Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 3

WAAQA SI EEGANNA

Waaqayyoo keennaa atii hedannoo teennaa

Ka herregannu si malee nuuti Kam beennaa

Yoo dhutte atii gargaarsaa namaaf teetaa

" gatamaalle eessaa deetaa

" Hidhaansa nama irra xartaa

" Danqaraa cubbuu antaa

" Dhibamoota fayyichaa

" Du'arraa nama hambichaa

Dhufuu kee dharraanee waaqa nutti koyii

Jiruu teennarratti atii qofi moyi

Ka nu baasuu si'ii sittuma iyyannaa

Gaaffii teennarratti waaqa si eegannaa

Suma eegannaa waaqa keenna si eegannaa

Teteennee si caqafannaa

Namaa mitii lakkii ka nu eegannu

Waaqayyoo keennaa si'ii ka nu hedannu

Gaafa Ati dhuftee duwwaan nama guutti

Kolbaan si'iin bultuu harka keetirra quutti

Si dura jirraa nuuti kunoo dhimmaani

Wolakka teennaa ejjataa koo atummaani


C

Loogi hin hojjattu murtiin teemurtii haqaati

Nami namaan gatame si biratti ol qabamaati

Mana dureessaa seentee ka hiyyeessa hin didattu

Nulle si eegannaa atuu nu hin gattuu

Wolakka teennatti atummaani koyii argami

Adoo hedanelle'e womaa nuu godhu nami

Haannaan ilma dhaddee bootte himatte sitti

Maseena deessicha adaa wonni Marti harka kee jirti

Imimmaani haannaan haxoottee ati irraa gossite

Gadaamessa bantee isii ilmaan Haadhaa tolchitee

Nama ga jedhee si yaame adaa hin dhageetta

Ati waaqa haannaan dhidhuu teenna nu guutti beetta

Yoo si yaamanii Atii namaaf dhageetta

" Waan maadee tolchuu dandeetta

" Dedhamanii hafanu duubatti

" Hundinu namaaf guutanti

" Abbaa Abbaa jedhanii

" Rakkoo qaban dedhanii

You might also like