa’a,

Uunkaa 02: Qophii Baajata Miindaa MMA Humna Namaa Hojiirra jiru (MMA __________)

Fuula 0
L. Maqaa Gita Sadarkaa Ibsa Miindaa 2015 Miindaa 2016
Hojii haala Kan Kan Kan Kan Garaagarummaa Sababa
Ramaddii ji’aa Waggaa ji’aa Waggaa waggaa garaagarummaa
Adeemsa Hojii / Garee …… …X
1.
2.
3.
Adeemsa Hojii /Garee ……… X
4.
5.
6.
Adeemsa Hojii /Garee …. X
7.
8.
9.
Qopheessaa Maqaa ______________________________________ Mallattoo ____________

Fuula 1
Uunkaa 03: Qophii Baajata Miindaa MMA Yeroo Baajatni kun Qophaa’u Baajatni Qabamee
Banaa Jiru (kan bara 2015 baajatni qabamee hanga ammaa banaa jiru) (MMA ________)

L. Gita Hojii Sadarkaa Miindaa 2015 Miindaa 2016


Kan ji’aa Kan Kan ji’aa Kan
Waggaa Waggaa

1.
2.
3.

4.
5.
Qopheessaa Maqaa ______________________________________ Mallattoo ____________

Uunkaa 04: Qophii Baajata Miindaa MMA Gaaffii Haaraa Bara 2016 (MMA __________)

L. Gita Hojii Sadarkaa Miindaa 2016


Kan Ji’aa Kan Waggaa
Adeemsa Hojii / Garee …..X
1.
2.
3.
Adeemsa Hojii /Garee …. X
4.
5.
Qopheessaa Maqaa ______________________________________ Mallattoo ____________

Fuula 0
Hubachiisa: Qophii Miindaa fi Faayidaa Namoomaa kana Keessatti

 Kan olitti ibsame (Uunkaan 02, 03 fi 04) fakkeenya kan MMA ta’ee kan MMO bu’uuruma
kanaan qophaa’a.
 Uunkaaleen kunneen excel dhaan qophaa’u. Faayidaaleen biroo miindaan ala jiranis bu’uuruma
kanaan qophaa’u, (6121, 6116)
 Adeemsi hojii ykn gareen hojii tartiiba caasaa irra jiru hordofee qophaa’a,
 Sirrummaan Uunkaa Mallattoo fi Chaappaan mirkanaa’uu qaba, chaappaa fi mallattoo yoo hin
qabaanne fudhatama kan hin qabne ta’uu gamanumaa beekamuu qaba.

Fuula 1
B. Qophii Baajata H/Adeemsisa

 Uuffata seeraa ilaalchisee akkaataa Qajeelfama sirna naamusaa fi hojimaata dhaddachaa Manneen Murtii Oromiyaa lakk.
16/2014 tiin gulaantaa 6211 irratti kan karoorfamu ta’aa.

 Akkaataa Qajeelfama Faayidaalee Hooggantoota Abbootii Seeraa fi Muudamtoota Manneen Murtii Oromiyaa lakk. 18/2015
tiin faayidaan durgoo jijjiirraa bakka bakkaa, Bittaa fi tajaajila bilbilaa, durgoo geejibaa Hooggantootaa, Abbootii seeraa fi
Muudamtootaa gumii fooyya’ee jiruutiin baajanni barbaachisaan gulantaalee dhimmi kun irraa raawwachuu danda’uun adda
bahee kan karoorfamu ta’aa.

 Gosa meeshaa barbaachisuu, baayyina isaa, gatii tokkoo, fi gatii waliigalaa sirnaan adda baasanii kaa’uu ykn karoorsuu

Uunkaa 05: 6211 (Uffataalee adda, uffataalee, hucuuwwan ciisichaa kkf),

Lak. Maqaa Hojjetaa Gosa Meeshaa Saf. Baayy. Gatii tokkoo Gatii Waliigalaa
ykn Gita Hojii Qarshiidhaan Qarshiidhaan
1.

Ida’ama

Fuula 2
2.

