Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 25

Waajjira Paartii Badhaadhina

A/Y/Gullalleetti
Karoora Hojii Damee Siyaasaa
Bara 2017

Waxabajjii,2016
Fittaal

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 1
Lakk________________

Guyyaa_______________

Waaj/Paartii Badh/Go/Sh/Kaabaaatiif
Fiichee

Dhimmi;- Karoora Ka’umsaa Dame Siyaasa Bara 2017 erguu ilaala.

Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalameetii haala qabaatama aanaa keenyaattiin


gabaasa dame ijaarsa karoora ka’umsaa dame siyaasa bara 2017 keessa
hojeetamaan xalaayaa gaggeesitu fuula__________qabu kana walqabsifnee kan
sinerginee ta’uu kabaajan isiin beeksifnaa.

Nagaa wajjin

Darrabaa hayiluu hundee

I/G/Dame Siyaasaa A/Y/Gullaallee

G/G

Wajjiraa Paartii Badhaadhinaa Aanaa Yaayyaa Gullaalleetif

Fittaal

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 2
1.Seensa

paartiii keenya paartiin badhadhiina hooggansa kennaa ture keessatti bu’aawwan gurguddoo
fayyaadamummaa uummata keenyaa gama Misoomaa, Nageenyaa,Diinagdee fi Ijaarsa sirna
demokiraasii mirkaneessuu keessatti bu’aawwan abdachiisaa ta’ee galmeessuu eegaluu isaatiin
imaammattootni fi tarsiimoowwan toora paartii keenyarraa maddan hawaasa keenya biratti
fudhatama guddaa argateera. Haala qabatamaa aanaa keenyaatiinis raawwiilee hojiiwwan keenya
bara 2016 keessatti bu’aawwan galmaa’an abdachiisaa ta’us dhimmoonni bara 2017 tti
xiyyeeffannoo addaa itti kennuun raawwachuu qabnus kan jiranii dha. Keessattuu qorannoo
raawwii hojii bara 2014 keessatti geggeeffamaa tureen dhimmonni adda bahan ilaalchaa fi gocha
kiraa sassabdummaa,akkasumaas dhibaa’ummaan magaalattis ta’ee baadiyyatti hundeedhaa
buqqa’ee baduu dhabuu irraa kan ka’e raayyaan jijjirramaa barbaadamu galmeessuu danda’u
uumuu dhabuuni fi hojimaata paartii akkaataa barbaadamuun hojii irra oolchuu dhabuu irratti
hanqinni sadarkaa adda addaatti mul’ate akka salphaatti kan ilaallamuu waan hin taanef karoora
hojii bara 2017 keessatti dhimma sirritti ilaallamuu qabuudha. Kana malees ciminoota bara 2016
keessatti mul’ataan sadarkaa olaanaan itti fayyadamuun hanqinoota mul’atan immoo hundeerraa
dhabamsisuun galtee karoorawwan keenya itti aanu tasisuun galmoolee keenya milkeessuuf
qabanne tumsa cimaa ta’een raawwachuun dhiimma murteessaa ta’a.Haaluma kanaan yeroo
raawwii hojiin keenyaa qulfiin bara 2016 raayyaa misoomaa cimaa ta’ee sadarkaa baadiyyaa fi
magaalatti kallattii hojii keenya karoorfamee raawwachuuf nu dandeessisuuf ijaarrame hojii
misoomaa qabamee akka fixaan baasu gochuu.

2.Sakatta’iinsa Naannoo(environmental scan)

1. Aanaan Yaayyaa Gullallee Aanota Godina sh/kaabaa 16’n keessaa ishee tokko yoo
taatu,yeroo ammaa kana rakkoolee gurguddoo,wal-xaxoo ta’an kan duraan biyyattiin
qabdu madda irraa haquuf karoora guddicha jechuunis karoora guddinaa fi
tiraanisfoormeeshinii baafatanii raawwii isaas Aanoolee adda dureen hojiitti hiikuuf
tattaaffii cimaa jalqaban keessaayis tokkoodha.
2. Xiyyeeffannoo guddaan keessattuu imaammataa fi tarsiimoon Mootummaan baase
akkaatuma barbaaddameen akka hojiitti hiikkamu hordofuu fi deeggaruu,Bulchiinsa
gaarii mirkaneessuu,JBAH fi SMBKT/BSC hojiirra oolchuun tajaajilamaan tajaajila
saffisaa,qulqullina qabu akka argatu gochuuf deeggarsi fi hordoffiin gaggeessuun
barbaachisaadha. akka Aanaa keenyaatti sochii bal’aan godhamuudhaan bu’aan
qabatamaa ta’e galmaa’aa dhufee jira.
3. Daangeffamni Aanaa keenyaa Bahaan Aanaa D/Libanoos fi Wucaalee, Lixaan Aanaa
Dagam, Kaabaan Aanaa Giraar jaarsoo, kibbaan Aanaa Muloo fi Godiinaa shawaa Lixa
Aanaa Ada’a Bargaatiin kan daangeffamtudha. Aanaan yaayyaa Gullallee magaalaa
gudditti mootummaa naannoo oromiyaa finfinnee irraa km 114 fi magaalaa gudditti
godinaa Fiichee irraa km 26 fagattee kan argamtuudha.

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 3
4. Haalli teessumaa lafa ishee Baddaa Daree fi Gammoojjii yoo ta’uu Aanaan Yaayyaa
Gullallee Gandoota Baadiyyaa 17 fi Bulchiinsa Magaalaa 2 kan qabdudha. Ummaatni
Aanaa kana keessa jiran irra caalaan Qonnaan bultoota.
3. Baayina Uummatta Aanaa
1. Baay’ina Uummata Magaala Dhi. 15800 Du. 17500 Ida’ama 33300
2. Baay’ina uummata baadiyyaa dhi-33803 du-28346 ida-62149
3. Walumaagalatti Uummanni Aanaa keenya Dhi.38,185 Du.34,034 Ida 95449 dha.

4. Haala Qillensaa (Agro—Ecology)


 Badda %27.5 ,Badda daree% 41.17Gamojjii%31.78
5.Haala Teessuma Lafaa
 Urufaa%56 Bu’a bahii%11 halayyaa%7 Tabba fi gaara%26
6.Akaakuu Biyyoo
 Gurachaa %51,Diima%21,Cirracha%11,Kan biroo,%17
7.Haala itti fayyadama lafa
 Lafa qonnaf oluudanda’u 25403 hek Lafa bosonaaf oluu 1354.35hek Lafa dhedichaf
olu4741 hek,kan biro 2147 hek
`3.Ergama Paartichaa
 ciminaa itti fufsiisuu fi dogongoroota sirreessuun gara boqonnaa qabsoo itti aanuutti
ce’uuf Gurmaa’iinsa cimaa ijaaruu dha.
 walitti makamiinsi kaayyoo fi gochaa partilee hundaa humna akka haaraatti ittiin
hojjennu ijaarrachuun badhaadhina itti fufiinsa qabu mirkaneessuudha.
 Jijjiiramoota damee siyaasaa, dinagdee fi hawaasummaarratti galmeessine babal’isuu,
dogongoroota sirreessuu fi boca paartii fedhii fi faayidaa dhaloota har’aa fi egeree
eegee qabsaa’u uumuudha.
4.Mul’ata
 Itoophiyaan Fakkeenya Badhaadhinaa Afrikaa taate arguudha.
5.Duudhaalee Paartichaa
 Kabaaja Lammilee fi Ummattootaa
 Haqa qabeessummaa
 Obbolummaa
 Wal-kabajaa fi Wal-danda’uu
 Tokkumaa Sab-daneessaa Paartii kenyaa

