Qajeelfama ittisaafi to'annoo garaa kaaasaa2015

You might also like

Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 40

Waajjiira Eegumsa Fayyaa Aanaa

Shanan Dhuuggoo Bara 2015

Garaa kaasaa (baasaa) fi haqsaa ariifachiisaa

1
1. Ibsa
Garaa kaasaafi haqqee arfachisaan ilbisoota (jermii ) ijaan hin argamineen
kan nama qabuudha. Namarra gara namatiis nyaata, bishaanfi kan biro
jermi dhukkuba kana fidaniin falaamaaniin kan darbuudha. Namni
dhukkuba kanaan qabame garaa kaasaa bishaan taheefi ol baasu wal irra
hinciineen midhaa guddaan waan irra gahuuf yeroo gababaa keessati ni
du’a.
Dhukkubbini kun akkata wareeraan biyya keenya keessatti mul’achaa
tureera. Keessuma wareeri bara 1963 baha, giddu galeesaafi kiiba
Itoophiya galee ture waggaa tokkoof turee nama bayyee ajeeseera. Bara
1966 fi 1978 wareerii dhukkuba kana akka ture ni yadatama. Bara kanaas
ji’a Ebila keessa naanno Gambeela aana 4 keessatti mul’ate nama 2,300
dhukkubsachissudhaan lubu nama 18 sababa kanaan darbee to’atamu
dandahameera.
Naannoo Oromiyaas ji’a Waxabajii, 1998 irra jalqabe godina Arsii
lixaatti dura kan mul’ate fii godina Arsi, Gujii, Baleefi Baha Shawwa fi
kanbiroo keessaatti akka babalate nibeekama. Namooni bayeen
kandhukkubsattanii fii kan du’an tahuu isaa nibeekkama.
Weerarri kun akka Aanaa keenyaatti bara 2001 dhuma irratti Aanaa
Zoonii Waldayaa fi Mole irratti akka weeraraatti ka’ee namoota baayee
kan miidhe fii haalumawalfakatuun bara 2003 dhuma irratti ka’ee garuu
bara san dhibeen kun osoo hin babalatin To’atamuun isaa niyaadatama.
Bara kana keessatti Naanoo Oromiyaa godina 4 keessatti rakkoon kun
kan mullatee fi gara godina keenyaatti kan tarkaanfachu deemu yommu
tahu , yoo tahu yeroo ammaa Dhibeen Godina olla keenya keesatti
shakkamaatooni dhibee kanaa mullatee jira.

2. Mallattoo dhukkubicha
 Garaa kasaa bishaanfi arfaachisa tahe
 Haqisiisuu
 Afaaniifi araba goguu
 Goga himimaanii
 Fincaan xiqachuu
 Sunturuu dhagina nama
 Ijii keessati galu
3. Haala dhukkuba kanaaf nama saxillan
1. Nyaata dheedhii faalamee ykns kan hin bilchaanne nyaachu
2. Bishaan faalame dhuguu fi
3. Qulqulina qaamafi naannoo eeguu dhissuuni

2
4. Wareera kana babal’issuuf haala jiru
1. Qulqulini qaamaf naannoo akkasummas kan
bishaanii xiqaa tahu fakkenyaaf:
 Hagguguun dhiyyesa bishaan qulqulu xiqaachuu
 Hagguguun saaniteeshini xiqaachuu
 Ummatin Aanaa bishaan dhugaati kan laga ya’u waan
fayyadamuuf

2. Bokkaa guddaa bal’innaan roba jiru fi loola


ummama jiru
 Yeroo ammaa bokkaan bayyinaan robaa jiru loolaa ummuudhaan
iddo adda addaati rakkoo ummaa jira. Loolaan kuniis haqina
qulqulina qamaafi bishaani jiru wajiin dhukkubni kun caalati akka
babal’atu gumaacha gudda godheera. Ittisafi to’anno bu’a qabu
rawwachuufiis dhimma kana beekuufi yaadachuun
barabaachiisadha.

3. Dhukkubooni akka babal ‘atannif gumaachaa


kan jiraan
 Hir ‘ina nyaataa
 Abootiin warraa hundi mana fincaanii fayyadamuu dhabuu
 Humni dhukkuba offira dhorkku xiqachu

5. Tarsimoo gurguudo ittisaafi to’anno wareera


kanaa
1. Koree qindeesitu ittissafi to’annoo garaa kaasafi hoqisisu
arfachiisaa dhaabu
2. Hubanno ummuufi hawwasa sochosun ykn kakasuun hirmachissu
3. Qulqulina qamaafi naannoo eguu
4. Sarveelansii, ittifayyadamaafi waljijjira odeffanno cimsu
5. Dhukkubsatoota yaaluufi qorannoo laboraatori samuuda gageessu
6. Waan barbachissan qorcha, Qarshi, geejiba, humina nama fi kan
biro dhiyyeessu
7. To’annofi hordofii haala walirra hincineen ademsisu.

Tarsimoo kana hojiirra olchuuf yaada keessa galuu kan qaban:


 Caasa fayyaa fi bulchinsa isaa kan amma jiru
 Dhimmota dhukkubni kun akka ummamuuf akka babal’atan
godhaan

3
 Yeroo ammaa sababa bokkafi loolan babal’achu wareera kana
 Walkeessa deemuufi sochii ummata gudda tahunsaa
 Muxanno wareera naannoo biroo
 Qajeelfamoota ‘ IDSR Guideline, Selected epidemic prone
diseases, WHO Guidelines’

6. Koree qindeesitu ol aana wareera garaa kaasaafi


hoqisu naannoo Oromiya

Gahe hojiifi ittigafatamuuma koree kanaa (TOR)

1. Koree kun itti wamamni isaa Preezedantii motummaa naannoo


Oromiyaaf ykn kan isaan bakka busaniif taha
2. Ittifufinsi hojii koree kana hanga wareerii kun dhabbatuutii.
Haatahu malee yeroo barbachiseti wamaame hojii kana fakkatuuf
itti fufuu ni dandaha.
3. Koreen kun walgahi torbaniti guyyaa tokko ni gageessa, kana ala
yoo barbachise haala wamichi godhameen ni raawwata.
4. Koreen kun of jalati koree xiqa adda addaa ni kurfeesa. Karoora
hojii akka baafatan ni godha. Raawwii hojiis ni horodofa.
5. Wareera kana ittissufi to’achu akkasumaas yaaluuf kan
barbachissan hunda ni murteesa, haalati argamu ni mijeessa, qaama
ilaaluuf akka ergamu ni godha, itti fayyaadamaas ni hordofa.