Ida’ama

Gaaffii Baajataa Bu’aalee Eeggamanii Waliin Dh’eessuu: Bu’aaleen battalaa adda bahanii tarreeffamu, bu’aalee karoorfaman
galmeessuuf hojiileen gurguddoon, tarkaanfiiwwan tarsiimowaanii fi sagantaawwan ni tarreeffamu,

Uunkaa 06: Uunkaalee Fakkeenya 1ffaa;

Bu’aa Battalaa Hojiilee Gurguddoo /Tarkaanffiiwwan Herrega Baajata Barbaachisu Gulantaa


/Sagantaa Baajataa
BB 1.1. Seeraa /Haqaa- 1. Dhimmoota digamanii fi Fooyya’ani irratti shayii, bunaa fi kkf x X x X guyyaa x = x 6271
qabeessummaan qorannoo gaggeessun bu’aa isaa irraatti
Murtiiwwanii fi Tajaajila hubannoo ummuu.

Fuula 3
abbaa Seerummaa 2. Murtiilee barsiisoo adda baasuun ykn calaluun Jildi murtii barsiisoo X Qar = *** 6253
Dabaleera maxxansuu fi raabsuu,
3. Waltajjii marii seerota falmisiisoo irratti shayii, bunaa fi kkf x X x X guyyaa x = x 6271
qopheessuun AS waliin geggeessuu
BB 1.2. 1. Dandeettiin Abbootii Seeraa itti fufiinsaan AS x X x guyyaa x = x 6231
Tilmaamamummaan ijaaruu; leenjiin, barnootaan;, kennu OS x X x guyyaa x = x
Murtii fi shayii, bunaa fi kkf x X x X guyyaa x = x 6233
Walfakkeenyummaa 2. Abbootiin seeraa murtiiwwan hiikni seeraa Baasii shaayii fi bunaa, afeerraa laaqanaa, 6233
Hiikoo Seeraa dirqisiisaan irratti kennaman hordofanii murtii x X x = x
Fooyya'eera, akka kennan murtiiwwan akkasii dhiyeessuu fi
hubannaa akka argatan taasisuu;
BB 1.3. 1. Sababoota dhimmoota qajeelfamaan gad Guyyaa x X xX x = x 6271
Madaalamuummaa deebi’ani irratti xinxaala gaggeessun hubannoo Baasii kiraa galmaa X guyyaa x = x 6271
Adeemsa Falmii Cimeera. uumuu

2. Seerota, dambiilee fi qajeelfamoota haaraa shayii, bunaa fi kkf x X x X guyyaa x = x 6271


irratti leenjii fi marii taasisuudhaan hubannoo
gahaa uumuun hojiirra oolchuu,

BB, 2.1. 1. Meeshaalee teeknoolojii dhaqababummaa 6313


Dhaqababummaa mirkkaneessan xiyyeeffannoon ilaalu.fkn
Tajaajila Abbaa (VK,QMS, tuqii argii…)
Seerummaa Fooyya'eera 2. Dhaddacha dhaabbii tokko gurmeessuun Top-Up AS nama lamaa (x X 2X x = x 6116

Fuula 4
hojjechuu.
3. Fotokoppii 1, Kompitera disc-top 1 fi Pirinter Meeshaalee TQO dhaddacha dhaabbii kanaaf 6313
1…. barbaachisu 3 = x

Uunka 07: Uunkaalee Fakkeenya 2ffaa;

Bu’aa Battalaa Hojiilee Gurguddoo /Tarkaanffiiwwan Herrega Baajata Barbaachisu Gulantaa


/Sagantaa Baajataa
BB 4.1: Iftoominaa fi 1. xiyyeeffate akka kennamu dandeettii fi
Hirmaachisummaa Bulchiinsa hubannoo cimsuuf leenjii fi waltajjii Ogeessa xX x X x = 6231
Keessoo MM Fooyya'eera muuxannoo waljijjiiruu qopheessuu fi
raawwachuu,
BB. 4.4: Dandeettiin 1. Leenjii dandeettii koomunikeeshinii AS x X x X guyyaa x = x 6231
Odeeffannoo fi hooggansaa fi ogeessaa cimsan qopheessuun OS x X x X guyyaa x = x
Koomunikeeshiinii MM kennuu, shayii, bunaa fi kkf x X x X guyyaa x = x 6233
Cimeera, 2. Maashina footoo koppii gudda lama Maashina x X x = x 6311
guuttachuu,
BB 4.8. Dandeettiin Hordoffii 1. Koree ijaaruudhaan Marsaa lama hordoffii Guyyaa x X nama xX x X marsaa x= x 6231
fi Madaallii fi Gabaasa geggeessuu, Guyyaa x X nama x X x X marsaa x = x 6231
Raawwii Karoorichaa Bu'aa Boba’aa litira x X x= x 6271

Fuula 5
irratti Xiyyeeffate Cimeera,

Hubachiisa;

 Uunkaan armaan olii kun karoora hojii fi baajata gulantaa herregaa 6231, 6232, 6233, 6217, 6251,6252,6253, 6271,
6313 ,6314 ,kkf itti guutama
 Uunkaa armaan oliin erga hojjetameen booda Mata duree baajataatiin gurmaa’a.

