Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 11

ABBALTII KITAABA QULQULLUU

Bakka duuwwaa deebi sirrii ta'een guuti.

1.k/q keessatti nami hiibboo waan nama nyaatu keessa waan nyaatamuttu bayee isaa jabaa keessa waan
mi'aawuttu argame jedhee maqaan isaa eennu jedhama_______________________ 2.Hiikki
hiibboo (deebiin isaa) maani___________________________________________
3.Nami hiibboon dhiyaatteef nama meeqa?____________________________________
4.Nami deebise eennuu?____________________________
5.Nami gaafa inni du'e waaqi ifuma awwaale haga ammaa iddoon awwaala isa hin beekamin eennu
jedhama?_____________________________________
6.Markabi nohii eega bishaan lafarraa gogaa deemani gaara maan jedhamurratti foorfate?______
7.Muuse nami maqaa baase eennu?_________________________________
8.Gaafa mootichi ijoollen dhiira yo dhalatte ijjeessa jedhee ajajee dubartooti deessichuun inni ajajee
dubartoota meeqa_____________Maqaan isaani ho?______________________________________
9.Kakuu haareya keessatti nami dhibamaa woggaa sadeeti sireerra kaase eennuu?_____________
10.Namichi fayyee maqaan isaa eennu?__________________________

K/q wol barachuuf si fayyadaa midhaassi dubbisi hojjadhuu.

Qopheessan. Fart. Yoseef Yohaannisi


W/W/W/Makkaanee Iyyesuusi Itoophiyaa S/Adoola gannaalee
S/Haaraqalloo W/K/H/Mokkonniisa

Leenjii gabaaba dargaggoof qophaawee

Barichii bara dhumaa

Waxabajjii (2016) Bara araara

Qopheessan:- Far/ta Yoseef Yohaannis

BARICHII BARA DHUMAATI


Bara hubachuu
1.Kutaawwan baroota 2.Bara
dhumaa
2.1.mallattoolee bara dhuma
2.2.Amala namoota bara dhuma
2.3.Lola bara dhumaa

3. Hiikkaa muldhatawwan yohaannis

Boqannaa 1
1.Kutaawwan baroota Waa'ee
bara dhumaa adoo hin ilaalin qoqqoodama baroota haa ilaalluu.Uumama namaati (Addaamiiti) jalqabee
hanga xumura biyya lafaatti k/q fayyadannee qoqoodama bara haa ilaalluu. Innis taatee jireenna ilma
namarratti raawwate,muudannoowwaniif wantoota haala jireenna addunyaa kana jijjiiran irratti
hudaa'uudhaan ilaalla. kutaan baraa kunis bakka torba (7)tti qoodaman yoo ta'an kan armaan gadiiti.

Kutaa baraa 1ffaa

1.Baraa qulqullummaa
Bari kun kan jalqabee dadamuu addaami irraa yoo ta'uu, turtii hagamii te'uu isaa beeku yoo
dhabaannelle gaafa addaami haadha mana ifii heewwan woliin eeden keessa bayee xumuramuun isaa ni
beekkama. Bari sun bara cubbuun hin jirre ture. yeroo san nami duumensa ayaana waaqayyoo qofa
uuffate jeennata eeden keessa jiraata ture.turtiin eeden keessa sun midhaadduu,kan danfa tokko malee
ilmi nama jireenna dansaa jiraata tureedha.Namaaf waaqi ilumaan wol dhagga woliin haasawaa
turan.barrii kun gaafa Addamiif heewwan jannata(eeden) keessa baafamanii, gaafa kuruubeliif
cuupheen akka ibidda boba'uuf, kallatti kamiiyyu irra naana'u waaqayyo karra eeden keessa kaa'e
xumurame.

𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝕓𝕒𝕣𝕒𝕒 2𝕗𝕗𝕒𝕒

2.𝐁𝐚𝐫𝐚 𝐝𝐚𝐧𝐟𝐚𝐚 (𝐞𝐥𝐨'𝐨𝐨)


