Raawwii Hojiiwwan KTKT Fi HQN

You might also like

Download as pptx, pdf, or txt
Download as pptx, pdf, or txt
You are on page 1of 35

Biiroo Pabliik Sarvisii fi Misooma

Qabeenya Namaa Oromiyaa

Hojmaata Raawwii Hojiiwwan KTKT fi HQN Yeroo


Yeroon Qaama Sadarkaa Sadarkaan Jiruuf Itti Dhiyaatu

Amaj., 2016
L A. Adaamaa
Seensa
Aangoo fi gahee labsii 242/2011 Biiroo PSMQNO:
Tajaajila si’oomina, qulqullina, iftoomina fi haqummaa qabu
kennuu
• Tiraanisfoormeeshinii Kenna Tajaajilaa
• Leenjii fi Gorsa
HQN Hammayyeessuu
• Seerota HQN faffaca’oo fi kan wal hin dubbifne ture akka irra
deebiin sirratuuf waldubbisu ta’ee
• Raawwii seerota HQN
• Ragaa Qabeenya Namaa(DMS fi ICSMIS) ammayyeesuu
Haata’u malee, hojimaata diriire jiru hojirra oolchu irratti
rakkoon guddaan akka jiru adda bahee jira
Rakkoolee/Hanqinaalee Raawwii HQN, KTKT Ji’a
Jahaa DH fi Sakatta’insaan Adda Addaan
Mirkanaa’e
Dandeettii Raawwii Seerota Tajaajila
Raaww fi HQN Mootummaa
-Leenjii fi gorsa fedhii irratti
hundaa’ee fi tarsiimo’aa;
• Qophii KTKT;
Hojiirra-oolmaa Hojmaata • Istaandardii;
-KQN • Tajaajila foddaa duraa fi boodaa
-Alseerummaa • Rakkoolee adda bahanii fi
-Ragaa Barnoota hiikaman;
-Tarkaanfii Naamuusa • Tajaajilamaa Simatamee fi deebii
-karooraa gabaasa hojjetaa argate;
-Madaallii Hojjetaa
• Bu’uuraalee KT
-Ragaa QN
Barbaachisummaa Cheeklistii Gabaasichaa

Sirna;Yeroo;HD;
Gamaaggama;

Madaallii Sirrii;
Ragaa Qulqulluu;
Gabaasa Dhugaa;
Duub-deebii Barsiisu;
Beekamtii; Gaafatamummaa
Tajaajila Qulqulluu
Kaayyoo

Istaand DH ID
Qabatamu Madaallii
ardii mmaa
Deebii
Hatattamaa Sirrummaa Ragaa
Tajaajil Kennuu Tajaajila QN
amaa Qulqulluu
Kennuu

Raaww Rakkoo Rakkoolee


ii Abdii Maamilaa adda
Seerota ta’uu Hubachuu baasuu fi
HQN hiikuu
Daangaa
Manneen Hojii Naannoo; Godina/Bul.Mag;
Aanaa/Kut. Bul; Ganda

Raawwii
Seerota KTKT
HQN

Ragaa QN DH
Yeroo Gabaasa

Caasaan Godinaalee fi Bul. Magaalotaa Raawwii Karoora


TKT fi Raawwii Seerota HQN qiindeessani BPSMQNOtiif
• torbaniin;
• torban lama lamaan;
• ji’a ji’aa fi
• Kurmaanaan akkaatuma sagantaa raawwii taa’een kan
gabaasan ta’ee, raawwii (aanaa. kutaa magaala, ganda) kan
hammate ta’uu qaba.
Manneen Hojii Naannoo BPSMQNOf
Elements
Tooftaa of Change
Deeggarsaa fi Hordoffii
DH Manneen DH Manneen
Hojii Caasaa Hojii Caasaa
Sadarkaa Gadii Sadarkaa
Jiruuf sanatti Jiruuf
Taasifamu Taasifamu
-Gamaaggama
-Madaallii

Supparvizyinii Suupparvizyinii
Tasaa Dhokataa
Gaggeessuu Gaggeessuu
Elements of Change
Sirna Duubdeebii

Superviizhiniin-
Duub-deebii
Viidiyoo Battalaa;
Konfiraansii Raawwii Miidiyaa
Seerota Hawaasaatiin
HQN fi
TKT
xiinxaluun
Waltajjii Barreeffamaan
Marii
KUTAA LAMA
Adeemsa Ragaan Raawwii HQN fi KTKT Itti
Sassaabamuu fi Qindaa’u
BPSMQN fi Caasaan isaa
Jaarmiyaalee Mootummaa:

