BSC Over View

You might also like

Download as ppt, pdf, or txt
Download as ppt, pdf, or txt
You are on page 1of 42

Bulchiinsa

Bulchiinsamootummaa
mootummaanaannoo
naannoooromiyaa
oromiyaa

SIRNA MADAALLII BU’AA


KAROORA TARSIIMOO (SMBKT)
Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo(SMBKT)
Dhaabbileen dhuunfaas ta’an manneen hojii mootummaa
jaarraa odeeffannoo keessa jiraatan haala fi sochii walxaxaa
ta’e fi dorgommii gama sochii siyaas-dinagdee fi
hawwaasummaatiin taasifamaa jiru keessa darbuuf
 karoora hirmaachisummaa,
 iftoominaa fi ittigaafatamummaa
qabu qopheessanii raawwachuu,
 yeroo yeroodhaan madaaluu fi
 bu’aa fi hanqina raawwii keessatti argame irratti hundaa’uun
tarkaanfii sirreessaa fudhachuun irra eeggama.

05/13/11 2
Adeemsa walxaxaa addunyaa guyyaa guyyaan
jijjiiramaa deemu kana keessatti rakkoo ijoon
gama kanaan manneen hojii mudatu ergama
maaliif akka dhaabbatan adda baasanii beekuu fi
isa qofaanis hogganamuu dhabuu dha. Kanumaan
walqabatee ergama isaanii galmaan geessuudhaan
itti quufinsa maamilaa fi dhimmamtootaa fiduuf
aarsaa guddaa kaffaluu fi dorgommii cimaa ta’e
injifatanii argamuun dirqama itti ta’a. Injifannoo
kana gonfachuuf akka isaan gargaaru hojii isaanii
karoorsu, hogganuu fi bu’aalee guyyaa guyyaan
dhufaa jiru safaruu fi madaaluun tarkaanfii
sirreeffamaa fudhachaa deemuun murteessaa dha.

3
Waan kana ta’eef, sirna madaallii bu’aa karoora
tarsiimoo haala sochii dinagdee fi hawaasummaa
saffinaan jijjiramaa deemu waliin walsimu,
jijjirama teeknoloojii, fedhii tiraanisfoormeeshinii
mana hojii mootummaa guutuu fi madaalawaa
(balanced) ta’e akkasumas sochii fi tajaajila
kennamu hunda kan to’achuu danda’u qoratanii
diriirsuun murteessaa ta’a. Kanaaf Sirni Madaallii
Bu’aa karoora tarsiimoo (SMBKT /BSC/)
rakkoolee manneen hojii gamaaggamaan raawwii
hojii isaan qunnamaa ture hiikuudhaaf akka
falaatti yaadamee kan jalqabamee dha.

4
Barbaachisummaa Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo
Madaalliin faayinaansii qofa irratti xiyyeeffate
gaggeeffamaa ture, hojiilee bu’aa fiduu danda’an kan akka
ogummaa, dorgomaa ta’uu danda’uu fi kaka’umsa
hojjattootaa, teekinoloojii odeeffannoo, adeemsaalee hojii
gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa qaban, kenniinsa
tajaajilaa, walitti dhufeenyaa fi amanamummaa
maamilaatiif qaban, gaggeessummaa siyaasaa fi milkaa’ina
hawaasummaa bu’aa barbaadame fiduu hindandeenye.
Kanaafuu, jaarraa dorggommii beekumsa irratti hundaa’e
keessatti dandeettiin mana hojii qabeenyaa qabatamaan
hinmul’anne (intangible asset) cimsuu fi gabbisanii
sochoosuun murteessaa dha.

05/13/11 5
Hanqinaalee gama kanaan mul’atan hiikuuf akka
furmaataatti yaadamee Sirni Madaallii Bu’aa
karoora tarsiimoo (SMBKT /BSC/) qoratamee hojii
irra oolchuun murteessadha. Faayidaan inni
guddaa jalqaba irratti itti hin yaadamee fi hojii
irraa oolmaa BSCtiin mul’ate Sirni Madaallii Bu’aa
karoora tarsiimoo (SMBKT /BSC/)’n raawwii hojii
madaaluun cinaatti ijaarsaa fi akkaataa hojii irra
oolmaa tarsiimoo haaraatiif gumaachii isaa fi
dhaabbileen tarsiimoo isaanii hojiilee guyyaa
guyyaan adeemsaalee hojii, garee fi nama
dhuunfaa waliin walitti hidhanii itti fayyadamuu
isaanii akkasumas meeshaa hoggansaa fi
qunnamtii ta’uudhaan tajaajiluu danda’u isaati.

