Download as pptx, pdf, or txt
Download as pptx, pdf, or txt
You are on page 1of 77

Falaasama Hooggansa Kaayizanii

Falaasama Hooggansa Kaayizanii


(THE KAIZEN PHILOSOPHY )

Isaakii Imai
Falaasama Hooggansa Kaayizanii…
Yaad-rimee Kaayizanii

KAI Jijjiirama/Change

ZEN Fooyya‘aa/for the better

K A I Z E N = Jijjiirama foyya‘iinsaa/Continual Improvement/


Yaad-rimee Kaayizanii…
Kaayizanii jechuun፡- Jijjiirama /foyya`iinsaa
ittifufiinsa qabu jechuudha.
Jijjiiramni kun immo kan፡
guyyaa hunda (everyday improvement) ,
nama hundaa (everybody’s improvement),
iddoo hundaa (everywhere improvement)
jechuudha
Barbaachisummaa Kaayizanii…
 Manneen hojii mootummaa fi dhaabbilee misooma
mootummaa keessatti falaasama hooggansa kaayizanii
hojiirra oolchuun bu’aalee armaan gadii galmeessisuun
ni danda’ama. Isaanis:
o Qulqullina fi oomishtummaa dabaluu,
o Qisaasama adda addaa ykn raawwilee faayidaa hin
daballe ittifufiinsaan dhabamsiisuuf
o Tajaajila kenninu ittifufiinsaan fooyyessuuf
o Naannoo hojii mijaawaa uumuuf
o Baasii tajaajilaa/oomishaa xiqqeessuu.
o Ittiquufinsa tajaajilamaa dabaluuf.
Abboommiiwwan Kaayizanii (Commandments of kaizen)
 Yaad-rimee tooftaa hojii moofaa gati
 Jijjiiramuu dhabuuf dhifama hin taasisiin
 Dogongora hin sodaatiin
 Dogongorri akkuma mul’ateen sirreessi
 Mallaqa baasuurra beekumsaa fi ogummaa kee
fayyadami
 Rakkooleen carraa sammuu keetti fayyadamuu siif
kennu.
 “Maaliif?" si’a shan gaafadhu.
 Waan tokko hojjeechuuf yeroo hundaa karaan fooyyee
qabu jiraachuu isaa hubadhu.
Amaloota Falaasama Kaayizanii
Hirmaachisummaa
 Kaayizanin kan ijaaramu fi hojiirra oolu bifaa walitti hidhamiinsa
qaamoolee adda addaa dhabbata tokko kan ta`an

gaggeessitootnii fi raawwattoonni harka walqabachuufi


tokko ta`uuni.
Amaloota Falaasama Kaayizanii…
Hirmaachisummaa...
Walitti hidhamiinsa gaggeessa fi ogeessa

Gaggeessaa Namoonni kun eessa ga’u


ol’aanaa
laata ?

Ogeessa Gaggeessaa
G/G
Amaloota Falaasama Kaayizanii…
Hirmaachisummaa…
Amaloota Falaasama Kaayizanii…
Ittifufiinsa Kan qabu (continuity)
Amaloota Falaasama Kaayizanii…
 Ida`ama jijjiirama xixiqqo (accumulation of small
improvements)
 Kaayizaniin halkanuma tokkoon jijjiirama guddaa fiduu
irratti kan xiyyeeffate osoo hintaanee, jijjiramaa
xixiqqoo hedduu walitti ida`uudhaan gara jijjirama
guddaatti fiduu irratti xiyyeeffata.
Amaloota Falaasama Kaayizanii…
 Ida`ama jijjiirama xixiqqo…
Yeroo yeroon jijjiiramni xixiqqoon dhufu adeemsa
keessa gara jijjiirama guddaatti dhufuu danda`aa
Amaloota Falaasama Kaayizanii…
 Baasii guddaa hin gaafatu
 Qisaasama dhabamsiisuun baasii guddaa hin
gaafatu:
 yeroo fi humna namaa sababa malee hinfixu/ hin
balleessu.
`Q’5` hojiirra oolchuun mallaqa guddaa hin gaafatu.
Kaayizaniin Eenyuuf Barbaachisa?

