Download as pptx, pdf, or txt
Download as pptx, pdf, or txt
You are on page 1of 19

Bu’uura leenjii babalisuu

wangeela
Basic training on evangelism
Boqonnaa tokko

Waamicha biyya lafaa


Kaayyoo

• Addunyaa kiristoosiin qaqqabuu kan si


dandeessisuu fi sochii hafuuraa keessa akka
galtu si kakaasuudha.
galma
1. Kaayyoo waaqayyo biyya lafaa kanaaf qabu
hubachuuf
2. Kaayyoo jireenyaa fi tajaajila keenyaa
hubachuuf
3. Fakkeenya tajaajila akka sagalee
waaqayyootti ta’e ilaaluuf
4. Leenjiin jireenya haaraa mala biyya kafaa
ga’uu akka ta’e hubachuuf
Hirmaattuu waamicha kanaa ta’uuf qabxiilee beekuu
qabnu
I kaayyoo waaqayyo biyya lafaa kanaaf qabu beekuu

Waaqayyo maaliif nama uume


1. 2phex 1:4 Hirmaattu amala waaqummaa akka taanuuf
2. Um 1:26 jaalala, gaarummaa isaa akka argisiisnuuf
3. Um 1:26 Uumama uumame hundumaa akka binnuu fi
bulchinuufi
4. Efe 1:4 fuula isaa duratti qulqulluu fi mudaa kan hin
qabne akka taanuuf
• Waaqayyo nama kaayyoo ofii isaaf uumus namni
hammina seexanaan kaayyoo uumameef dhabe.
• waaqayyo irraa adda ba’e

• Kanaaf kaayyoon waaqayyoo gara kaayyoo ganama


uumeefitti nama deebisuu dha
• Kaayyoon waaqayyoo…..

– Laphee namootaa keessa Qajeelfama isaafi sirna


isaa kaa’uun mootummaa isaa lafa irratti
ijaaruudha
• Efe 2:10 “nuti hojii harka isaatiiti, hojii gaarii isa
Waaqayyo duraan dursee qopheesse keessa akka
deddeebinuuf karaa kiristoos yesuus uumamne”
– Mootummaan waaqayyoos kan inni hundeeffamu
wangeela kiristoosiini.
– Kanas kiristoos du’uu fi du’aa ka’uu isaatiin kan inni
dhugoomsedha
• Luq 19:-10 “ barbaaduu fi fayyisuuf “
• Isa 6:1-3
• Rom 10:-9-10 “namni kiristoosiin yemmuu amanu jiraachuu
gooftaa keessa isaatti shaakala
yoh 8:12 “ an ifa biyya lafaa ti ”
• Addunyaan ifa kiristoos irraa kan hafe abdii biraa hin
qabdu.
Luq 2:3 “ if warra saba waaqayyoo hin ta’initti akka
mulatuuf qopheessite.. ” Ittiin jedha.
• Kiristoos ifa nuuf ta’uuf dhufe
• Isa kan hordofu qofatu ifa keessa deddeebi’a
Fil 2:15 “dhaloota isa hin beekne keessatti biyya lafaa
irratti akka ibsaa in ibsitu”
II Kaayyoon namni waaqayyoojireenya isaatti qabaachuu
qabu beekuu.

Kaayyoon nama waaqayyoo


– jireenya isaa fi tajaajila isaa keessatti yaada waaqayyoo
hubachuu fi isaa wajjin hojjechuuf dhimmuudha

– Waaqayyoon ulfeessuu fi bara baraan isatti


gammaduudhaan jiraachuudha.
Haa ta’u malee
 waaqayyoon akkamitti ulfeessuun danda’ama?
 Bara baraan waaqayyotti akkamitti gammaduu
dandeenya ?
Kun kan danda’amu, abboommii gooftaan
mat 28:18-20 fi mat 22 :34-40 kenneef
abboomamuudhaani.

• Innis (abboommii guddichaa fi ergaa guddicha


raawwachuudhaani.)
• Abboommiin guddichi
1. Waaqayyoon jaallachuu
2. Namoota jaallachuu
• Ergaan guddichi (mat 28:18-20,mar16:15,HoE 1:
1. Wangeela lallabuu
2. Bartoota horachuu
3. Waldaa kiristaanaa hundeessuu
III fakkeenyawwan macaafa qulqulluu beekuu.

Phaawuloos.
phaawuloos bara tajaajila isaatti kaayyoo waaqayyoo
sirriittio hubachuun isas kaayyoo mataa isaa
godhachuudhaan jireenyaan nama hojiitti hiikedha
HoE 20:17-38. kutaa kana irraa wanta 4 ilaalla
A. Hirmaataa jireenya isaanii ture
– Dhimma jireenya isaanii hunda keessatti hirmaataa akkature
ibsameera.
B. Yaadaa fi dhugaa waaqayyoo qusannaa tokko malee
guutummaa guutuutti dabarsaa ture. (20,21,24,27.)
C. Gatii isaa kan murteesse ture. [value]
Gatii :-jireenya keenya keessatti dursa kan nuti
kanninuuf jechuudha.
Phaawuloos maal akka godhu qofa osoo hin taane
akkamitti akka godhus dabalee ibseera. (22-24)
• Maal :- wangeela lallabuu
• Akkamitti:-lubbuun isaa isa biratti kan waa’ee hin
baafnetti lakkaa’uun
D. Ofii isaas aarsaaf kan qopheesse ture.

Tajaajilli phaawuloos aarsaa fudhachuu kan of


keessaa qabu ture.
Tajaajilli yeroo mijatu qofa kan hojjetamu miti
dammaqinaa fi jabaatanii hojjechuu gaafata
(28-38)
IV bara keenya keessatti mala ittiin hojiitti jijjiirru
beekuu

• Daawwit bara isaatti yaada waaqayyoo akkuma


tajaajilee darbe (HoE 13:36) nuyis akkasuma bara
keenyatti kaayyoo waaqayyoo tajaajillee darbuuf
yeroo yeroo tti qajeelfama Hafuura Qulqulluu irraa
fudhachuu qabna (HoE 19 :7-10)
Qajeelfamoota bu’uura
1. Bartuu amanamaa ta’uu
2. Ija jabinaan dubbachuu
3. Bartuu ijaaruu irratti xiyuyeeffachuu
4. Namoota murtaa’oo filachuun tajaajila
dhaabbataa kennuu
5. Naannoo hunda wangeelaan ga’uu
Maloota

Ergaa guddicha galmaan ga’uuf malootni nu fayyadan


1.Amantoonni bartoota baay’achaa adeeman akka
ta’an gochuu
– jireenya dhuunfaan guddisuu
– Tajaajilaaf ga’oo akka ta’an leenjisuu
2.Hojiiwwan akka babalisuu wangeelaa fi bartuu
horachuu keessatti hirmaattuu ta’uu.
3.baay’een wangeela akka dhaga’aniif maloota adda
addaatti fayyadamuu. (fiilmii,…)
4.Lubbuuwwan haaraa hordofuu, barsiisuu fi
deebisanii erguu
Walumaa galatti
(Jireenyaan walitti firoomsuu)

Leenjiin kun hariiroo waaqayyoo wajjiniin qabduun


akka ati guddattuu fi misiraachoo sagalee iyyesuus
kiristoos addunyaa naannoo keen ga’uuf kan si
gargaaruudha.

You might also like