Download as pptx, pdf, or txt
Download as pptx, pdf, or txt
You are on page 1of 30

PRINCIPLE OF LIFE

Qajelfamaa jireenya.....
Jirenyii qajelfamaa qaba.
Qajelfamaa eegee kaan deemee
Nii milka'a.
Atiis milka'auuf qajelfamaa kaan
eegii.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya......

• 1 ffaa self Acceptance


• Of fudhachuu
• Of fudhachuu jechuun cimiinaa ofiis dadhabbinaa
ofiis beekaanii fudhachuu jechudhaa.
• Namnii hunduu cimiinaas dadhabinaas nii qaba. Kan
addaa bafachuun immoo ogummaa barbadaa.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya......

• Addunyaan kan irraa namnii Sii faakaatuu


gonkumaa hin jiruu.
• Kaanaaf yoomiyyuu taanaan amanii of fudhaadhuu
• Of hin shakkiin kaan ormii Sii shakkuu amansiis.
• Saanii abbaan gaanfaa cabsee ormii immoo ijaa
ballensaa jedhaa oromoon.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya.......
Dubbii Haayyootaa
Jechaa Beenjaamiin Firaankiliin
• Dogongoraa durbaa baruu yoo barbaddee hiriyyaa durbaa
isheettii jajjii.
• Jirachuuf nyaadhuu, nyaachuuf hin jiraatiin.
• Ogeesii eenyuu ? Nama nama irraa baaratuu. Enyuutuu
humna qaba ? Nama miira issaa moo'aatuu.nama waan
qabuuttii gamaduu? Namnii kuun eenyuu? Hin jiruu.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya.......

2ffaa living for life purpose


Jireenya kaayyoo jirachuu
Kaayyoon Kee malii? Kaayyoodhaan moo miiraan offamta?
Ofiis, Addunyaas jijjirruu kaan danda'uu nama kaayyoo
Kaayyoo Keefi hanga dhumaattii qabsaa'ii.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya......

Namnii akkaa tassaa addunyaan kan irrattii dhufee hin jiruu.


Haantuunnuu kaayodhaaf uumamtee. Ilmii nama immoo
harkaa waaqan hojetaamee kabajaan uumamee.
Kaanaaf kaayyoo qabadhuu, kaayyoo keefiis du'ii.
Namnii kaayyoo qabuu abdii hin kutaatuu.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya.........
• Dubbii Haayyootaa
• Jechaa Beenjaamiin Firaankiliin
• Addunyaan kaan irrattii nama tookkoof wantii baay'ee
salqhaan ofii issaa of gowomsudhaa.
• Jaalallii fokkiisaa hin qabuu, mannii hidhaa baareedinaa
hin qabuu.
• Hojii boruuf kaa'attee qabdaa? Har'uumaa hojedhuu.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya......
• 3ffaa Avoiding compilation
• Dorgomuu dhiisii.
• Namnii xiqqaan Naman dorgomaa, namnii guddaan ofiin
dorgomaa.
• Mee qurxummii qamaleedhan dorgomtuu argitee
beektaa?
• Namnii hunduu na caaluu, kaanaaf wantaa irraa baradhuu
naan qaba jedhee Ermesan.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya.......
• Attii eenyuyyuu ta'uu hin dandeechuu, kaanaaf of ta'ii
jiradhuu maltuu Naman Sii dorgomsiisee.
• Namaan dorgomnaan of hiitee, kennaa keessa Kee jiruu
dorgomnaan ofii hiiktee jechaa sol.
• Nama irraa baradhuu malee, Naman hin dorgomiin.
• Mee ossoo toomaas edisaan Naman dorgomee, ambolii
enyuutuu hojetaa?
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya.........

• Ossoo hener ford Naman dorgoomee konkolaataa enyuutuu


hojetaa?
• Geraam ossoo naman dorgomee mobile 📲 har'a kaan
enyuutuu hojetaa?
• Attiis yoo Naman dorgomtee Sii enyuutuu ta'a?
• Gonkumaa Naman hin dorgomiin.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya.......
• Dubbii Haayyootaa
• Guutamaa Budihaa
• Waan hunduumaa shakkii. Ifaa mataa keetiin qabadhuu.
• Waraana kumaa tokkoo moo'achuu irraa, Miiraa Kee
moo'achuutuu caalaa. Yoos moo'ichii kaan keetii, si irra'is
hoomtuu hin fudhatuu.
• Rakkoon kee maal seete? Yeroo qaba jettee yaadda.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya
4ffaa think positive .
Yaada Gaarii yaadii.
Yaaniin gaariin fayyaa keenyaafiis gaaridhaa.
Namnii waanumaa nyaatee faakaataa jedhaa miraahtuu
shangoo kitaaba issaa irrattii.
Namattii gonkumaa hamaa hin yaadiin. Gaariin ofumaaf
waan ta'eef.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya......

• Boollaa yoo qottuu gaddii hin fageesiin, abbaa ittii kufuu


hin beekamuu jedhaa oromoon.
• Ossoo gaariin jiruu maltuu hamaa Sii yaachisaa mee?
• Maaf summii ofittii taataa?
• Waan Gaarii yaadii gaariituu Sii qunamaa jechaa hiriyyaa
koo Zalaalaam
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya.......

5ffaa Being willing to learn.


Barachuuf eeyamaamaa ta'ii.
Barumsiif karaan gonkumaa hin dhumuu.
Nama Sii oliis ta'ee, nama Sii gaddii irraa baradhuu.
Barachuuf eeyamaamaa ta'ii.
Kitaaba dubbiisii. Kitaaba bitadhuu.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya.......

• Uftaa bittuu irraa kitaaba bitadhuu.


