Karroraa_waligalaa_Oolmaa_daa'immanii_siifan_kan_bara_2012_A_L_I

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 5

Guyyaa

_______________________
lakk. ________________________

Karroora waligalaa Oolmaa


daa'immanii siifan kan bara
2015 A.L.I
Sensa
Barnnottaa guddina adaa misooma fi dagaaginaa afaanii akkasumaas jiruu fi jireenyaa
hawaassaa gaarii kan ta'e ijaaruudhaaf bu’uraa murteessaa dha. Barnottni sadarkaa
guddinaa jireenyaa hawassaa kamiyyuu gaarii ta'e fiduuf ni gargaara. Kanaafiis
addunyaan gutuun barnotaaf bakka guddaa yeroo keenaa jiru ilaala kan jirnu kanafii.
Sababaa kanaaniis kan ka’ee jechi ijoo barnnottnii hundaaf kan jadhuu duubii ijro ta’ee
jira. Dabalataaniis barnnottni hiyyuumma fi duubaatii haaffummaa hawaassaa keessaati
balinaan jiru dhabbamsisuuf fi walqixuummaa hawassaa mirkanneessuuf meeshaa
bu’uraa ta’ee tajaajilaa.

Barnnottni hawaassaa ittigaafatammaan itti dhagahamuu wantotaa fi yaada harawaa


ummuu (burqisisuu) dandahuu fi rakkoleedhaaf furmaataa keenuu danda’u ijjaruuf
gahee ola’anaa taphataa. Haatahu malee daai’immaan haala adda ta’en barsiisuun
lammii amalaa gaarii, kan qabu , dirqammaa nammumaa isaa bahachuu danda’u fi
akkasumaas dirqamaa fi ittigafatamumaa guddaa waan gaafatuuf barnnotaa irratti gara
hojitti bobba’uun arsaa kan kaffalchisuu fi obsaa guddaa qabachuu waan gaffatuuf
addaa godha.

oolmaa daa’immaan siifaan haala qabatamma naannoo isaa bu’uraa gadhachu dhaan
daa’imman barsiisuun lammii qaamaan, sammuun fi dhalootaa gaarii tahe ummachuu fi
akkasuumaas daa’immaan kan umrii daa’Imumaa kana isaanii irraa jalqabe lammii
amallaa gaarii qabu fi jiru-jireenyaa fuldurraa isaanirratti adaa garii kan tahe fi
oggummaa (dandeetti) addaa taha akka qabaatani guddattan gahee isaa bahachaa jira.
Kaayyoo fi hojii isaa kana daraa mirkeessuudhaaf hirmaanaan maatii, mootummaa fi
mitimotummaa gahee guddaa qaba.

Manii barnootaa siifaan tajaajilaa barnotaa keenaa jiru isaa dabalataaniis hirmaannaan
hawaassaa gochuun rakkooleen hawaassaa keessaa jiran irratti xiyyeeffattee tajaajilaa
keenaa jira.
Ergama,Mulataa fi Dudhaalee mana Barumsicha

Mulataa(vision)
oolmaa daa'immanii siifan kan adeemsaan human isaa muxanoon, beekumsaa fi
ga’umsaan gurmesuu akasumatiis kutallee barumsaa daballun sadarkaa tajajiilaa
gudiisuun hawaasaa biratti fudhatamaa kan qabu fi mana barumsaa filatama ta’u dha.

Ergama(mission)
O\D siifaan haluma seera biyatiin tajajilaa qulqulinaa fi ga’umsaa qabuu kanudhaaf
qamoota motumaa fi miti-motummaa waliin kutanoon nihojataa.