4
Miseensota koree
1. Prezeedantii motuummaa naannoo Oromiya Walti qaba
2. Hogganna biiroo eegumsa fayyaa Oromiya barreessa
 Hoggana Biiroo
 Qajeelcha ittisafi to’anno dhukkuba
 Qajeelcha HEP, EFN fi IEC
 Qajeelcha dhimma dubartootafi fayyaa matii
 Qajeelcha tajaajila fayyaafi leenjii
 Qajeelcha busa
 Tajaajila bulchinsafi rabsa qorcha
 Tajaajila laboratory
 Tajaajila faayinaansi
3. Biiroo misooma bishaani
4. Biiroo misooma baadiyaafi qonnaa
5. Komishina qophiifi ittisa balaa
6. Biiroo odeefannofi walqunamtii ummata
7. Biiroo barnoota
8. Dhabbilee mit motummaa
 WHO
 UNICEF
 OCHA
9. Adama hospital
10.Walda ogeesota fayyaa
11.Dhabbilee fayyaa dhunfaa

Koreen ol aanaa wareeraa kun hojii itti keename fixaan baasuuf


koree xixiqa kana gadii ni qabata;

1. Koree hubannoo ummuufi hawwasa sochosu


2. Koree haayijiniif eegumsa fayyaa naannoo
3. Koree sarveelansiifi, odeffannoo
4. Koree dhukkubsatoota yaaluufi qorannoo laaboraatori samuuda
5. Koreewwaan barbaachissan qoricha, Qarshi, geejiba, humina nama
fi kan biroo dhiyyeessu
6. Koree to’annofi hordofii

5
Gahee hojii koreewaan xixiqaa naannoo
Lak Maqa koree Gosa hojii Yeroo rawwii miseensoota agarsistu
xixiqaa
1 koree  Odefanno ummataaf darbu ni Wareeri  Odefanno darban
hubannoo qopheessa, ni tamsaasa hanga  Qajeelcha ittisafi  Baruule barsisuf
ummuufi Karati odeefannon darbu; dhabatuuti to’anno lataman
hawwasa  TV dhukkuba  Walgahii
sochosu  Postara  Qajeelcha HEP, gageesaman
 Barulee qopheessun EFN fi IEC  Namoota
 Radiyoo kan Itiyoophiya,  qajeelcha leenjifaman
naannoo, barnoota, FM, Faanaa misooma
Waltajii hubanno ummu bishaani
 Walgahii
 Mana barnoota  Deskii
 Dhabbilee amanti odeefannofi
 Mana manati walqunamtii
 Hojii hubannofi hirmaana  qajeelcha
ummata cimsu rawwachuu barnootaa
 Dhabbile mootummaa, mit  WHO
motummaa fi namota  UNICEF
beekamoo ni hirmachisa
 Qajeelfama leenjii ni
qopheesa,
 Leenjiis ogeesa fayyaaf,
qonnaaf, hojeetoota

6
odefannofi qunamtiif,
barsisotaaf baka butoota
biroolee addaa addaafi baka
butoota ummataaf ni gageessa

7
2 koree 1..Barumsa haayijiniifi eegumsa  Qajeelcha EPF,  Walgahii
haayijiniif fayyaa ni qopheesa , ni tamsaasa EFN,fi IEC gageessame
eegumsa  Biiroo misooma  To’annofi hordofi
fayyaa Xiyyefannoon keenamu bishaani ademsifame
naannoo  Ijaarsaafi ittifayaadama mana  Biiroo misooma  Leenjii gageesame
fincaani badiyaafi qonna  Namoota
 Kossi walti qabuufi maqsu  UNICF leenjifamaan
 Qulquliina qaama  Gabaasa qinda’e
 Qulqulina bishaanii  Karoora qopha’ee
2. To’annofi hordofi iddo wareeri galee dhiyyate
ni
gageessa Guyyaa
3.Barumsa haayijiniifi eegumsa fayyaa 15niin
keenamuusa ni hordofa
4.Samuudni bishaani akka qoratamuuf Guyyaa
haala ni mijeesa 15niin
5 Rakko mul’ataaniif furmata
sadarkassati keena
6.Gabaasa to’annofi hordofi,
gamaagama rawwii hojii sarveelaansi
qindeesudhaan koree ol anaa qindeesaa
naannoof dhiyyeesa
7.Manuwali leenjii ni qopheesa,
leenjiis ogeesota qonnaaf,, fayyaaf,
barsisootaafi bakka butoota ummataaf