05/13/11 6
Kanuma bu’ureeffachuun Bulchinsii Motummaa
Naannoo oromiyaa sanada qorannoo sirna
madaallii bu’a karoora tarsiimoo waggoota shanan
dhufanii qopheessuun olii hanga gaditti hojii irra
olchuuf qophii taasiisaa jira.
Walumaa galatti bu’aa qorannoo kanaa sirna
kenna tajaajilaa saffisaa fi qulqulina qabu diriirsuu
fi ammayyeessuun imaammataa fi tarsiimoo
misoomaa, sirna dimokiraasii fi bulchiinsa gaarii
dhugoomsuudhaaf yaadamee karoorri guddinaa fi
tiraanisfoormeshinii akka biyyaattis ta’e akka
naannootti qophaa’e galmaan geessisuu keessatti
qooda ol’aanaa qaba.

7
Sadarkaalee Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo
Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo
(SMBKT/ BSC) kutaa lama of-keessaa qaba.
Kutaan tokkoffaa, kunis:Ijaarsa Sirna Madaallii
Bu’aa Karoora Tarsiimoo’aa/Balanced Scorecard
Building Phase) yoo ta’u;
kutaan lammaffaan ammoo, Hojii irra oolmaa
Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo
/Balanced Scorecard Implementation Phase)
jedhamee beekkama.

05/13/11 BSC-TQO 8
Kutaa tokkoffaan, sadarkaalee jaha qaba
sakatta’iinsa mana hojii (environmental scan),
 Toora xiyyeeffannoo tarsiimo’aa (strategic themes),
 kaayyolee tarsiimo’aa (strategic objectives)
 maappii tarsiimo’aa (strategic maps)
 safartuulee raawwii tarsiimo’aa (strategic performance
measures), fi
 tarkaanfilee tarsiimo’aa (strategic initiatives) kan
agarsiisu yoo ta’u;
kutaa lammaffaan: sadarkaalee sadii qaba
Sirna ragaa raawwii diriirsuu (automation),
hojiilee qaamolee raawatuuf gadibuusuu fi
 hordoffii, gamaaggama, madaallii fi duub-deebii kan
agarsiisu ta’ee qophaa’eera.

9
Gulantaa Tokkoffaa
/Step One/
1. SAKATTA’IINSA MANA HOJII/ ENVIRONMENTAL SCAN
 Xiinxala Aangoo fi Gahee Hojii Mana hojicha
 Ergama fi Mula’ta Mana hojicha
 Duudhaalee Biiroo( Mana hojicha)
 Maamiltoota fi Dhimmamtoota (Customer and
Stakeholder Identification)
 Ibsa Sona Maamiltootaa
 Kallatiwwan madaallii (strategic Perspectives)
 Xiinxala Haala Keessaa fi Alaa (Intrenal and External
Situation Analysis)
10
GULANTAA (STEP)- 2FFAA
2. TOORA XIYYEEFFANNOO (STRATEGIC THEMES)

Filannoo toora xiyyeeffannoo


 Bu’aa fi milkaa’ina toora xiyyeeffannoo
 Ibsa toora xiyyeeffannoo
 Toorri xiyyeeffanno tarsimoo’aa/Strategic theme/ hojii guddaa mana hojii keenyaa kan
ibsuu fi karaa xiyyeffannoo kan mul’isan “utubaalee milkaa’inaa” /Pillars of excellence/
dha. Toora xiyyeffannoo Tarsiimoo’aa /Strategic theme/ mul`ata Biiroo keenyaa karaa
dhugoomsutiin bu’aa kan agarsiisuu fi ilaalchi hojjetoota keenyaa guutummaan
guutuutti dhimma irratti xiyyeeffachuu qabu dha. Toorri xiyyeffannoo tarsiimoo’aa
manni hojii keenyaa qorannoo sakatta’iinsa fi xiinxala fedhii maamiltoota erga taasisee
booda bara karoorichaa keessatti hojiilee dursaan hojjatamuu qaban dhimmoota
tarsimoo’aa murteessaa ta’an kan adda itti baasuu fi mull`ata isaa irra gahuu dhaaf
filannoo tarsimoo’aa hordofuu qabu kan itti murteessu dhimma ijoo qabiiyyee Biiroo
keenyaa qabu dha.

