Download as pptx, pdf, or txt
Download as pptx, pdf, or txt
You are on page 1of 125

BIIROO QONNA OROMIYAA

DAMEE MISOOMA BEEYLADAA

Leenjii Paakeejii Nyaata Beeyladaa bara 2015

Caamsaa 2015
Baatuu

1
Qabiyyee
• Seensa
• Kayyoon Paakeejii kanaa
• Galma paakeejii
• Hirmaattotaa fi fayyadamtoota paakeeji
• Galteewwaan Paakeejii kanaa
• Gosoota paakeejii
• Tooftaa hojiirraa oolmaa ykn raawwii paakeejii
• Naannoowwan paakeejichi hojiirra oolu
• Ibsa Faayinaansii
• Gahee Qooda fudhattoonni paakeejii irratti qaban
• Hordoffii fi Deeggarsa

2
1. Seensa
 Biyyatiin qabeemya beeyladaa guddaa qabdi
 oomishtummaan beeyladaa kana irraa argamuu baay’ee
xiqqaa
 Sababni guddaan rakkoo hanqinna nyaata beeyladaa ti.
 Oomishaa fi oomishtummaa beeyladaa guddisuuf
fayyadamuuf nyaata beeyladaa baay’inaa fi
qulqullinnaan dhiyeessuun murteessaa akka ta’e itti
amanama.
3
Kayyoo
 Teeknoloojiiwwan adda addaa fayyadamuun Nyaata
beeyladaa qulqullina fi gabaa irraatti barbaadamuu
omishuu
 Haftee midhanii dabalaa dhufe qabiyyee isaa
fooyeessuun haalan itti fayadamuu
 Oomishaa fi oomishtummaa beeyladaa guddisuu.
 Carraa hojii karaa qindaa ta’een uumuu.

4
Galma

Nyaata Beeyladaa baayinaa fi Qulqulinaan


omishuun Omishaa fi Omishitumaaa Beeyldaa
akka dabaalu taasisuun galii fayyadamtoota
guddisuu dha.

5
Barbaachisummaa Paakeejii
 Nyaata beeyladaa gahaa fi qulqullinaa qabu
oomishuun hanqinna nyaata beeyladaa furuuf
 Hanqinna sanyii nyaata beeyladaa foyya’aa itti
fufinsaan furuuf

 Haftee midhanii dabalaa dhufe qabiyyee isaa


fooyeessuun balinaan fayadamuu
 Dargaggootaa fi dubartootaa carraa hojii uumuun
madda galii akka ta’u taasisuuf.

6
Hirmaattonni Paakeejii

• Dargaggootaa
• Qonnaan/horsiisee bultoota
• Invastaroota

7
Naannoo Paakeejiin Kun Itti Raawwatu

 Qonnaan bulaa baadiyyaa keessaa lafa qonnaa


qaban

 Dargaggootaa fi dubartootaa hojii dhabdoota


naannoo magaalaa fi baadiyyaa lafa kan qaban
irratti hojjechuun ni danda’ama.

 Magalaatti, nannoo magaalatti fi magaaloota


baadiyaatti

8
Itti Fayadamtoota Paakeejii kanaa

 Qonnaan/horsiisee bulaa
 Dargaggootaa fi dubartootaa
 Nama dhunfaa/abbootti qabeenyaa

9
Gosa Paakeejii
1. Misooma nyaata beeyladaa foyya’aa omishuu
2. Sanyii nyaata beeyladaa Omishuu
3. lafa Dheedumsaa Uumamaa Fooyyessuu fi
Misoomsuun itti fayadamuu
4. Haftee midhaanii fooyyeessuun itti fayadamuu
5. Haftee warhsaa omisha qonnaa irratti
6. Nyaata Beeyladaa, Keekii (MNB) irratti
7. Tilmaama Omisha Nyaata Beeyladaa irratti