Uunkaa 08: Bu’aalee karoorfaman galmaan gahuuf Hojiiwwan Gurguddoo karorfamaniif Meeshaalee Barbaachisan,
Mata dureewwan 6212, 6213, 6218, 6219 fi Uunkaa armaan gadii fayyadamuun adda addatti yaa Qophaa’u
La. Gosa Meeshaa Karoorfame Safartuu Baay’ina Gatii Tokkoo Gatii Waliigalaa Ibsa
1.
2.
3.
4.
5.
6.
7.
8.
9.
10.
11.

Fuula 6
12.
13.
14.
15.
16.
17.
18.
Ida’ama

Uunkaa 09: Akkaataa Baayyina Humna Namaa Karoorfameen 6214 Baajata barbaachisu ykn Meeshaalee Wal’aansaa fi
Qorchaaf (Baayyina Fayyadamtootaan)

L. Gahee Hojii Fayyadamtootaa Baayyina Kaffaltii Kaffaltii Waliigala Ibsa


Nama Muudamaa Maatii Qar. San.
(60%) (60%)
1. Abbootii Seeraa
2. Muudamtoota biraa seerri hayyamuuf
3.
Ida’ama

Uunkaa 10: 6241 (Suphaa fi haaromsaa konkolaataalee fi geejiba biroof)

Fuula 7
L Gosa Konkolaataa Lakk. Gabatee Bara bitame Tilm. KM.Waggatti Baajata
deemuu dandahu Bara 2016 Ibsa
Gaafatame
1.
2.
3.
Waliigala

Uunkaa 11: 6243 Suphaa fi haaromsaa warshaa /plaantii/ maashinoota fi qodaa

L Gosa Meeshaa Baayyina Kan Suphaa Barbaadu Suphaaf Gatii Tokkoo Suphaaf Gatii
Meeshaalee Jiru Giddi Galeessaan Waliigalaa
1.
2.
3.
4.
5.
6.
7.
8.

Fuula 8
9.
10.
11.
12.
13.
14.
15.
Ida’ama

Fuula 9
Uunkaa 12: Uunkaa 6244: Suphaa fi haaromsaa darbiiwwan, afataalee fi erbaalee

L Gosa hojii baasiin Ibsa Haala hojjii Baayyina Tokkoo isaa Walii gala
karoorfameef darbiiwwan ykn suphuuf amma waggaatti Qar.
kutaalee Suphaa qar. Barbaachisu
fi Afatalee Barbaachisu. suphaaf .
barbaadan
1.
2.
3.
4.
5.
6.
7.
8.
9.
10.
11.
12.
13.
14.
15.
Ibsa: Ragaan qorannoo fi ibsa suphaa kun bal’inaan qophaa’ee ogeessaan mirkanaa’e wal-qabachuu qaba

Fuula 10
Uunkaa 13: Mata Dureewwan Adda addaa (6254, 6255, 6256, 6257, 6258, 6259) Sababa isaa sirnaan ibsuudhaan Uunkaa tokko
fayyadamuun ni danda’ama.

L Mata Duree fi Ibsa Isaa Gosoota Tajaajilaa Baasii Bara Karoora Baajata Ibsa Biroo.
Baajatni Qabamuuf, ykn 2015Ture bara 2016
barbachisuuf barbachisu
1.
2.
3.
4.
5.
6.
7.
8.
9.
10.
11.
12.
13.
14.
15.

Fuula 11
Hubachiisa:
 Tokko tokkoon lakkooftuu ibsaa fi bishaanii tarreeffamee kan qophaa’u ta’a,
 Kan Bilbilaa fi Interneetii adda adda bahee agarsiifamuu qaba
Uunkaa 15: 6416 (Kaffaltii Beenyaa)

Qarshii
L Sababa baasii Karoorfameef Safartuu Baay’ina Waliigalaa Ibsa .

