Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 7

#Addunyaa kanarratti namootni milkaa'oon namoota fedhii milkaa'inaa qabani dha

malee, namoota hawwii milkaa'inaa qaban miti.

Onnee milkaa'ina jireenyaa, Kaka'uumsa galma milkaa'aa qabuuf tattaaffatu uumuf


gargaara

Hiriyummaan,

Obbolumman,

Laammumaan,

Walitti dhufnee

Dhaabbatta guddaa

Amazing organization jedhuu haa ijaaruu


Kanaaf anis, atis, cimnee , kayyoo keenya walbarsisaa, cimnee dalagnuu malee falii
hin jiruu….

Maarree ammuma koota nutti dabalamaa

ANI SIIF JIRA,Atii naf jiraadhu! !


❍ Hundumti keessan garee ani isiniif jira jedhu kanatti dabalamtanii hojii tola
ooltummaa fi dhaloota waan qabaniin gargaaruu irratti hirmaachuuf hayyamamoo akka
taatan isinin jenna.

Barsiisuuf barachuun itti fufa, Galatoomaa!!!

► Ani siif jira, atii naf jiraadhu ,walitti dabalamne furmaata adunyaaf tana.

❍ Walmararfanna!

❍ Waljaalanna!

❍ Waliif jiraanna!
Ani siif jira, atii naf jiraadhu ,walitti dabalamne furmaata adunyaaf tana. !!

Haasaa gaarii kenninee,

Kallattii qabsifna,

Yeroo keenya kenninee barsiifna,

Kaayyoo kee si hubachiifna,

Galaa fagoo hidhachiifna

Onnee jaalalaa sittii horra,

Egeree dhalootaa hubachifnee,

sammu baldhisuurratti hojjenna

Maarree Ammuma koota dawwitti waliif tana

Gamtaa Beroda Youth Generation jedhuu

Maqaa isaa sirrii dha?

Kayyoon isaa maalii?

Kaayyoo Faawundeeshinii Sheekh Bakrii Saphaloo:

👉 Seenaa fi kayyoo gamta beroda youth generation jedhuu kunuunsuu fi akka


dhalootatti darbu taasisuu

Kayyoon channela Gamticha dhaloota abdii biyaa keenyaattif Riqichaa tahee lammii
qarominan ummataa isaa fi Adunyaaf akkaa biftuu guyyatti beekumsaaf tecknolojjin
ibsuu umnee daandii guddina irrattii milkeesuu dha.

Kaayyoon gamtaa channela keenyaa walitti dhufeenya jiruu fi jireenyaa irrati gurmaa'an
akka odeeffanoo gama Bekumsattin jiru akkasumas hubaannoo fi muxannoo walif
dabarsiina. Kanaafu namoota dabalchuun ni danda'ama hiriyyota keessaniif wamichaa
godha.

👉 Barnoota irratti hojjachuu; mana baruumsaa ijaaruu, barattoota maatii harka


qalleeyyii irraa dhalatan kan sababaa meeshaalee barnootaa dhabuun barnoota
isaanii addaan kutaniif deeggarsa meeshaalee barnootaa taasisuu fi kan kana
fakkaatan.

👉 Fayyaa irratti hojjachuu; Meeshaalee fayyaa adda addaa kanneen buufataalee fi


keellaa fayyaatiif oolan dhalattoota magaala berooda biyya alaa tiifi biyya keessa
iddoo adda addaa jiraatan waliin tahuun akkasumas jaalattootaa fi dinqisiifattoota
Gamtaa Beroda Youth Generation waliin tahuun deeggarsa gochuu.

👉 Hawassuma irratti hojjachuu; Manguddoo teenya tan bikka itti kuftu hin qabne
iddoo jireenyaa mijjataa tahe tokkotti walitti qabuun wantoonni barbaachisu hundi
guutamee fi jireenya fooyyee akka jiraatan taasisuu, Daa'imman haadha fi abbaa hin
qabne iddoo jireenyaa mijjataa tahe tokkotti walitti qabuun wantoonni barbaachisu
hundi guutameefii barnoota isaaniis akka itti fufan gochuun jireenya fooyyee akka
jiraatan taasisuu fi kan kana fakkaataniidha.

Kaayyoolee karoorichaa
Hojiimaata walitti dhufeenya hawaasa fi aadaa fi duudhaalee Gamticha
teekinooloojii wajjiin ijaaruu keessatti guddisuu danda’an diriirsuuf
Humna raawwachiisummaa gamtichaa daraan ijaaruuf
kenna tajaajilaa fi itti quufinsa tajaajilamtootaa mirkaneessuu,
Qindoomini hojii cimsuun qisaassima qabeenyaa hambisuu
Hojii irra olmaa qajeeltoowwan Bulchiinsa Gaarii mirkaneessuu
Dhalota Furmataa tahuu.

Yaada gaari burqisisuu irraatti akkaamitti namoota daandeetii fi muxxannoo qaban


argachu daandeenya ? infoormaation nuf dabarsa mee?

Gamtaan tokko tokko kan beeknu maqaa isaani kenudhaan miseensii immo akka warra
kan hirmachisaan gochun ni danda'ama.
Dursa member dabalanne kaayyoo,ergama fi mulata isaa fi logo qopheesina sanan booda
yaada namoota irrati hundofne boardi ykn itti waamama Channela kana fi walitti qaba
isaa sagaleen filanne beekamti akka argatu yoo gone maal jetuu isin?

