Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 7

Karoora hojii

mootummaa
Aradda
Burqa ciroo
Bara 2017

Qabiyee karoora
1. Seensa
2. Kaayyoo
3. Ergama
4 . Galma
1
Seensa

Hojjiwwaan bulchinsaa gaarii, Mootummaa uummataa fi walii gala sadarka gandaa


jira rawchuuf dursaa karoora bafachuun murtesadha.

Hojjiwwaan kunneen hojii Nageenyaa, Misoomaa, fayyaa, Barnootaa fi bulchinsaa


gaarii ta’a.

Kanaf karoorii kun qaama uummataa/ hawasaa gandaa hirmachisuu fi bulchinsaa


gaarii kara galmaa ga’uun hojii keenya hundaa gama wal-qixa ta’en fi qulqullinaa
qabuun kan rawwachisuu fi rawwachisuu danda’een kan qopha’edha.

Kanuumaa irraa ka’udhan qophii karooraa irratti dursinee mari’aachuudhan, akkata


haawasaa hirmachisuu fi caasaa gandaa qamaa dhimmi ilaluutu hirmachisuu
danda’een kan qopha’ee ta’u isaatii.

Kaayyoo
 Uummannii keenya tajajila qulqulluu fi saffisaa akkaumaas loogii, kiraa sassabdummaa
irraa bilisummaa akka argatuu tasisuu.
 Uummata keenyaa jijjiramaa dhufee irraa fayyadamoo taasisu.
 Sirni Diimookiraasi fi ol Antuummaa seeraa akka kabajamuu fi uummanni keenya
fayyadama akka ta’uuf hojjechuu.
 Raafama rakko nageenya yeeroo kana mul’tu jalaa bahuuf hojjechuu.

Galma
 Uummata ofiin of bulchuu fi hiree isaa ofiin murteeffatu horachuu
 Uummataa bulchisaa gaarii gonfatee gochuu.

2
 Rakkowwaan gama misoomaa, fayyaa, Barnootaa, Nageenyaa fi kan biro hambisuu.

Ergama
 Qajeelfama mootummaa fi partii akka guutuu biyyaatti bahee jiru bu’uureeachuudhaan
akka ganda keenyaatti uummata bulchiinsa gaarii barbaaduutii misoomaa barbaaduuti
hojjachuu.
 Uummata dheebuu mirga namummaa fi Dimookirasii qabuu kanaaf halkaani guyyaa
hojanee nageenyaa fi misooma mirkaneessu

Mul’ata
 Diinagdee Uummata keenya Qonnaa irraa gara Industirii akka ca’u dhugoomsuu
 Uummata ofiin of bulchuu fi seeraa fi heeraa mootummatti bulu horachuu danda’uu.
 Uummata bulchinsaa gaarii goonfatee fi sirna dimokiraasittin hubachuu danda’uu umuu.
Hojjilee gama Nageenyan hojjatamuu qaban.
 Marii ummaata sadarkaa ganda fi zooniiti mari'achiisu karoora------- rawwii------
 Qindoomina caasaa milishaa fi poolisi umuun mariin furmaata lataa deemu
 Koreewwan Gandaa karaa guutuu ta’een dhimma nagenyaa irratii halkaani fi guyyaas
waliin hirmaachuu
 Hamma danda’amaa ta’etti caasaa Gandaa ijaaruun ,Cimsuun deeggaruun jajjabeesu
 Farreen Nageenyaa Saaxiluuf odeeffannoo hangaa oleetii dirirsuu
 Dhimma Nageenyaa irratti Koonfiraansii Nageenyaa Taasisuun Rakkoo Furaa deemu

Hojjiwwan Gurguddoo Bara 2017 Gama Bulchiinsa Gandaatin


rawwatamu qaban
 Nageenyaa fi tasgabbii ganda egaa eegsisuu
 Waltajjii Idilee caasaa gandaa torbe, torbeedhaan gaggeessuu.
 Waltajjii Idilee caasaa milishaa torbee laman gaggeessuu.
 Hojii dhabaa caalalu karoorii 300 rawwiin ------
 Hojjii dhaaba hoteela adda addaa irratii hojjii keessa galchinee karoorii dhi 12 fi dub 55
w/g =80 rawwiin dhi ---- fi dub----w/g -------

3
 Karoora hojjii dhabaa gurmeessu dhi =150 dub =150 w/g = 300 rawwiin dhi =
-------- dub =------- W/g =--------
 Karoora leenjii gagaababoo ogummaa hojjii dhabaf kennamee dhi =30 dub=25 W/g=55
rawwiin dhi=------- Dub =-----W/g =----
 Jarmiyaalee Ijaaruun, deeggaruun cimsuu.
 Gurmaa’insaa Ijaaruun cimsanii irrattii hojjachuu.
 Ijarsaa Gachaana sirna tuutaa nam hanga 30 (soddomaa ) fi sagaliin qoqqodanii ijaruu.
 Koonfiraansii Nageenyaa gaggeessuu
 Galii Mootummaa gutumagututii dugugnee galchu.
 Misensa paartii haaara nama ------ horachuu .
 Ijaarsa Gachanaa sirnaa ijaaree ergaa cimsinee yeeroo yeeroon gaggeessitoota isaanii
waliin marii gaggeessuu. karoora 300 rawwin------
 Abbaa warraa hunda miseensaa inshuraansii fayya tasisuu.
 Biqiltuu waajjira gandaa keessaa dhabuu. karoora 15000 rawwin------
 Abbaa dhimmaa yeeroo yeroon keessummeessuu.
 Gabasaa hojii hojanee qopheessu fi qaamaa dhimmi ilaaluuf erguu

Karoora torbanitii yeeroo takko

 Korewwaan sadarkaa zoonitii jiran ijaaruu, cimsuu, deggaruu fi waaliin marii gaggessuu.
Karoora waggaa
 Kira sassabdummaa baleessu irraatti hojjachuu
 Hojii misooma hojjachuu
 Waltajjii hawaasaa yeroo yeroon gaggeessuu
 Qabeenyaa gandaa adda baasuu galmeessuun irratti hojjachuu.

Hojjiwwan Gurguddoo gama Fayyaattin hojjatamaan.


1. Dubartoota Ulfa gandaa keessaa jiran galmeessuu gara buufata fayyatti erguu
2. Talaallii Daa’immanii jalqabsisuu fi xumursiisuu irraatti hojjachuu
3. Dhimmaa fayyaa irrattii marii hawaasaa walin gaggeessuu
4. Ijaarsaa Gachanaa sirnaa keessatti dhimma fayyaa irratti akka mari’atan taasisuu.
5. Abbaa warraa mana fincaanii hin qabne akkaa isaan qopheeffatan taasisuu
6. Abbaa warraa hundi boolla kosii gogga fi kosii jidha akka qopheeffatuuf irratti hojachu.

4
Kallatti hojii ittiin Raawwanu
 Leenjii hubannoo yeroo isaa Eeggate waliif kennuu
 Seera ittiin bulmataa qabu caasaa gandaa wajjin tumachuun irratti hojjachuu
 Qamoolee hirmaachuu qaba waliin deeggaramuu
 Hirmaannaa hawaasatiin deeggararamuu
 Koreewwaan gandaa jiran waliin sochii tasisuun
 Sa’aatii hojii mootummaatti haalaan fayyadamuu
 Hojjiwwan karoorfaman ji’aan, kurmaan, walakkaa waggaa fi waggaan
caccabsine kawwachuu.

5
6
7

You might also like