 Namoota dhuunfaaf
Maatiif
Dhaabbilee oomishaatiif
Dhaabbilee tajaajilaatiif
Dhaabbilee dhuunfatiif
Dhaabbilee mootummaatiif
Dhaabbilee miti-mootummaa fi kkf
a a
/ m ud
a m a
s a a s )
Q i a ste
(W
Qisaasama /muda
Gocha (operation) tokko keessatti wantoonni
armaan gadii sadan ni argamu:
1. Gochoota bu’aa dabalan (Net-Operation or value
adding activities)
2. Gochoota Deeggersaa (supportive activities)
3. Qisaasama/Mudaa (Waste)
Qisaasama /muda…
Qisaasamni/Mudaan, hojii hojjennu keessatti (tajaajiluus
ta`ee omishuu) gochoota hin barbachifne kan:
• Baasii dabalan,
• Dadhabbi dabalan,
• Yeroo guban,
Gatii oomishaa fi tajaajilaa dabala
 Qulqullina oomishaa fi tajaajilaa hir`isa
 Oomishnii fi tajaajilli yeroon akka hin
qaqqabne taasisa
Kanaafuu, qisaasamni/mudaan gochoota dafanii
dhabamsiifamuu qabanidha.
Bifoota Qisaasamni itti ibsamu
‘Mu’ sadan/The three MUs/
Bifoota Qisaasamni itti ibsamu…
“Mu” sadeen…

Hojii wal hin


Baasii hin madalle
barabachifinee

Hojii
humnaa olii
Bifoota Qisaasamni itti ibsamu…

Murii
Hojiin humnaa olii qaamaa fi sammuu namaa, akkasumas
mashinii irratti fe’uun kan uumamu dha.

Siwayya hojjadhuu

Siwayya hojjadhuu
Siwayya hojjadhuu

Siwayyya hojjadhuu
Bifoota Qisaasamni itti ibsamu…
• Murii…
Bifoota Qisaasamni itti ibsamu…
Murii…
Murii…
Muraa
• Qoodinsa hojii wal hin madaalle, Humna
oomisha Maashineerii fi kkf.
Muraa

IN OUT
Walitti Dhufeenya ‘Mu’ Sadeeni
Muraa Murii Mudaa

u r aa/
M

Murii

Mudaa
Madda Isaa Irratti Hundaa’uun Mudaa Adda Baasuu

Madda Qisaasama :
A. Hojjataa (man)
B. Maateeriyaalota oomishaa/tajaajilaa
(materials)
C. Tooftaa hojii /hojmaata (Method)
D. Bulchiinsa (Management)
E. Fayyummaa iddoo hojii (Saftey)
F. Mashinoota (Machine) ta`uu danda`uu.
Mudaa …
1. Qisaasama hanga barbaadamuu ol omishuu (Muda of

Overproduction)
2. Qisaasama qabeenyaa kuusuu (Muda of Inventory)
3. Qisaasama waa eeguu (yeroo) (Muda of Waiting)
4. Qisaasama geejjibuu (Muda in Transporting)
5. Qisaasma mudoo uumuu (Muda of Defect-making)
6. Qisaasama sochii (Muda of Motion)
7. Qisaasma adeemsaa (Muda Extra Processing)
8. Qisaasama dandeettii namaa fi qabeenyatti
fayyadamuu dhabuu (Muda of unutilized resource)
Mudaa …
1) Hanga barbadamuu ol omishuu

