Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 2

Waajjira Abbaa Alangaa Aa/Malkaa Balloo 56 waliin wal qabsiisuun murtii dirqisiisaa laatee jaarsummaan ilaale ykn dhimma

ilaale ykn dhimma mana hojii


ture. duraan keessa turetti qabatee ture irratti tajaajila
abukaatummaa kennuu dhabuu,tajaajila kenneef
✔ Abukaatoon tajaajila maamilaaf kennuuf kanfaltii kanfaltii hayyamameen ol gaafachuu ykn
tajaajila kenneen walmadaalu kanfalchiisuu kanfalchiisuu dhiisuu,firii dubbii maamilli ibsateen
danda'a malee kanfaltii dambiin/seeraan hin ala ykn dhimma bu'uura seeraa hin qabne irratti
Teessoo keenya:- eeyyamamne kanfalchiisuu hin qabu.Kanfaltii himata qopheessuu ykn falmii gaggeessuu
kanfaltiiseef nagahee kennuu qaba,Labsii dhabuu,guyyaa beellamaa sababa gahaa malee
- Bil :- 0977514311 Lakk.182/2013 keewwata 28(3).
- Telegraama:- Waajjira Abbaa A/A/M dhaddacharraa hafuu dhiisuu,maallaqa ykn
qabeenya maamila isaa ykn abbaa dhimmaa kan
✍ Abukaatoon kamiyyuu dhimma walitti bu'iinsa
Bara 2016 biroo irraa fuudhuun abbaa seeraa(abbaa alangaa)
faayidaa qabu irratti tajaajila ogummaa
(hojjattoota qaamolee haqaa biraatiif) kennuu ykn
Binimoslawyer: abukaatummaa kennuu hin qabu,Labsii keewwata
kennuuf yaaluu dhiisuu,dhimma maamila isaaf ykn
#Naamusa_Ogummaa_Abukaatoo_Dhuunfaa_Abu 36(3).
nama biroo raawwachiisuuf ammaalaajummaa
kaatoo_Ittisaa_fi_Barreessaa_Dhimma_Seeraa: dhaquu dhiisuu,dhuganii machaa'uu/baala
#Dhaddachi_Ijibbaataa_Mana_Murtii_Waliigala_F
ederaalaa jildii 21ffaa lakkoofsa galmee 110507 sammuu nama hadoochutti ykn araada nama
Ogummaan abukaatummaa hojii kabaja guddaa
ta'een "abukaatoon tokko haala walitti bu'iinsi qabsiisutti fayyadamuu ykn iddoowwan kabaja
kan qabu,sirna haqaa galmaan gahuu fi ummatni
faayidaa uumamuu danda'uun garee ogummaa abukaatummaa salphisutti argamuu
tajaajila qulqulluu akka argatu taasisuu keessatti
walfalmitootaa adda addaa bakka bu'uun falmuu dhabuu fi gocha ogummaa abukaatummaa
gahee ol'aanaa waan qabuuf,naamusa ol'aanaa
akka hin dandeenyee fi gocha akkanaa raawwatee tuffachiisu maamila isaa/nama biroo irratti
kan gaafatuudha.Kanarraa kan ka'e abukaatonni
yoo argame seeraan kan isa gaafachiisu ta'uu" raawwachuu dhiisuuf dirqama qaba.#Gochoota
jireenya dhuunfaa isaanii keessatti gocha
Labsii Lakk.182/2005 keewwata 36(3),Dambii kanniin raawwatee yoo argame #balleessaa
ogummicha xureessuu danda'u irraa of qusachuu
Lakk.57/92 keewwata 10_13 wal qabsiisuun murtii naamusa cimaatiin kan gaafatamu ta'uu Labsii
qabu.
kennee ture. Lakk.182/2005 keewwata 36 fi Labsii
1️⃣#Abukaatoo_dhuunfaa: Lakk.189/2007 irraa hubachuun ni danda'ama.
✍Abukaatoon kamiyyuu dirqama falmii keessatti
Abukaatoon kamiyyuu qaama dhimmi isaa qabu bahuu,odeeffannoo maamila isaa ykn ✍Abukaatoon kamiyyuu sababa gahaa malee
ilaallatuuf amanamaa ta'uu qaba. odeeffannoo tajaajila ogummaa isaatiin argate hayyama abukaatoo haaromsuu yoo dhiise,yeroo
kamiyyuu iccitummaa isaa eeguu,qabeenyaa fi himanni naamusaa isarratti ilaalamaa jiru ykn
👉Namni abukaatoo ta'ee maamila isaa bakka bu'ee sanada maamilaa eeguu,hayyama haaromsameen tajaajila argachuuf dhufetti jeequmsa yoo kaase
iyyatni Mana Murtii dhiheessu dhugaa ta'uu hojjachuu,waa'ee isaa ykn tajaajila abukaatummaa ykn gocha kabaja namaa xiqqeessu yoo
dursee qulqulleeffachuuf dirqama akka kennu irratti ibsa sobaa ykn ibsa nama dogoggorsu raawwate,haala dhimmi irra jiru yeroo yeroon
qabu;abukaatoon kamuu hojii ogummaa seeraa kennuu dhabuu,dhimma maamila isaa ilaalchisee maamila isaatiif odeeffannoo sirrii ta'e yoo
yeroo raawwatu maamila isaatiif,garee wal firii dubbii irrattis ta'e dhimma seeraa irratti