Kutaan (barrii) kun bara danfaa jedhamee waammama.barrii kun bara namiieeden keessa ari'amee
elaaye danfa isaa nyaata tureedha.barrii kun ari'amuu aaddamiif heewwani irraa jalqabee gaafa bishaan
badii uumama hunda addunyaa kanarra haxuuxe balleesse nohiif maatiin nohi qofa hafan
xumurame.bara kana keessatti ilmaan aaddami wol horanii lafa guutanii. Garuu sanyiin nama hundi
waaqa abbaa dadaa dhiisani seexana waaqensaa turan.sababa kanaaf waaqi dadiisa nama dadee gaabbe
jedhe.uumama lafarra jiru hundaa fuula ifii dura haxaayee balleessuuf murteesse.nohiif maatiin nohii
markaba hojjatanii bishaanicha jala hafaniidha.bishaan badii kan lola'e sun uumama aaddamiitii duuba
dhaloota kudhanaffa yo ta'u, nohi dhalatee gaafa woggaa (umurii) dhibba jahaa (600) ture.woluma
galatti immoo aaddam haga uumamee gaafa woggaa kuma tokkoof dhibba jahaaf shantami jaa (1656)ti
bishaan addunyaa tana barbadeesse jechuudha. Kutaan baraa inni lammaffaan kanaan xumurame.

𝑲𝒖𝒕𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒂𝒂 3𝒇𝒇𝒂𝒂

3.𝐵𝑎𝑟𝑎 𝑖𝑗𝑜𝑜𝑙𝑙𝑒𝑒 𝑛𝑜ℎ𝑖𝑖

Kutaan baraa inni sadaffaan kun jireenna ijoolle nohi worraa bishaan
badii jalaa hafan kan ibsuudha. Isaanis dhiira afuriif dubara afur
turan.addunyaan kun deebite kan nama afuri qofa tate! ajaa'ibuma.
Maatiiin nohii eega wal horanii waaqa irraan fatani seexana
waaqensuu jalqaban.namiruudi kan abuubo nohii,akaakoo kaami ilma
kuushi ture sun sirna waaqenfanna seexana isaaniif hundeesse
addunya namooti muraasi irra jiraatan san xureesse.yeroo jalqabaatiif
baabiloonitti magaala ijaare.sirna fuudha heeruma diige.ofii isaatiiyyu
haadha ifii fuudhe.............. ittuma fuufuudhaan naamiruudi gamoo
baabilooni ijaaru jalqabe.waaqayyo gooftaan gubbaa gadi ilaale itti
mufate afaan afaan isaan dubbise (afaan isaani wolkeessa makee).
Kutaan baraa inni sadaffaan hanga ijaarsa gimbii baabiloonitti
adeeme, afaan nama wol keessa makuuf ijaarsiii gimbii addaan
cituudhaan xumurame.
𝗞𝘂𝘁𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗮 4𝗳𝗳𝗮𝗮
4.𝗕𝗮𝗿𝗮 𝗯𝗶𝗶𝘁𝘁𝗮𝗻𝗻𝗮𝗮'𝘂 𝗱𝗵𝗮𝗹𝗮 𝗻𝗮𝗺𝗮
𝐊𝐮𝐭𝐚𝐚𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐟𝐚𝐟𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐮𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐚𝐝𝐝𝐮𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐭𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐛𝐢𝐢𝐭𝐭𝐚𝐧𝐧𝐚'𝐞𝐝𝐡𝐚.
𝐛𝐚𝐫𝐢𝐜𝐡𝐢𝐢 𝐚𝐝𝐝𝐮𝐧𝐲𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚 𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐟 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐮𝐥𝐟𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐭𝐮𝐫𝐞. 𝐧𝐚𝐦𝐢 𝐚𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐰𝐨𝐥𝐢𝐢 𝐰𝐨𝐥𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢𝐬𝐚𝐫𝐫𝐚𝐧 𝐭𝐚
𝐤𝐚𝐚𝐭𝐞 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐢𝐢𝐠𝐚𝐧𝐭𝐞. 𝐧𝐚𝐦𝐢 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐤𝐚𝐧𝐞𝐭𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐚𝐟𝐟𝐚𝐜𝐚 '𝐞 .𝐡𝐚𝐫𝐢𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧
𝐰𝐚𝐚𝐪𝐢 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐰𝐨𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮𝐥𝐥𝐞 𝐥𝐚𝐚𝐟𝐞𝐞(𝐚𝐝𝐝𝐚𝐚𝐧 𝐜𝐢𝐭𝐞𝐞) 𝐭𝐮𝐫𝐞. 𝐰𝐚𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐧𝐚𝐦𝐚
𝐢𝐬𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐠𝐞'𝐮 𝐥𝐚𝐟𝐚𝐭𝐚𝐧𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮. 𝐝𝐮𝐮𝐛𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐰𝐚𝐚𝐪𝐢 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐮𝐦𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐛𝐢𝐥𝐨𝐨𝐧𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐧𝐚𝐦𝐚
𝐪𝐚𝐣𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐚𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚𝐦 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐦𝐮 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐲𝐚𝐚𝐦𝐦𝐚𝐭𝐞.𝐤𝐮𝐭𝐚𝐚𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐟𝐚𝐟𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐲𝐚𝐚𝐦𝐚𝐦𝐮
𝐚𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚𝐦𝐢𝐢𝐭𝐢 𝐱𝐮𝐦𝐮𝐫𝐚𝐦𝐞.