Omishni/tajaajilli tokko hanga yeroo fi qabiyyee


barbaadamuun ala yoo qophaa`e badiif saaxilama.
Mudaa …
Hanga barbaadamu ol omishuu…
Sababa
 Karoora malee omishuu
 Fedhii fayyadamtootaa qorachuu dhabuu
Miidhaa fidu
 Kuufama hin barabaadamne
 Iddoo fi maallaqa qabatee ta`uu
Mudaa …
Hanga barbaadamuu ol omishuu…
Fkn:
 Odeeffannoo osoo hin barbaadamin kennamu
 Dokmantii osoo hin barbaadamin maxxanfamu
 Wantoota adeemsii itti aanu osoo hin barbaadiin
dursamee qopheessuu
Mudaa …
Qisaasama kuufamaa (MUDA OF INVENTORY)
Qisaasamni kun galtee oomishaa/tajaajilaa, qaamota
meeshaa/spare parts/ adda addaa, walumaagalatti
qabeenyota dhummeeyyii fi dhaabbii adda addaa
tajaajila malee yeroo dheeraaf kuufaamuun kan
uumamu dha. Kana hunda
yoom itti Hin beeku!
fayyadamna?

Dhaabbata keenya keessa mudaan kun jira?


Mudaa torban…
Mudaa …
Qisaasama kuufamaa…
Sababiiwwan
Kuufama baay`ee qabaachuun rakkoo dhufu hubachuu
dhiisuun
 Dhiyyeessaa amansiisaa dhabuun baay`inaan bitaani

kuusuu
 Fedhii sirritti osoo hin hubatin bittaa gaggeesuu/omishuu
Miidhaa fiduu
 Bulchiinsaa qabeenya rakkisa taasiisaa
 Kapitaala fi iddoo qabata
 Badiifii hanna fi saxilamuu danda`aa
Mudaa …
Qisaasama kuufamaa…
Fkn:
 Faayiloonnii fi dokmantootini adda addaa
adeemsaa hojii keessatti kuufamuu
 Maxxansaalee beeksiisaa adda addaa hanga
barbaadamuu ol raabsuu
 Meeshaalee hojii gara gara hanga barbaadamu ol
iddoo hojiitti kuufamuu
 Dawaa hanga barbaadamu ol mana yaalaa
Keessatti kuufamuu
Mudaa …
Qisaasama Waa Eegu (Muda of Waiting)
 Gosni qisaasamaa kun hojii keessatti tajaajilaan:
 Hoogganaa eeguun
 Ajaja eeguun
 Odeeffannoo eeguun
 Walga’ii eeguu
 Mallattoo eeguu
 Meeshaalee fi mashinoota fi kkf
eguudhaan hojii malee taa`uun yeroo
baduu dha.
Mudaa …
Qisaasama Waa Eeguu…
Sababa
 Gufuuwwan/Bottle-neck/ jiraachuu
 Humnii fi hojiin wal madaaluu dhabuu
 Hanqina meeshaalee oomishaa

Miidhaa fiduu
 Humna namaa, qabeenyi, yeroo fi maalaqinni
ni badaa
Yeroon tajaajilli tokko itti kennamu ni dheerata
Mudaa …
Qisaasama Waa Eeguu…
Fkn:
 Tajaajilamaan tajaajila kaffaltii gibraa /tajaajila
/rawwachuuf eeguu
 Dhukkubsataan tajaajila yaalaa argachuuf
ogeessa yaalaa eeguu
 Siistamni tajaajilaa yeroo addaan kutuu
eeguu????
Mudaa …
Qisaasama Geejjibuu (Muda in Transporting)
• Meeshaalee adda addaa tajaajilaa/oomishaaf
barbaachisan dheerina karaa hin barbaachifne
geejjibuu irraa kan maddudha.
Mudaa …

MUDA=Waste
EKI & OSU 2017
Mudaa …
Qisaasama Geejjibuu…
Sababa
 Dursaani iddoon meeshan tajaajilaa/omishaa
taa`uu qopheessu dhabu
 Dursaanii bay`inaan omishuu
 Geejiiba sirrii ta`e fayyadamuu dhiisuu
Miidhaa fidu
 Meeshalee irratti hubaatin ni uumama
 Yeroon itti tajaajila kennamu nidheerata
 Humnaa fi yeroon ni qisaasama
 Tajaajiltummaan/omishtummaan ni hir`ata
Mudaa …
Qisaasama Geejjibuu…
Fkn:
 Walharkaa fuudhinsa faayilootaa fi
dokmantoota baay`achu
 Fayiiloonni fi dookmantootni gara garaa
fageenya hin barbaachifne irraa deddeebisuu
Mudaa …