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 4
2.Ka’umsa Karoora Bara 2017

2.1.Haala Keessoo Paartii Keenyaa fi Ergamoota Keenyaa Itti Aanan

Karoora Motuummaan keenya qabate milkeessuuf sochiin keessoo paartii keenya keessatti
hojjannu murteessadha. Keessattuu raayyaa misoomaa qulqullina ilaalchaa fi gahumsaa qabu
ijaarree omishaa fi omishtummaa dachaa fi isaa ol dabaluudhaaf gaheen inni qabu olaanaadha.
Bara 2016 keessatti humna raawwachisummaa humnoota misoomaa sadeen /paartii ,
mootummaa fi uummataa/ cimisudhaaf leenjiiwwaan adda addaa geggeessaa
G/Galeessaa(aanaa)irraa kaasee hanga gaggeessaa Ganda fi miseensa paartii kenyaatti kennamaa
turaniiru. Kun ta’uu isaatiin hojii bonaa keessattis ta’ee gannaa keessatti bu’aawwaan akka
salphaatti hin ilaallamne galma’aanii jiru.Caasaa keenyaa aanaa irraa kaasee hanga gandaatti jiru
akkasumas ummanni keenyaa sochii qabatamaa keessatti akka cimaniif bu’aa isaanitiin akka
madaallaman taasifmee jira.

Hojii keessoo paartii keenyaa keessatti calqabbiiwwaan olitti tuqaman akkuma jirutti ta’ee
rakkooleen /hanqinaaleen/ bara 2017 keessatti hiikkaachuu qabaniif xiyyeeffannoo guddaa
barbaadaan ni jiru. Isaanis
1. Geggeessaan keenya sadarkaa sadarkaadhaan jirus ta’ee miseensi keenyaa hojmaata paartii
keenyaa kabajuudhan Waltajjiiwwan idilee sadarkaa sadarkaadhan gaggeeffamuu qaban karaa
idila’een, karaa bilchinaa fi ittifufiinsa qabuun geggeessuu irratti hanqina guddatu jira.

2.Hojmaanni paartii keenyaa bilchinaa fi itti fufiinsaan geggeefamuu dhabuu irraa kan ka’e
ilaalchi fi gochaan kiraasassabdummaa geggeessaa keenyaa fi miseensaa keenyaa biratti
guutumaa guututtii kan hin dhabamnee fi bifa adda addaatiin kan calaqqisuudha. Hojmaata
paartii fi qajeelfama paartii irratti hundaa’uun karaa guutuu ta’een ragaa guutuu qabachuun
muudama kennuu fi muudama irraa yeroo buusnu Hanqiina akka qabuttii ilaaluun ni danda’ama.
Kana malees qajeelfama irratti hundaa’uun sadarkaa guddinaa kennuufi sadarkaa irraa buusuun
qulqullinaa fi itti gaafatamuummaa barbaadamuun hojjachuu irratti hanqinni akka jiruutti
ilaaluun danda’amee jira.

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 5
1. Geggeessitoonni fi miseensoonni keenyaa Ijaarsa ollaa fi garee misoomsa keessatti argaman
hojii isaanii irraatti adda duree ta’uu dhabuuni fi guirmaa’insi paartii keenyaa adda dureen
hogganamuu dhabuun kan namatti agarsiisuu hojiin keessoo paartii keenyaa cimaa deemuu
dhabuu isaati
2. Qorannaawwan sadarkaa sadarkaadhaan gaggefamaa turee rakkoleen adda bahan ka’umsa
isaa waliin ka’uudhan geggeessaan keenyaa sadarkaa sadarkaan jirus sochii raawwii hojii
rakkoowwan mul’atan kana gahumsaan hiikuu akka danda’an hojiin dandeettii
raawwachiisummaa cimsuu bal’inaan kan itti deemmamu ta’a.
3. Deemokiraasiin keessoo paartii keenyaa hanga barbaadame cimuu dhabuu irraa kan ka’e
ilaalchoonnii boodatti hafoo ta’an gara waltajiitti haalli itti bahaniif ilaalchaa sirrii ta’een
haalli bakka bu’aa ture rakkoo waan qabuuf nama hojii fi bu’aa qabatamaadhan madaaluu
irraatti hanqina guddaatu ture jechuun ni danda’ama. Kana irraa ka’uun ifatti wal irraatii
qabasaa’uu irraa wal-haamachuun waan dhugaa hin taanee wal irratti haasofsiisuun, darbee
darbee kan mul’atu.
4. Walumaagalaatti ciminoota gama sochii keessoo paartii keenyatiin bara 2016 keessatti turan
daraan cimsuudhan hanqinoota turaan karoora bara 2017 keessaatti galchuun karoorsuun
seeliin motora taatee hojiiwwaan misooma fi hojiiwwan gama paartiin jiran akka sochooftuuf
karoorsun kan hojennuu ta’uu kan qabuudha.
3. Xinxalaa haala walii gala.

3.1. Haala Hoggansa.


A.Cimina
 Hojii Olaantummaa seeraa Kabachiisuuf hojii opeereshinii nageenya irraatti adda
durummaan hirmachuu
 Hojii Olaantummaa seeraa Kabachiisuuf hojii Eegumsa irraatti kannen hidhatanis ta’eehin
hidhannees bobba’a jirachuu.
 Olaantummaa seeraa sadarkaa Aanatti mirkanneessuuf gandoota keessaa seenun hojii
misooma hojjacha jirachu.
 Hoggansi siyaasa fi hojii nageenyaa hojjetamuun uummata ijaaruun olaantummaa paartii
keenya mirkaanessaa jirachu.
 Ergama gama mootummaa fi paartiin itti kenname bahachuunf qophaa’ummaan jiru
olaanadha
 Uummata fi humna nageenyaa waliin qindeessuun opereeshiniin nageenyaa akka milkaawuuf
hojjechaa jiraachuu
 Tarkaanfii diinarraatti fudhacha jirachu.

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 6
B.Hanqina
 Hoggansi hundi xiiqii fi kutannoo wal-fakkaataa hojimaata paartii lafa qabsiisuu fi hojii
hunda wal-faana qindeessanii hojjachuu irratti harcaatiin jiraachuu.
 Sochii diina hanga dhumaatti hordoofuun haala kennu dhabuu.
 Raga seelii diina haala barbadameen haala guutu kennu dhabuu.
 Hojii uummata mobilize gochuu hanga barbadamee deemamuu dhabuu
 Eggattummaan fi abdii kuttaannaan hooggansa muraasa bira jiraachuu
 Caasaa oddeeffaannoo diinaa ruluchiisuu danda’uu ijaaruu dh
3.2.Haala Hooggansa Gandaa.
A. Cimina

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 7
 Ergama Paartii fi Mootummaan itti kennamee bahachuf haanga aarsaa lubbuutti of
qopheessuun hojjechaa jira

 Xiiqii fi kutannoon gaggeessaa bu’uuraa haala Hoo’ina Qabuun miira taajiltummaa


qabatanii socha’uu eegaluu.

