Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 7

Faarsaa Gaabbii WDB

1. GAARUMMANSAA Gidiraa hamma kanaa irratti raawwatanii


Gaarummansaa kan baayyatee Daandiisaas kan
Yoomuu Hilaniifii warrumti Ayuudotaa
bareechatee
Innoo moo’ee ka’ee mootichi moototaa
Hundumaas kan qopheffatee Hoolotasaa sassaabbatee
Bilisa nu baasee bittaa seexanaarraa
Boolla leencaattii gatameen
Gooftaanoo dhiphatee nuuf biyya lafaarraa
Nama birattis jibbamee
Dhiphinasaa ilaaluun laphee haa diddiirrannuu
Waaqni koo garaa laafessaa
Yeroo bara dhumaa jireenya akka argannuu
Na baaasee boolla keessaa
3. MOORMA NA GA’EERA
Diinnikoo inni halaalaa
Galaanni cubbuudhaa morma na gaheeraa
Ni jaamsaa beekaaf wallaalaa
Qorumsi natti cimee guddaa sodaadheeraa
Firri koo hundi na jibbee Qulqullootaan ala
Na bira gahi Goofta iyyeen si waammadhaa
Keessayyuu Mikaa`eliinii diina koo narraa lola
Gidiraaf qorumsaa siinan irraanfadhaa
Waaqni warra Qulqullootaa
Of jaja naaf ta i da’oof gaachanakoo
Na oolche du`a lammataa
Jabina Amantii naaf kenni Waaqakoo
Egaahoo anuu hin dagadhuu
Naaf raawwadhu yaada garaakootii
Diina koof lamuu hin salphadhuu
Ittiinan si faarsaa naaf banii qooqakoo
Uumama hundumaa keessaa kan anaan na filattee
Raawwatee badeera jaalalli nu gidduutti
Galata kee uumakoo duras kan na waammattee
Jaalallee wajjiin oolutu taa’e diina walittii
Mikaa eeliin ergitee kan anaan hundaan na yaaluu
Nu miilladhu maaloo Gooftaa nu hin dhiisinii
Egaahoo diinni na hin xuquu osoon kana ilaaluu
Isa nu duraa bade jaalala nuuf kennii
2. QARAANI`OORRATTI
Raajikee raawwachuuf inni ati dubbattee
Qaraani’oorrattii kan nuuf fannifamee
Sin Waaqeessa jecha hunduu walgufatee
Madaa qaamasaatiin kan nuti fayyinee
Nurraa hin fageessiin kennaa ayyaanakee
Ijoollee Addaam hundaaf kan jireenya ta’ee
Nu miiladhu Gooftaa maaloo ijooleekee
Qaraani’oorratti gidiraa kan argee
4. SEENAA DHALA NAMA
Yogguu garafamus kan dirrisaa dhiigee
Seenaa dhala nama at kan geeddartuu
Gindillaa baachisuun kan itti qoosanii kadhaakeetiinii(2)

Balleessaa hin raawwannee nu fayyisuuf innii Giiftiikoo ammayyuu na biraa hin hafinii (2)

Yuudonni fannisan ittis murteessanii Natti yaadatamaa bakki waamamakoo

Guyyaa gaaf jimaataa fannoorra oolchanii Maal keessa akkan turee hubadhee
booddeekoo
Dheebodheyyuu jennaan hadhaa’aa obaasanii
Fooniif bitamuudhaan wallaalee ofiikoo
Leenginoos waamanii eeboon waraananii
Kun hunduu ni hafe kadhaakeen Giiftiikoo
Qullaa busiisudhaan uffata hirmaatanii
Faarsaa Gaabbii WDB

Silaa yoona kana akkam ta’een jiraa Akka seera Museetti haa duutu jedhanii

Lubbuun du’aaf ka ee maqaa keetif jira Natti hin murteessinee naaf dhiiftee Gooftaa koo