8
ni keena
8.Karoora haayijiiniifi eegumsa fayyaa
naannoo qopheesse ni dhiyyeesa
3 Koree  Barulee dhimma kana ilaalu ni Yeroo hunda UNICEF Unka ragaaf keename
sarveelansii tamsaasa Qonaa Odefanno dhukkuba
dhukkuba fi  Unka ragaan ittii funaanamu ni Barnnoota qopha’e
odeefanno tamsasa Yeroo hunda Odeefannofi qunamti Wareera mirkana’e
 Ragaa unkati gutamee ergame ni ummata Nama ramadame,
xinxala Yeroo hunda komputera keename
 Nama ragaa qindeessufi xinxalee Tarkanfi ragaarrati
qaama ilaaluuf dhiyyeesu ni Bitooteessaa hundahe fudhatame
ramada Karoora qophaahe
 Leenjii ni keena Bitooteessaa dhiyyate
 Haala gabaasa argameen
tarkanfiin akka fudhatamu ni Yeroo hunda
godha
 Dhima kanaaf kan barbachisu ni
gaafata

9
4 Koree  Qajeelfama yaalu tamsaasu Ittifufinsaan  Biiroo eegumsa  Qajeelfama yaalu
dhukkubsatoot  Haala samudi itti funannamuufii fayyaa hirame
a yaaluufi qoratamu qajeelfama ni baasaa,  Qajeelcha ittisafi  Qajeelfama qormata
qorannoo ni tamsaasa Bitootteessa to’anno samuda hojiira oole
laboratori  Yaali keenamu ni hordofa, ni Guyyaa 15 dhukkuba  Leenjii gageesame
samuuda to’ata niin  Hospitaala  Nama leenjifame
 Hojii yaalufi laboratoriif kan Adaama  Wirtu yaalu
gargaru karoora qopheese ni Bitooteessaa  Laboratorii dhabataan
dhiyyeesa kana keessaa naannoo  Karoora qopha’e
 Manuwalii leenjiif ni qopheessa,  Dhabatoota mit dhiyyatee
leenjiis ni keena Bitooteessaa motuuma  Lakkofsa samuda
 Wirtun yaalu akkata kana keessaa  Kollejii fayyaa funaname
barbachissun dhabachusa ni  Meesha, qorchafi
mirkaneesa Itti fufinsaan
qarshi yaaluuf
 Haala dhibamtooni mana yaala ergame
Itti fufinsaan
ol aanatii ergamaan ni mijeesa
 Meesha qarshiifi qorchi akkata
barbachisun hiramuusa ni
Guyyaa 15
hordofa
niin
 Qoranno laboratorii yeroo
yerooti gageessudhaan haala
dhukkuba kana ni hordofa. Ji’a ji’aan

5 koree qoricha, Gaffii koree xiqarratti hundahudhaan Bitooteessa  Hoggana biiroo Qabeenyaa argameefi

10
meesha yaala, waan barbachisu ni qopheesa, ni kana keessaa  Itti gaafatama hirame
Qarshi, ramada faayinasiifi Gabaasa dhiyyate
geejiba, Gabaasa qaama ol aanaaf ni dhiyyeesa bulchinsa
humina nama fi Qabeenya argame hojiira oluusa ni  Tajaajila
kan biro hordoofa, ni gamagama bulchinsa fi
dhiyyeessu rabsa qoircha
 Dhabbilee mit
mootummaa
 Biiroo qophiifi
ittisa balaa
 Biiroo
faayinasiifi
misooma
dinagdee
 Dhabbilee
fayyaa mit
motummaa
 Koleejii fayyaa

11
7. Koree qindeesitu ol aana wareera garaa kaasaafi
hoqisisu godina

Gahe hojiifi itti gafatamuuma koree godina (TOR)


1. Koree kun bulchinsa godinaan gaggeesama
2. Koreen kun walgahi torbaniti guyyaa 2 ni gageessa, kana ala
yoo barbachise haala wamichi godhameen ni raawwata.
3. Torbanitii yeroo tokko gabaasa koree ol aana naannoof
dhiyyeesa
4. Koreen kun of jalati koree xiqa adda addaa ni kurfeesa.
Karoora hojii akka bafataan ni godha. Raawwii hojiis ni
horodofa.
5. Koree xixiqaan dhaabbataan walgahii guyyaa lama lamaan
ni gaggeessu. Gabaasaas koree ol aana godinaaf ni
dhiyyeessu.
6. Ittifufinsi hojii koree kana hanga wareerii kun dhabatuutii.
Haatahu malee yeroo barbachissu qaama ilaaluun
waamaamu nidandaha.
7. Wareera kana ittissufi to’achu akkasumaas yaaluuf kan hin
qabaannee hunda qindessuudhaan gaffii koree ol aanaa
naannoof ni dhiyyeesa.
8. Gargarsa argame walti qabudhaan aanoota hojii kana
gaggeesaniif ni qoda. Haalaan hojiiraa oluusa ni hordofa
gabaasa itti fayyaadamaasaas koree ol aanaa naannoof ni
dhiyyeesa.

Miseensota koree
1. Bulchinsa godina
2. Waajira faayinansifi misooma dinagdee
3. Qajeelcha eegumsa fayyaa
 Ittigafatamaa qajeelcha
 Garee eegumsa fayyaa naannoo fi IEC
 Garee farmaasii
 Garee laboratori
4. Waajira misooma bishaani
5. waajira misooma badiyyaafi qonnaa
6. waajira barnootaa
7. Polisii Aanaa
8. Waajira dhimma dubbartootaa
9. waajira qophii balaafi waabii nyaataa
10.Dhabbilee mit motuummaa

12
11.Deskii odeefannofi walqunamtii ummataa
12.Walda sivilii

Koree qindeesitu ol aana wareera garaa kaasaafi haqqee godina hojii


itti keename fixaan baasuuf koree xiqoota kana gadii ni qabata;

1. Koree hubannoo ummuufi hawwasa sochosu


2. Koree haayijiniif eegumsa fayyaa naannoo
3. Koree sarveelansiifi odeffannoo
4. Koree dhukkubsatoota yaaluufi qorannoo laboratori samuuda
5. Koree waan barbachissan qorcha, Qarshi, geejiba, humina nama fi
kan biroo dhiyyeessu
6. Koree to’annofi hordofii

