Professional Documents
Culture Documents
Leenjii Hubbanno Industrii Godoo
Leenjii Hubbanno Industrii Godoo
Leenjii Hubbanno Industrii Godoo
Godoo
GURANDHAALA 2015
Mattuu
PIG
LEENJII HUBBANNO
INDUSTRII GODOO
Mallumma IG
• Omishaa sadarkaa xiqqadhaan omishuu
hojii suphee
su p h e
hojii mukaa
Nyaata
hojii sibilaa
Kayyo IG
• Carra hojii uumuu
• Galii hawaasaa dabalaa
• Dinagdee biyyatti olii guddissu
• Hawaassa ykn ummataa keenyaa hubanno
industiriidhaaf qabuu ni jijirru
Barbaachisumma IG
• Oomishaa dabalaa ( irra calla hanqinaa jiruu)
• Galii namaa akka dabaluu tasissaa
• Naannoo guddina isaanii gadii aanaa ta’e akka
Guddattuu carraa ni uumaa
• gooddansa namaa ni hirrisaa( gamaa lamannu )
• Hirmaachisummaa dubartootaa
• eeggatummaa dubratootaa ni hir’isaa ( galii
guddisu dha)
• carraa hojii dubartootaaf nii uumaa
kan itti fuffe
• Sharafaa biyyaa ala ni argamsiisaa
• carra hojii dhunfaan uumaa
• Baasii biyyaatti ni qusata (by importing and
using indusytrial waste)
• Walittii hidhamiinsa gaba ni uumaa
• nageenya fiduuf qodda gudda qaba
Galmoota PIG
• Hirkoo hawaasa hojilee biraa kan akka
qonna,qacarrii irraa qabu hiri’isuu
• Hojiille fi carra dhiyeenyaa jiraan agarsisuu
• Kaka’umsaa hojii industrii ta’a
• Profayili projaktoota carra nanno qabu
dhiyeesuu /qophessu
• Yaada furmaata gamaa qawwa jiruun addan
baasuun qopheesuu( tech,skill etc)
Hojjille Hojjattaman
• Qaawwaa IG qabuu addan baasuu ( techology,
Skill )
• Ilaalchaa namoota hojiidhaaf qabaan sirressu
• Rapid assessment
• Improvemt strategy
• Project profile
Toofta Rawwii
• Hubbaanno uumuu( caasaa sadaarka BIIO jiruuf).
• Tooftaa adda adda fayyaddammun
rakko,qaawwaa IG qabuu addan basuuf kan akka
check list, gaafii deebii, site visit kkf.
• Ragaa adda addan qindessudhaan kan biyyoota
biraa.
• Project Profile nii qopha’a
• Sanadoota fi odeffanno burqaa adda adda haala
qabatama naannottin akka ta’an qindeessu.
Bu’aale Eegaman
• Yaada walii galaa fi furmaata rakko IG biraa jiruu
• IG akka naannoo jiraan bay’inaan , gosaan nii
beekamu
• Qaawwa ykn rakkoon IG isaan qabaan addan ni
bahaa( leenjii,kapital, gabaa kkf)
• Gaalte Immaammaataa Taarsimoo IG
gaggeeffaammu ta’a. kan akka jajabbessitu
( incentive package,EIA)
• Carraa naannoo qabuu gamaa IG addan bahee nii
beekama nii kawwamma .
Qamoolee Hojirra Hirmattan
• ASTU
• Univasitootta adda addaa
• Biiroo Misooma Magalaa Oromiyaa/WMMGIAB
• Biiroo Carraa Hojii Uumuu Fi Ogumma
Oromiyaa/WCHUO GIAB
• Caassa BIIO sadarkaan jiruu /WII GIAB
• mashin lizii oromiyaa/GIAB
• kkf
Fookaal Parsanoota fi Gahee Hojii Isaanii
.
1.Hojiirra oolmaa karoora IG ol’aantummaan ni
raawwatu, ni ordofu, qaama sadarkaa sadarkaan jiruuf ni
gabaasu.
2.Carraalee fi poteenshaalota sadarkaa godinaa/Magaalaa
fi aanaatti argamu ilaalchisee ragaalee ni sassaabu, ni
qindeessu, qaama dhimmi ilaaluuf ni dabarsu.
3.Haala argama industiriiwwan Godoo ilaalchisee ragaa
ni sassaabu, ni qindeessu, qaama dhimmi ilaaluuf ni
dabarsu.