Kanaafan si waamee maqaakee faarfadhaa Qaana’anii deeman warri mormiituu koo

Saba sin beeknetti gochakeen dubbadhaa Faayidaa darbuuf jedhee na jibbee

Miillakoo baduudhaaf hallayyaa ilaaltee Haadhoonkoo naaffaa

Jireenya dagattee kan garaa kutattee Fooniitiin balleessuuf lubbuu koo

Yaa Dubree Maariyaam sittu sirreeffatee Xoofoo du a kootii situ narraa dabarsee

Akka siif hojjetuuf mana keetti waammattee Saa’ool ni dhama’ee lubbuukoo barbaachaa

An waammadhee hin quufuu Giiftiikoo maqaa kee Yeroo hedduun dabarsee ani isa baqachaa

Dubbadhees hin fixuu Haadhakoo gochakee Situ na gargaaree naattaan keessa taa’ee

Ulfaadhu Giiftiikoo samiif lafarratti Akka namaaf mitti siinan yoon ga’ee

Waanan jedhu hin qabu waa’ee gochakeetii 7. KA’EEN NAN DHIYEESSA GALATA
Ka’een nan dhiyeessa galata Giiftiikoof(2)
5. WAAQAYYOO GOOFTAA KOO
Waaqayyoo Gooftaa koo sin ayyaaneffadhaa Isheetu deebisee cubbuurraa milakoo

Waan ati naaf taatee sin galateeffadhaa Waan naa haaromsiteef jalqaba seenaakoo

Na fayyisuuf jettee samiirraa gad buutee Kadhannaasheetiini kan namaaf dhaabbattuu

Uumaa samiif lafaa Durbeerraa dhalattee Fuula cubbuu keessaa kan nama
waammattuu
Anumaaf jetteetu reebamuun keetisi
Rakkoo dhiphattootaa kan daftee hubattuu
Siif maaluman kennaa Gooftakoo Iyyesuusii
Nama jaame hundaaf kan taate agartuu
Naaf jettee Gooftaa koo rakkattee dhiphattee
Yaared si waamekaa gochakee hubatee
Akka ani hin duuneef Waaqarraa gadbuutee
Waaqni Israa’eelis kan sirraa dhalatee
Maalan kennaa laataa ani Waaqayyoofii
Daawwit raajiisaarratti duraan waan dubbateef
Inni kan rakkatee na fayyisuudhaafii
Gadameessa Haannaatti si filate uumaan
Ani homaa hin qabuu waanan Waaqaaf kennuu
Addunyaaf samiirrattii furtuu rakkoo namaa
Galata duwwaadhaa waanan isaaf kennuu
Foonkee ni uffatee fakkaate uumamaa
Galatakee haa ta’uu yaa Waaqayyoo Gooftaa
Maqaakee waammadheen gidiraa nan obsaa
Waan hundumaa caalaa galata jaallattaa
Kan maqaakee waamee eenyumatu kufee
6. SIIN YOON GEENYEE
Akka namaaf mitii yaa Waaqayyoo siin yoona Abdii si godhatee kan garakee dhufee
geenye(2)
8. SI DHISEE EESSAN DHAQA
Yeroo rakkoo sanaa guyyaa dhiphuu sanaa siin Waaqakoo si dhiisee eessan dhaqaa
dabarsinee(2)
Uumaakoo si malee maalan qabaa
Ejjituu jedhanii sitti na fidanii
Sirraa adda bahee jiraachuun na dhiba
Faarsaa Gaabbii WDB

Inni fira qabu isaanitti hirkata Abbaa koo gatii kee an yoon maal godhen baasa(2)