 Hojii dhuunfaa isaa dhiisani gahuumsan hojii Olaantummaa seeraa Mirkanneessuu fi


Hojii Raayyaa Ittisa Biyyaa Deggaruu irrattii Uuumataa sochoosaa jiraachuu

 Bara kana karaa adda ta’een gaggeessitoonni bu’uuraa humna rawwaachisummaa


Looltummaa fi Leenjii siyaasaa booda ilaalchota Olaantummaa seeraa mirkanneessuuf
isaan xaxaa ture keessaa bahuun danda’amuu isaa.

 Ilaalcha aantummaa qabatanii hojii uummataa fi kan dhuunfaa isaanii wal simsiisanii
hojjachuu jalqabuun jiraachuu.

 Qabsoo Gitaa gaggeessuu irratti jalqabbiin jiru gaarii ta’uu.


B.Hanqina.

@ Abdii kutannaan darbe darbee namoota muraasa biraatti mul’achu

@ Gaggeessitoota bu’uuraa muraasa biratti Haala Biyyaa fi Naannoo Hubachuu dadhabuun


dhiiba’ummaan hojii jiraachuu

@ Ganda tti of danda’anii Hogganuu caala eeggattummaan Darbee darbee jiraachuu

@ Gaggeessummaa kennaniin hojii hunda Paartii,Nageenyaa fi Misoomaa walqixa


sochoosuu dhabuu

 Of danda’anii gaggeessummaa isaan irraa eeggamu kennuurra Qaama aanaa irraa


deeggaru eeggachuu
3.3 Haala miseensaa kutaa hawaasaa adda addaatin
3.3.1 Haala miseensa Qo/ bulaa
A. Ciminaa
Diinan osoo darsifamuu hojii innisheetivii haara lafa qabsisuuf hojjacha jirachu.
Ergama akka paartii fi mootummaatti kennamu fudhatanii hojiiti hiikaa jiraachuu isaanii
Galii mootummaa isaarra barbadamuu kanfalacha jirachu.
Diinaa fi seelii diinaa,Fuula haaraa saaxilaa jiraachuu fi odeefannoo haala diina kennu.
Qabsoo gitaa araraama hin qabne soda tokko malee qabsaa’uu eegaluu

B. Haanqina
Hawaasni sadarkaa baadiyyaa jiru muraasni sodaa keessaa bahu dadhabu.
Haala yeroo wallaluun qalaayinsa gabaa akka waan mootumaan uumetti fudhachu.

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 8
Gaaffii hawaasaa sadarkaan jiru sagantaa taa’een eeggachuu irraa battalumatti deebii
baarbaaduun jiraachuu.
Haawaasni baadiyyaa muraasni raayyaan ijaarramee adda durummaan socho’uu dhabuu
Odeeffannooo battalaa fi ho’aa ammallee kennuu dhabuun kan jiru ta’uu

3.3.2 Haala miseensa Jir/ magaala


A. Cimina
Deeggarsa qaama nageenyaaf gocha jirachu .
Soda tokko malee diinarraatti tarkaanfii fudhacha jirachu.
Deeggarsa Hojii Olaantummaa seeraa mirkanneessuuf deggaruu.
Qe’ee fi naannoo isaa gurmuun eggacha jirachu.
Diina fi gocha diina balaleeffachuu.
Olaantummaan seeraa akka mirkanaawuuf gahee isaan iraa eeggamu bahaa jiraachuu
Hojii Tajaajila lamummaa sadarkaa magaalattii hojjetamu amantaan fudhachuun
rawwatamaa jiraachuu
Xiiqii fi kutannoo Paartii keenya irratti qabaan dabalaa dhufuu
B.Hanqina
Ilaalchi diinaa fi seelii diinaa hundee irraa of keessaa balleessuu dhabuu
Diinaa fi seelii diinaa saaxilaa dhabuu
Sochii seelii diinaa magaalaa keessattii jiru hundee irraa balleessuu dadhabuu
Miseensa muraasa biratti marii seelii irratti argamuu dhabuu
Odeeffannoo battalaa kennuu dhabuu kan jiruu ta’u
3.3.3Haala Miseensa MII
A. Cimiina

Kayyoo fi tarsimoo PB fudhachuun hojitti hiika jiraachu


Ofii fi biyyaa jijjiruuf carraqu
Hojii nageenya keessaati qaama nageenya deggara jiraachu
Qaama nageenyaa loojistikii fi haala kennun daggara deemu
Misooma walii keessatii hirmachaa jirachu.
B.Hanqina

Diina fi seelii diina saxiluu dadhaabu


Sodaa
Qabsoo gita ifaatti gaggeessuu dhabuu
Eggatummaan jiraachu
Xiyyeffannoon olaantummaa seeraa toora inveestimaantii eegumsaan jiru akkaa wan laafettii
kaasuu

3.3.4 Haala Mis- Hoj/Mootummaa


A.Cimina
Ergamoota akka paartii fi mootummaan kennamaan fudhatanii hojjechaa jiraachuun

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 9
Qabsoo gitaa gaggeessaa jirachu
Hojii eggumsa irraatti hirmachaa jirachu.
Olaantummaan seeraa akka mirkanaawuuf sochii isaan taasisaa jiraan gaarii ta’uu
Kenni tajaajila mana hojii mootummaa fooyya’aa akka deemu gahee isaanii bahachaa
jiraachuun
Miiraa tajaajiltummaa gonfachuun hojjechuun jiraachu .
Seelii diinaa dabarsee kennuu irrattii karaa adda ta’een hojjechaaa jiraachuu

B.Hanqinaa
Hojii ofii ammallee hojjettoota muraasa birattii of danda’anii hojjechuu dhabuu fi
eeggattummaan jiraachuu
Hojjettoota qubaan lakkaawwamu biratti jijjiirama dhufe kana ija shakkiin ilaaluu isaanii
Hojjetaan Mottummaa Hunda bifa walfakkatuun Tajaajila uummataaf kennuu dadhabuu
Miseensii hundii wal-qixaa qabsa’uu dadhabuu fi harkifannaa durtureen liqinfamuu.
Miseensi hojjataa mootummaa muraasa biratti ijannoo laafaa qabaachuu
3.3.5 .Miseensa Barsiisaa
A.Cimina
Haala diina hubachuun ijjennoo diinarraatti qabacha dhufu.
Deggarsa bakka gaafatameetti gocha jirachu.
Odeeffannoo Sochii diinaa Haala Nagenyaa irratti kennuun kan jiru ta’uu.
Nageenyaa fi tasgabbiin manneen barnootaa keessatti akka dhufuuf barsiisota hedduu
biratti waan fooyyeen jiraachuu
Ejjennoo Paartii keenyaaf qabaan barsiisota heddu biratti fooyya’aa dhufuun
Barsiisota biratti fedhiin miseensa paartii keenya qabaan dabalaa dhufuun
B.Hanqina
Barsiisota muraasa biraatti ammas sodaan jirachu.
sababaa rakko nageenya godhachun hojiif xiyyeefannoo kennu dhabu.
Sochii xixiqqaa diinni taasisuun manneen barnootaa cufuuf yaaluu.
Haala walii galaa dhaabbilee barnootaa keessa jiru beekuu dhabuu.
Barsisoonni muraasni magalarraa deddebiin jiraachuu
Barsiisoonnii muraasni yaadaan diina faana jiraachuu .