10
Paakeejii Misooma Nyaata
Beeyladaa

11
Faayidaawwan nyaata beeyladaa foyya’aa
 Lafa xiqqaa irratti oomishaa guddaa kennu
 Qabiyyee nyaata hundaa of keessaatti kan qabaan ta’u
isaanii
 Yeroo dheeraaf amalaa magarisuma osoon hingadhiisne
turu
 Ergaa hamaanii booda dafanii laatuu.
 Naannoo jallisii qabanitti yeroo baayyee hamamuu
danda’u
12
Faayidaawwan…

• Qabiyyee nyaata guddaa


kennu biraa darbee
gabbinaa biyyee
foyyeessuun baasii xaa’oof
bahuu xiqqeessuu.

13
Agroo Ikoolojjii filataman

A. Sanyii baddaaf :
Shaalloo, gayyoo, moosee
loonii, marga dashoo fi
biqiltuu lusarnii (tree Lucerne)
dha.

14
B. Sanyii baddaa dareettif : -

Shaalloo, gayyoo, lablabii,


roodeessii, marga arbaa, fi
saasbaniyaa dha.

15
C. Sanyii gammoojjiif

marga sudaan,
roodeessii, paanikamii,
lablabii, ataara sa’a
(cowpea), lukiniyaa
(leuceanea) fi ataara
simbira (pigeon pea)
dha.

16
Hojii irraa olmaa paakeejichaf yaadama fudhataman

• Sadarkaa qonnaan bulaatti yoo xiqqaatee lafa


heektaara 0. 25

• Dargaggootaa fi Dubartoonni gareen gurmaa’an


miseensa 5-10

• Lafa heek 5-10

17
Ulagaalee filannoo dargaggootaa fi dubartootaa

• Gareen gurmaa’anii hojjechuuf feedhii kan qaban


• Gorsaa kennamuuf fudhatan
• Qusannoo duraa seeraan kanqusatan
• Liiqii fudhaatan deebisuuf feedhii kan qaban
• Lafa argachuu kan danda’an

18
Tarsiimoo nyaata beeyladaa foyya’aa misoomsuu

• Mana duubatti misoomsuu


• Ooyruu irraa fi midhaan jalaatti
• Midhaan keesa facaasuun
• Lafa dheedumsaa irratti facaasuu
• Lafa tuttuqaa nama fi beeyladaa irraa bilisaa ta’e irratti
• Sararaan/daagaan misoomsuu
• Nyaata beeyladaa baalaa mukka tajaajila maraa kennan
misoomsuu fi kkf dha 19
Nyaata Fooyya’aa misoomsuu
Lk Gosa Olka’insa Hanga Omisha Omisha
(m) sanyii sanyii nyaata DM
faca’u Kg/ha Ton/ha
(kg/ha)
Elephant
1 grass 1000-2400 20,000/ 10-15
cutting
2 Rhodes 1400-2400 10-15 50-150 8-10
grass
3 Oats 1800-3000 75-100 1000-2000 7-12

4 Panicum 1500-2400 10-15 500-1000 6-8


5 Fodder beet 2000-3000 25-30 50-75
20
Nyaata fooya’aa …
Lk Gosa Olka’insa Hanga Omisha Omisha
(m) sanyii sanyii nyaata
faca’u Kg/ha DM
(kg/ha) Ton/ha

6 Vetch 1500-3000 25-30 600-1,200 6-8


7 Lablab 1500-2000 25-30 500-1000 6-10
8 Treelucern 2000-3000 8-10
20000
9 Sesbania 800-1000 seedling/ 8-10
ha
10 Lucenea 200-2500 8-10
11 M/Dashoo 1500-2800 10-20
21
Hanga sanyii faca’uu kan irratti hunda’u