Inni dureessisii qabeenyasaa abdataa Gara kee laala ijji koo

Naaf garuu Waaqakoo si duwwaadha Siin dhandhama arrabni koo


abdiinkoo
Mi’aa keetu hin quufamu
Kanaafan si dhiisee hin deemu Gooftaakoo
Yoomilees hin nuffamu
Oolmaa narraa qabdaa kan yeroo dhiphinaa
Kan si waame hin salphatu
Si i kan na furee gaafa dhiphuu sanaa
Nagaa qaba hin rakkatu
Yoomuu hin irraanfadhuu waa eekeen dubbadhaa
Maqaa keetu dawaadha
Si dhiisee hin deemu ganaan si faarfadha
Kan si hin beekne gowwaadha
Qaraani’oorrattii dhiigaakee lolaaftee
Mi aan nyaata barruu kee
Lubbuukoo du’arraa ati kan baraartee
Hin quufamu maqaan kee
Qoricha kooti’o si dhiisee eessan deemaa
Kanaafan si waammadha
Sirraa adda baananoo bakkeettan gatamaa
Surraa koo sin jaaladha
9. DHAABBACHUU DADHABEE
Dhaabachuu dadhabee miilikoo rom’eera Abdii fi jireenyi koo

Lapheenkoo sodaadhaan bay ee raafamera Si uumadhaa Abdiin koo

Dhaabbannaakoo tolchii Gooftaa nan gatiini Ati naaf dhufnaan abbaa koo

Dadhabbiikoo ilaaltee ati nan dhiisiini Ni guute hir’uun manakoo

Diinni Qoraattiidhaan karaa nat cufeera 11. NAN DHIBIIN LUBBUU KOO
Nan dhibiin lubbuukoo mee nah in rakkisiinii
Anoo keessaa ba’uu Goofta dadhabeera
Tokkicha si uumee Waaqayyotti amanii
Keessa na dabarsii yaa Waaqakoo atii
Gammachuunkee har a boru si boossifti
Hundaa ni dandeessaa aangoonis kan keeti
Mootummaan Waaqayyoo yaadi kankee
Biyyi lafaa kunii bay’ee rakkisaadhaa taatii

Kana keessaa ba’uuf ati murteessaadha Mana kee ijaaradhuu lubbuukoo gorfamii

Ati na gargaarii naaf ta’i hamilee Ajaja Waaqayyoof jaalalaan bitami

Anoo hin danda’uu Iyyesuus si malee Daandiisaa daandiikee godhiitii qabadhu

Hundaa ni dandeessaa maal dadhabdee beektaa Akka fayyituufiis Waaqakee waammadhuu

Ana fayyisuufii dhufte naaf duuteetta Kan Darbuunkee hin oollee kan boru dabartuu

Ammas na gargaarii naaf ta’i furmaata Uumakee filaadhuu hin bitamni cubbuuf

Waa’ ee jireenyakoo Iyyeessus ni beektaa Biyyi lafaa lubbuuf baayyee rakkisaadhaa

10. IMIMMAANIIF JILBAANII Lubbu hin gammachiisuu kan foonii duwwaadhaa


Imimmaaniif jilbaanii sin galateeffadha ani
Mana bara baraa kan kennu Gooftaadhaa
Oolmaa keet garaa na raasa
Faarsaa Gaabbii WDB