4 Xinxaala Haala Alaa /Miti Miseensa


4.4.1 Haala ummata baadiyyaa
A.cimina
Qonnaan bulaa baay’een gara miseensatti dhufa jirachu.
Hojii misooma irraatti osoo diinan dorsifamuu lafa qabsisuuf hojjacha jirachu.
Deggarsaa adda adda gocha jirachu
Qonnan bulaa miti miseensaa baay’een jijjiirama dhufee amantaan fudhaachuun akkaa
waan gaarittii ilaalama
B.Hanqina
Qabsoo gitaa araraama hinqabne gaggeessurrattii malnadhibdeen jiraachuu
Hojii hirmannaa ummataan hojjetaman siyaasaa walqabsiisuun harkifannaan jiraachuu

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 10
Hojii misooma hundarraattii fakkeenyummaa qabaachuu dhabuu
Oddeeffaannoo haala diinaa akkataa barbaadameen kennuu dhabuu
Hirmannaa hawaasaa irratti rincicuun jiraachuu
Waltajjii hawaasa irratti hirmaachurraattii of qabuun jiraachuu
4..4.2 Haala ummata Magaalaa
A .cimina
Deggarsa dhimmaa nageenya fi misooma irraatti gocha jirachu.
Diina saaxila jirachu.
Odeefannoo haala diina kenna jirachu.
Hojiwwaan hirmannaa ummaataa magaalaan hojjetaman irrattii gurma’insaa bahee hojjete
Deggarsa qaama Nagenyaaf taasisaan jiraachuu
B.Hanqina
Guutumaatti sodaa keessaa bahuun qabsoo gita gaggeessuu dadhabu.
Hojii qalaayinsa jireenyaa akkaa waan mootummaan uumettii fudhachuun komii kaasuu
Daldalaan muraasnii jijjiirama dinaagdee akkaa hin jirreettii kaasuun ni jira
Namoota diinatti makamaan deebisuu dadhabu.
Daddabarsaa meeshaa seeraan alaa irratti hirmaachuu
4.4.3 Miti miseensa MII
A .cimina
Miti miseensi imx miseensaa qixa jiijjiiramaa dhufuu isaa raga bahuun jalqabauun ni jira
Kabajamuu olaantummaa seeraaf gahee addaa durummaa ni baana jechuun qindoominaaf
banaa ta’uu isaa
B.Hanqina
Ololaa diinaa irrattii fuldura dhaabbaachuun dhabuu
Hojii uummatanii hojjechuu caalaa Eeggattummaan hojii mootummaa jiraachuu
Oloaan raafamuun oddeeffaannoo diinaa irratti kennamu faana hiriiruun jiraachuu
Diinattii makamanii ajandaa diinaa fi gocha diinaa waliin raawwachaa jiraachu
4.4.4. Miti Miseensa Hoj/Mootummaa
A .cimina
Kakka’uumsaa tajajjiltummaa ummataaf yeroo isaanii bal’aa isanii arsaa kaffaluun kan
tajajilaaniidha
Eejjeennoo paartiin kun qabate ijaa kaayyoon ilaaluun qixa miseensaa qabsoo sanaaf
barbaachisuu gaggeessuun jiraachuu
Ergamaa addaa duruumaa isaanii mirkanneeffachuun immanaa mootummaa galmaan
gahuuf ergamaa lammummaa isaani irraa eegamuu bahachuuf sochii taasisaa kan
jiraaniidha
Deeggarsa qaamolee nageenyaaf taasisaan abdachiisadha
B. Hanqina
Miiraa qabsoo keessattii ofqabuun jiraachuu
Soda fi abdii kuttaannaan jiraachuu
Hojii mootummaa baayeesaa paartiitti hojjechuu qaba jeechuu miti miseensa hojjetaa
mootummaa muraasaa bira jiraachuu
Hoji baayee hoggansaan akkaa hojjetamuu of qabanneesuu fi ofirraa dhiibuun ni mul’ata
4.4.5 Haala Miti Miseensa Dafqaan Bulaa

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 11
A.cimina
Dafqaan bulaan heedduun hojii humnaa hojjechuuf ofii fi maatii isaanii jijjiiruuf
kakka’uumsaan hojjechaa jiraachuu
Eejjeennoo fi kuttannoo hojii nageenyaa hojjechuuf qaban jajjabeessadha
Ergamaa addaa duruumaa isaanii bahachuufis tajaajila lammummaan irratti hirmannaa
bal’aa taasisaniiru
Deeggarsa qaamolee nageenyaaf taasisaan abdachiisadha
B.Hanqina
Dafqaan bulaa muraasni diinaaf loojistikii dhiyeessuu
Seelii diinaa fi dinnaatti makamuuf yaaluun ni jira
Soda fi abdii kuttaannaanhamaan jiraachuu
Hoji baayee hoggansaan akkaa hojjetamuu of qabanneesuu fi ofirraa dhiibuun ni mul’ata.
5. Haala gurmaa’insa paartii fi mootummaa
5.1 Gurmaa’insa Paartii(Hundee Paartii)
A. Cimina
Karoora hogganama deemu.
Wal sadarkeessaa deemu.
Qabsoo gita gaggeessaa jirachuu
Gaggeessitoota adda dureen hogganama jirachu.
Ergama fudhachuun hojiitti hiika jirachu.
Koree nageenyaa garee misoomaa keessattii ijaaramuun gahee irra eegamaa bahaa
jiraachuu
Qabsoo gama paartii keenyan eegalamee galmaan gahuuf ijaaromsii murteessaa ta’uu
irrattii waliigalamee karaa sanaan kan ijaaramee ta’uu isaa
Hawaasnii baadiyyaa misoomaa irrattii rayyan ijaaramanii sochi misoomaa hunda
keessaattii amantaa guutuu fi addaa durummaan gahee isanii akkaa bahaatanif carraa
uumamee ta’uu isaa amantaan fudhatamee jira
B. Hanqina
Sirni deeggarsaa fi hordoffii hundeen paartii seeliidhaaf godhu laafaa tahuu.
Ilaalchii dogongoraa kara guutuu ta’een adda baasun itti fuufiinsaan qabsaa’anii sirreessuu
irra ittiin liqimfamuu
Hojimaata paartii eeguu dhabuun ammallee darbe darbee mullachuu isaati.
Dandeettii fi Gahuumsa humna rawaachisuumaa cimsachuu dhabuu
5.2.Seelii paartii
A. Cimiina
Koreen bifa haarawaan hojiitti galuu isaanii
Mariiwwaan miseensa seelii waliin eegalamuu isaanii akka waan gaaritti kan jiru ta’uu
Hoggantootan seelii waliin marii jalqabamuu isaanii mariiwwaan sadarkaa garagaraatti of
danda’anii Mari’achuu fi ergama kenname bahachuu
Wal-sadarkeessaa deemuun jalqabamuun akka waan gaariitt jalqabamuu isaa
B. Hanqina
Seeliin hundi sochii wal-qixa mariirrattii argamuu dhabuu
Hojimaata paartiif bitamuu dhabuu
Nageenyarratti karaa Gurmi Gaachana Sirnaan hirmaachuu dhabuun Jiraachuu