Kutaa baraa 5ffaa

5. 𝘽𝙖𝙧𝙖 𝙞𝙟𝙤𝙤𝙡𝙡𝙚 𝙖𝙗𝙞𝙧𝙝𝙖𝙖𝙢𝙞𝙞


Kutaan barainni shanaffaan jireenna abirahaamii fi ijoolle isa (jireenna kakuu qara) kan
argisiisudha. Yeroo waaqayyo airahaami yaamee jalqabee qabiyyee kutaa bara shanaffa keessa
bebeekkamoon

__Abirahaam dulluu keessa yisihaaqi argachuu isa


__Yoseef gibxitti gurguramuu isaatiif gibxi irratti mooyu isaa.
__Yaa'iqoobi gibxitti gadi bu'uuf sanyiin isaagibxootaan garboonfamuu isafi wal horuuisaani.
__Sabni isiraa'eli biyya gibxiiti bayuu isaani.
__Booji'amuu isiraa'eliitiif yihuuda.
__Bara raagotaa. __Bara
cadhisuu waaqayyoo kan kakuu qaraa kun kutaa bara shanaffaa jechuudha. Barichi gaafa
masihiin dhalate xumurame.

𝙆𝙪𝙩𝙖𝙖 𝙗𝙖𝙧𝙖 6𝙛𝙛𝙖𝙖

6.𝘽𝙖𝙧𝙖𝙙𝙝𝙪𝙢
𝙖𝙖 (𝙠𝙖𝙠𝙪𝙪𝙝𝙖𝙖𝙧𝙖𝙖)

𝘒𝘶𝘵𝘢𝘢𝘯 𝘣𝘢𝘳𝘢𝘢 𝘪𝘯𝘯𝘪 𝘫𝘢𝘩𝘢𝘧𝘧𝘢𝘢𝘯 𝘣𝘢𝘳𝘢 𝘬𝘢𝘬𝘶𝘶 𝘩𝘢𝘢𝘳𝘢𝘢𝘵𝘪. 𝘉𝘢𝘳𝘢


𝘢𝘳𝘢𝘢𝘳𝘢𝘵𝘪, 𝘣𝘢𝘳𝘢 𝘰𝘥𝘶𝘶𝘯 𝘨𝘢𝘮𝘮𝘢𝘥𝘢𝘢 (𝘸𝘰𝘯𝘨𝘦𝘦𝘭𝘢) 𝘭𝘢𝘭𝘭𝘢𝘣𝘢𝘮𝘶𝘶, 𝘣𝘢𝘳𝘢 𝘢𝘮𝘮𝘢
𝘫𝘪𝘳𝘳𝘶𝘶𝘥𝘩𝘢. 𝘉𝘢𝘳𝘳𝘪𝘪 𝘬𝘶𝘯 𝘢𝘥𝘶𝘯𝘺𝘢𝘢 𝘬𝘢𝘯𝘢𝘢𝘧 𝘬𝘶𝘵𝘢𝘢 𝘣𝘢𝘳𝘢𝘢 𝘪𝘴𝘢 𝘹𝘶𝘮𝘶𝘳𝘢𝘢 𝘸𝘢𝘢𝘯 𝘵𝘢'𝘦𝘦𝘧
"𝘣𝘢𝘳𝘢 𝘥𝘩𝘶𝘮𝘢𝘢" 𝘫𝘦𝘥𝘩𝘢𝘮𝘦𝘦 𝘸𝘢𝘢𝘮𝘢𝘮𝘢. Barrii kun gaafa masihiin dhalate
jalqabee. 𝘨𝘢𝘢𝘧𝘢 𝘪𝘺𝘦𝘴𝘶𝘶𝘴𝘪 𝘥𝘦𝘦𝘣𝘪'𝘦 𝘥𝘩𝘶𝘧𝘶 𝘹𝘶𝘮𝘶𝘳𝘢𝘮𝘢. 𝘎𝘢𝘢𝘧𝘢 𝘴𝘢𝘯
𝘣 𝘢 𝘭𝘣 𝘢 𝘭𝘵𝘪𝘢 𝘳𝘢 𝘢 𝘳𝘢 𝘩 𝘪𝘯 𝘤𝘶 𝘧𝘢 𝘢 𝘯 𝘵𝘪. 𝘞 𝘰 𝘳𝘳𝘪𝘪𝘲 𝘶 𝘭𝘲 𝘶 𝘭𝘭𝘰 𝘰 𝘭𝘦 𝘦 𝘯 𝘨 𝘢 𝘳𝘢 𝘫𝘪𝘳𝘦 𝘦 𝘯 𝘯 𝘢 𝘣 𝘢 𝘳𝘢
𝘣𝘢𝘳𝘢 𝘨𝘢𝘭𝘢𝘯𝘪, 𝘑𝘢𝘭𝘭𝘰𝘰𝘵𝘪 𝘨𝘢𝘳𝘢 𝘣𝘢𝘥𝘪𝘪 𝘣𝘢𝘳𝘢 𝘣𝘢𝘳𝘢 𝘴𝘩𝘢𝘯𝘺𝘢'𝘢𝘮𝘶
(𝘮𝘰𝘰'𝘪𝘤𝘩𝘢 𝘸𝘰𝘨𝘨𝘢𝘢 1000 𝘵𝘪𝘪𝘯 𝘥𝘶𝘶𝘣𝘢 𝘫𝘦𝘤𝘩𝘶𝘶𝘥𝘩𝘢.) barrii kun deebi'ee
dhufuu goofta keenna iyyesuusiitiin xumurama.