• Qisaasama waan mudoo qabu


hojjachuu (Muda of Defect-making)

 Qisaasamni kun tajaajila/oomisha


hanqina qabu kennuu/oomishuu
waliin kan walqabatudha.
Mudaa …
Qisaasama Mudoo…
Sababa
 Istaandardii dhabuu
 Istaandardii eeganii hojjachuu dhabuu
 Leenjii hojiif barbaachisuu dhabuu
Miidhaa fidu
 Qisaasama qabeenya, yeroo, humna namaa fi
maashinaa
 Komii tajaajilamaa dabala
Mudaa …
Qisaasama Mudoo
Fkn:
 Ragaa dogoggoraa fayyadamuu fi kennuu
 Dogoggora yaalaa mana yaalatti
 Daandii, gamoo fi riqichaa istandardii gadi
hojjatamanii faayidaa irraa eegamuu kennuu
dadhaban
Mudaa …
Qisaasama Sochii (Muda of Motion)
• Qisaasmni kun hojii keessatti sochii hin barbaachifne ykn
bu’aa hindaballe taasisuu irraa kan dhufuudha.

EKI & OSU 2017


Mudaa …
Qisaasama Sochii…
Fkn:
 Uunka,faayilaa, ragaa fi kkf barbaadu
 Sochii hojjetootaa meeshaalee hojii (pirintara,
isteepilarii, faaksii fi kkf) barbaaduuf taasisan
Mudaa …
Qisaasama Sochii…
Sababa
 Barumsaa fi leenjii dhabuu
 Hojii istaandardiin isaa hin beekamne raawwachuu
 Teessumin namaa fi machinii sirrii ta`uu dhiisuu
 Kaka`umsii hojii hojjetaa gadi aanaa ta`uu
Miidhaa fidu
 Sa`aatii hojii dheeressuu
 Humna dabalataa gaafachuu
 Yeroo tajaajilli/ omishinii itti dhiyatuu dheerachuu
 Miidhaa nama irraan ga’uu
Qisaasama Sochii…..
Mudaa …
Qisaasama adeemsaa (Muda in Processing)
 Qisaasmni kun adeemsaa hojii walxaxaa,
dheeraa, fi irra deddeebii hin barbaachifne irraa
kan maddu dha.
 Adeemsa fooyyeen osoo jiru kan durii hordofuu
Mudaa …
Qisaasama adeemsaa…
Fkn:
 Hojii barreeffama bu`aa hin daballe baay`achuu
 Ragaa gosa tokkoo qaama adda addaatiin/yeroo adda
addaa/ gaafatamuu
 Heddummaachuu mirkaneessuu
Mudaa …
Qisaasama qaabenyaatti fayyadamuu dhabuu (muda of
unutilized resource)
• Qabeenya itti hin fayyadamne
• Yaada fooyya`insaa ittin hin fayyadamne
Fkn
 Hojjatoota iddoo humna isaanii gaditti ramaduu
 Aangoo fi gahee murta`aa ta`e (kan hojii hin hojjisfine)
qofa kennuu
 Hojii hunda hogganaa qofan hojjachuu
Qisaasama adda basuu
1.Qisaasamni sirriitti akka mula`atu taasisuu
2. Yeroo kamiyyu qisaasamaatti dammaquu
3. Qisaasamaaf abba gafatamummaa fudhatu adda
baasuu
4. Qisaasama safaruu
5. Qisaasama dhabamsiisuu
Muda hir’isuu/muda elimination
Gulantaalee Qisaasama ittiin hir`isan
1. Adeemsa hojii ture sakkatta`uun qisaasama adda
baasuun galmeessuu
2. Qisaasama safaruun tartiibaa ulfaatina isaatiin
teesiisuun galma kaawwachuu
3. Karoora qopheessuu/Action plan
4. Ka`umsa qisaasama xinxaluun fi yadaa furmaata
(countermeasure) barbaaduu
5. Yaada furmaataa hojiitti jijjiiruu
6. Bu`aa madaaluu
7. Istaandardii ittiin to`atamu qopheessuu fi milkaa’ina
argameef beekkamtii kennuu
Muda Hambiisuu/muda elimination…
Gulantaalee Qisaasamni ittiin hir’ifamu:
Milkaa’ina
Jalqaba argameef
Haaluma kanaan irra
aas a
uu
add aasam
beekkamti
deebi’uun i
raawwachuu kennuu
ab
Qis