falmitootaatiif,Mana Murtiitiif,ogeessota kennuu baate,#balleessaa naamusa salphaatiin
qaama 3ffaaf odeeffannoo soba ta'e kennuu
seeraatiif,ogummaa isaatii fi hawaasa hundaaf itti gaafatama,Labsii keewwata 37.
dhabuu,gocha heeraa fi sirna heerichaan faallaa
gaafatamummaa, amanamummaan fi ta'e raawwachuu dhabuu,ragaa sobaatiin ykn ibsa 2️⃣#Abukaatoo_Ittisaa:
dhugummaan bahuu akka qabu sobaatiin ykn dogoggorsuudhaan hayyama
#dhaddachi_ijibbaataa_Mana_Murtii_Waliigalaa_ abukaatummaa argachuu dhabuu,yakka hannaa fi Abukaatoon ittisaa hojii abukaatummaa raawwatu
Federaalaa jildii 11ffaa lakkoofsa galmee 67146 gowwoomsuu raawwachuu dhabuu,sanada sobaa irratti ogummaa isaa hojii irra oolchuuf dirqama
ta'erratti seera deemsa falmii hariiroo hawaasaa fayyadamuu dhiisuu,Abbaa Seeraa(Abbaa Alangaa) qaba.Dirqamni kunis Mana Murtiitti itti
keewwata 92,dambii Lakk.57/1992 keewwata 29 fi (Dubbii Fixaan) yeroo hojjataa turetti dhimma gaafatamummaa isatti kenname bahuu,falmuu, fi
hojii waajjirarraa fi hojiilee wal qabatee dhufu dhiisuu,iccitii maamilaa baasuu dhiisuu,abukaatoo
biroos raawwachuu fa'a. fakkaatanii abbaa dhimmaatti dhihaachuu
dhiisuu,waa'ee isaa ykn tajaajila kennu irratti ibsa
✔Abukaatoon ittisaa shakkamaaf ykn himatamaaf sobaa ykn ibsa nama dogongorsu kennuu
kan dhaabbatu dhugaa baasuu fi haqa dhiisuu,ragaa sobaa/ibsa sobaa ykn
mirkaneessuufidha.Shakkamaan sobaan akka dogongorsuudhaan eeyyama barreessaa dhimma
adabamu ykn sobaan bilisa baasisiisuufii miti. seeraa argachuu dhiisuu fi garee wal falmitoota
lamaaniif iyyannoo seeraa barreessuu dhiisuuf
👉Abukaatoon ittisaa shakkamaa tokko akka hin
dirqama qaba.#Gochoota seeraan dhorkaman
sobne,akkasumas yakka biraa akka hin raawwanne
kanniin raawwatee yoo argame,#balleessaa
gorsuun naamusa ogummaa isaa waan
naamusa cimaatiin itti gaafatama.
ta'eef,maamila isaa kallattii kanaan ijaaru yookiin
amansiisuu qaba.Abukaatichi naamusa cabsee yoo 👉Barreessaan Dhimma Seeraa kamiyyuu hayyama
argame akkaataa koodii naamusaa osoo hin haaromsine yoo hafe,iyyannoo seeraa
tumameen/seeraan itti gaafatama. keessatti jechoota kabaja namaa tuqanitti yoo
fayyadame ykn kaffaltii tajaajila kennamu waliin
3️⃣#Barreessaa_Dhimma_Seeraa:
wal hin madaalle yoo kanfalchiise,#balleessaa
Barreessaan Dhimma Seeraa kamiyyuu gaaffii salphaan/seeraan itti gaafatama,Labsii Kenniinsa
maamila isaa irratti hundaa'uudhaan bu'uura Hayyamaa fi Bulchiinsa Abukaatoo fi
seeraatiin tajaajila iyyannoo seeraa barreessuu ykn Barreessitoota Dhimma Seeraa Lakk.182/2005
waliigaltee adda addaa qopheessuu qaba,Labsii keewwata 65 irraa hubachuun ni danda'ama.
Lakk.182/2013 keewwata 58.
Maddi:-M/teyib Nure Law Office:Seeraa fi Haqaa
✔Barreessaan Dhimma Seeraa kamiyyuu tajaajila
Galatoomaa
kenneef kaffaltii tajaajilaa madaalawaa ta'e
kanfalchiisuu,kanfaltii kaffalchiiseef nagahee #BINIMOS
kennuu,fi qaamni barreeffameef irra deebi'amee
haa barreeffamu yoo jedhe,Barreessaan Dhimma Join Our telegrame channel
Seeraa barreeffamicha qopheessee kaffaltii
dabalataa malee sirreessaa barreessuuf dirqama https://t.me/Mnure88
qaba.Labsii keewwata 61.

✍Barreessaan Dhimma Seeraa gaaffii fi yaada


maamilaatiin ala iyyannoo ykn waliigaltee
barreessuu dhabuu,dhimmoota unkaaleen tajaajila
bilisaa ittiin kennaman bakka jiranitti iyyannoo
seeraa kanfaltiidhaan barreessuu dhabuu,hojii
ammaalaajummaa(waahelummaa) hojjachuu
dhabuu,eeyyama dhorkamee ykn hin
haaromsamneen hojjachuu dhiisuu,abbaa
dhimmaa irraa ragaalee ykn sanadoota fuudhanii
dhoksuu ykn teessoo dhaabbiirraa dhabamuu

You might also like