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 12
6. Haala Dargaggootaa
A.Cimina
 marii adda addaa irraatti yaada ofii karaa soda of keessaa hin qabneen
tarkaanfachisuu.
 Dargaggonnii hojii dhabdummaa keessaa bahuun waldaan gurma’uun
dinagdee isaanii guddifachaa jirachuu.
B.Hanqina
 sabaaba sodaatiin ergama itti kennamee karaa guutuu ta,ee bahachuu dhabu.
 Yaada diinattin liqqimfamu
 Olaantummaa diina afaarsuu
 Dargaggoo muraasni diinatti makamaa jirachu
 Koreen hojii raawwachiiftuu walda dargaggoo sadarkaa aanaa fi Gandaatti
walqixa socha’uu dadhabuu
 Gurmaa’nsi Waldaa dargaggoo akkaataa karoorfameen fi ergama
dhaabbataniif raawwachuu dadhabuu
 Hidhannoo loltummaaf of qopheessuu keessatti hanqinni guddaan jiraachuu
 Deeggarsa qaama Nageenyaaf taasifamu irratti harkiffannaan jiraachuu
7.Haala Dubartootaa
A.Cimina
 Odeeffannoo kennuun Sochii diinaa adda baasanii kennuu irratti ejjannoon
jiru gaarii ta’uu.
 Hubannoo kennamaa tureen soda keessaa bahuun Eejjannoon diina irratti
qaban dabalaa dhufuu .
 Xiiqii fi kutannoon Dubartoota keenya bira jiru imala eegalame itti
fufsiisuu fi milkaa’ina argame tiikfachuuf jiru gaarii ta’uusaa.
 Diina saaxilanii keennuun dabalaa dhufeera.
 Sohii diinaa fi Seelii diinaa hordofuun eeruu kennuun walqabatee haallijiru
fooyya’aa kan dhufe ta’uu.
 Deeggarsi Qaama nageenyaaf taasisan akka aanaa keenyatti hirmaannaan
dubartootaa gaarii ta’uu fkn;- Nyaata bilcheessanii kennuu ,maallaqa
walitti qabuun deeggarsa adda durummaan kennuu irratti haalli
dubartootaa gaarii ta’uu.
 Taatee diinni Miseensa keenya irratti raawwateen osoo hin jilbiiffatin
ammallee qabsoo itti fufanii gaggeessaa kan jiran ta’uu.

B.Hanqina

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 13
Abdii kutannaa irraa kan ka’e Diina saaxiluu irra callisuun darbee darbee
kan mul’atu ta’uu
Qaama muraasa rakkoo nageenyaa uumuuf socho’an sakatta’anii saaxiluu
irra sodaachuun kanjiru ta’uu.
Ammallee Seelii diinafi diina dabarsanii kennuu irra sababa sodaatiin
dhoksuun kan muul’ ate ta’uu.
Sodaarraa kan ka’e Diinaf Nyaata qopheessuun illee gandoota diinni qabatee
jiru irratti kan jiru ta’uu.
8. Xinxalaa Haala Alaa

8.1 Haala sochii diinaa


 Iddoo sochii diinaa (Gandoota Gammoojjii 7 dhaabbiin yoo socha’an Magaalaa
Laman irraa kan hafe seenaanii ba’uun nama butuu)
 Iddoo tokkotti yeroo tokko mul’achuun iddoo jijjiiruun of baay’isuu.
 Yeroo yeroon magaala gallee dhaabbilee mootummaa ni mancasna jechuun burjaajii
hawaasa magaalaa keessatti uumuu.
 Sochii fallaa qaama nageenyaan loowanii nama butuun jiraachuu
 Olola isaanii dachaan olkaasaanii hasofsiisuu
 Tarkaanfiiwwan sukkaneessaa raawwachuun sodaa uumuu
 Haala Qaamolee nageenyaa ilaaalanii socha’uu.fkn Yeroo opireeshiniin qaama
nageenyatiin gaggeeffamu jala ol deebi’uun nama butuu, Ganda bilisa ba’e deebi’anii
qabachuu.
8.2.Meeshaa diinni ammatti qabatanii socha’an
1. Bireenii
2. Isnaparii
3. Kilaashii
4. Meeshaa boodatti hafaa.
8.2. Haala sochii caasaa keenyaa
@ Haala sochii diinaa dadhabsiisuu hojjetamaa jira
@ Kaayyoo Mootummaa galmaan ga’uuf Qe’ee fi Qabeenya isaa dhiisuun
Sadarkaa Aanatti qinda’anii hojii nageenyaa hojjechaa jiraachuu.
@ Caasaa oddeeffannoo cimaa sadarkaa sochii diinaa hordofuun qabaachuu
@ Halkaanii guyyaa osoo hin jedhiin hojii nageenyatiif dursa kennuun
Hojii eeggumsaa fi sakkata’iinsaa irratti bobba’uu.
@ Seeli diinaa saaxilamaan to’annoo jala oolchaa jiraachuu

9 .Qaaccessa Raawwii Hojii Bara 2016

Ciminoota Fi Hanqinoota Waliigala Turan


A.cimina.
 Marii sad. Sadaarkaan godhameen hawaasni diinarratti qabsa’u jalqabu

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 14
 hojii karooran hogganuu fi sadaarkeessaa jirachuu.
 Caasaa keenyaa sadarkaan jiruu waliin mari’achuu fi gahee adda durummaa isaa irraa
eegamuu akka bahan godhamu
 Marii kutaalee hawaasaa adda addaa ganda giddugaleessa godhate sadarkaa gandaa fi ijaarsa
gandaa gadiitti gaggeessuun garee xixiqqaan ejjannoo qabsiisuu, araarama tokko malee
bakka jirutti diina barbadeessuu
 Marii kuataa hawaasan mata duree adda addairrati marisiisuu fi mariin booda
murteeffachisaa deemu.
 Hojii nyaata barattootaf xiyyeeffannoon hojjacha jirachu.
B.hanqina.
 Bu’aawwaan Hojii Siyaasaa fi nageenyaan dhufan yeroo jedhaamee keessaattii gabaasa
kennu dhabuu.
 Bittaa boondii karaa barbaadameen deemu dadhabu.
 Deggarsaa Rayyaa Ittisaa Biyyaa Akkataa Karoora Gadi Bu’ee aanaalee hundi artiin hojiitti
galuu dhabuu.
 Diina hundee irraa balleessuu dadhabu.
 Hoj-maata paartii lafaa qabsisuu dadhabu
10.Kaayyoo fi Galmoota Karoora Bara 2016