11
Toorrii xiyyeffannoo tarsimoo’aa galmoota kallattii
madaallii hunda jala ka’aaman dalga, oli fi gadiin walitti
hidhamanii /Horizontal and Vertical integration/ walitti
dhufanii gara bu`aa tarsimo’aatti akka deemuu kan taasisani
dha. Toora xiyyeffannoo Tarsiimoo dursanii murteesuun
kan barbaachiseef:- Tarsimoo qopheessuuf, hojii irra
olchuu fi hojjettoota fi qaama dhimmi ilaalu biratti
hubannoon akka uumamuu fi Mul’ata mana hojii keenya
gara hojii qabatamaa guyyaa guyyaadhaan
raawwatamutti/operation/ jijjiiruudhaaf raawwattoota
biratti hubannoo gahaa ta’e uumame hojiirra akka oolu
gochudhaaf.

12
Ergama Akkamitti Ergamaa fi Mul’ata
keenya gara bu’aa safaramuufi
hiika qabeessa ta’etti jijjiiruu
dandeenya?
Maamila /
Lammii
Tajaajila Maamila
keenyaa akkamitti
guddisuu dandeenya?

Adeemsa
Faayinaansii Tarsiimoo
Keessaa
Qabeenya uummataa Namoota tajaajjillu
akkamitti to’annee bu’aa adeemsa hojii isa kamiin
isaan fidan guddisuu gammachiisuu
dandeenya? dandeenya?
Ijaarsa Dandeettii

Dandeettii Tajaajilummaa keenyaa akkamitti cimsuu


dandeenya?
Fkn Tori xiyeefannoo BBAIO kaniin arman gadiiti.
Bulchiinsa, Misooma Qabeenya Bishaan Dhugaatii fi
Saniteeshinii
Dhiyeessaa Bishaan Jallisii fi Qoorsa Lafaa
Misooma Qabeenya Albuudaa
Baballina madda fi Teknoloojii Inarjii haromfamaa

05/13/11 14
Kaayyolee tarsoomo’aa filachuu
Ibsa kaayyolee tarsiimo’aa
Galmootni Tarsiimoo’aa (strategic objectives) toora
xiyyeeffannoo filataman milkeessisuuf kan qopha’anii fi hojii
qabatamaatti jijjiruuf kan dandeessisan gochoota gurguddoo
dha. Tokkoon tokkoo toora xiyyeeffannoo fi kallattii madaallii
/perspectives) galma (galmoota) Tarsiimoo’aa ni qabaatu.
Galmootni tarsiimoo’aa safaramuu kan danda’amanii fi bu’aalee
tarsiimoo’aa mana hojii keenya kan milkeessisan itti fufiinsa kan
qaban gochoota fooyya’insaa dha.
05/13/11 BSC-BGO 15
Galmootni tarsiimoo bara tarsimichaa keessatti maal
hojjechuun bu’aa toora xiyyeeffannoo irra geenya gaaffii
jedhu kan deebisanii dha. Galmootni tarsiimaa’oo Meeshaa
ijaarsa (Building blocks) tarsiimichaa waan ta’aaniifis
burqaa sanyii (utubaa ykn DNA) tarsiimichaa ni jedhamu.
Galmootni Tarsiimoo’aa Jechoota gocha ibsaniin kan
qophaa’anii fi bu’aan tarsiimichaa akka argamuuf maaltu
raawwatamuu qaba gaaffii jedhu kan deebisani dha.
Akkasumas, gahumsa fooyya’insaa itti fufiinsaa kan
argaisiisanii fi fedhii haala salphaan ibsuuf kan
dandeessisan, hubannoofis kan salphatanii fi tarsiimichaa fi
Safartuu Raawwii gidduu riqicha ta’anii ni tajaajilu

05/13/11 BSC-BGO 16
GULANTAA (STEP)-4 FFAA
MAAPPII TARSIIMOO’AA
(STRATEGIC MAPS)
Kaayyolee bu’aa fi sababaan walitti hidhuu
Kallattiiwwan madaalliin

Maappiin tarsiimoo’aa kallattiwwan madaallii adda addaa jalatti


galmoota tarsiimoo’aa qophaa’an sababaa fi bu’aan walitti hidhamanii
akkamitti faayidaa dabalataa uumuudhaan bu’aan tarsiimoo’aa akka
argamsiisan fakkii ibsu dha. Maappiin kun wal-siminsii galmootaa
kan itti mul’atuu fi tarsiimichi gabaabbinaan kan ittiin ibsamuu dha.