Bu’aa
argame
Bu’aawwan: istaand
uu
Qo aroora

Karaa Haaraa ta’en hojjechuu


e ss

aardii
phe

gochuu
K

Qisaasama
xinxaluu fi yaada Yaada furmaataa Bu’aa
furmaataaa hojitti jijjiiruu Madaaluu
kaa’uu EKI & OSU 2017
Muda hir’isuu/muda elimination…

MUDA
EKI & OSU 2017
( 5 s )
an an
Q- sh
Q-Shanan
Iddoon hojii hin gurmoofnee akkamitti uumama?

Waantota
Namni ilaalu yoo
guutumaan guututii dhabame
hin barbaadamne

Wantoota darbe
darbe Wantoota
barbaadaman amman kana
barbaadaman

EKI & OSU 2017


Q-shanan (5’S)n Maali?
 Q-shanan (5s) teeknika shakallii Kaayizanii ittin
calqabnu yemmuu ta`an:
1. Qulleessuu /Seiri/ Sort : Qulleessuu jechuun waan
hojiif barbaadamuuf hin barbaadamne addaan
baasuudhan kan hojiif hin barbaachifne dhabamsiisuu
dha.
2. Qindeessuun /Seiton / Set in order: Meeshaalee fi
qabeenya itti fayyadamnu akkaataa barbaachisummaa
isaaniitiin (bakka akka salphaatti fudhaachuun itti
fayyadamuu, fi iddoottii deebisuu danda`amuun)
gurmeessuu dha.
Q-shanan (5’S)n Maali?

3. Qulqulleessuu /Seisou/ Shine: Qulqulleessuu


jechuun iddoo hojii fi meeshaa hojii
qulqullinaan qabuu fi sakkata`uu dha. Iddoon
hojii qulqulluuf mijataa kana nama hawwatu fi
namoon salphaatti itti fayyadamaniif
gammachuun kan itti hojjatamu taasisa.
Q-shanan (5’S)n Maali?
4. Qixxeessuu /Seiketsu /Standardize:
Qixxeessuun Q sadeen armaan olii akka
duubaattii hin deebinee to’achuudha. Hanga
fooyya’iinsi biraa dhufutti hojimaatni amma jiru
akka hin dagatamne, bakka duraniitti akka
hindeebine fi hojjettoonni hunduu bifa
walfakkaatuun akka raawwatan toftaa ittiin
eegnu dha.
5. Qaamessuu /Shitsuke/Sustain: Q-afran armaan
olii aadaa hojii fi qaama hojii guyya guyyaan
hojjatamu akka ta`u taasiisuu.
Q-shanan (5’S)n Maali?
1.Qulleessuu (Sort)

Qulleessuu jechuun waan hojiif barbaadamuuf


hin barbaadamne addaan baasuudhan kan hojiif
hinbarbaachifne dhabamsiisudha.
o Kan addan baasnuu
 Gosa
 Baay`ina, fi
 Yeroo barbaadamun ta’a
Q-shanan (5’S)n Maali?
Biiroo Keessatti
Q-shanan (5’S)n Maali?
Q-shanan (5’S)n Maali?
Mana Kuusaa Qabeenya