𝖪𝗎𝗍𝖺𝖺 𝖻𝖺𝗋𝖺𝖺 7𝖿𝖿𝖺𝖺


𝖡𝖺𝗋𝖺 𝗆𝗈𝗈'𝗂𝖼𝗁𝖺𝖺 𝗊𝗎𝗅𝗊𝗎𝗅𝗅𝗈𝗈𝗍𝖺 𝗂𝗌𝖺 𝖽𝗁𝗎𝗆𝖺 𝗁𝗂𝗇 𝗊𝖺𝗇𝗇𝖾𝖾.
𝗞𝘂𝘁𝗮𝗮𝗻 𝗯𝗮𝗿𝗮 𝗶𝗻𝗻𝗶 𝘁𝗼𝗿𝗯𝗮𝗳𝗳𝗮𝗮𝗻 𝗸𝘂𝗻 𝘀𝗮𝗺𝗮𝗮𝘆𝗶 𝗳𝗶 𝗹𝗮𝗳𝗮
𝗵𝗮𝗮𝗿𝗲𝘆𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮 𝘄𝗮𝗮𝗾𝗮𝘆𝘆𝗼𝗼 𝗴𝗼𝗼𝗳𝘁𝗮𝗮𝗳𝗶 𝗶𝗹𝗺𝗮 𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗶𝘆𝗲𝘀𝘂𝘂𝘀𝗶
𝘄𝗼𝗹𝗶𝗶𝗻 𝗯𝗮𝗿𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗻𝗻𝘂𝗱𝗵𝗮. 𝗶𝗻𝗻𝗶𝘀 𝗷𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝗻𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮
𝗯𝗮𝗿𝗮 𝗷𝗲𝗱𝗵𝗮𝗺𝗮. 𝗞𝘂𝘁𝗮𝗮𝗻 𝗸𝘂𝗻 𝗴𝗮𝗮𝗳𝗮 𝗸𝗶𝗿𝗶𝘀𝘁𝗼𝗼𝘀𝗶 𝗱𝗲𝗲𝗯𝗶'𝗲
𝗱𝗵𝘂𝗳𝘂 𝗷𝗮𝗹𝗾𝗮𝗯𝗮. 𝗴𝗮𝗿𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗿𝗶𝗶 𝘀𝘂𝗻 𝗱𝗮𝗮𝗻𝗴𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝗾𝗮𝗯𝘂. 𝗵𝗶𝗻
𝗹𝗮𝗮𝗸𝗸𝗮'𝗮𝗺𝘂.𝗻𝘂𝘂𝘁𝗶 𝗶𝘆𝗲𝘀𝘂𝘂𝘀𝗶 𝘄𝗼𝗹𝗶𝗶𝗻 𝗯𝗮𝗿𝗮 𝗯𝗮r𝗮𝗮𝗻
𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗻𝗻𝗮. 𝗰𝘂𝗯𝗯𝗮𝗺𝗼𝗼𝗻𝗻𝗶 𝗶𝗯𝗶𝗱𝗱𝗮 𝗴𝗮𝗮𝗻𝗻𝗮𝗺𝗶 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮
𝗯𝗮𝗿𝗮𝗮𝗻 𝗴𝗮𝗮𝗿𝗴𝗮𝗹𝘂.𝘄𝗮𝗮𝗾𝗶 𝗷𝗮𝗹𝗮 𝗻𝘂 𝗵𝗮𝗮 𝗼𝗼𝗹𝗰𝗵𝘂𝘂.!!!