17
Waan ta’eefis, maappiin tarsiimoo’aa, tarsiimicha sirriitti
ibsuu fi hubachisuuf akkasumas, raawwattootni hundi
beekumsa isaanii akka godhatan meeshaa gargaaruudha.

Galmootni kallatti bu’aa argamsiisaniin sirriiitti yoo hin


xiinxalamne argamni bu’aan galmoota ol-aanoo hirmaannaa
(deggarsa) galmoota gad-aanoon ifaan jala muramee yoo
bahe malee bu’aa eeggamuu fi hojii raawwatamu gidduuti
walitti hidhiinsi jiraachuu qabu hin dhufu.

18
Galmootni kallattii madaallii barnootaa fi misoomaa jalatti
kaa’aman walitti hidhamuu fi walsimuun hojimaata keessaa
irratti si’ayina, qulqullina, qusannoo baasii fi kkf
barbaadamu argamsiisuu ni danda’au. Kanaafuu, xiinxalli
fakkichaa cimina keessaa keenyaa bu’aalee alaa barbaadnu
akkamitti mirkaneessina gaaffii jedhu deebisu irratti
xiyyeeffata.

19
GULANTAA (STEP) – 5FFAA

SAFARTUU RAAWWII FI MANNII (PERFORMANCE MEASUREMENT AND


TARGETS)
Safartuulee tarsiimo’aa kayyoo kaayyoon
Ulfaatina safartuulee
Safartuun raawwii meeshaa milkaa’inaa ykn bu’aa galmoota tarsiimoo’aa
madaaluuf dandeessisuu dha. Galmootni tarsiimoo’aa haala raawwii
kallattii madaallii tiin addaa ba’anii kan taa’an yoo ta’u, Safartuuleen
raawwii immoo bu’aa galmoota kallattii madaallii jalatti addaan
ba’anii taa’an madaaluuf kan gargaarani dha. Kana malees, safartuun
raawwii; agarsiiftu bu’aa(result indicator) raawwii tarsiimowwan
biiroo hordofuu dandeessisu, bara tarsimichaa keessatti sadarkaan
milkaa’ina galmootaa irra ga’amuudhaaf yaadame kan ittiin
beekkamu, bu’aqabeessumaa fi milkaa’inni mana hojii akka
waliigalaatii kan keessatti mul’atu,akkasumas, sirni karoora bu’aa
irratti xiyyeeffate hiika guutuu kan itti argatuu dha.
20
GULANTAA (STEP) – 6FFAA
6. TARKAANFIIWWAN TARSIIMOO’AA
(STRATEGIC INITIATIVES)
Tarkaanfilee Tarsiimo’aa kayyoo kaaayyoon
Baajata barbaachisu
Tarkaanfiiwwan tarsiimoo’aan galmoota keenya gara hojiitti kan ittiin
ceesifnu sagantaalee, piroojekitootaa fi gochoota ijoodha. Sagantaalee
fi piroojekitootni yeroo dheeraa fudhatan hundi karoora sagantaa
gochaa isaanii facaatiidhaan ibsamuu qaba. Karoorri sagantaa facaatii
kun galmoota tarsiimoo’aa, Safartuu Raawwiilee fi gochoota gara
raawwii guyyaa-guyyaatti ittiin jijjirrudha.
Tarkaaniiffiiwwan tarsiimoo’aa kan yeroo dheeraa ykn gabaabaa ta’uu
ni danda’u. Galmoota tarsiima’ootiif galtee (inputs) waan ta’aniifis
yeroo bu’aan galmoota itti argamu dursanii raawwatamuu qabu.
21
GULANTAA (STEP) – 7 FFAA
Sirna Ragaa Raawwii Diriirsuu (Automation)
Sadarkaa kanatti manneen hojii
Ragaa funaanuu, xiinxaaluu fi gabaasuu
sirni qabiinsa ragaa isaanii koomputaraan akka
deeggaramu gochuu fi
Sirna ragaa diriirsuu, dha.