Akka achitti galluuf Waaqatti amanuudha Hundumaas Kan Qopheeffatee

Foonis dadhabaadhaa lubbuun qophooftuudhaa Hoolotasaa Sassaabbatee

Gara Waaqaa dhaquuf baayyee dheebottudhaa Boolla Leencaattii Gatameen

Jireenyi lafarraa kan fooniif ta’uudha Nama Birattis Jibbamee

Biyyi lafaa lubbuuf baayyee rakkisaadhaa Waaqnikoo Garaa Laafessaa

12. LAKKII GORFAMII Na Baasee Boolla Keessaa


Lakkii gorfamii (2) yaa nama gorfamii
Diinnikoo Inni Halaalaa
Habaaboon har aa bor biyyoodhumaa (2)
Ni Jaamsaa Beekaaf Wallaalaa
Kitaabni qulqulluun siif lallabameera
Firrikoo Hundi Na Jibbee Ququllootaan Ala
Lubbuu kee fayyisi sitti himame jiraa
Keessayyuu Mikaa'eliinii Diinakoo Narraa Lola
Qabbaannif Abiddii si fulduraa jiraa
Waaqni Warra Qulqullootaa
Mootummaan Waaqayyoos dhufe dhiyateeraa
Na Oolche Du'a Lammataa
Oolmaa keef miti lubbuun kee turuuni
Egaahoo Anuu Hin Dagadhuu
Gaabbii akka galtuuf argatee umurii
Diinakoof Lamuu Hin Salphadhuu
Abidda osoo hin seeniin sababa yakka kee
Uumama Hundumaa Keessaa Kan Anaan Na Filattee
Maaloo jijjiiramii sireessi deemsa kee
Galatakee Uumakoo Duras Kan Na Waammattee
13. NABIRA HIN DARBIN
Gooftaakoo dhufaatiin kee kan akka kootiifii Mikaa'eeliin Ergitee Kan Anaan Hundaan Na Yaaluu
Kan gargaarsa hin qabnee kufee jiruu kaasufii Egaahoo Diinni Na Hin Tuquu Osoon Kana Ilaaluu
Yaa ilma Daawit na bira hin darbinii
Laphee koo madaa eef qoricha naaf kennii 15. MORMA NA GA'EERA
Enyu naa beekaa simalee gadda koo Galaanni Cubbuudhaa Morma Na Gaheeraa
Namni ilaaleet darba cinaa koo
Qorumsi Natti Cimee Guddaa Sodaadheeraa
Kan naaf gaddee fakkaatee arraba saatiinii
Garaasaan garuu ni gammada inni Na Bira Gahi Gooftaa Iyyeen Si Waammadhaa
Qalbiin ilmoomummaa anaan na rarra ee
Carraan jiraachuukoo yaddoo ta ee Gidiraaf Qorumsaa Sinan Irraanfadhaa
Dhi ee bari usii kan koo imimmaanii
Of Jaja Naaf Ta'i Da'oof Gaachanakoo
Ni dhufaa guyyaan koo abdii hin kutadhu anii
Dhiphinatiin marsee dandiin kan koo Jabina Amantii Naaf Kennii Waaqakoo
Nagaa nadhabee jeeqaamee yaannikoo
Sagalee jabinaa sibiraan argadhaa Naaf Raawwadhu Hawwiikoo Yaada Garaakootii
Seeni mana kootti ani sin waammadhaa
Ittiinan Si Faarsaa Naaf Banii Qooqakoo
Gaaffiin ani qabuuf deebinsaa sibiraa
Jireenya koo hundaa sitti kennadheeraa Raawwatee Badeera Jaalalli Nu Gidduuttii
Furiin lubbuukootii Gooftaa koo si idhaa
Seeni mana kootti ani sin waammadhaa Jaalallee Wajjiin Oolutu Taa'e Diina Walittii
14. GAARUMMANSAA Nu Miilladhu Maaloo Gooftaa Nu Hin Dhiisinii
Gaarummaansaa Kan Baayyatee
Isa Nu Duraa Badee Jaalala Nuuf Kennii
Daandiisaas Kan Bareechatee
Raajikee Raawwachuuf Inni Ati Dubbattee
Faarsaa Gaabbii WDB

Sin Waaqeessa Jedha Hunduu Wal Gufatee Inni Kan Rakkatee Na Fayyisuudhaafii

Nurraa Hin Fageessiin Kennaa Ayyaanakee Ani Homaa Hin Qabuu Waanan Waaqaaf Kennuu

Nu Miilladhu Gooftaa Maaloo Ijoolleekee Galata Duwwaadhaa Waanan Isaaf Kennuu

16. SEENAA DHALA NAMAA Galatakee Haa Ta'uu Yaa Waaqayyoo Gooftaa
Seenaa Dhala Namaa At Kan Geeddartuu
Kadhaakeetiinii Waan Hundumaa Caalaa Galata Jaallattaa