Uunkaa 16: 6417 (Kennaa ykn Badhaasa Namoota Dhuunfaa ykn Dhaabbilee)

L Sababa Baajanni barbaachisuuf Baasii bara 2015 Baajata bara 2016 tiif Ibasa biroo
Ture barbaachisu

Fuula 12
Uunkaa 17: Karoora Qophii fi Dhiyeessa Fedhii Baajata Pirojektii Ijaarasa Waajjira MMO Bara 2016
L Maqaa Raawwii Tilmaama Karoora Bara Karoora Karoora Karoora Karoora
Piroojektii amma rawwii baajataa 2016 Kurmaana Kurmaana Kurmaana Kurmaana
Guraandhala Wax.30/2015 tti hanga Waxabajjii 1ffaa 2016 2ffaa 2016 3ffaa 2016 4ffaa 2016
2015 irra Jiru % 30/2016 (%) (%) (%) (%) (%)
%
1
2

Uunkaa 17:1 Uunka Karoora Kaffaltii (Baajata) Piroojeektii Ijaarsaa Waajjiraalee MMO Godinaa kan Bara 2016

L. Maqaa Gatii Waliigaltee Qarshiidhaan Hanga Ammaa kan Hanga Wax. 30 Waliigala Baajta
Piroojektii Waliigalte Waliigaltee Gatii kaffalame W/G tti kaffaluuf Dabalataan 2016 f Ibsa
e Dabalataa Waliigalaa Baajata 2015 baajata amma Barbaachisu gaaffii biroo
Calqabaa Pirojektii dabalatee (Qar.) jiru waliin dhi’aate
1
2

Hubachiisa

 Hojiilee dabalataatiif Waliigalteen taasiifame yoo jiraate gaaffii kanaan wal-qabatee dhiyaachuu qaba,

Fuula 13
 Karoori kun yeroo qophaa’u xiyyeeffannoon itti kennamee yaadaa fi Deggersa Ogeeyyii ijaarsa hordofonii fi Kontiraakatara
Ijaarsicha harkaa qabu hirmaachisuun ta’uu qaba.

Uuknaa 18: Uunka: GBM-3 kan bakka bu’u Gaaffii Baajataa waliigalaan cuunfaa argisiisu,

Bajata Baajata Bara Garaag. Sababa


Gulantaa Bajata 2015 2016
Baasii Ibsaa Gulantaa Baasii ture gaafatame
6100 Taajaajila Namoomaaf
6110 kaffaliiwwan hojjetootaaf kaffalaman
6111 Mindaa hojjetoota dhaabbiif
kaffaliiwwan adda addaa hojetootaaf
6116 godhamu
6120 Durgoo/Faayidaa adda addaa/
6121 Durgoo hojjetoota dhaabiif
Buusiiwwan soorataa hojjetoora
6130 mootummaa
Buusii soorata mootummaan
6131 hojjetoota dhaabbiif buusu
6200-6400 Ida'ama
6200 Qodaawwanii fi meeshaalee dhumaa
6210 Qodaawwanii fi meeshaalee dhumaa
6211 Uffataalee

Fuula 14
adda,uffataalee,hucuuwwan ciisichaa
6212 Meeshaalee dhumaa biiroo keessaa
6213 Maxxansaa
6214 Meeshaalee wal'aansaa
6215 Meeshaalee dhumaa barnootaa
6217 Boba'aa fi Dibataaf
6218 Meeshaalee dhumaa kanneen biroof
6219 Meeshaalee adda addaa fi kitaabotaaf
Tajaajila Geejjibaa fi
6230 keessummeessaa
6231 Durgoo ala-oolmaa
6232 kaffalii geejjibaa
6233 Keessummeessaa
6240 Tajaajila Suphaa fi haaromsaa
Suphaa fi haaromsaa konkolaataalee
6241 fi geejiba biroof
Suphaa fi haaromsaa
6243 warshaa/plaantii/maashinoota fi qoda
Suphaa fi haaromsaa
6244 darbiiwwan,afataalee fi erbaalee
6250 Taajajiloota kontiraateffaman
6251 Tajaajiiloota ogummaa

Fuula 15
kontiraateffaman
6252 Kiraaf
6253 Beeksisaaf
6254 Inshuuraansiif
6255 Gaatii fe'iinsaa(geejjibaa)
6256 Kaffaliiwwan taajilaa
6257 Gatii ibsaa
6258 Gatiiwwan quunnamtii bilbilaa
Bishaan,poostaa fi tajaajila kana
6259 fakkaataniif
6270 Tajaajila Leenjii
6271 Leenjii biyya keessaa
6300 Qabeenya dhaabbii fi ijaarsaa
Bittaa Konkolaataa fi Kanneen
6311 geejjibaaf oolan akkas
Bittaa warshaalee,maashinaarii fi
6313 qodaa
Bittaa darbiiwwanii,maashaalee
6314 geddarsaa fi afataalee
6416 Kaffaltii beenyaa
Kennaa Namoota dhuunfaati fi
6417 Badhaasa