05/13/11 BSC-BGO 22
GULANTAA (STEP) – 8FFAA
Sadarkaa 8ffaa- SBMKT Gareedhaaf gadi buusuu
Sadarkaa 9ffaa- Hordoffii, Gamaggamafi Madallii
Raawwii

05/13/11 BSC-BGO 23
Cont’ed…

I. Tarsiimoo gara hojiitti jijjiiruu


II.Mana hojii tarsiimoo walii galaa wajjin wal qabsiisu
III.Tarsiimoo hojii guyya guyyan hojjettotaan raawwatamu
gochuu
IV.Tarsiimoo yeroo yeroon gamaggamuun kan itti fufiinsa
qabu taasisu. (Make a strategy a continual Process)
V.Jijjiiramicha adda durummaa hooggantootatiin
geggeessuu.

24
Barbaachisumma Sirna Kana
Ergama mana hojiichaa Eenyu? Akkamitti? Maaliif?
Akka hojjetu karoorsuuf gargaara.
Mul’ata, Tarsiimoofi Adeemsa hojii walitti hidhuun
walitti dhufeenya isaanii cimsuufi.
Hojiiwwan hojjetamuu qaban adeemsota hojii ijoofi
deggersaaf gadi buusuun (Cascading) itti
gaafatamummaa jabeessudha.
Hojiiwwan sadarkaa akkamitti hojjetamaa akka jiran
beekuun hooggansaa mana hojiifi qaama ilaalu
hundaaf gabaasa dhugaa dhiyeessudhaan tarkaaniflee
raawwi akka fudhatamu gochuu.
Jijjiiramoota gaarii JBAH dhufan raawwii isaanii
sirritti madaluuf gargaara.
05/13/11 BSC-BGO 25
Tarsiimoofi Hojii madaluu

05/13/11 BSC-BGO 26
Tarsiimoofi Hojii madaluu
Ergama
Mul’ata
Bu’aa
Tarsiimoo
Safartuu Raawwii

Kaayyolee
Duub
deebii
Tarsiimoo
Safartuu

Duubdeebii
Tarkaanfilee
hojiiwwanii

Adeemsa
Galtee Bu’aa
hojiiwwa Bu’aa
/ input dhumaa
Baajeta n
Automationin Maali?
Automeeshinii jechuun Moosaajii / Software
gargaaramuun odeefffannoo sassaabuu, xiinxaluufi
bifa barbaachisaa ta’een gabaasuu jechuudha.
Daataa raawwii safartuu gara odeeffannoo hiika
qabeessa fi bu’a qabeessa ta’eetti jijjiira.
Odeeffannoo raawwii bifa giraafii fi gabateen
namoota murtee kennan ykn hooggantootaaf
dhiyeessa.
Odeefannoon raawwii safartuu murtee bu’a qabeessa
kennuu akka dandeenyufi kallattii gara fuula duraa
murteessuu akka dandeenyu godha.

05/13/11 BSC-BGO 28
Barabachise?
Automeshinii jechuun Moosajii hunda galeessa sirna
madaalli bu’aa karoora tarsiimoo fayyadamuun
guutummatti bu’a qabeessummaa sirna kana
dabaluudha.
Bu’a qabeessumman ykn milkaa’ini sirna madallii
bu’aa karoora tarsiimoo jabaatee dhaabachuu kan
danda’u sirni ragaa diriire kun yoo cimaafi amansiisaa
ta’e qofaadha.
Sirni Madaalli Bu’aa Karoora Tarsiimoo duubdeebii /
feedback fi raawwii / Performance hojii karoora
tarsiimoo qaama olaanaa kena kun immoo akka
yaadametti galma ga’uu kan danda’u sirni ragaa
diriisuu yoo cimeedha.

05/13/11 BSC-BGO 29
Automeshinin Structure / Caaseffamafi kallattii
discipline SMBKT kun itti hojiirra oolu uuma. Itti
dabalataanis daataalee sadara gadii jira gara
odeeffannootti jijjiiramanii murteef akka gargaaran
taassisa.
Sirni ragaa diriirsuu gariin yoo hojiirra oole akka
meeshaa odeeffannoo / communication tool cimaatti
tajajila itti dabalees meeshaa duubdeebii raawwi /
Perforrmance feedback fi odeeffannoo sadarkaa
garagaraatti argamu waliin gargaaramuuf fayyada.
SMBKT rakkoo dursanii beekuu / proactive
communication fi furmaata hatattamaa kennuu
irratti xiyyeefata kun galama ga’uuf odeeffannoon
barbaachisaadha.
Gabaabadhumatti Sirna ragaa diriisuun daata
odeeffannoo BSC-BGO
05/13/11
raawwii bifa ifaafi salphaa ta’een waan30
What Is The Balanced Scorecard?