10.1.Kaayyowwan bara 2017


 Qulqullina ilaalchaa deemokraasii warraaqsaa irratti uumudhaan humna
raawwachiistummaa paartii keenyaa mootummaa fi ummataa cimsuuf ijaaruun raayyaa
adda hojii hundaarratti gaggaragalee raawwatuu fi ilaalchoota faallaa kaayyoo keenyaa
kan ta’an kiraa sassabdummaa, dhiphummaa, of-tuulummaa fi mankaraarsitummaa irratti
qabsa’uu fi ol’antummaa kaayyoo misoomaa fi diimokraasii uumuudhaan
fayyadamummaa ummataa mirkaneessaa deemuu.
 Hirmannaa ummata cimsuun nagenya amaansisa fiduun rakko nagenya furudha.
A. Humna raawwachiistummaa paartii keenyaa cimsuunii fi sirna demokraasii diriirsuun
ilaalchi misoomaa fi ijaarsaa raayyaa kan akka ilaalchaa fi gochaa kiraa sassaabdummaa
ittiin bulinnaa fi ilaalchaa farraa demokraasii qabsoo hirmaannaa miseensaa fi ummata
bal’aa finiinsuun sirreessuuf hojjechuu.
B. Humna raawwachiistummaa gaggeessaa fi miseensaa keenyaa itti fufiinsaan ijaaruun
paartii keenyaa ijaarsaa raayyaa hundarratti gahee gaggeessummaa adda dureen akka
bahu taasisuun karoora bara kanaaf karoorfame sadarkaa ol’aanaan raawwachuu.
C. Humna raawwachiistummaa misoomaa sadeen (paartii, mootummaa fi Ummataa)
ijaaruun mata mataa isaatiinis gahee isaanii akka bahaan gochuu fi qindoominaan
dhimma hojjetamuu irraatti ammo qinda’aanii akka raawwatan gochuun fayidaa
uummataa mirkaaneessaa deemuu.
D. Hudhaalee ilaalchaa fi gochaa kiraa sassaabdummaa dhiphummaa of tuulummaa
mankararistummaa fi hanqinaa dandeetti sivil sarvaantii (caasaa mootummaa) keessatti

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 15
mul’atu karaa guutuu ta’een hiikuunii fi raayyaan ijaaruun ergama isaaf kenname
gahumsaa fi qulqullinnaan akka bahu gochuudhaan fayyadamummaa ummataa
mirkaaneessuu.
E. Gurmaa’insa ummataa cimaa umuudhaan raayyaa misoomaa hojii hundaa gaggaragalee
hojjetu ijaaruu.
F. Sochii ummataa hoo’aa uumuun ilaalchaa fi gocha farreen nageenyaa saaxiluu fi hojii
farrummaa isaanii fashaleessuu (doomsuu)
G. Hojii sub-qunnamtii ergama isaa bahatuufi qulqullina qabu hojjechuun ilaalchi
mootummaa misoomawaa fi dimookraatawaa ol’aantummaa akka argatu taasisuu

10.2.Galmoota

Qulqullina ilaalchaa hoggansaa, miseensaa fi ummata keenyaa keessatti uumuun


ilaalcha misoomwaa fi deemokratawaa bal’isuudhaan siyaas dinaagdeen misoomaawaa
baadiyyaa fi magaalaa keessatti ni babala’ata.
Qulqullina ilaalchaa hoggansaa, miseensaa fi ummata keenyaa keessatti siyaas
dinaagdee kiraa sassabdummaan ni dadhaba.
Ilaalchi kira sassaabdummaa, Dhiphummaa of-tuulummaa fi mankaraarsitummaa sivil
sarvaantii keessatti mul’atu irratti qabsaa’uun ilaalcha misoomaa fi deemkraatawaatiin
bakka busuudhaan raayyaa sivil sarvisii cimaa uumuun fayyadamummaa ummataa
karaa guutuu ta’een mirkaneessuuf ni hojjetama.
Humnoota misooma sadeen (paartii, mootummaa fi ummata) ijaaruu fi cimsuun hojii
keenyaa kan bara 2015 karaa guutuu ta’een ni raawwatama..
Rakkoon bulchiinsa gaarii fi ilaalchi kiraa sassabdummaa akka dadhabu ilaalchi
misoomawaa fi deemokraatawaa itti fufiinsaan akka cimu ni taasifama.
Hojii sub-qunnamtii ummataa bu’aa qabeessa ta’ee hojjechuun ijaarsi sirna
deemokraatawaa fi misoomawaa cimaa deemuu isaa mirkaneessuu

11.Hojii Ijoo Bara 2017

 Hojii Nageenya
 Hojii Paartii
 Mariiwwaan sadarkaa addaa addaatti taasisuu.
 Faayinaansi paartii irraatti hojjechuu
 Hojii ilaalchaa jijjiiruu ykn ilaalchaa qaruu
 Bulchinsaa gaarii lafa qabsisuu
 Hojii miidiyaa fi komunikeeshinii
 Hojii siyaasaa cimsuu.

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 16
 Hoj-mataa paartii keenya lafa qabsisuu.

12.Tarreeffama Hojilee Gurguddoo Bara 2017

hojii ijaarsa dandeetti cimsuu


Qayabannaa seelii karaa idilaa’een gaggeessuu

Marii guyyaa guyyaan tasisuu

Konfiraansii sad.aanaa hanga gandaati gaggeessuu

Ceephoo fi ceephama tasisuun miseensa sadaarkeessuu

Buusii paartii cimsuu

Leenjii garagaraa sad. Adda addati kennu

13. Hojii Ijaarsa Dandeetti Cimsuu

A.Hojii ilaalcha jijjiiruu

B. Leenjii Gaggabaaboo

C. Wal-tajjilee ijaarsa dandeetti adda addaa

D.hojii nagenya

E.Bulchinsaa gaarii hojii irraa oolchuu

F. Hojii paartii .

 Baay’inaa miisensaa paartii,seelii fi H/partii mare seelii irratti hirmachuu qaba

T/ Miseensa Waligala Baay


L Kutaa Hawaasaa Dhi Du Ida Baay. H/Paar Seeli
1 Mis.H/Mootummaa 105 36 141 3
2 Mis.Q/Bulaa 6628 3581 10209 26
3 Mis.Jiraataa Magaalaa 514 458 972 8
4 Mis. IMX 108 80 188 1
6 Mis.Barsiisaa 94 36 130 10
87 Mis.Barataa 119 354 473 8
9 Miseensa Ekistenshinii Fayyaa 0 23 23 0
10 Mis/ Hojj/ Misoomaa Hundaa 19 10 29 0

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 17
11 Mis/ manajera 12 7 19 0
Ida'ama 7599 4585 12184 56