Fuula 16
Hubachiisa

 Kan Manneen Murtii aanaas ta’e kan MMO hundisaa tokko tokkoon adda bahee tarreeffama,

Fuula 17
4. Hanqinoota Qophii Baajata Darbee fi Amma Xiyyeeffannoo Argachuu Qaban
Qabxiilee Qophii Baajata waggoota darbanii keessatti akka hanqinaatti mul’ataa turanii fi ammas
xiyyeeffannoo barbaadan,

Gaaffii dhi’aatu Karoora Hojii Waliin Wal-qabsiisuu Ilaalchisee

 Bu’uurri fedhii fi qophii baajataa karoora hojiiti. kanaafuu tokko tokkoo MMA fi MMO
irratti karoorri hojii idilee cuunfaa isaa adda baasuun qopheessuun wal-qabsiifamuu
qaba,keessattuu bara baajataa kana KBIX waliin bu’aalee argamanii waliin baajata
gaafatamu walitti hidhuun dhi’eessuun xiyyeeffannoo argachuu qaba;

 Karoora hojii qophaa’e keessatti hojiin gurguddoon adda bahee jiruu fi dhimmoota
baajataan deggeramuu qaban adda baasuun haala fedhii ykn baasii barbaachisu
argisiisuun qophaa’uu qaba, iddoowwan hojii fi sochiiwwan bu’a qabeessa hin taanetti
tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu, Fkn: barbaachisummaa dhaddacha dhaabbii fi
naanna’aa, baayyina isaa, yaada uummatni qabu, baayyina dhimma inni keessummeessu
waggaatti giddu galeessaan ilaaluun qaama qophii baajataa taasisuu,

Sagantaalee gurguddoo ifatti karoorfamanii baajataan deggeramaa turan akkaataa


karoorfameen raawwachuu dhabuu, ykn guutummaatti dhiisuu, kun dhimma itti
gaafatamummaa illee hordofsiisu ta’uun isaa hubatamuu qaba.

Gaaffii baajataa dhi’aatu bu’aalee akeekaman galmeessuuf ulfinaa fi baayyina hojii fi


akkaataa rakkoo MMA ykn MMO tiin adda baasanii dhi’eessuu ilaalchisee dhimma
xiyyeeffannoo barbaadu akkaataa hubatamuu danda’uun qophaa’ee dhi’aachuu qaba.

Baayyinaa fi ulfina hojii jiru waliin ilaaluun akka dhi’aatu taasisuu; Akka Fakkeenyaatti
baayyina galmee fi hojii waliigalaa Manni Murtii tokko qabu waliin baayyinni Humna
Namaa baajatni gaafatamuuf haala ifa ta’een agarsiisuu dhabuu,
Sirna baajataa walfakkaataa fi qooddii ulaagaa tokkoon raawwatamaa otoo jiruu
garaagarummaan dandeettii raawwachiisummaa horatamaa jiru yaaddessaa tahuu, Meeshaa
dhaabbataa rakkoo qabatamaatti jiru tilmaama keessa galche irratti xiyyeeffachuun

Fuula 18
qaafachuu; fkn Manneen Murtii tokko tokko meeshaalee TQO, Waajjira gaggaarii
qabaachuu, Konkolaataa, kkf guuttatanii kaan immoo rakkoo hamaa keessa jiraachuu;

Meeshaa dhumataa irratti bifuma walfakkaatuun hojii qabatamaatti jiruu fi baajata


barbaachisu waliin walqabsiisuu ykn agarsiisuun dhi’eessuu; Fakkeenyaaf MMA hojii
baayyee qabu (Galmee baayyee keessummeessu) irratti baayyinni qalama piriinteraa,
waraqaa, footoo koppii fi kkf barbaachisu haala qabatamaa jira tilmaama keessa galchuun
akka dhi’aatu taasisuu;

Gaaffii Baajataa Haala Dinagdee Biyyaa fi Naannoo Tilmaama Keessa galcheen


dhi’eessuu; Qarshiin fedhii baajataa ibsu akkaan malee olka’aa fi kan ramaduun hin
danda’amne dhi’eessuun gaaffiin dhi’aatu illee akka hin xiinxalamne kan taasisu waan
ta’eef xiyyeeffannoo kennuun dhimmoota murteessaa walduraa duuba eeguun
qopheessuun dhi’eessuu;

