Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 2

Xalayaa Kadhannaa Dubaraa

Haa Gawu Nagaan keenya kan onnee irraa maddee Laga Ce'ee Tulluu Qaariyee

Firoottan keenya kabajamoo fi Jaalatamoo kan taatan hundaaf.

Iffaa. Obbo

2ffaa. Aaddee.

3ffaa. Obbo

4ffaa. Obbo

5ffaa. Dar.

6ffaa. Dar.

fi kanneen maqaan isaanii hin cayafamnee Maatii maraaf

Nagaa keenya kabajaa fi ulfina qabutii aansinee akkuma Muka keessan

filatanii Rigaa Ilkaaniif oolfatan nutii immoo namoottan jiran keessaa isin waliin

Firoomuu waan barbaanneef Mucayyoo keessan maqaan ishii

Shamarree_

kan jedhamtu Mucaa keenya Darg.

jedhamuu

akka Aadaa oromoottii haadha manaa seeraa saddeetamaa tin fuudhee akka

wajjin jiraatuf Waaqayyoo Mucayyoo kana uumee waan isinii kenneef isin immo

kan waaqnii isinii kennee kana Dabarsitanii Mucaa keenyaaf akka nuuf kennitan

kabajaa fi ulfina guddaadhaan isin kadhanneera.

Obbo

Aaddee

Obbo

fi firootan hafan mara irraa.

0bbo
kabajaa fi ulfinni isinīif haa ta'u.

Deebii Quubsaa akka isin irraa argannu abdii guddaa Qabna.

You might also like