Deggaruu fi hordofu
Tajaajila gorsa kennu,
Leenjii hubannoo cimsu kennuu,
Mariiwwan adda addaa gaggeessuu
Gamaaggamuu/Madaaluu fi Duub-deebii
kennuun -hojirra oolmaa karoorichaa itti-
fufinsaan deggaruu dha .
Adeemsa Ragaan …
Raawwiin HQN fi KTKT BPSMQNO fi caasaan isaaaf manneen
hojii mootummaa irraa sassaabamu qulqullu fi amanamaa ta’uu
qaba.
Kanaafuu Caasaan keenyaa sadarkaan jiru gabaasa qiindeesse
qaama dhimmi ilaaluuf erguun duraa ragaa manneen hojii irraa
sassaabame qulqullu fi amanamaa ta’uu isaa mirkaneessuu
qaba.
Caasaan keenya qulqullina ragaa manneen hojii gabaasan
mirkaneessuuf yoo xiqqaate ji’atti al tokko manneen hojii
sadarkaa isaa jiran daawwachuu qaba.
Daawwannaan taasiifamu kun cheeklistiin kan deggaramefi
Akka barbaachisummaa isaatti manneen hojii beeksisuutiin ykn
dhoksaan/tasa/ gaggeeffamu ni danda’a.
Qabiyyeewwa Gurguddoo Gabaasa Raawwii HQN fi KTKT

1 Rakkoolee Kenna Tajaajila Ijoo


Hiikaman
2 Rakkoolee kenna tajaajila keesso
Hiikaman,

3 Tajaajilamaa simatamee fi deebii


argate
Haala hojirra oolmaa istaandaardii kenna tajaajila
4
manneen Hojii

Karooraa fi Gabaasa Hojii Torbe Hojjataa Mootummaa


Qabiyyeewwa Gurguddoo …

Tarkaanfii
1 salphaas ta’e cimaa alnaamusummaa irratti
fudhatame

Tarkaanfii alseerummaa
2 HQN ilaalchisee fudhatame

Hordoffii naamusa 3
fi deeggarsa ogummaa qabeenya namaa
irratti taasiifame
Qabinsa Ragaa HQN
4
(DMS fi ICSMIS) walqabatee

Ragaa Barnootaa QN qulqulleessuu waliin walqabatee


Qabiyyeewwa Gurguddoo …

Waltajjii 1idilee manneen hojii gaggeefamaa jiraachuu isaa

Karooraa fi raawwii hojiirra-oolmaa guyyaa abbaa dhimmaa


2

Hojiilee ID hojjetame
3

DH itti-fufinsaan kenname
4

Hojiilee muuxannoo ta’an adda bahanii babal’atan


Gabatee Sagantaa Raawwii Hojiiwwan Gurguddoo fi Sirna
Gabaasaa

Hojiilee Gurguddoo Yeroo Gabaasaa


Torbee Torban Ji’ Ku
lamaan a r

Tajaajila ilaalchisee
Rakkoolee KT ijoo hiikaman 
Rakkoolee KT keessoo hiikaman 
Waltajjii Idilee Manneen Hojii
Marii Manajimantii Mana Hojii 
Waltajjii adeemsa hojii 
Unkaalee Gabaasaa
Unka 1:- Rakkoolee KT Ijoo (Maamiila Alaan Walqabatanii)
Hiikaman Lakkoofsaa fi Tarreeffamaan Ittii Gabaafamu

Maqaa Sadarkaa mana hojii Karooraa fi Rakkoolee Jijjirama Yaada


Mana raawwii hiikaman argame
Hojii Kar. Raw. tarreefamaan
Godina/ Magaalaa
Kutaa Magaalaa
Aaanaa/ Ganda
Godina/ Magaalaa
Ida’ama
Kutaa Magaalaa
Aaanaa/ Ganda
Unka 2:- Rakkoolee KT Keessoo Mana Hojiin Walqabatani
Hiikaman Lakkoofsaa fi Tarreeffamaan Ittii Gabaafamu
Maqaa Sadarkaa Karooraa fi Rakkoolee Jijjirama
Mana mana hojii raawwii hiikaman argame
Hojii Kar Raw.

Godina/Magaalaa
Kutaa Magaalaa
Aaanaa/Ganda
Godina/Magaalaa
Ida’ama Kutaa Magaalaa
Aaanaa/Ganda
Uunka - 3: Baayina Tajaajilamoota/Maamiiltoota Simataman Itti
Guutamu
Maqaa Sadarkaa Tajaajilamoota Torbee Kanatti Tajaajilamoota Hanga Torbee Kanatti
Mana Mana Hojii Simatamani fi Deebii Argatan Simatamani Fi Deebi Argatan
Hojii Kan Simataman Deebii Kan Kan Simataman Deebii Kan
Argatan Argatan
Kar Raaw Kar Raaw Kar Raaw Kar Raaw

