Download as pptx, pdf, or txt
Download as pptx, pdf, or txt
You are on page 1of 9

AKKAADAMII HOGGANSA NAANNOO

OROMIYAATTI GABAASA RAWWII KAROORA


KURMANA 1FFAA BARA 2013
DAAREKTOOREETII ODIITII
Seensa
Oditiin keessaa itti gaafatamummaasaa bahuu akka
danda’uuf ji’a fi kurmana kurmanaan karoora hojii
qophefachuudhaan itti-fayyadama faayinaansii, qabiinsa
herregaa fi itti fayyadama Nagaheewwan adda addaa itti
fayadama baajataas akkasumas Odiitii Qabeenyaa
rawwachuun firii isaa gabaasaan akka dhiyeessu irraa
eegama. Bu’uura kanaan odiitiin keessaa bara baajataa
2013 ji’a Adooleessa 1/2012 hanga Fulbaanaa 30/ 2013
xiinxala gooroo inni gaggeesse kutaa herregaa fi
rawwii isaanii irratti Bu’aawwan odiitiin irra gahame irratti
hojjetoota dhimmichi ilaaluufi oggeeyota waliin wal-
amanuudhaan waliigalteen taasifameera. Gabaasi firii odiitii
fi duuka deemtuwwan kutaalee hojii ilaaluuf garagalchaan
akka ga’u ta’eera. Yeroo xinxalaa hanqinawwan murasaa
mul’ataniin ala itti fayyadamni faaynaansii fi galmeessuu fi
dhiyeessinni gabaasaa, malawwan bittaan ittin rawwataman
labsii, dambii fi qajeelfamoota mootummaan baase,
akkasumas maanuwaalii hojii manni hojichaa baase kan eege
ta’uu mirkana’eera
Kaayyoo Gabasichaa
Hojiiwwaan Odiitii kessaa kan Karoora Wagga keessaa
kurmana tokkoffaa keessatti rawatamee ibsuudhaaf
Bu’aawwan odiitii kuramana afraffaa fi ji’aa irratti tarkanfii
fudhatamee ibsuudhaaf
Lakkofsaa Qabeenyaa bara Karooraa waggaa
Daareektooreetii odiitti keessaa irratti hundaawuudhaan
qabiinsi herregaa fi akkaataa bulchiinsa faayinaansii
qabeenyaa mootummaa, labsii, Dambii fi qajeelfamoota
Naanichaatiin hojjetamuu isaa mairkaneessuuf odiitii
Daangaa Gabasichaa

Hojiiwwan Odiitii Karoora bara baajata 2013 karoorfame


keessaa Adooleessa 1/2012 hanga Fulbaanaa 30/2013
hojjataman beksisuf

 I.Hojiiwwan Gurguuddoo Kurmana tokkoffaa Karoorfamanii fi


Hojjetaman

1. Gabasa Odiitii Faayinaansii Kurmana fi ji’a dhiyeessuu

2. Lakkofisaa mallaqaa callaa sanduqaa ji’aa ji’aan hojachuu

3. Heerregaa Wal’ttii qabamaa fi kaffalamaa ji’aa ji’aan


hojachuu

4.Xinxalla Herregaa baajata idiilee fi Galii Kessaa Ji'a Ji'aan


5.Xinxalla Herregaa Galii adda addaa fi itti fayadamaa bajaata ji’a
ji’aan fi Kurmana kuramanaan rawachuu gabasuu
6.Ittifayadama Kupponii boba’aa Kurmana tokkoffaa xinxaluu
II.Hanqinaalee Mul’atan/Aragannoowwan /
Herregni waltiqabaman Qr. 351,877.49 ogeeyoota biyyaa
kaanaadaati muxannoo hojiitiif deemanii miliqanii biyyaa alatii hafan
irra qarshiin armaan oliti tuqamee himannaan itti banamee mana
murtitiin murta’ulee rawwii itti banuu dhabuun hanga ammatii
rarra’ee hafuu.
Ogeettii bara bajata 2012 kurmana 2ffaa biyyaa kanaadaa demtee
miliqtee haftee irra qarshii 89,952.35 barbaadamuu
himannaa itti bananaani qabeenyaa biyyaa keessa qabduu irra
debisisuu osoo danda’amuu hanga yoonaatii osoo walitihinqabamin
turuu.
III.Horodoffii fi Deggarsaa
Herregni Walitiqabamaa fi Kaffalama akka hin bayannee Hordoffi fi
deggarsa tasfameera
Herregni walitiqabama fi kaffalaman akka yeroon walitiqabamuuf
kafalamuu hordoofii tasifameera.
V. Bu’aa Odiitii keessa fi ala
 Bu’aawwan odiitii keessa bara baajata 2012 kurmana 4ffaa qr.
6457.00 Caalmaan kaffalamee akka debisisaan hordooffi
Bu’aa odiitii alaa ilaalchisee kan bara 2011 malee kan bara 2012
odiitii kan hintasifamin yoo ta’uu kan bara 2011 keessa
D/Faayinaansii deebii kennuleen qr351,877.49 bara baajata 2010
fi 2011 argannoo ta’ee argamee rawwii irra jedhamee deebiin
kenname kan ragaa hinqabnee ta’uu hanga ammattii waan
nuhingahiinf yeroo nugahee irra kasee akka tarkaniif sirrefama
tasifamu kan hordoofnuu ta’a
VII.Rakooleef yaada Furmaata
 Caasaa Odiitii gadi bu’eef akka nuuf foya’uu BPSHQ Naamaatiif
akkasumas BMWDOtiif beeksifnee deebii egaachaa jirachuu
 Sababa gabsni Odiitii kurmaana 4ffa bara 2012
Odiitarrii ergisaan nuuf kenamee yeroo karoora hojii mana
isaaniitiin walitihinbuunee gafannee kan itti deemnuu
ta’uu

You might also like