1. Kaayyoo : nyaata beeyladaa fi moo sanyii

2. Gosa biyyee: biyyee diimaa fi gurraachaa

3. Qulqullina sanyii: sanyii qulqulluu kan ta’e fi hintane

4. Haala qophii lafaa : gaarii fi kan gaarii hintane

5. Yeroo faca’u: dursuu fi turuu

6. Haalaa facaasaa: Bitinsuu fi sararaan

22
Haala itti fayyadamaa nyaata beeyladaa foyya’aa

Haamanii
fayyadamuu

23
Goobee

24
Bifa marga
gogoggaa
fayyadamuu
(Hay)

25
Bifa Saayileejii
qopheessuun
fayyadamuu

26
2
Paakeejii Sanyii Nyaata
Beeyladaa Baay’isuu fi Daldalaa

27
Galteewwaan Paakeejii kanaa

 Sanyii
 Xa’oo
 Lafa
 Kaappitaala jalqabaa
 Leenjii
 Walitti hidhamiinsa gabaa

28
Gurmaa’insa Paakeejii kanaa
• Dargaggootaa miseensa 5-10
• Qonnaan /horsiisee bultoonni dhunfaan ykn
gareen hojjechuu danda’u.

29
Sanyii fi biqiltuu paakeejii kanaaf filataman

• Sanyii baddaaf filaataman:- Shaalloo, gayyoo,


moosee loonii fi biqiltuu lusarnii (tree
Lucerne)dha.
• Sanyii baddaa dareef filaataman:- Shaalloo,
gayyoo.lablabii, ataara sa’a (cowpea), roodeessii fi
saasbaniyaa dha.
• Sanyii gammoojjiittif filaataman:- lablabii, ataara sa’a
(cowpea), paanikamii, roodeessii, lukiniyaa /leucenea/
fi ataara simbira (pigeon pea) dha.

30
Hojiiirra oolmaa paakeejichaa

• Qonnaan bulaan lafa heek 0.25 irratti kan


hirmaatuu ta’a.
• Dargaggootni miseensaa garee 5-10 ta’an
waliigala lafa heek 2.5 - 5 irratti baay’isuu
danda’u.
• Liqii fudhatame waggaa shan keessatti deebisuu

31
Gosa nyaata beeyladaa paakeejiidhaaf filatamaan

Haala Haala Baay'ina


Lak Gosa sanyii roobaa(mm) Olka'iinsaa yeroo faacasaa faacasaa sanyii

1 Shaalloo 700-1000 1,500-3,000 Waxxabajjii sararaan 80-100kg

2 Gayyoo 700-1000 1,500-3,000 Caamsaa sararaan 25-30kg


Biqiltuu Waxxabajjii fi Biqiltuu
3 Lusarnii 600-800 2000-3000 Adolleessaa sararaan 20,000
Moosee Waxxabajjii fi
4 Loonii 700-1000 2500-2700 Adolleessaa sararaan 5-8kg
Marga Eblaa fi
5 Roodeessii 700-1000 1500-3000 caamsaa sararaan 5-15kg

Waxxabajjii fi Biqiltuu
6 Saasbaniyaa 400-700 1500-2200 Adolleessaa sararaan 20,000

32
Gosa nyaata beeyladaa paakeejiidhaaf filatamaan
Haala
Gosa roobaa(mm Olka'iinsaa yeroo Haala Baay'ina
Lak sanyii ) Meetira faacasaa faacasaa sanyii
sararaan fi
Waxxabajjii fi bittinneessuud
7 Lablabii 400-800 1500-2400 Adolleessaa haan 15-20kg
sararaan fi
Waxxabajjii fi bittinneessuud
8 Ataara sa'a 500-1000 1500-2000 Adolleessaa haan 15-20kg
10,000-20,000
9 Marga Arbaa 600-1000 100-2500 Waxxabajjii sararaan ciccitaa
Waxxabajjii fi
10 Lukiniyaa 400-800 1200-2200 Adolleessaa sararaan 20,000 biqiltuu

Ataara
11 Simbira 500-800 1200-2000 Waxxabajjii sararaan 4-6kg

sararaan fi
Eblaa fi bittinneessuud
12 Paanikamii 700-1000 1400-2400 caamsaa haan 10-15kg 33
Ho’ina sanyii itti kuusamu

 Yeroo gabaaba tursiisuuf 10 – 15°c


 Yeroo giddugaleessaf 8°c
 Yeroo dheeraa tursiisuuf -20 °c akkanaatiin kuusuun
barbaachisaa ta’a.