13
Gahee hojii koree xixiqaa godina
la Maqa koree Gosa hojii Yeroo miseensoota agarsistu
kk xixiqaa rawwii
1 koree 1. Haala mijahaa taheen odeeffanno Ittiifufinsaa  Qajeelcha  Odefanno darban
hubannoo ummataaf dabarsa. Odeeffanno n fayyaarra  Baruule barsisuf latama
ummuufi kanaas ekspartii  Walgahii gageesaman
hawwasa o Posteerafi barulee adda EFN/IEC  Namoota leenjifaman
sochosu addaa fayyaadamuun  Deskii  Haguugu tajaajili gahee
o Radiyoo mana barnotarra  Gabaasa dhiyyateen
barnootattin ykn  Foyyo’insa raawwii
o Walgahiirratti  Deskii hojii argameen
o Mana barnootatti odeefannofi
o Dhabbilee amantitti waqunamtii
o Mana manatitti ni ummatarra
gaggeesa, akka  Deskii
gageesamuus ni godha. qonnaafi
2. Hojii hubanno, sochiifi hirmana misoma
ummata cimsu ni rawwata badiyyarra
 Dhabbile mootuma, mit  Dhimma
motuma fi namota beekamoo dhubartootaraa
ni hirmachisa  Walda siviliirra
3. Leenjii ni gaggeesa  Mit
Bitooteessa
 Ogeesa fayyaaf, qonnaaf, motuumarra
a
hojeetoota odeffannofi
qunamtii ummataaf,
barsisotaaf, baka butoota

14
biroolee addaa addaafi baka
butoota ummataaf Guyyaa 15
4. Odeeffannoon akka funnanamu ni niin
hordofa, ni gamaagama, rakkoo
qunameef furmaata ni keena

15
2 koree 1. Baruule haayijiniifi eegumsa Akkata  Qajeelcha  Walgahii
haayijiniif Fayyaarrati qophaan haala barbachiseen EPF, EFN,fi gageessame
eegumsa mijahaa taheen IEC  To’annofi hordofi
fayyaa ni tamsaasa  Qajeelcha ademsifame
naannoo misooma  Leenjii gageesame
2. Hojiiwaan kanaa gadiitii bishaani  Namoota
xiyyefanno keenna  Qajeelcha leenjifamaan
 Ijaarsaafi ittifayaadama misooma
mana fincaani
 Gabaasa qinda’e
badiyaafi Karoora qopha’ee
 Kossi walti qabuufi maqsu qonnaa dhiyyate
 Qulquliina qaama  UNICEF
 Qulqulina bishaani
Guyyaa 15niin
3. To’annofi hordofi iddo
wareeri galee ni
Guyyaa 15niin
gageessa
4. Barumsa haayijiniifi eegumsa
fayyaa
keenamuusa ni hordofa
5. Samuudi bishaani akka
qoratamuuf haala ni
torbaniin
mijeesa
6. Rakko mulataaniif furmata
sadarkassati
keena
7.Gabaasa to’annofi hordofi,

16
gamagama
rawwii hojii fi sarveelansi
qindeesudhaan
koree ol anaa qindeesaa
godinnaaf ni
dhiyyeesa
8 .Manuwali leenjii ni qopheesa,
leenjiis
ogeesota qonnaaf,, fayyaaf,
barsisootaafi
bakka butoota ummataaf ni
keena
9.Karoora haayijiiniifi eegumsa
fayyaa
naannoo qopheesse ni
dhiyyeesa

17
3 Koree  Barulee dhimma kana ilaalu ni Ittifufinsaan QITDD Unka ragaaf
sarveelansii tamsaasa WHO keename
dhukkubaa fi  Unka ragaan ittii funaanamu ni UNICEF Odeffanno
odeeffanno tamsaasa Ittifufinsaan Qonaa dhukkuba qopha’e
 Ragaa unkati gutamee ergame ni Barnnoota Wareera mirkana’e
xinxala Ittifufinsaan Odeefannofi Nama ramadame
 Nama ragaa qindeessufi xinxalee qunamti Komputera
qaama ilaaluuf dhiyyeesu ni Bitooteessaa ummata keename
ramada Tarkanfi ragaarrati
 Leenjii ni keena Bitooteessaa hundahe fudhatame
 Haala gabaasa argameen Karoora qophaahe
tarkaanfiin akka fudhatamu ni Ittifufinsaan dhiyyate
godha
 Dhima kanaaf kan barbaachisu
ni gaafata

4 Tajaajila yaalaa - Meeshaalee yaalaa sadarka Kan itti fufu Qajeelchaa - Qjeelfamoota
fi qorannoo isaa eegatee ni raabsaa ITDD yaalaa rabsaman
namuudii Hospiitala
Adaama
- Akaata samudni Itti Bitooteessaa - Qajeelfamoota
sasabamuu fi ergamuu akkaataa
danda’u qajeelfamaa fi naamunaan itti
qorannoo ni rabsa sasabamuu fi ittin
eergamu raabsaman
- Akkata yaaliin Itti keenamuu Guyyaa Laaboratori - Leenjii adeem

18
ni-hordofa, ni to’ata 15niin Nannoo

19
Yaalafi Qorannoo namudii kan Fulbana/99 Dhaabilee gargaarsa - Humina nama
barbaachisuu qorichaafi meeshaalee Koleejii Fayyaa leenjii
ilaalchisee karoora qopheesuun koree Dha. Fayyaa dhunfaa
qindeestuf ni dhiyeesa
- Manuali leenjii hin qopheesa leenjii - Sadarka isaa
hin keenaa kan
eegatee yeroof
yaala
itti keenamuu
- Gucaa ragaaleen ittin sasabamuu - Karoora
sadarkadhaan ni raabsaa meeshale
barbaachisaan
agarsisuu
- Guciin dhukkubsata irratti galma’u - Namuna
odeefanno qoranoo
hunda qabachuu ni mirkaneefataa.
adeemisifamee
- Nama raga qindeesuufi rabsuu ni - Meeshaalee
ramada yaala
rabsamee
- Adeemsa gurmaa’ina fi ibsaa - Qajeelfamoota
odeefannoo akkataa
irratti hordofii barbaachisa tarkaanfii dhukkubsatoota
barbaachisa ni mul’isa. itti
dabasaan