𝙱𝚘𝚚𝚊𝚗𝚗𝚊𝚊 2
2. 𝙱𝙰𝚁𝙰 𝙳𝙷𝚄𝙼𝙰𝙰
Asii olitti akkuma ilaalle barrii dhumaa kutaa bara isa
jahaffaadha. sababni barrii kun bara dhumaa jedhameef
eegaa barrii kun dhumatee addunyaan tun hin darriti
jechuu.kanaafi kutaan kun bara araaraa, bara waldaa
kiristaana, bara dhuma ......... jedhamu kun biyya
lafaatiif kutaa bara isa xumuraati. barrii kun yommuu
darbuu gooftan deebi'e lammaffa dhufaa. nuutis
olgubbaa haaraa fi lafa haaraati godaanna malee
addunyaan dullattiin tun itti hin fuuftu.
Bara dhuma yaada jedhuu hiikka lamaan laaluu
dandeenna. hiikkoon bara dhumaa inni jalqabaa kan
wolii galaati, gaafa kiristoos deebi'e dhufu olgubbaaf
latti tun fuula isaa duraa baqatti.yeroo kana worrii
iyesuusitti amanan gara mootummaa waaqayyooti galu.
worrii hin amannee gara ibidda bara baratti waan
deemanuuf nama hundumaaf adduunyaa guutuuf bara
dhumaati. yaadi innii lmmaffaan barrii keessa jirruu kun
guyyaan kun yeroon kun woggaan kun ji'i kun torbaan
kun nama guyyaan isaa lafa kanarra dhumateef bara
dhumaati.namichi du'aan yoo godaanulle addunyaan
tun ganaa turtee dhufaati iyyesuusi eegatti. kanaafi
woggichi bara dhumaa kan dhunfaa isaati.barrii
dhumaa qabxiile ijoo kanaan kan hiikamu malu yo
ta'elle hiikki bara dhumaa kana irratti tarreeffaman
hedduuti jira. gudunffaan isaa garuu deebi'ee dhufiisa
goofta keenna ti. Ameen.
2.1 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐚 𝐝𝐡𝐮𝐦𝐚𝐚
𝐵𝑎𝑟𝑎 𝑑ℎ𝑢𝑚𝑎𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑤𝑎𝑛𝑡𝑜𝑜𝑛𝑛𝑖 𝑏𝑖𝑦𝑦𝑎 𝑙𝑎𝑓𝑎 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑗𝑖𝑗𝑗𝑖𝑖𝑟𝑎𝑚𝑎𝑛
𝑘𝑎𝑛 𝑚𝑎𝑙𝑙𝑎𝑡𝑡𝑜𝑜 𝑑ℎ𝑢𝑓𝑎𝑎𝑡𝑖 𝑔𝑜𝑜𝑓𝑡𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑛𝑛𝑎 𝑛𝑢 𝑏𝑒𝑒𝑠𝑠𝑖𝑠𝑎𝑛 ℎ𝑒𝑑𝑑𝑢𝑡𝑡𝑖
𝑗𝑖𝑟𝑎.𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎 𝑘𝑎𝑛 𝑖𝑦𝑦𝑒𝑠𝑢𝑢𝑠𝑖 𝑑𝑢𝑏𝑏𝑎𝑡𝑒𝑒𝑓 𝑘𝑎𝑛 𝑒𝑟𝑔𝑎𝑚𝑜𝑜𝑛𝑛𝑖
𝑔𝑜𝑜𝑓𝑡𝑎𝑎 𝑑𝑢𝑏𝑏𝑎𝑡𝑎𝑛 𝑏𝑒𝑏𝑒𝑒𝑘𝑘𝑎𝑚𝑜𝑜 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖 ℎ𝑎𝑎 𝑖𝑙𝑎𝑎𝑙𝑙𝑢𝑢.

a.𝖲𝗈𝖻𝖽𝗈𝗈𝗇𝗇𝗂 𝖻𝖺𝖺𝗒'𝖾𝖾𝗇 𝖺𝗇 " 𝗄𝗂𝗋𝗂𝗌𝗍𝗈𝗈𝗌 " 𝗆𝖺𝗌𝗂𝗁𝗂𝖼𝗁𝖺" 𝗃𝖾𝖽𝗁𝖺𝗇𝗂


𝗆𝖺𝗊𝖺𝖺 𝗂𝗌𝖺𝖺𝗍𝗂 𝗁𝗂𝗇 𝗄𝖺'𝗎.