Giiftiikoo Ammayyuu Na Biraa Hin Hafinii (2) 18. SIIN YOONA GEENYEE
Akka Namaaf Mitii Ya Waaqayyoo Siin Yoona
Natti Yaadatamaa Bakki Waamamakoo Geenye (2)

Maal Keessa Akkan Turee Hubadhee Booddeekoo Yeroo Rakkoo Sanaa Guyyaa Dhiphuu Sanaa Siin
Dabarsinee (2)
Fooniif Bitamuudhaan Wallaalee Ofiikoo
Ejjituu Jedhanii Sitti Na Fidanii
Kun Hunduu Ni Hafe Kadhaakeen Giiftiikoo
Akka Seera Museetti Haa Duutu Jedhanii
Silaa Yoona Kana Akkam Ta'een Jiraa
Natti Hin Murteessinee Naaf Dhiiftee Gooftaakoo
Lubbuun Du'aaf Ka'ee Maqaakeetiif Jiraa
Qaana'anii Deeman Warri Mormiituukoo
Kanaafan Si Waamee Maqaakee Faarfadhaa
Faayidaa Darbuuf Jedhee Na Jibbee Haadhoonkoo
Saba Sin Beeknettii Gochakeen Dubbadhaa
Na Jibbe Haadhoonkoo Inaaffaa Foonitiin
Miillakoo Baduudhaaf Hallayyaa Ilaaltee Balleessuuf Lubbuukoo
Jireenya Dagattee Kan Garaa Kutattee Murtoo Fannifamuu Haamaan Naaf Qopheessee
Yaa Dubree Maariyaam Situ Sirreeffatee Xoofoo Du'akooti Situ Narra Dabarse
Akka Siif Hojjetuuf Manakeetti Waammattee 19. Simalee Hin Jiraadhu
An Waammadhee Hin Quufuu Giiftiikoo Maqaakee Si Malee Hin Jiraadhu Ani Ya Haadhakoo

Dubbadhees Hin Fixuu Haadhakoo Gochakee Si Wajjin Miidhagaa Anaaf Jireenyikoo

Ulfaadhu Giiftiikoo Samiif Lafarrattii Waanti Hundumtuu Gaarii Anaaf Ta'uu Didee

Waanan Jedhu Hin Qabu Waa'ee Gochakeetii Waanin Hawwee Tures Na Fuulduraa Badee

17. WAAQAYYOO GOOFTAAKOO Si Wajjin Jireenyi Gaariidha Naaf Koottu


Waaqayyo Gooftaakoo Sin Ayyaaneffadhaa Diinnikoo Si Argee Abdii Haa Kutatu
Waan Ati Naaf Taatee Sin Galateeffadhaa Koottu Yaa Haadhakoo Gara Mucaakeettii
Na Fayyisuuf Jettee Samiirraa Gad Buutee Diinaaf Boquu Cabsee Akka Hin Bitamnetti
Uumaa Samiif Lafaa Dubreerraa Dhalattee Ati Na Wajjin Jiraannaan Ulfina Argadheera
Anumaaf Jetteetu Reebamuunkeetisi Wayyaa Qulqullummaas Uffadhee Dhaapheera
Siif Maaluman Kennaa Gooftakoo Iyyesuusii Atoo Na Dhunfattee Egaa Kana Boodaa
Naaf Jettee Gooftaakoo Rakkattee Dhiphattee Dhiphinnikoo Darbee Anoo Nan Gammada
Akka Ani Hin Duuneef Waaqarraa Gad Buutee Harkakoof Ijakoo Garakeetti Ol Kaasee
Maalan Kennaa Laataa Ani Waaqayyoofii
Faarsaa Gaabbii WDB