G .Konfaransii Paartii Gaggeessuu

Kurmana kurmanaan gaggeessuu

14.Kallattii RaawwiiKaroora Bara 2017


1. Hojiiwwan keenya hojjennu hundaa miiraa haaromsaatiin, xiiqii fi kutannoodhaan
hojjechuu qabna , hoo’ina sochii haaromsaa keessatti eegalamee itti fufsisuudhaan
hojjechuu qabna.
2. Hojii hunda hoj-mataa fi qajeelfama paartii fi mootummaa eeguudhaan hojjetamuu
isaanii mirkaneeffachuu qabna.
3. Hojiiwwan hojjennu hunda ilaalchaa dimokiraatawaa fi haala hirmaachisaa
ta’een ,amansiisuudhan fi utubaalee dimokiraasii keessoo paartii keenyaa fi ummataa
eegnee hojjechuu fi gochaalee farra dimokiraasii araarama malee qabsoofnee sirreessuu
qabna.
4. Hojii keenya hunda kaka’umsaa cimaa fi kutannoodhaan hojjechuu
5. Hojiiwwan keenya hunda ijaaramnee raayyaadhaan hojjechuudhaan hojii ulfaata
salphaatti , hojii yeroo fudhatu , yeroo gabaabaatti hojjennee jijjirama bu’uuraa fiduutu
nurraa eegama.
6. Haala aanaa fi gandoota keenyaa beekuudhaan hoogganuu dhabuun keenya armaan dura
gati guddaa kan nu kafalchisee waan ta’eef yeroo kamiyyuu haala gadi fageenyaan
xiinxalaa deemuun haala beeknee haalicha karooran jijjiruu qabna.
7. Hojii hojjennuu hunda keessatti kallatti adda addaatiin ummataa keenyaa bal’inaan
hirmaachisuun ummanni hojii keenyaa irratti iftoomina akka qabaatu gochuu
8. Hoji hojjennuu kauu qabataman lafarraatti agarsiisuu, bu’aa qabataman madaluu fi
jijjirama qabatamaan dhugoomsuudhaan hojii sab-qunnamtii keenyaa cimsaa, ummataan
wal amantaa horachaa deemu qabna.
9. Hojiiwwan keenya hojjennuu hunda gabaasa gadi dhufuun qofa bu’uura godhannee
deemuu manna , qabatamaadhan lafa irra jiraachuu isaa sadarkaa gabaafameen jiraachuu
isaa dhugoomsuu fi hordoffii fi deeggarsaa addaan hin citnee taasisuudhaan sirna itti
gaafatamummaa mirkanessaa deemuu qabna.
10. Hojii hundaa qabsoo gitaatiin gaggeessuudhaan rakkooleen osoo hin kuufamin hiikaa
deemuu fi rakkoolee ittiin buliinnaas dhawaatan hiikaa dimokiraasummaa keessoo
keenyaa bal’isaa fi dagaagsaa deemuu qabna.
25. Karoora Kana Milkeessuuf Haala Mijataawwan Jiran
Gurmaa’insi mootummaa fi paartii keenyaa sadarkaa fooyyee qabuun ijarramuu isaa .
Dambii ,qajeelfamaa fi hojimaatni paartii keenyaa karaa ifa ta’een gadi bu’uu isaaii
Ayidoloojii ifa ta’ee fi paartilee kaan irraa kan daaa nutaasisu qabaachuu keenya
Kutannoo fi murannoon miseensi keenya paartiikeenyaaf qabu gaarii ta’uu
Xiiqii fi kutannoon koree qindeessituu aanaa fi koree hoggansa paartii bira jiru gaarii
ta’uu
Gochi diina ummata biraatti fudhatama dhaba dhufu

16.Rakkoowwan Qunnamuu Danda’an.

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 18
Rakkon nageenyaa akka biyyaa fi aanaa keenyatti jiru ariitiin hiikkachuu yoo baate
hojimaata paartii keenyaa lafa qabsiisuuf rakkoo ta’uu danda’a .
Qullqullummaan miseensaa sadarkaa paartiinkeenya barbaadu irra gahuu yoo baate walitti
makamiinsi hariiroo miseensaa numuu dachuu danda’a
Xiiqii fi kutannoon miseensaa fi hoggansaa walqixa sadarkaa barbaaddame irra gahuu yoo
baate gurmaa’insa paartii fi mootumma lafa qasiisuuf rakkoo ta’uu danda’a
Tasgabbiin siyaasa biyya keenyaa sadarkaa gaarii irra gahu yoo baate rakkoon nageenyaa
numuudacchuu danda’a .
Rakkoo baajatatin wal qabaate akkata barbaadameen leenjii kennuu irraati hanqinni
jirachuu mala.

17. Rakkoolee Muudachuu Danda’an fi furmata isaanii

17.1.Rakkoolee Muudachuu Danda’an

Haala rakkoolee nageenyaa gandoolee tokko-tokko keessatti mul'atuun hojiileen


karoorfaman raawwachuu dadhabuu.
Jarmiyaaleen karaa qindominaa qabuun walitti dhufanii hojiilee karoorfaman kanneen
raawwachuu dhabuu
Dameewwaan gurma’ina waldaalee sadarkaan jiru hogganan ergama haadhoo isaanii
dhisuun hojii dabalataa keessa dhokachuu.
Koreewwaan Waldaalee hundii walqixaa hojii ogganuu dhabuu
Hojiiwwaan ilaalchaa qarruu kutaalee hawaasa hunda biratii bal’inaan hojachuu dhabuu.
17.2 .Furmaata rakkoowwan.
Hojii hojjenu qaama nageenya waliitti hidhamnee hojjechuun bu’uuraa akka rakkoon
nageenya hiikatu gochuu
Dambii fi qajeelfama paartii keenyaa miseensa keenya hubachisuun hidhannoon isaa
akka cimuu gochuu
Hubannoo hawaasa keenyaa sadarkaa sadarkaan jiran cimsuun dhibbee Covid 19 ittisuu
akka danda’an gochuu.
Akkata karoorfameen reyoon rawwaachuu
Baajata jiru sirnaan fayyadamu
Keessoo miseensaa,hoggansa fi hawaasaa qulqulleessuu

Dameewwaan gurma’insa sadarkaan jiraan hundii dame ummata fi koochoo ummataa


bakka bu’ee kanaa yoo cimsinee galmootaa gurguddoo misooma, nageenyaa fi
dimookraasii qabataman sana milkeesuu dandeenya karaa jedhuun amantaan guutuun
hojii keessa galuun koreewwn jarmiyaalee cimsaa deemuu fi miira jijjiirama biyyi
beenya keessa jirtuun hojjechuu.
Hawaasa bal'aa keessatti jijjirama ilaalcha fidinee rakkolee dinagdeef hawwasummaa
isaan qaban furaa deemuun haaromsa biyya keenyaa guutu mmaatti lafa qabsiisuu
qabna.. Kanaafuu jarmiyaleen hunduu xiqii fi kutanaan hojachuun dhimma filaanoo hin
qabinee akka ta’ee hubanee milka’inaa hojjachaaf kan yeroo kamii caalaa qabsoo
uummata keessatti roga hundaan taasifamaa jiru deggerrudhaan ijaarsa uummataa
cimsuu qabna

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 19
18.Sirna Deeggarsaa fi Hordoffii

Cheeklistiin hojii hogganama deemu.


Hojii sadarkeessaa deemama. jirachu
Qindoomina ijaaroomsa sadaarkaa aanaa hanga gandaatti jiraan cimsuun gandoota aanaa
keenya keessa jiran kilaastaraan qooduun deeggarsa gochuu.

Deggarsii fi hordoffiin gaggeefamuu bilchinaa fi itti fufinsaan kan gaggeefamaa jiru ta’uu
isaa.

Hojii misoomaa fi Paartii guyyaa guyyaan hordofamuun fooyyee ta’uu.