𝖧𝖺𝗇𝗀𝖺𝖺 𝗁𝖺𝖽𝗁aa𝗍𝗍𝗂 𝗇𝖺𝗆𝗈𝗈𝗇𝗇𝗂 12 𝖺𝗇 𝗆𝖺𝗌𝗂𝗁𝗂𝗂𝖽𝗁𝖺 𝗃𝖾𝖽𝗁𝖺𝗇𝗂


𝗄𝖺'𝖺𝗇𝗂𝗋𝖺𝗇. 𝖦𝖺𝗋𝗎𝗎 𝖺𝖽𝗈𝗈 𝗁𝗂𝗇 𝗍𝗎𝗋𝗂𝗇 𝖻𝖺𝖽𝖺𝗇𝗂𝗂𝗋𝖺𝗇. 𝖸𝖾𝗋𝗎𝗆𝖺 𝖽𝗁𝗂'𝗈𝗈
𝗄𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺𝗍𝗍𝗂 𝖻𝗂𝗒𝗒𝖺𝖺 𝗄𝖾𝖾𝗇𝗂𝗒𝖺𝗍𝗂 𝖿𝖺𝗋𝖺𝗇𝗃𝗂𝖼𝗁𝗂𝗂 𝗍𝗈𝗄𝗄𝗈 𝖺𝗇 𝗂𝗒𝗒𝖾𝗌𝗎𝗎𝗌𝗂
𝗃𝖾𝖽𝗁𝖾𝖾 𝖻𝗂𝗒𝗒𝖺𝖺 𝗋𝖺𝖺𝗌𝖺 𝗍𝗎𝗋𝖾. 𝗁𝖺𝖺𝗍𝖺'𝗎 𝗆𝖺𝗅𝖾𝖾 𝗆𝗈𝗈𝗍𝗎𝗆𝗆𝖺𝖺𝗇
𝗄𝖾𝖾𝗇𝗂𝗒𝖺 𝖺𝗋𝗂𝖿𝖺𝗍𝖾𝖾 𝗂𝖿𝗂𝗋𝗋𝖺𝖺 𝖻𝖺𝖺𝗌𝖾. 𝗂𝗇𝗇𝗂 𝗄𝗎𝗇 𝗆𝖺𝗅𝗅𝖺𝗍𝗍𝗈𝗈 𝖽𝗁𝗎𝗆𝖺
𝖻𝖺𝗋𝗂𝖼𝗁𝖺𝖺𝗍𝗂.

b. 𝘎𝘰𝘴𝘪 𝘨𝘰𝘴𝘢𝘳𝘳𝘢𝘵𝘵𝘪 𝘮𝘰𝘰𝘵𝘶𝘮𝘮𝘢𝘢𝘯 𝘮𝘰𝘰𝘵𝘶𝘮𝘮𝘢𝘢𝘳𝘳𝘢𝘵𝘵𝘪 𝘯𝘪 𝘬𝘢'𝘢.