Kunoo Sin Faarfadha Imimmaan Lolaasee Gooftaa Hundaa Caalu Itti Taphatanii

Dawoonkoo Sumadha Iddoon Boqonnaakoo Itti Wal Furuudhaan Rukutaa Turanii

Situ Na Oolchee Darbannaa Diinakoo Fakkeenya Nuuf Ta'uuf Fannoo Gubbaa


Oolee
Kanaaf Sin Filadhe Haadhaaf Abbaakoorraa
Waan Isa Godhani Hundumaa Danda'ee
Eenyu Addaan Nan Baasu Dubree Maariyamiirraa
Dhiigasaa Lolaasuun Lubbuusaa Dabarsee
20. Si Dhiisee Eessan Dhaqaa
Waaqakoo Si Dhiisee Eessan Dhaqaa Of Dabarsee Kennuun Nuyiin Nu Fayyisee

Uumaakoo Si Malee Maalan Qabaa 22. Fuulakee Dhaabbannee


Fuulakee Dhaabbannee Siin Jenna Araara
Sirraa Adda Ba'ee Jiraachuun Na Dhibaa
Nama Wallaalchisee Dhukkubichi Baraa
Inni Fira Qabu Isaanitti Horkataa
Maaloo Ati Nu Oolchi Gooftaakoo Adaraa
Inni Dureessisii Qabeenyasaa Abdataa
Qorichi Isaallee Namaan Kan Dhabame
Naaf Garuu Waaqakoo Si Duwwaadha
Abdiinkoo Ogeessa Fayyaanis Onnoo Hin Wallaalamee

Kanaafan Si Dhiisee Hin Deemuu Gooftaakoo Gooftaakoo Fayyinni Si Biraa Hin Dhabamne

Oolmaa Narraa Qabdaa Kan Yeroo Dhiphinaa Atumti Nu Maari Garakeetti Iyyannee

Si'i Kan Na Fure Gaafa Rakkoo Sanaa Jireenya Gaariisoo Kanneen Horatanii

Yoomuu Hin Irraanfadhu Waa'eekeen Dubbadhaa Abbaadhaaf Haadholiin Dhiisanii Du'anii

Si Dhiisee Hin Deemu Sichan Si Faarfadhaa Bo'ichaafi Gaddaan Abdii Kutatanii

Qaraaniyoorratti Dhiigakee Lollaaftee Daa'imman Hedduuni Qofaatti Hafanii

Lubbuukoo Du'arraa Ati Kan Baraartee Sadarkaa Ol'aanaadhaaf Kanneen Yaadamanii

Qorichakootihoo Si Dhiisee Eessan Deemaa Dhukkubuma Kanaan Isaan Qabamanii

Sirraa Addaan Baanaanoo Bakkeettan Gatamaa Wayyoo Utuu Hin Ga'iin Karaatti Hafanii (2)

21. Murtee Balleessanii 12. Deemi Maa Naan Jettaa


Murtee Balleessanii Yakkamaa Hiikanii
Deemi Maa Naan Jettaa Waltajjii Kanarraa
Gooftaa Isa Qulqulluu Fannootti Fannisanii
Hin Deemu Diinakoo Fuullee Gooftaatirraa
Egaa Koottaa Gaddaa Kan Dhugaaf Jettanii
Eessuma Hin Deemu Waltajjii Gooftaarraa
Iyyesuus Fannifamee Yakka Iddoo Bu'uunii
Narra Darbuu Hin Feene Lubbuukoo Baraaruuf
Jalqabaas Kan Ture Ammas Kan Jiraatuu
Martuu Ariifatan Murtii Dabarsuudhaaf
Eessumaa Argamaa Kan Isa Fakkaatu
Fuula Jaalalaatiin Gooftaan Na Dubbisee
Qaraaniyoo Oolee Fannoorra Gooftaankoo
Cubbuukoo Dhiisuudhaan Bilisa Na Baase
Gaarummaasaatiinii Bitate Lubbuukoo
Jaalalaan Na Cabse Naaf Kenne Qabbana
Harkaafi Miillasaatti Bismaara Dhahanii
Eessuma Hin Deemu Galmasaatan Banaa
Gonfoo Kan Qoraattii Mataatti Kaa'anii
Faarsaa Gaabbii WDB