19 .Sirna gabaasaa ilaalchisee

Gabaasnii kamiyyuu yaa’insaa isaa eeggachuu qaba


Gabaasnii gandarraa dhufuu bekkamtii hundeewwaan paartii gandaatiin dhufuu akkaa qabu
Gabaasni dhufuu qabsoo gitaatiin dhufuu qaba
Gabaasni dhiyaatee yeroo fi sagantaa isaa kan eegee ta’uu qaba
Gabaasnii dhiyaatuu ragaadhaan kan deggaramee fi qulqulluu ta’uu qaba
Gabaasnii seeliirraa hundee paartii,hundee paartirraa gara waajira paartittii fi barreeffamaan
dhufuu qaba

20.Sirnaa gamaggammaa

Hojiwwan karoorfannee qixa barbaaddamuun hojii irra ooluu kan danda’u gaaggamaan
hanqina jiru adda baafanee kallattii fuula duraa kaawuun yoo sirreefamee fi tarkaanfiin
hojicha foyyeessuu danda’u yoo fudhatamee dha. Bu’uruma kanaan karoora bara 2017
keessattii ;-
Hogaansii fi miseensi raawwii hojii isaa bu’ura godhachuun ji’a ji’aan ceephoo fi
ceepha’ama gaggeessuu kunis waggaatti yeroo 12 ta’a.
Baatii sadi sadiin bu’aa ceephoo fi cepha’amaa miseensaaf dhiyeessuun qorachiisuu .
Ji’a sadi sadiin ceephoo miseensa irraa dhiyaate fudhachuun deebii itti kennuu
Qorannaawwan amala leenjii qaban ji’a sadi sadiin raawwii karoora hojii irratii gageessu
Qorannaa garee misoomaa torbee lamaa lamaan gaggeessuu
Qorannaa damee garee misoomaa guyyaa sadi sadiin gaggeessuu
Qorannaa seektaroota mootummaa kurmaana kurmaanaan geggeessuu
Hojimaata qorannaa, ceephoo fi ceepha’amaa hojii gidduu galeessa godhate gaggeessuu.

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 20
21 .SirnaDuub-deebii

Hojiin tokko hojjetamee sadarkaan irra jiru erga addabaheen booda maal akka fakkatuu fi
eessa akka gahe addabaasanii beekuun murteessaa ta’a .kanaafuu , gurmaa’insi keenya maal
irra akka jiru fi hojiiinni hojjete adda baasuun duubdeebii guyyaan ji’aa fi kurmaanaan adda
baasuun duubdeebiin yeroo isaa eeggate kan kennamu

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 21
34 .SagantaaRaawwii

Gabatee Sagantaa Raawwii Hojii Gurguddoo Damee Siyaasaa paartii Badhaadhinaa A/Y/Gullallee kan bara 2017

Lakk Gosa Hojii ijaarsaa fi siyaasaa hojjetamuuf Saf Facaatii Hojii Ijaarsaa fi siyaasaa kurmaanaan
karrofaman

Karoora
waggaa
Kurmaana 1ffaa Kurmaana 2ffaa Kuraamna 3ffaa Kurmaana 4ffaa
Ado Hag Ful Onk Sad Mud Ama Gur Bito Eb Cam Wax
e
1 Qophii Karooraa Ilaalchisee
1.1 Karoora Waggaa gurmaa'ina paartii Lakk 
akka qophaa’u tasiisuu
1.2 Miseensa dhuunfaa lakk 
Seelii Lak 353 
Hundee paartii Lak 56 
2 Humna Raawwachiisummaa Miseensotaa Yeroo 2 1 1
cimsuuf leenjii haala mijjeesuun kennuufi.
2.1 Humna raawwachisummaa caasaa gandaa Yeroo 2 1 1
cimsuuf leenjii haala mijjeesuun kennuuf.
3 Maree adda addaa gaggeesuu 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
3.1 Maree koree qindeesituu Aanaa gaggeessuu Yeroo 24 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2

3.2 Maree Hoggansaa paartii Aanaa gaggeessuu Yer 24 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2

3.3 Maree Hoggansaa Aanaa gaggeessuu Yer 24 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2


3.4 Maree Koree qindeesituu gandaa Yer 24 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2
gaggeessuu
3.5 Maree Hoggansaa paartii Gandaa Yer 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
gaggeessuu
4 Hojii Siyaasaa Ilaalchisee
4.1 Koonfaransii Hundee paartii Gaggeessuu. Yeroo 4 1 1 1 1

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 22
4.2 Sochii ilaalcha faallaa paartii keenyaa adda %n 100% 100%
baasuun saaxilaa deemu 100 100 100 100 100 100 100 100 100 100 100
% % % % % % % % % % %
4.3 Kabaja Ayana paartii keenyaa waggaa 31 1 1
ffaa kabajuu
Waltajjii Idilee Hundee paartii gaggeessuu Yeroo 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
4.4
4.5 Waltajjii idilee seelii gaggeessuu Yer 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
4.6 Waltajjiiwwan qabsoo Diriirsuun Ceephoo Yeroo 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
fi ceepha'ama miseensaa gaggeessuu
4.7 Gurmaa’insa Paartii sadrkaan jiru hundee Lak 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
paartii,seelii fi hanga Miseensa dhuunfaa
sadarkeessuu
5 Qorannoo Haalaa Gaggessu ilaalchisee

5.1 Haala Qaamolee Hawaasaa Gara garaa Yero 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1


gaggeessuun irratti hojjechuu
6 Qabiinsa Ragaa Ilaalchisee Yero 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
6.1 Orneela miseensa hard koppii fi soft koppiin Yero 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
qabachaa deemuu
7 Hojiiwwan Gama Waldaaletiin
Hojjetamu qaban
7.1 Gama Waldaa Q/bulaa
7.1.1 qonnan bulaan dhimma nageenya keessatti %n 100% 100 100 100 100 100 100 100 100 100 100 100% 100
rayyan ijaramuun nageenya nannoo isaanii % % % % % % % % % % %
akkaa eegatan tasiisuu
7.1.2 qonnan bulaan keenya abba qabeenyaa %n 100% 100 100 100 100 100 100 100 100 100 100 100% 100
ta’uuf dorgommii keessa akka galuu % % % % % % % % % % %
tasiisuu.

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 23
7.2 Gama waldaa dargaggoon

7.2.1 Dargaggonnii hojii nageenyaa keessaatii %n 100% 100 100 100 100 100 100 100 100 100 100 100% 100
gahee addaa durummaa isaanii akka % % % % % % % % % % %
bahaatan tasiisuu
7.2.2 Namoota dadhabaa gargaaru Lakk 100 100
7.2.3 Dhabbii biqiltuu irraatii dargaggoon Lakk 8000 8000
rayyaan akka hojetaan tasiisuu
7.3 Gama waldaa Dubartoota
7.3.1 Dhabbii biqiiltuu irratti rayyadhan Lakk 13mil 13mil
ijarramuun akka dhabaan tasiisuu.
7.3.2 Qulqullina magaala fi nannoo isaniirrattii Yeroo 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
bobba’anii akka hojeetanii tasiisuu
7.3.3 Rayyaan DMD cimsuu of danda’aan akka yeroo 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
hojeetanii tasiisuu
7.4 Gama Waldaa Barsiisotaan hojii
hojjetamuu
7.4.1 Mirgaa fi faayyidaa barsiisotaa eegsiisuu yeroo 100% 100 100 100 100 100 100 100 100 100 100 100% 100
% % % % % % % % % % %
7.4.2 Nageenyaa Mana barumsaa kara guutuu yeroo 4 1 1 1 1
ta’eeni akka eegamuuf marii barsiisoota
waliin tasiisuu
7.4.3 Mana barumsaa haawataa akka ta’uu fi yeroo 4 1 1 1 1
qulquuliina barnoota irratti b/sota marisiisuu

Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 24
Karoora Hojii Damee Siyaasaa Waajjira Paartii Badhaadhina A/Y/Gullallee Bara 2017 Page 25

You might also like