Godina
Magaalaa
Kutaa Magaalaa
Aaanaa/Ganda
Ida’a Godina
ma
Magaalaa
Kutaa Magaalaa
Aaanaa/Ganda
Unka -4: Raawwii Hojiirra-Oolmaan Istaandardii KT Manneen
Hojii Keessatti Ittiin Hogganamu
Magaalaa/Kut/Magaalaa /Aanaa ________Maqaa Mana Hojii_________
Tajaajiloota Istaandardii Sadarkaa Raawwii Istaandardii
foddaa duraa

Yeroo Qulqu Baay’ Baa Istaand Akkaataa Istaandardii


llina ina sii ardii ol istaandar gadi
diitiin
Unka 5-: Cuunfaa Raawwiin Hojiirra-Oolmaa Istaandardii
Kenna Tajaajilaa Itti Dhiyaatu
Maqaa Baay’ina
Manne Tajaajiloota Istaandardii Sadarkaa Raawwii Istaandardii
en Hojii foddaa duraa
Ye Qulqull Baay’in Baas Baay’ina tajaajilootaa
ro ina a ii
o Istaandard Akkaataa Istaandar
ii ol istaandardiiti d gadi
in
Uunka- 6: Baayina Hojjattoota Karooraa fi Gabaasa Hojii
Torbee Qabanii fi Hin Qabne Adda Baasuun Itti Guutamu
Mana Hojii Sadarkaa Baayina Karooraa fi gabaasa hojii hojjattoota
Mana Hojii hojjattoota torbaniin
waliigalaa Kan turban kanaa Hanga turban
kanaa
kan Kan hin Kan Kan hin
qaban qabne qaban qabne
Godina
Magaalaa
Kutaa Magaalaa
Aaanaa/Ganda
ida’ama Godina
Magaalaa
Kutaa Magaalaa
Aaanaa/Ganda
Unka 7: Hojiilee Ijaarsa Dandeettii Ilaalchisee
Lak Hoji lee Raawwataman Karoora Raawwii % Yaada
Leenji wwan kennaman

Deggersaafi Hordoffi taasifame

Tajaajila gorsaa kenname

Sakatta’i nsa gaggeeffame


Unka 8 Hordoffii Naamusa Qabeenya Namaatiif
lakk Mana hojii Sadarkaa mana
Taasiifame
Baayina Baayina Baayina Baayina
hojii hojjattoota hojjettota ji'a hojjattoota hojjettota hanga
ji'a kanatti kanattii hanga ji'a ji'a kanattii
rakkoo tarkaanfiin irratti kanatti tarkaanfiin
naamusa fudhatame rakkoo irratti
agarsiisan naamusa fudhatame
salphaa cimaa agarsiisan salphaa cimaa
1 Godina
Magaalaa
Kutaa Magaalaa
Aaanaa/ Ganda
3 Ida’ama Godina
Magaalaa
Kutaa Magaalaa
Aaanaa/ Ganda
Unka 9. Mariiwwan Idilee Mana Hojii fi Sadarkaa Bulchiinsaa
Gaggeessuu
Maqaa Gosa Mar ii Sadar kaa Mana Hojii
Mana Godina Aanaa Bul. Magaalaa Kutaa
Hojii Magaalaa
Kar Raw % Kar Raw % Kar. Raw. % Kar. Raw. %
Mar ii
Manajimantii
Mana Hojii
Waltajjii adeemsa
hojii ji’atti
Mar ii Gar ee
Qulqullina Kenna
Tajaajilaa
Mar ii dame
uummataa
Baay’ina hojjietaa
kar oor a tor banii
baafatan
Baay’ina hojjetaa
Gabaasa tor banoo
dhiyeessan
Baay’ina hogganaa
dhiyoo kar oor aa fi
gabaasa tor banii
ir r atti duub- deebii
torbanii kenne
Unka .10-Karooraa Fi Raawwii Hojii Irra Oolmaa Guyyaa Abbaa Dhimmaa
Maqaa Sadarkaa Wixata Kibxata Roobii Kamisa Jimaata Kar. Raw. %
Mana Hojii Bulchiinsaa
Godina
Bul.
Magaalaa
Kutaa
Magaalaa
Aanaa/ Ganda
Ida’ama Magaalaa
Kutaa
Magaalaa
Aanaa/ Ganda
Unka 11. Tarkaanfii Alseerummaa HQN Irratti Fudhatame
Godina/ Maqaa Maqaa Gosa Tarkaffii Fudhamee Gita Hojii Hanga Yaada
Magaala Mana Hojjetaa (COC; Barnoota sobaa; Maal Irraa Qarshii
Gara deebi’e
/Aanaa Hojii Fooyyeffannaa Barnootaa; Maaliitti
Guddina Sadarkaa; Jijjiirraa;
Ramaddii….kan biroo
Unka 12. Tarkaanfii Alnaamusummaa Hojjetaa Irratti
Fudhatame
Godina/Bul.Magaalaa/Kutaa Magaalaa/ Aanaa__________
Mana Hojii Maqaa Nama Tarkaanfiin Gosa Tarkaanfii Maallaqa
Irratti Fudhatame Fudhatame Deebi’e
Salphaa Cimaa (Qarshiin)
Unka 13. Calallii Ragaa Barnoota Ilaalchisee
Godina/Bul.Magaalaa/Kutaa Magaalaa/ Aanaa_________
Maqaa Baay’ina HM Dhaabbilee Raga Calalamee
Mana Hojii Dhuunfaarraa Raga Biiroof Dhiyaate
Barnootaa Dhiyeeffatan Kar Raw %
(Digirii jalqabaa fi isaa ol)
Unka 14 Tajaajiloota Raawwii HQN Ilaalchisee
Godina/Bul.Magaalaa/Kutaa Magaalaa/ Aanaa______