20
qoph’ee
rabsamee.
5 koree qorcha, Gaffii koree xiqarratti hundahudhaan Fulbana/99  Hoggana biiroo Qabeenyaa
meesha yaala, waan barbachisu ni qopheesa, ni  Itti gafatama argameefi
Qarshi, geejiba, ramada faayinasiifi hirame
humina nama fi Gabaasa qama ol aanaaf ni dhiyyeesa bulchinsa Gabaasa
kan biro Qabeenya argame hojiira oluusa ni  Tajaajila dhiyyate
dhiyyeessu hordoofa, ni gamagama bulchinsa fi
rabsa qorcha
 Dhabbilee mit
mootuma
 Biiroo qophiifi
ittisa balaa
 Biiroo
faayinasiifi
misooma
dinagdee
 Dhabbilee
fayyaa mit
motuma
 Koleejii fayyaa

21
8. Koree qindeessaa Aanaa.
- Koreen kuni itti wamamnii isaa bulchisaaf ta’a.
- Ummuriin koree kanaa hanga dhukubnii weerera kuni to’annoo jala olu
ta’e akka barbachisumatti walitti qabaadhan wammamaa.
- Walgahii dhaabataa ta’e guyyaa guyyaan ni gaggeessaa.
- Koree xixiqoo dhaabudhaan hojii to’annoo fi hordofii ni gaggeessaa,
raawwatiinsaa isaa ni hordofaa ni qorataa.
- Meeshaaleen to’annoo fi hordofi werreraaf barbaachisaan ni sasaabaa, ni
rabsaa hojirraa olmaa isaa ni to’ataa.
- Hordofii fi to’annoo irratti raawwatinsaa jiru rakkolee mudatan koree
qindeessaa Godina / Nannootiif torbanitti yeroo lamma (2) ni gabaasa.

Miseensoota
1. Bulcha Aanaa/ itti Aanaa Bulchaa Aanaa Walitti qaba
2. Itt. Gaaf. Wajjiraa Bulchiinsa Aanaa
3. Wajiiraa E/ Fayyaa
o Itti gaafatamaa
o Expartii Eegumsa Fayyaa Naannoo
o Expartii To’annoo dhukkubaa
o Ogeessaa laaboraatorii
o Ogeesaa Faarmaasii
4. Itti gaaf. Wajjira Bishaanii Aanaa
5. Itti gaaf. Wajjira Qonaa Aanaa
6. Itti. gaaf. Wajjira Barnoota Aanaa
7. Itti. gaafa.Wajjira Buusaa Gonoofa Aanaa
8. Itti gaaf. Waajira Polisii Aanaa
9. Itti gaaf. Dhimma dubartii Aanaa
10.Dhabilee Mit mootummaa ta’an kan dhimmi isaan ilaalu.
11.Itti Gaaf:Waajjira Mallaaqa Aanaa

22
23
L Koree Hojii raawwatan Miseensa Yeroo Agarsistu
a
k
k
1 Koree Ummataa Ummataaf waana barbaachisaa - Bulchiinsaa Aanaa - Guyyaa - Bayyina
kakasuu fi ta’e qopha’e ni-rabsaa - wajjira qonnaa guyyaan barulee
qabsisuu - postaroota ummataaf
- Waraqaa adda addaa - Wajjira Barnoota hubannoo
- Walgahii ya’ii irratti - Damee uman
- Mana barumsaatti Hawaasumaa tamsaasuufi
- Bakka amantitti Aanaa uwisaa
- Mana manarraa tajaajilicha
deemudhaan - Dhimma dubartii
 Haala tamsa’ina barumsa Aanaa - Bayyani
fi odeeffannoo ni sagantalee
hordofa - Dhabilee miti - Guyyaa ummataaf
 Haala ummata itti Mootummaa guyyaan hubannoo
kakasani fi hubanno itti ummaan
uuman ni qopheessa - Exp/ Odeefannoo - Torbanni gaggeefamaan
 Motummaafi dhabilee Aanaa in
Miti-mootummaa - Bayyinaa
 Ummata keessatti hirmaatootaa
nammotii beekamoo - Bitootees
- Leenjii ni keenaa saa - Bayyinaa

24
 Ummataaf leenji
 Ogeessaa fayyaatiif keenamee
 Ogeessaa exsteenshinitiif
 Ogeessa hojjetaa - Ummataa
misoomaatiif
baratee,
 Barsisaadhaaf
gabasaa
Ummataa keessaattii jijjiramaa qorannoo
amalaa dhufee ni qorataa, gaggeefamee
sireefamaa barbaachisaani ni Guyyaa fi bu’a isaa.
raawwata, Gabaasa Qindeesee 15niin
Godinatiif ni dhiyeesaa.
2 Qulquliin dhufaa - Haala ijaarsa fi itti - Bulchiinsa aanaa
fi eegumsa fayyaa fayyadamaa mana fincanii, - Exp/Eegumsa
naannoo eeguu haala kossiin itti Fayyaa nannoo
sasaabamuu fi gatamuu, Aanaa
haala qulqulinaa nyaataa, - Exp/
haala qabinsa qulqulinaa Labooratoritiin
bishaanii fi itti fayyadamaa - Ogeessaa Qonnaa
irratti Aanaa
 Barumsaa ni tamsaasa - Ogeessa Bishani
 Waltajii hubannoo itti Aanaa
ummamuu ni qopheesa. - Ogeesaa Barnoota
- Idolee wareeraf saaxilaman - Qindeesaa wabii
irratti hordofiin ni midhan nyataa
adeemsisaa - Dhimma
- Haala ijaarsaafi itti Dubartoota