Madaala Dabsuudhaan Na Salphisaniiru Raafamaarran Jira Kufuudhaaf Jedheera

Hundaa Gadi Godhanii Na Caccabsaniiru Koottuutii Na Dhaabi Haadhakoo Adaraa

Fayisuunsaa Addaa Ijaan Yoo Na Ilaalu Oliif Gad Ilaaluun Yaannikoo Faca'ee

Madaalliinsaa Hin Dabu Gooftaan Yoo Madaalu Akkaataan Jireenyaa Na Harkaa Tamsa'e

Adeemsisaa Marti Gara Jaalalaatti Koottu Na Wajjin Ta'i Haadhakoo Na Sirreessi

Isarraa Adda Hin Bahu Inni Jiruukooti Akkaataa Jireenyaa Ati Na Barsiisii

Hammeenyakoo Labsuun Dhagaa Yoo Guurratan Maaloo Naaf Dhagahii Akka Abboota Durii

Na Golge Afuurrisaa Akka Hin Duune Cubbuun Lapheekoo Naaf Banii Naaf Kenni Waan Gaarii

Gara Galama Gooftaa Lubbuunkoo Haa Bobbaatuu Giiftiikoo Maariyaam Araarsituu Dhugaa

Erga Filatamtee Isa Waliin Haa Taatuu Na Araarsi Ilmakeen Anoi Sittan Fiiga

Obsan Narra Taree Kansaa Na Godheera 15. Gooftaakoo

Fayyinakootiifis Jaalalaan Du'eera Gooftaakoo Dhufaatiinkee Isa Akkakootifii

13. Giiftiikoo Maariyamii Kan Gargaarsa Hin Qabne Kufee Jiru Kaasufii

Giiftiikoo Maariyaamii Sin Kadhadhaa Anii Ya Ilma Daawwitii Na Bira Hin Darbinii

Miilakeetti Kufee Watwaannaaf Boo'ichanii Laphee Koo Madaa'eef Qoricha Naaf Kennii

Na Dhagahi Giiftikoo Sin Kadhadhaam Anii (2) Eenyutu Naaf Beeka Si Malee Gaddakoo

Dhiphuukoof Gaddakoo Eenyuttan Himadhaa Namni Ilaalee Darbaa Cinaakoo

Rakkookoof Dhibeekoo Eenyun Marii'adhaa Kan Naaf Gadde Fakkaatee Arrabasaatinii

Na Dhagahi Giiftiikoo Mee Sittan Himadhaa (2) Garaasaan Garuu Ni Gammada Inni

Gaddikoo Baayyate Nan Qoramaa Anii Qalbiin Ilmoomummaa Naan Na Rarra'ee

Akkamiin Danda'uree Anoo Dadhabeeraa Carraan Jiraachuukoo Yaaddoo Ta'ee

Ya Haadha Amanu'ueel Daf Na Bira Gahii Dhihee Barii'usii Kankoo Imimmaanii

Baay'ee Romm'aan Jiraa Kufuuf Jedhee Anii Ni Dhufa Guyyaankoo Abdii Hin Kutadhu Anii

Maariyaam Na Gargaarii Dhaaphu Na Gaaffiin An Qabuufii Deebiinsaa Si Bira


Bukkeenii
Jireenyakoo Hundaa Sitti Kennadheeraa
Gargaarsa Homaa Hin Qabuu Maariyaam Si
Malee Anii (2) Furiin Lubuukootii Gooftaakoo Si'idha

14. Kadhaakootii Seeni Manakootti Ani Sin Waammadhaa

Kadhaakootii Naaf Dhagahi Dubree

Sin Waama Maqaakee

Dhaabbatee Hin jiru Miillikoo Sirrattii

Jiruu Addunyaa Wajjin Oliif Gad Mil'attii

You might also like