• Kitaabnii keessa, ilaalchaa, Fi yaada Kee jijirraa, uffannii
garuu gubbaa Kee jijirraa. Kaamiif dursaa kenitaa?
• Kitaabnii hiriyyaa dorgomaa hin qabneedha.
• Qarshiin kitaaba ittiin bittee siin marariin.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya.........

• Dubbii Haayyootaa
• Jechaa Maahtama Gaandii
• Eeyamaa koon dhala eenyuu illee na miidhuu hin danda'uu.
• Addunyaa jijjirruu yoo feetee of irraa eegalii.
• Eenyuu illee milaa xuriin akkaa ana irraa deemuu hin
eeyamuu.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya.......
• 6 ffaa
• Walking to wisdom.
• Ogumadhaan jirachuu ykn dedeb'uu.
• Kan siifaan dhiisaa.
• Ogummaan maalii???
• Beekumsii hoo?
• Kaamtuu kaam duursaa?
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya........
• Gaafii kan haalaa gaarii fii kaan irraa bifaa fooya'iinsaa
qabuun namnii naaf ibseef.
• 1 kaardii abbaa 50 2 kaardii abbaa 25 3 kaardii abbaa 15
naan guutaaf.
• Karaan deebiistaan dhumaa irrattii Naan teesisaa.
• Amanamummaan issaa kan eegamedhaa.
• Hirmaadhaa badhafamaa issaa dhugaa.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya.....
• Dubbii Haayyootaa
• Jechaa Maahtama Gaandii
• Muuxaanoon xiqqoon lallabaa hedduu caala.
• Mannii hundii yuuniversitidhaa, maatii hundii baarsisotaa.
• Akkaan anii yaaduttii jirenyii hoolaa jireenya dhala nama gadii
miti.
PRINCIPLE OF
LIFE....
Qajelfamaa
• 7ffaa Being intelligent
jireenya...• Haxxee ykn gafnaa ta'uu.
• Kuun iddoo sadittii goodamaa.
.
• 1 conversation intelligent. 2 emotional intelligent.3
social intelligent.
• Kaana sadaan bifaa waliin deemuu qabuun waliin
deemsisuudhaa. Kuun immoo ogummaa barbadaa.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya........
Dubbii Haayyootaa
Jechaa Maartiin Luuter Kiingi Juuniyer.
Namnii dhifaamaa gochuuf humnaa dhabe, jaallachuuf
humna hin qabu.
Maaliif du'uu akkaa qaban hammaa beekanitti, namoonnii
maaliif akkaa jiraatan hin beekan.
Urjootaa arguu kan dandessuu dukkana keessatti qofa.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya......
• Taking no offense easily 🤣
• Salqhattii aaruu dhiisii
• Gonkumaa hin aariin.
• Of aarsuun mana gubaachaa jiruu benzilaan dhamsuuf
yaaludhaa.
• Miiraa aaraa ballessuuf waan kan Yaadadhuu.
• 1 wantii ta'aamee San deebisuu Nii dandechaa?
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya......
Hin dandeechuu yoo ta'ee maaf wantaa
deebisuu hin dandenyeef aartaa ree?
2 wantaa ta'aamee San deebisuu Nii
dandechaa? Eeyyeen yoo ta'ee wantaa
deebisuu dandechuuf maaf aartaa ree?
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya.......
• Dubbii Haayyootaa
• Jechaa Maayelsi Munroo
• Dhiirrii sammuu gegefamaa, dubartiin immoo laqhee
isheen.
• Sammuu Kee hammaa jijjiramuttii homtuu hin jijjiriiramu.
• Eenyuu illee yoo taatee, atii gegesadhaa.
PRINCIPLE OF LIFE
Qajelfamaa jireenya........
• 9 ffaa living life with gratitude.
• Jireenya galatefannaa jiraadhuu.
• Yeroo kamittuu uumaa Keef, galataa galchii.
• Waaqnii ammaa Sii gaheef, carraa ammaa kaanattii
fayyedaamii galatefadhuu mee? galatoomii
haaluumaa ammaa kaanan ittii fufii.
Galataa!!!!!!
Waaqa nuu jirachiseef galannii koo guddadhaa.
Anii akkaan barreesuu, atii akkaa dubbiistuu
kaan nuu taasiseef uumaan keenyaa Yaa
galatoomuu.
Hanga ammattii nuffii malee waan dubbisteef
guddaa naaf galatoomii. Baay'een Sii jaaladhaa.
Maddaa.......
By Sol or Solomon Dida.
Mobile 📲 09 43 78 29 12
Email 📨 solomondida6@gmail.com.
Maddaa birraa yeroo dhihoottii siinan
beeksisaa.
Dhifaamaa!!!
• Dogongoraa qubeef dhifaamaa guddaa siin
gaafadhaa. Akasumaas dogongoraa jechaaf
dhifaamaa guddaan siin gaafadhaa.

• Kuun kutaa tokkofadhaa, kutaan biraa bifaa


addaa ta'ee qoqhee Nan dhufaa yeroo dhihoottii.
Gaafii???
• Sinbirroon bifa tokkoo waliin balaliitii jedhamaa
mitii ree? Kaanaaf kaayyoon keenyaa kaan waal
faakaatuu karrii koo banadhaa. Anaa dhufuu.
• Maddaa issaa duraan naa qunamaa ykn qamaan
Nii danda'amaa.
Ittii fuffaa...
• Nii kaanee malee bakkaa yaannee hin
geenyee. Kaanaaf deemsii ittii fuffaa.
• Xumuraa kutaa tokkooffaa.
• Yoo waaqayyoo jedhee yeroo dhihoottii
Wal- agarraa.
• ............Nan dhufaa......

You might also like