25
fayyadamaa mana fincanii - Bakka bu’a dame
ni hordofaa Hawwasumaa
- Haala itti fayyadamaa - Miseensa mana
bishan qulquluu ni hordofa marii
- Uwisni dhiheesa bishaan - Ogeesaa
qulquluu akka dabaluu ni feedhidhaan
godha. fannoo dhimmaa
- Qulqulinaa nyataa fi irra
dhugatti mana nyataa fi - Dhaabilee
dhugatti keessatti ni gargaarsa
hordofaa ni to’ataa
- Namoota nyataa
qopheesanii fi dhiyyeesaan
qorannoo fayyaa ni
raawwataa haala bu’a isaa
irratti hunda’u dhaan
tarkaanfi barbaachisaa ni
fudhata.

Iddoo yaala yerooti


Ka’umsa dhukubaa fi haala
offirraa ittisuudhaan da’amuu
dhukkubsataafi kan dhukubsata
kununsuuf barumsa keenu.

26
Dhabilee magalaa fi badiyyaa
(mana barumsa mana sireesa)
- Barumsa hubannoo laachuu
- Hojii To’annoo fi sakata’u
cimsuu
 Mana fincanii gahan
jirachuu
 Halaa qabinsaa fi itti
fayyadamaa fincanii
 Bishan dhugatti gahaa fi
qulquluu dhiyeesu
 Qulqulinaa nyataa
hordofuu
 Adeemsa dhabatichii
kossi itti sasaabuu fi itti
gatuu
 Namoota dhabatichatti
gargaaraman qulqulina
mataa isaani hordofu fi
keesa murasaa
fudhudhaan qorannoo
gageessuu.
 Meeshaalee qulqulinaaf
barbaachisaan ( kan akka
samuuna, taanika
bishanii, kilorinii

27
kkf)gutuu
3 Dhukkuba - Sadarkaa isaa kan eegatee - Wajjira Fayyaa Kan itti - Mallatoolee
sakata’u fi mallattoon dhukkubichaa Aana fufuu dhukkuba
odeefannoo wal yeroo yeroodhaan mana - Wajjira qonnaa rabsaman fi
jijjiruu yaalaa fi idoo yaalii itti Aanaa Gucaa raglee
keenamuu irraa ni tamsa’a - Walqunamtii rabsamaan
- Gucileen adda addaa kana Ummataa
qabsini ittin funaanamuu - Dhabilee
mana yaalaa fi idolee yaalii gargaarsaa Kan itti -Ragaa yeroo isaa
itti keenamuun ni tamsa’a fufuu eegatee fi
weerera
- Ragalee mana yaalaa fi mirkana’ee
idolee yaalii itti keenamuu
irraa ni sasaaba, ni - Leenjii
gurmessaa deebii gaggeefamee
barbaachisaa ni keenaa human nama
qaama ola’anaaf yeeroo isaa leenjii’ee fi
eegatee gabaasa gutuu ta’e kan ramadame
ni dabarsa. ragaa
- Ragaa
- Leenii ogeesaa fayyatiif ni Bitooteessaa dhukkubaa
keenaa kanarraa ji’a tokko
keessatti
- Adeemsa hordofi to’annoo jala
dhukkubaa ni raawwata, kan itti olee
sireefama barbachisaa ni fufuu - Karoora

28
godha. meeshaalee
isaan
- Ummataa keessatti haala barbaachisuu
dhukkubichaa ni sakata’a, Kan itti kan gutamee
odeefannoo argatee ni fufuu
qorata. Kan mirkaneefatee
odeefannoo ni dabarsa,
tarkaanfii barbaachisa ni
fudhataa.

- Dhukubsatootaf yaalaa fi
qorannodhaaf mana yaalaa Guyyaa
ol’aanatti seera isaa eegee Ji’a tokko tokkon
ni dabarsaa.

- Qorannoo namunaa walirra


hin cinee akka rawwatamuu
halaa ni mijeesaa, bu’a isaa
irratti hunda’udhaan yaalii
barbaachisaan keenamuu ni
hordofa.

- Koree ganda isaa jalatti


dhabateef gargarsaa ni
godha

29
- Aanaa keessaatti kan
adeemsifamu hojii to’annoo
ni hordofaa, qoranoo
gaggeessudhaan tarkaanfi
barbaachisaa yeeroon ni Bitooteessaa
fudhata, gabaasa ni
diyyeessa
Bitooteessaa
- Meeshaalee barbaachisuu
koree qindeesaaf ni
diyyeesaa
Bitooteessaa
- Ogeesaa ragaa funanee
qindeesudhaan dabarsuu ni
ramadaa

- Dhukubsichii qorannoo
namunaatiin akka
mirkana’u haala ni mijeesaa
4 Tajaajila yaalaa fi Qajeelfama yaalaa sadarka isaa Kan itti fufuu - Itti/ - Qajeelfama
Qorannoo eegatee idoo yaalaa yeroo fi Waajjira yaalaa
Namunaa dhabilee fayyaatiif ni rabsaa Fayyaa tamsa’ee
- Exp.
Dhukkub - Karoora
a meeshaalee
dadarbaa barbaachisanii