𝘺𝘦𝘳𝘰𝘰 𝘢𝘮𝘮𝘢𝘢 𝘬𝘢𝘯𝘢 𝘢𝘬𝘬𝘶𝘮𝘢 𝘣𝘦𝘦𝘬𝘬𝘢𝘮𝘶𝘵𝘵𝘪 𝘢𝘥𝘥𝘶𝘯𝘺𝘢𝘢 𝘬𝘢𝘯𝘢


𝘨𝘶𝘶𝘵𝘶𝘶𝘳𝘳𝘢𝘵𝘵𝘪 𝘸𝘰𝘭 𝘣𝘢𝘭𝘭𝘦𝘴𝘴𝘶𝘵𝘵𝘶 𝘣𝘢𝘢𝘺'𝘪𝘯𝘯𝘢𝘢𝘯 𝘢𝘳𝘨𝘢𝘮𝘢. 𝘉𝘪𝘺𝘺𝘶𝘮𝘢
𝘪𝘵𝘪𝘺𝘰𝘰𝘱𝘩𝘪𝘺𝘢𝘢 𝘵𝘢𝘯𝘢 𝘬𝘦𝘦𝘴𝘴𝘢𝘵𝘵𝘪 𝘯𝘢𝘮𝘢𝘧 𝘯𝘢𝘮𝘪𝘪 (𝘰𝘣𝘣𝘰𝘭𝘦𝘦𝘺𝘺𝘢𝘯).𝘨𝘰𝘴𝘢𝘢𝘧 𝘨𝘰𝘴𝘢𝘢
𝘯𝘢𝘢𝘯𝘯𝘰𝘰𝘧 𝘯𝘢𝘢𝘯𝘯𝘰𝘰𝘯 𝘲𝘢𝘸𝘸𝘦𝘦𝘥𝘩𝘢𝘯 𝘸𝘰𝘭 𝘨𝘢𝘭𝘢𝘢𝘧𝘢𝘵𝘢 𝘫𝘪𝘳𝘢𝘯.𝘈𝘬𝘬𝘶𝘮𝘢
𝘢𝘥𝘥𝘶𝘯𝘺𝘢𝘢𝘵𝘪𝘵𝘵𝘶 𝘥𝘶𝘶𝘭𝘢 𝘥𝘪𝘯𝘯𝘢𝘨𝘥𝘦𝘦 𝘥𝘶𝘶𝘭𝘢𝘢 𝘮𝘦𝘦𝘴𝘩𝘢𝘢 𝘸𝘰𝘳𝘢𝘢𝘯𝘢 𝘧𝘪 𝘬𝘬𝘧
𝘬𝘢𝘳𝘢𝘢 𝘣𝘦𝘦𝘬𝘬𝘢𝘮𝘶𝘶𝘧 𝘩𝘪𝘯 𝘣𝘦𝘦𝘬𝘬𝘢𝘯𝘯𝘦𝘦𝘯 𝘸𝘰𝘭 𝘪𝘳𝘳𝘢𝘵𝘵𝘪 𝘨𝘦𝘨𝘨𝘦𝘦𝘴𝘴𝘢
𝘫𝘪𝘳𝘶.𝘬𝘶𝘯 𝘥𝘩𝘶𝘮𝘪 𝘣𝘢𝘳𝘪𝘤𝘩𝘢𝘢 𝘢𝘬𝘬𝘢 𝘥𝘩𝘪𝘺𝘢𝘢𝘵𝘦 𝘬𝘢𝘯 𝘮𝘶𝘭𝘥𝘩𝘪𝘴𝘶𝘶𝘥𝘩𝘢.

c.Dukuboota duguuggaa dhala nama geggeessan kan qoricha hin


qannetti baay'ata.

Dhukuboonni haaraan hedduun yeroo gara yerootti burqaa jirani.jaarra


dheeraa kaasee dhukkuboonni qoricha hin qannee naannoo
dhukuubboota 30(soddomaa) galmee seena addunyaa irraatti akkaa
galmaa'eeru seenaan ni hima. Isaan keessa kan yeroo dhihoo
adduunyaa tanarraa lubbuu hedduu kan mancaasee COVID_19
(koronaa) jechuudha. dhukkubni kun namoota miiliyoonaan
laakka'aman galafateera.worrii illuminanti dhukkuboota kana fabirikaa
keessatti oomishani addunyaa irratti gadhiisu.sababni isaa addunyaa
haaraa amma hundeessuuf deeman saniif baay'innii namaa kun akka
isaan hin barbaachinnee dubbatani.sababa kanaaf ogeeyyii fayyaa kan
qoricha koronaa barbaadan fi dokterota dhimmani nama yaalan
ajjeesaa turan.inni kunis barrii bara dhuma ta'uu nu hubachiissa
haadammandhuu.

d. maqaa amantiitiin daldaluu.

Rakkoon woldaan kiristaana yeroo amma keessa jirtuu oli'aanaan


daldala yayyoonni maqaa amantiitiin daldalanidha.gubba'ani nama
waaqa ofi fakkeessani duuba isani kan jiru garuu jawweedha.namooti
akkasii gariin woldaa waaqayyoo akka dhaabbata diinagdeetti banatu.
yeroo barbaadan woldaa qarshitti gurguratuu. inni kun ifaa ifatt yeroo
ammaa kana magaala finfinnee keessatti hojjachaa jiran. daldaltooti
kun hedduun isaani sigaara, shiisha fi kkf xuuxu(aarsu). akkasumas
alkoolii adda addaa dhuguun mana sirba halkanii bulu'uu fi kkf magaala
finfinnee fi naannoo isiin jirtu keessatti ifaa ifatti raawwatama jirti.inni
kunisi mama tokko malee dhufaatiin goofta akka geette nu hubachiisa.