Performance measurement tool


Management tool
Planning tool

6/5/2003 31
Benefits of BSC System
Understand Customer Needs and Customer Value
Focus on Strategic Results and Strategy
Align Vision, Strategy, Processes, Projects and People
Build employee Accountability
Produce a Balanced Strategic Plan
Evaluate Strategy performance

32
05/13/11 BSC-BGO 33
Pirinsipiloota BSC
I. Tarsiimoo gara hojiitti jijjiiruu
II. Mana hojii tarsiimoo walii galaa wajjin wal
qabsiisu
III. Tarsiimoo hojii guyya guyyan hojjettotaan
raawwatamu gochuu
IV. Tarsiimoo yeroo yeroon gamaggamuun kan itti
fufiinsa qabu taasisu. (Make a strategy a continual
Process)
V. Jijjiiramicha adda durummaa hooggantootatiin
geggeessuu.
Ergama Akkamitti Ergamaa fi Mul’ata
keenya gara bu’aa safaramuufi
hiika qabeessa ta’etti jijjiiruu
dandeenya?
Maamila /
Lammii
Tajaajila Maamila
keenyaa akkamitti
guddisuu dandeenya?

Adeemsa
Faayinaansii Tarsiimoo
Keessaa
Qabeenya uummataa Namoota tajaajjillu
akkamitti to’annee bu’aa adeemsa hojii isa kamiin
isaan fidan guddisuu gammachiisuu
dandeenya? dandeenya?
Ijaarsa Dandeettii

Dandeettii Tajaajilummaa keenyaa akkamitti cimsuu


dandeenya?
How do we translate our
Mission
mission and vision into
meaningful and measurable
results?

Customer

How do we maximize
benefits to our
customers?

Finance Strategy Internal Process

How do we prudently At what Internal processes


manage public must we excel to meet the
resources and maximize needs and expectations of
the value we provide? those we serve?
Capacity Building

How will we sustain our ability to produce and improve?


05/13/11 BSC-BGO 37
Barbaachisumma Sirna Kana
Ergama mana hojiichaa Eenyu? Akkamitti? Maaliif?
Akka hojjetu karoorsuuf gargaara.
Mul’ata, Tarsiimoofi Adeemsa hojii walitti hidhuun
walitti dhufeenya isaanii cimsuufi.
Hojiiwwan hojjetamuu qaban adeemsota hojii ijoofi
deggersaaf gadi buusuun (Cascading) itti
gaafatamummaa jabeessudha.
Hojiiwwan sadarkaa akkamitti hojjetamaa akka
jiran beekuun hooggansaa mana hojiifi qaama ilaalu
hundaaf gabaasa dhugaa dhiyeessudhaan
tarkaaniflee raawwi akka fudhatamu gochuu.
Jijjiiramoota gaarii JBAH dhufan raawwii isaanii
sirritti madaluuf gargaara.
Measuring Strategy And Operation
Mission
Vision
Strategic
Results
Performance
Measure
Strategic
Objectives
Strategic
Feedback
Measurement
plan

Strategic Operational
Initiative Plan feedback

Process & Output


Inputs Outcomes
Activities s
Budgets
Tarsiimoofi Hojii madaluu
Ergama
Mul’ata
Bu’aa
Tarsiimoo
Safartuu Raawwii

Kaayyolee
Duub
deebii
Tarsiimoo
Safartuu

Duubdeebii
Tarkaanfilee
hojiiwwanii

Adeemsa
Galtee Bu’aa
hojiiwwa Bu’aa
/ input dhumaa
Baajeta n
Sadarkalee BSC(BSC Steps)
Step 1:Haal dureefi Sakata’a Mana hojii( Assessment)
Step 2: Tarsiimoo Mana hojii Qopheessuu (Strategy )
Step 3: Galmoota Tarsimo’aa Qopheessuu (Strategic
Objectives)
Step 4: Maappii Tarsiimo’aa Qopheessuu (Strategic
Mapping )
Step 5: Safartuulee raawwiifi kaayyoo argame
qopheessuu( Performance Measures)
Step 6: Tarkaanfiwwan Tarsimo’aa qopheessu (Strategic
Initiatives )
Step 7: Sirna Ragaa raawwii dirirsuu (Automation )
Step 8: Hojii gadi busuu(Cascading)

Step 9: Hordoffii, Gamaggamafi Madallii Raawwii

( Evaluation) 41
05/13/11 BSC-BGO 42

You might also like