30
- Itti. agarsiisu
Eegumsa
Fayyaa - Leenjii
- Ogeessaa keenaman
Laaboraa
torii - Humna nama
- Ogeessaa leenjii’e
Faarmaas
ii - Idoo mana
- Dhaabile yaalaa yeroo
e Fayyaa sadarkaa isaa
dhunfaa eegatee
- Dhaabile
e - Haala
gargaarsa qajeelfamatii
a dhimmi n idoo mana
ilaalu yaalaa yeroo
itti
keenamuu
5 Meeshaalee -Meeshaalee barbaachisaan - Bulchinsa aanaa Itti fayyadamaa
sasaabuu, qoduufi sadarkaadhaan sasaabuu - I/g wajjira Fayyaa meeshaalee
itti fayyadamuu raawwachuu fi gaafii koreen Aanaa gucaa agarsisuu.
Godina/ Nannootiif dhiyyesuu - I/g Wajjira
Faayinaansii Aanaa
- I/g Wajjira Qonaa
Aanaa

31
- I/g Wajjira
Barnoota Aanaa

32
Koree qindeestu ganda
Itti gafatamumaa fi Qodaa hojii

1. Koreen ittiwamaminii isaa bulchiinsaa gandatiif taha


2. Walgahii dhabataa guyyaa guyyaan ni gageesa. Weererri to'annoo jala
eerga olee walgahichaa akka barbachiseetti yeeroo isaa dheeresudhaan
hojilee gamma fayyatiin ummataa keessatti rawwataan ni qindeesaa.
3. Hojiwaan ittisaa fi To'annoo dhukkuba kana fixxan baasuuf ummata
ni kakakassa gabaasa qindeesudhaan ni dhiyyeesa.

Meesensoota
1. Bulchiinsaa Ganda
 Itti gafatama kabine ganda
 Damnee Hawwasuma ganda
2. Qindeesaa fayyaa gandaa
3. Hojeeta Extenshinii fayyaa
4. Hojeetaa Misooma ganda
5. Namootii beekamoo bakka bu'otaa ummata, jarsoolii, Abotti Amantti
6. Dura ta'a mana barumsa
a. Ummataaf hubannoo ummuu fi kakasuu
b. Qulqulina dhunfa fi Naannoo irratti
c. Dhukkuba sakata'u fi ragaa waljijiru
d. Tajajilaa yaala
7. Hidhta ganda
8. Ittiwamamtuu Dhimma Dubartii
9. Hojeetoota fanno dimma feedhidhaan hojeetaan

33
10. Bakka bu'a dargagoota.

34
Lakk Koree xiqaa Hojii Rawataan Yeeroo Miseensoota Madalii
1 Ummataa Hojiiwaan ummataaf hubannoo ummu Guyyaa . Bulchinsa ganda/ -Burulee
kakasuu fi irratti hin qindeesaa, Hojiiwaan gurgudoo Guyyaan kabinee hubannoo
hubannoo Ittisaa fi To'annoo irratti ummataa fi (Guyyatti . Dammee ummuuf
ummuu Dhabilee adda addaa hin qindeessaa. yeeroo 2- Hawwasumaa ganda tamsasaamaan
Toftawaan hubannoo ummu 3ffi ) . Nammoti beekamoo -Sagantalee
fayyadamudhan ummata hin . Dhimma dhubartii hubannoo
kakassa, Guyyaa . Dura ta'a Mana ummuuf
 Idoo Gabayattii Guyyaan barumsa. qopha'aan
 Mana Barumsatti . hidhata ganda irraa -Hojiiwaan
 Idoo Walgahitti (Guyyatti ummata kakasuu
 Iddoo owalchatti yeeroo 2-3tti) irratti
 Idoo Amanttiti hojeetamaan
 Mana Mana irraa deemudhaan -Bayyina
namoota irraa
 Poostaridhaan
fayyadamaan
 Barulee adda addatiin
 Mayikrafonidhaan.
Jijiramaa amalaa ummata keessatti
ummamee, ni hordofa, ni qorata, tofftalee Torban
foyya’a ta'aan hin basa, qammaa ol jiruuf torbaniin
gabasaa hin dhiyyesaa.

35
2 Qulqulinaa Bishaan gahaa fi qulqulu dhiyeesu Guyyaa Hojeeta Fayyaa ganda -Mana fincaani
dhunfaa fi Idoo bishan dhugatti seeran akka eegamuu Guyyaan Bulchiinsaa ganda qotaman
Nannoo ummata qindeesudhaan dallaa itti Exteenshini Fayyaa -Mana fincaani
eguu ijaarsisuu fi kununsuu. ganda seeraan tajajilaa
Nannoo bishan dhugatti kosinii akka hin Guyyaa Barsisaa irraa olee
gatanineefi namooni akka nannoo saniti Guyyaan -Meeshalee
booli hin bannee hin to'ataa tarkanfi Bishaan
barbachisaa hin fudhataa. qulquleesaan
Nannoo itti fayadamaa bishaane qulqulutti kan tamsa'aan
ummata hin barsisa, hin hordofa Guyyaa
Qorcha bishaan qulquleesuu sadarka mana Guyyaan
manatti akka tamsa'u ni qindeesa.
.
Halaa Ijaarsaa fi itti fayyadamaa mana Guyyaa Dhimma Dubarttii
fincanii Guyyaan Bakka Bu'a
 Mani fincaani sadarka fi idoo isaa dargagoota
eegate bayyina abba warattin akka Nammota Fannoo
hojeetamuu ummata hin kakassa itti dimma irra feedhiin
fayyadamuu isani hin to'ataa. hirmataan
 Bakki harka itti dhiqataan mana
fincaan waliin qopha'u ni godha, itti
fayyadama isaa hin hordofaa. Guyyaa
 Qulqulina dhunfaa eeguu irratti Guyyaan
barumsa hin keena barulee adda
addaa ni tamsasaa.Kuniis