Seensa
Ergama ijaarsaa gamtaa chenaala keenyaa kana galmaan ga’uu keessatti dandeettii
murteessaa yoo ta’u, ,
 kayyoo kana milkeessuuf
 Galmaa isaa
 gahumsaa kan qabu fi bu’aa qabeessaa ta’e taasisuuf qorannoowaan adda addaa
gaggeefamanii hojiirra akka oolan godhuu .
 Kanaafuu, raawwachiisummaa gama ( qabeenya namaan, gurmaa’iinsaa fi
hojiimaataan ) bifa qindoomina qabuun qorachuu fi hojiirra oolchuun bu’aa
qabeessummaa kayoo gamticha guddisuun murteessaa waan ta’eef.

Karalleen Ijaarsa Chenaalii Gamtaa Beroda Youth Generation jedhuu ittin


milkeeesinu :
1.Ergama, mulataa fi dhuudahaale Adeemsichaa chanaala keenyaa fi
k.k.k.fakatan.

Ergama
 Dandeettii raawwachisummaa teknoloojii ammayya ittin fayyadamuun bulchiinsa
gaarii dhugoomsuun bu’uura sirna dimokiraasii daagaagsuu, olaantumma ilaalcha
misoomawaa qabu umuu fi guddina arifachiisaa itti fufinsa qabu gamta keenya
keessatti mirkaneessuu dandeesisuu uumuu.

 Beekumsa ,Daandeeti fi qabeenya hawwasa , gurmeessaa fi qindeessuun


gamaa gamtichaattin Dhaloota Eegaree umuu fi ittin milkeeesu dha .

 Dhaloota abdii biyaattif daandii saquu fi uumata keenya Riqichaa


tarkanfachiisu keessatti gahee olaana taphachuu dha.

Mul’ata
 ilaalchaa fi gochaa tajajilitummaa hawwaasaa qabachudhaan
jijjiramaa bu’uraa fiduun miseensoni keenyaa tajaajilaa nuuti
keeninuu itti qufee argudha.

 Duudhale
Adeemsa hojii isaa raawwachuuf duudhaaleefi amanta cimaa
qabaachuu qabu kan akka
 kabaja . hawasumma
 Miira garee
 Hirmaachisuma
 Itti gafatamumaa
 Iftoomina
 Qophaa’ina jijjiirama

2.Haala waligalaa

 Adeemsii hojjicha miseensota Adeemsaa hojiichaatiif gurm’aan


rawwachistonii gamtichaa ta’an qajeelfamootaa ittin bulimata miseensicha
a kabajuu fi akka kabajamuu tasisuuf kan itti fufuu tahu.
 3.Haala keessoo keenya
 Haala raawwaata keenyaa sadarka sadarkan gurma’aani ilaacha
tajajiltummaa ummata qabchuun keenna tajajilaa sadarka
barbadamuun gahuuf kaka’umsii jiruu jajabesaa tasisu akkasumas
dirqama lammumaa kabajuu fi kabachisuu irratti shoraa keenya
isaa olaana dha.
4.Boqqonna qophii keessatti
Cimina
 Karooraa qopheesuu dura human nama karoora qophesuu sadarka
barnnotaan raga adda basinee raga baayiina fi quliquliina qabu
qabaachu keenya.
 Karoora haala hirmaachisuman qopheessuu yaalu

Hanqinoota
 Karoora yeroo barbadamee keessatii qophesaan dhihesuu dhaabu.

 Humna fi beekumsa qaban cuunfani hojechuu caala kara qaxamuraan


deemu yaalu.
 Deegarsaa fi hordofii itti fufinsa qabu gochuu dhabuu

5.Boqqonnaa raawwii keessati

Ciimnaa
 Karooraa qopha’ee raawwaachuuf kaka’umsii jiru gaarii ta’u.
 Raawwii bayiina fi quliqullina qabuu jirachuu.
 Rakkolee raawwii keessatii mul’atan haala iftomna qabun
sireesuun dhimma jajabachu qabu ta’u.
Hanqinnota
 Hubannoon foyya’aa ta’e hirmachuu irraatti hubannon jiru ifaa
tahu dhabu.
 Walqixaa itti dhimammanii hojachu .
 Yeroo hojii kabajuu fi kabajusuun wantota foyya’aan jiratusi
kan sirawu qabusi kan jiran ta’u.
6.Xinxala haala Alaa
A. Carraa gaarii qabachuu keessatti
 Qaroo qarqeerroo gurma’ee qabnuu kanan Ijaarsa gamticha keenya
karoora qabamee galman gahuuf kaka’umsa qabachuu
 Ummanni keenya bishaan qulqullu argatee faaya buleessa akka ta’uuf

Kaayyoolee karoorichaa
 Hojiimaata walitti dhufeenya hawaasa fi aadaa fi duudhaalee
Gamticha teekinooloojii wajjiin ijaaruu keessatti guddisuu danda’an
diriirsuuf
 Humna raawwachiisummaa gamtichaa daraan ijaaruuf
 kenna tajaajilaa fi itti quufinsa tajaajilamtootaa mirkaneessuu,
 Qindoomini hojii cimsuun qisaassima qabeenyaa hambisuu
 Hojii irra olmaa qajeeltoowwan Bulchiinsa Gaarii mirkaneessuu
 Dhalota Furmataa tahuu.

Qophessaan Moh .sh

You might also like