e.wol qunnamtii saala abaarrama raawwachuu

sirni fuudhaaf heeruma jijjiirame aadaa badduu fuudha dhiiraf dhiira


ykn dubaraaf dubara biradarree uumama hin dubbanne saree, gaangee,
harree, qeeransa bineensota paarkii awuropha keessa jiran
jawweelleen dubartoota mimmidhaagoo filatani fuudhani haadha mana
godhatanii jiru. wonni nama aarsu garuu woldaa pheexiroosi,
phaawuloos, yohaannisi, fa'an hundeeffaman xuraawu isiiti.
Phaphaasoonnifi geggeesitoonni amantii gugurdoon mirgii gaa'ela
eegama akka ta'e, kitaabi qulqulluun akka eeyyamu (isaan deeggaru)
barsiisan. soba gurraattiiiiiiiii. K/q garuu akkasi jedha; lewota 18:22-23
Ati akka nama dubartii woliin ciisuutti dhiira woliin hin ciisin kun wonta
ciggaasisadha.ati akka nama dubartii woliin ciisuutti horii keessa
tokkolle bira gette ofi hin xureessin. dubartiinis horii woliin ciisiisaf ifi
hin kenniin. inni kun waan jibbisiisadh. Rom.1 :26-32 Isaan kana waan
hujaniif, waaqi halchaa fokkissiittuuf dabarsee isaan kenne. Dubartiin
isaani aadaa malee dubartii woliin sagaagalte Akkasuma dhiirtille
wolqunnamtii aada'aa ta dubartii woliin gootu lakkittee halchaa wolii
woliitiin gubatte.Yihu.lak.7 Akkasuma worrii qachoota soddoomi fi
gomoora worrii qachoota adaala saniille sagaagaltuu te'an, seera
dadamaatinille ala sagaagalan. Isaan worraa ibidda bara baraatiin
adabamiisaan rakkatuuf fakkeenna te'aniiran. lewo. 20:10-16 Ba'u
22:19 keessa deeb. 27:20-23

2.2Amala namoota bara dhumaa


Waa'ee amala nama kan bara dhumaa waan baay'ee nu barsiisa.
kitaabile muraasa dhimma amala nama himan armaan gaditti haa
ilaalluu. 1Xim.4:1-2 2xim.3:1-6 Rom.2:26-32 Efe.5:3-5 Mat.24: mar.
13:3-13 Luq.21:7-19

2.3 Lola bara dhumaa


wontoonni dhumni baraa ittiin beekkamu keessa inni tokko lola.Lola
gurguddattu addunyaa tana irratti geggeeffama.lola kana kan
geggeessu sheexana yo ta'u kaayyoo kana milkeeffachuuf yeroon isaaf
eyyamameera. Yeroon sun ammaa. Lolli kun kan meesha woraana kan
beela kan dhukkubaa......yo ta'uergama yohaannis yaada kana akkasi
jedhee raageera. Mul.6:4-8 sheexanni wonni inni dhukkuba, beela,
lafatti facaasuuf, baay'anna ummataa saffisaan diqqeessu
barbaada.seexanni addunya tana tokko taasisuuf mootummaa hedduuf
mooti hedduu kaafata tureera.mataan bineensicha kan yohaannisi
himuu isaanuma kana bakka bu'a. yaada kana badhinnaan boqanna itti
aanu keessatti ilaalla.

Woldaa worraa wongeela makkaane iyyesuusi haroo mokkonnisa.

madaalli barnoota dubbi waaqa.

I. Wolitti firoomsi

«A» «B»
_____1.Dhalachuu yesuusitiin jalqabee deebi'e dhufuu isaatin xumurame. A.Kutaa bara 1ffaa

______2.Maqaa amantiitiin daldaluu B.seexan


______3.Bara qulqullummaa C.woldaa fira jawwee

______4.mataa torba D.kutaa bara 6ffaa

______5.Jawwee E.kutaa bulchiinsa adunyaa haareya didiqoo

______6.Gaafa kudhani F.Woggaa 1260

______7.Ji'a 42 G.Woldaa kiristaana woyyitti

______8.Lakkofsa bineesicha H.Mootummoota adunyaa haareya

______9.Dubartii ilma deenta I.mallattoo bara dhuma

_____10.Dubartii jawweerra teettu J. 666

II. Bakka duwwaa guuti

1.Hiikkaan bara dhumaa karaa lamaan ibsama. isaaniis:-


_____________________________________________________________________________________________
________________________________________
2.Kutaan baraa inni 7ffaan moo'icha qullotaati. barri kun yoomi? jireenni bara sanii akkam? me waa'ee isaa
baldhisii
ibisi.__________________________________________________________________________________________
_____________________________________________________________________________________________
_______________

3.Mataan bineensichaa 6ffaan mootummaa kami?._______________________________________

Qopheessaan Far/ta Yoseef Yohaannis

You might also like