Dhimmoota Komiin Sadarkaa/Mana Deebii Dhimmoota Fo’annoo fi


Hojii irraa dhufe
/Heeruun/Iyyatni /dhiyaate kan argate Filannoo Karoorfamee
irratti dhiyaate Raawwatame

Kar Raw % Kar Raw %


Unka 15 Raawwii Hojii Dijitaalaayizeeshinii

Godinaa/ Maqaa Karoora Ragaa Rawwii Ragaa


Bul.Mag/ Mana ‘Scan/Upload’ ta’e ‘Scan/Upload’ ta’e
Hojii
Aanaa Dh Dub Ida Dh Dub Ida Ibsa
Unka 16 Rawwii Hojii ICSMIS Godinaalee, Bulchinsa Magalootaa fi
Aanaalee Ilaalchisee
Maqaa Baay’ina Ragaa Sassaabame Baayi’na Ragaa Ibsa
Godina Sistamichaan
/Bul. Mag. Galmaa’e
/Aanaa Kan Kan % Dhi Dub Ida’am
Karoorfa Raawwata Raaw a
me me wii
Unka 18 Itti fayyadama Takinolojii

Tajaajila Kenamaan
Karooraa Rawwii Ibsa
Tajaajila Video Konfiransii
Dandeettii Bu’uura Kompiiteraa irratti
leenjii kenuu
Hojiilee Networkii haaraa dirirsuu fi kan
hojiirra jiru suphu.
Suphaa Komputaraa fi Printara fi
meeshaalee electroniksii
Unka Sakatta’insa Tasaa
Sadarkaa Irratti Waliigalamu
Agar siiftu u
Hin jir u Walak Gu u tu Yaada
kaan matti
jir a jir a

Haala Simannaa, Qabiinsaa Maamilaa, Mija’inaa fi Qulqullina Iddoo


Tajaajilaa
Maammila fu u la ifaan simach u u
Lammii Kabaju u n simach u u
Tajaajilamaa dh ageeffach u u
Tajaajilamaa faayidaa h in male gaafach u u
Loogiir r a bilisa ta’u u n maammila tajaajilu u
Lammii kabajaan gaggeessu u
Hojiirra oolmaa Istaandaardii
Istaan daar diin Yer oo Tu r tii Maamilaa agar siisu ifatti maxxan famu u
Akkaataa istaan dr adii taa’een tajaajila ken n u u
Ulaagaa abbaa dh immaa ifatti maxxan su u
Tajaajila du r a h aaldu r eewwan ken n a tajaajilaa/ u laagaa abbaa
dh immaa ir r atti ibsa gah aa ken n u u n jir aach u u
Tajaajila booda yaada tajaajilamaa fu dh ach u u
Yeroo Turtii Maamilaa
Deebii h atattamaa ken n u u
Deddeebiin abbaa dh immaa h ir ’ach u u
Kaar diin dabar ee abbaa dh immaa jir aach u u
Sa’aa Hojii Mootummaa Kabajuu
Hoggan si man a h ojii yer oon iddoo h ojiiti ar gamee maamila
keessu meessu u
Hojjetaan tajaajila ken n u yer oon seen u u
Hojjetaan tajaajila ken n u iddoo h ojiitti ar game tajaajila ken n u u
Hojjetaan tajaajila ken n u yer oon bah u u
Gu yyaa Abbaa Dh immaa h ojiir r a - oolaa jir aach u u saa
Komii fi Haala Simannaa Isaa
Haalli siman n aa komii jir aach u u
Komii simach u u fi deebii ken n u u
Dh immoota bir oo Raawwii seer ota HQN waliin Walqabatan
Qindoomnee Yoo Hojjenne ni Milkoofna

You might also like