Dudhaalee(values)
 Dandeetii ogummaa
 Kutannoo
 Ammayyummaa
 Tajaajilaa qulquluu ta’e
 Tola oltummaa
 Aadallee beeksiisuu

Manii barnnoottaa waggootaa dabran keessaatti bu’alee jajjabeeffame galmeesissee


akka armaa gaditti terreeffamanii jiru. Isaaniis:-

 Barattotaa maatii harka qelleenyii kudhani (9) tajajilaa barnnootaa bilisaa taha
akka argatan godhee jira.
 Barattottni barnnootaa isaanii osoo addaa hincittin haala gaarii dhan bariisuun
karoora isaa 90% ol galmaan gahe jira.
 Meshaalee gargarsaa barnootaa adda adda qopheesudhaan tajaajilaa mana
barnotichaaf akka qophaa’uu godhame jira.
 Qulqulina daa’imman egguuf hojiin garii hojatamee jira.
 Badhaasni daa’immaanif qabxii isaanii bu’ura godhatee keennamuu
hanbissudhaan midhaan xin-sammuu daa’immaan irratti gahu danda’uu akka
haafuu waan godheef bu’aa gaariin argataamee jira.
 Kakaa’umsaa hojii barsiisootaa fiduf hojii gaariin hojjatamee jira.
 Barattotaa harkaa qalleeyyii 250 magallaa kessatti argamaniif deegersaa dabtaraa
akka argatan karroorfame jira.

Raga adda adda qabachu irratti:-

 Gamta maatii barsisootafi koreewwan laman hundafamanii gara hojiiti senaanuf


hojii hojjiraachuu.
 Barsisootaf hojetootta ilalchise rawwii hojii irratti guyyaa Shan kessa mariachuun
murtee dabarsu.
 Oguma gargaraa irrattii namoota oguma qaban torbaaniti aferuun wa’e oguma
isanii daa’immaniif barnoota kenu fi jirenya hawassuma keessati yaada garii akka
qabataan gochu.

Karooraa barattoota bara 2015

Kutaa Karoora Rawii %


Dhi Dub W/G Dhi Dub W/G
Kg-1 58 46 104
Kg-2 40 43 83
Kg-3 35 28 63
W/G 133 117 250

Karooraa barattoota bara 2015

TTI Dipploomaa Digrii Ida’ama


Dhi Dub w/g Dhi Dub w/g Dhi Dub w/g Dhi Dub w/g
- 4 4 - 2 2 4 - 4 4 6 10

karroorwwan gurgudoo
 Daree barnoota hunda halluu dibudhaan horeesuu akkasumaas teesowwaan jiran
horeesuu dallafi daa’imman kan ittin taphataan godhu’
 Yeroo lama (2) walga’ii maatti baratoota walin geggessuun bu’uruum kanaan
koree matti baratootta miseensa _____6___ qabu hundesuun walin hojechu.
 Korewwan gargaraa lama(2)jechanis koree namusaa fi amala gaarii fi koree
hordofi ademsa baruu fi barsisu akka harawaati hundesuu.
 Matti yeroo tokko (1) barsisotaaf hojetootta wajiin rawwii hojii irratti hordofi fi
maarii gegessuun bu’aa argamee irratti hunda’uu kallatti wal qabsissuu.
 Barsisoota gidduuti Jia jian wal-jijiraa muxannoo uummuun tokkummaan walin
hojechu.
 Dhabbata motummaa fi miti-motummaa akkasummas abbotti qabenyaafi
namoota bekamtti qaban walin kallatti mana barumsa kenyaaf degerssa
barbachisa ta’e akka godhanif hojechu.
 Oogumawwaan garagara irratti namoota oguma qaban aferuun wa’e oguma
isaani daa’immaan gorsa akka kenaan gochu.
 Gamta barsiisootaa maatii walin tokkummaa dhan dhimoota adda adda iraatti
mari’achuun walin murtoo kena.
 Viidio dhan barnoota garagaraa karaa fodaa televisini garagaruman barnoota
dabarsuu.
 Daa’immaan kudhan(10) kan maatiin isaani harka qaleyyii taanif maatii malee
guddachu jiranif carraa barnoota akka argataniif bilisaan (kaffalti maale barsisuu).
 Tessoo haraa baratootaa sadii (3) wal fana kana tesisuu abba digdama (20)
hojechisu.
 Daftara fakki 230 qophessu.
 Barnootaa akka irra argataniif kan qopha’e fi kan filatame faru adda adda
akkasumas tajajila gorsaa akka argataniif guyyaa guyyaarraa sagalee guddistuun
ergaa dabarsu.

You might also like