Waantoota barbaadamuuf hin barbadamne


Q-shanan (5’S)n Maali?
• Meeshaan hunduu ni barbachisaa?
• Meesha(ragaa) Sekoondii 30 keessatti argachuun ni
danda`amaa?
Q-shanan (5’S)n Maali?
Qulleessuun Maaliif Barbaachisee?
Iddoo ፣ yeroo፣ mallaqaa fi humna qusachuuf
 Bulchiinsaa qabeenyaa salphaa taasiisuuf
 Hojjataan salphaattii akka waliigalu taasiisuuf
 Hamilee hojjataa kakaasuuf
 Qulqulinaa fi omishtumma dabaluuf
 Miidhaa iddoo hojii hiri’isuuf
Q-shanan (5’S)n Maali?
2. Qindeessuu (Set-In-Order)

Qindeessuun sababii armaan gadiitiif barbachiisaa፡-


o Waantoota barbaaduuf yeroon ni gabaabata
o Sochii hin barbaachifinee hambisa
o Kuusaa qabeenyaa hin barbaachifinee dhabamsiisa
o Meshaalee kunuunsuuf ni gargaara
o Hubaati hojjataa irra gahuu ni hiri`isa
Q-shanan (5’S)n Maali?
Q-Shanan maali…
Akkata qabiinsaa ragaa…
Q-Shanan maali…
3. Qulqulleessu fi Kunuunsuu (Shine and inspec)
• Qulqulleessuu jechuun iddo hojii fi meeshaa hojii
qulqullinaan qabuufi sakkata`uudha፡፡
• Iddoon hojii qulqulluuf mijataa kana nama hawwatu fi
namoon salphatii itti fayyadamaniif gammachuun kan itti
hojjatamu taasisa.
• Qulqulleessu fi kunuunsun meshaale hojii hojiin
qulqullinan akka hojjatamu ykn omishamu taasiisa
Q-Shanan maali…
4. Qixxeessuu (Standardize)
Qixxeessuun gochoota armaan gadii of keessatti qabata:
 Ajaja hojii (Work instruction) baasuu
 Maappii adeemsaa (Process maps)
 Sagaantaa qulqullinaa (Cleaning Rota)
qopheessuu
 Istaandardii hojii ijaan mul’atan (Visual
workplace standards) qopheessuu
Q-Shanan maali…
5. Qaamessuu/ (Sustain)
 Tooftaalee Qaamessuu / 5Q ittin fufisiisan
 Sirna odiitii fi gabaasa Q-shananii itti
gaggeeffamu diriirsuu
 Sirna leenjii dadammaqinaa garee misooma
tajaajilaaf (1-5), hooggansaa fi hojjetaa maraaf
diriirsuu
 Muuxannoowwan gaggaarii daawwachuu
 Ji`a Q-shananii kabajuu
 Gaazexaa Q-shananii qopheessuu
 Barreeffama harkaa qopheessuu
 Sirna badhaasaa fi beekamtii diriirsuu
5. Qaamessuu/ (Sustain)
 Poostarii adda addaa Q-shanan fayyadamu
 Suura adda addaa kaasudhaan maxxansuu
Fkn, “Sammuu keenya fi iddoo hojii keenyaa Q-
shananiin haaqulqulleessinu”
Walitti Dhufeenya JBAH fi Kaayizanii
 Tokkummaa Isaanii
• Lamaanuu gumaacha adeemsaa (process) irratti kan
hojjetani dha
• Lamaanuu humna namaa gahumsa qabu, dorgomaa ta’e,
kutannoon jijjiiramaaf carraa milkaa’inaa kamiifuu
barbaachisaa ta’uu isaaniiti.
 Garaagarummaa isaanii
• JBAH’n jijjiirama adeemsa hojii duraan ittiin hojjetama ture
bu’uura irraa jijjiiruun faayidaa dabalamu irratti xiyyeefata.
• Kaayizaniin- tokkoon tokkoo hojjettota biratti adeemsa
hojiin tokko ittiin hojjetamu irratti fooyya’iinsa itti
fufiinsaan dhufuu fi hojii gareetiif itti gumaachuu danda’u
irratti xiyyeeffachuu isaati.
Horaa
Bulaa!

You might also like