Caasaa jiru yeroo tokkoon guutuun waan hin danda’amneef gaaffii dhi’aatu gitoota hojii
murteessaa irratti xiyyeeffachuun dhi’eessuu;

Duubdeebiwwan gama hordoffii, gamaaggamaa fi kallattii adda addaan kennamaa ture


galtee qophii karooraa baajataa godhachuu dhabuun kan mul’atu waan ta’eef
xiyyeeffannoon fooyya’uu kan qaban ta’a,

5. Sagantaa Qophii Karoora Baajataa Bara 2016

A) Manneen Murtii Aanaa Cuunfaa karoora hojii idilee, fedhii fi karoora baajataa bara itti aanuu
(2016) hanga Amajji 25 /2015 tti MMO tiif dhi’eessuu,

B) Manneen Murtii Ol’aanaa kan akka godinaatti jiru (tokko tokkoo MMA fi kan MMO adda
baasanii) qindeessuudhaan akkasumas Waajjiraalee / Daayirektoreetii MMWO hanga
Guraandhala 15 /2015 tti Daayirektoreetii Karoora, Baajata, Hor. fi Gam. MMWOtti
dhi’eessu. Guyyaan MMWO tti ibsi dhi’aatee irratti mari’atamu Guraandhala 30- Bito
02/2015 jidduutti ta’a.

Hubachiisa

Fuula 19
1) Sagantaan qophii baajataa kun yeroo qindeessaa fi dhi’eessa gabaasa kurmaana 3ffaa
waliin kan walirra bu’u tahuu hubachuudhaan qophii fi xiyyeeffannoo gahaa
taasisuudhaan dursamee sirnaan qophaa’ee akka dhi’aatu hojjetamuu qaba,

2) Qabxiileen armaan olii kun akka ka’umsaatti fudhatamanii qophiin baajataa keenya
muuxannoowwanii fi haalli waliigalaa qophii fi gaaffii baajataa akka seera faayinaansiitti
kan raawwatamu ta’a,

Fuula 20
Baafata Fuula

Qophii Karooraa fi Baajata Bara 2016 1

1. Seensa 1

Kutaa I 2

2. Haala Waliigalaa Qabiyyee Qophii Karooraa fi Baajata 2

2.2. Ergama, Mul’ataa fi Dudhaalee 2

2.3. Haala Raawwii Hojii fi Baajata Bara 2015 2

2.4. Xiyyeeffannoo Mana Murtichaa Bara 2016..................................................................2

Kutaa II 3

3. Bu’aalee, Sagantaa, Pirojektii, Hojiiwwan Gurguddoo ykn Tarkaanfiiwwan, Gaaffii


Baajata Bara 2016 3

3.1. Baajata Idilee Marmaartuu 3

Uunkaa 17: Karoora Qophii fi Dhiyeessa Fedhii Baajata Pirojektii Ijaarasa Waajjira MMO Bara
2016 12

4. Hanqinoota Qophii Baajata Darbee fi Amma Xiyyeeffannoo Argachuu Qaban 17

5. Sagantaa Qophii Karoora Baajataa Bara 2016 18

Fuula 21
Lakk _________________

Guyyaa ______________

Manneen Murtii Ol’aanaa Godina 22 f


Bakka Jiranitti
Waajjiraalee / Daayirektoreetii MMWO Hundaaf
MMWO

Dhimmi:- Qophii Baajata Bara 2016 Ilaallata


Manneen Murtii Oromiyaa karoora waggaa kudhanii qopheeffachuudhaan, kanuma kan ka’umsa
godhate karoora hojii BIX baafachuudhaan jijjiirama qaama abbaa seerummaa Naannoo keenya
irraa eegamu milkeessuuf hojjechaa jiru. Sirni baajataa keenyas bu’aalee yeroo gabaabaa, giddu
galeessaa fi dheeraatti galmeessuuf karoorfanne haala milkeessuun danda’amuun xiyyeeffannoon
hojjetamuu qaba.

Haaluma kanaan haala qophii fi sagantaa baajata bara 2016 ilaalchisee unkaaleen adda addaa
xalayaa kana waliin fuula 20 kan isiniif ergame yoo ta’u, kanuma hordofuudhaan baajata
barbaachisu karoora hojii gurguddoo qabdanii fi bu’aalee eeggaman waliin qabsiisuun sagantaa
kaawwame keessatti akka dhi’eeffatan beeksifna.

Nagaa Wajjiin

G/G

 Waajjira Pirezidaantiif
M.M.W.O

Fuula 22

You might also like