36
a. Mana manatti
2. Walgahii irratti
3. Idoo tajajilaa adda addaatti
4. Idoo Gabatti
5. Idoo amantti adda addatti Guyyaa
6. Mana Barumsatti Guyyaan
7. Sadarka mattiifi qulquliina dhunfa
eeguu irratti hordofi hin gageesaa,
barumsa ciminaan akka itti fufu ni
godha.
 Haala kossi gogaa sasabamuu fi
ittigatamu barumsa ni keena, seeran
rawwatamuu isaa hin to'ataa,
tarkanfi barbachisa hin fudhataa
 Haala qabinsa nyata irratti barumsa
hin keena, sagantalee hubanoo itti
keenamu hin ummaa
 Qulqulina dhunfa fi Nannoo eeguuf
meeshalee barbachisaan nii
sasabaa,gafii qamma ol aanaaf ni
dhiyyeesaa
3 Dhukkuba  Mallattoo Dhukubichaa ibsaa wajjin Guyyaa -Hojeeta fayyaa Ganda -Barullee adda
sakata'u fi ummataf ni dabarsaa Guyyaan -Hojeeta Exesteention addaa wa'ee
odeefannoo  Wa'e dhukkuba irratti ummataaf fayyaa dhukubaa ibsaan
wal jijiru barumsa ni keenaa. -Barsisaa tamsa'aan

37
 Gucaalee Ragaan ittn sasabamuu -Hojeeta Misooma -Sagantalee
gandaaf hojeeta fayyaa gandaa, -Namoota feedhidhaan qophaani
namootaa feedhiidhaan tajajilaa tajajilaa yaala keenaan barumsii itti
fayyaa keenaniif kkf, ni mijeesa, ni -Walda Dubartoota keenamee
rabsaa Guyyaa -Walda Dargagoota -Weerera
.Ummani dhukkubaa sakata'udhaan fi Guyyaan ummataa irra
odeefannoo wal jijiruu irratti shoora olana gabafamee
akka taphatuu hojii hubannoo ummuu ni -Gabasaa
rawwataa dhiyaate
 Dhukkubinii nanno isatti yoo
mulatee mana yaalaa nannoofi
bakka bu'otaafi deefannoo keena Guyyaa
 Ragalee ni sasaba, ni qindeesa, Guyyaan
qamma olanaaf nidabarsa.
 Weerera sakata'u ni adeemsisa, Weereri
odeefannoo argatee mirkaneesuu hanga
irratti hin hirmataa. to'annoo
 Adeemsa sakata'u fi odeefannoo wal jalaa oluti
jijiruu irratti hordofi fi qorannoo ni torbaniin
rawwata qamma olanaaf gabasa ni
dhiyyeesa
4 Tajajilaa  Barrulee yeeroo dhukkubinii Kan itti fufu -Bulchinsa ganda Tarkanfii
yaalaafi mul’attee fudhatamuu qabu ni -Hojeeta fayyaa ganda dhukkubsaton
Qorannoo rabsaa. Guyyaa -Namoota feedhiin fudhachuu qaban
samuda  Qoricha lubuu bararuu (ORS) akka Guyyaan hirmataan kan ibsuu

38
hiramuu ni godha, akkataa itti -Hojeeta barulleen fi
fudhatamuu irratti barusa exesteenshinii fayyaa sagntalleen
keenudhaan hubannoo akka argatan Weererii Dhabaa Fannoo hubannoo
qama kana gad tuqamaan yeroo ka'eetti dimma irraa Gcimsaan
fayyaadamuun ni rawwachisa. -Walda Dubartoota qophaan irratti
- Hojeeta Exesteenshini fayyatiin -Waldaa Dargagoora bayyina ummata
- Hojeeta Misoomatiin -Walda Qote bulaa fayyadamee.
- Ogeesotaa feedhidhaan hirmataniin
- Barsisootaan
- Dhabaa fannoo dimmaatiin
- Walda Dubartoota (kkf)
 Koree Aanaa walin ta'udhaan idoo "
Qorichi lubu bararuu (ORS) itti
rabsamuu hinfilataa, hojeeta achitti hin
rammada, meesha qoricha barbachisu
hin rabsaa.
 Koree Aanaa walin ta'udhaan nannoo
wareeri ka'e sanitti iddoo yeerodhaaf Kan ittifufu
yaalii itti keenamuu hin mijeesa,
hirmana ummata hin ciimisaa Turtaa Iddoo
- Dunkanaa dhabuu irratti kan
- Mana fincaani qotuu kkf hunda'u ta'ee
 Dhukkubsatooni yeroon akka Guyyaa 3iin
yalamaniif haala hin mijeesa, ummataas
beekumsaan hin cimisa.

39
 Idoo yaalii yeeroo keenamutti
eegumsaa ni rawwataa, ni ramada
 Haala yaali itti keenamuu fi idoo yaali
yeeroo keenamuu ilaalchisee hordofi fi
qorannoo hin godha, gabasaa hin
dhiyyeessaa.
5 Meeshaalee  Qorannoo samuda barbachisaa fi -Bulchinsa gandaa -Qoricha lubu
sasabuu adeemsaa isaa ni mijeesuu. -hidhata ganda bararuu (ORS)
qoduu fi itti  Meeshalee barbachjisa ta'aan -Itti/Damee rabsamee
fayyadamuu gututa'u isaa mirkaneefachuu, Hawwasuma -Bufatalee
irratti bu'uruma kanan gafii ni dhiyeesa. -Hojeeta fayyaa ganda qoricha lubu
 Meeshaleen fi Qorichii rabsamee bararu (ORS) itti
seeran hojii irraa olu ni hordofaa rabsamuu
 Humina nama barbachisuu hin -Gafi Qoricha
ramada. meesha
dhiyaatee
agarsisu
-Humina nama
ramadamee

40

You might also like