34
Tooftaa hojiirraa oolmaa ykn raawwii paakeejii

• Dargaggootaa hojii dhabeeyyii adda baasuun


gurmeessuu
• Galteewwaan paakeejichaaf barbaachisu addaa
baasuu
• Deeggarsi/leenjiin, liqii fi kanneen biroo/ haala
sirrii ta’een adda baafamee hojiirra oolchuuf
qooda fudhattoota dhimmi ilaallatuuf itti
gaafatamummaa kennuudhaan hojiirra oola.

35
Sinana Research Center forage Seed Multiplication site

36
A/Tulu Research Center forage Seed Multiplication site

37
Gobe forage Multiplication site

38
Sanyii shamamee goobeetti omishaame

39
Gobe

40
Paakeejii Lafa Dheedumsaa Uumamaa

3 Fooyyessuu fi Misoomsuu

41
Qabiyyee Paakeejii

Hojimaata paakeejii kanaa


• Gareedhaan
• Caasaa mootummaa fi hawaasummaadhaan.

42
Dargaggootaa carraa hojii uumuu irratti
hirmaataniif
Naannoo Horsiisee Bulaa
• Gareen tokkoo namoota 5-10
• Lafa heektaara 50 misoomsuu
• Umuriin 15-34 ta’uu qaba.
Naannoo Qonnaan bultoota
• Gareen tokko namoota 6
• Lafa heektaara 10 misoomsuu

43
Hawaasaa Qonnaan/Horsiisee bultoota

Naannoo Horsiisee Bulaa


• Namoota 50-75 tuuta hojjechuu
• Lafa heektaara 100-150 misoomsuu
Naannoo Qonnaan bultoota
• Namoota 75-100
• Lafa heektaara 3-5misoosuun
• Dhunfaan lafa heektaara 0.125 misoomsuun itti
fayyadamuun ni danda’ama.
44
Tamsa’ina paakeejii

• Naannoo lafa dheedumsaa gahaa qabuu


keessaatti hojii irraa olaa.
• Xa’oo namtolchee fi uummamaa
fayyadamuu
• Sanyii margaa foyyaa’a qilleensaa
naannoof mijaataa ta’ee facaasuu

45
Lafa Dheedumsaa misoomsu fi foyyeessuu
Tooftaa
 Bakka misooma adda baasuun namaa fi beeyladotaa
irraa dhorkuu.
 Bakka filannoo jallisii jirutti dheedichaa keessa
galchuu
 Bishaan lolaa gara dheedichaa galchuu fi
straakchaarootaa jidhinsaa quusachuu danda’an
(trench, eyebrow basin) hojiirra oolchuu.
 Biqiltoota hin barbaachifnee fi summii qaban muruu fi
gubuun qulqulleessuu/buqqisuu
46
Itti fuuf….
 Sanyii nyaata beeyladaa naannoodhaaf mijata ta’e
fayyadamuudhaan.
 Yeroo bakka tokkotti guddatuu buqqisuun lafa
duwwaa irratti dhaabuu/Tin out/
Biqiltuun nyaata beeyladaa cm 20-25 yeroo gahu
xaa’oo namtolchee fayyadamuu.
Hojii aramaa gaggeessuu.
Sassaabuu, gogsuu fi kuusuu/qopheessuu;

47
Lafa Dheedumsaa misoome

48
Borana/Sarite/ forage harvestig

49
50
Tarsiimoo hojiirra oolmaa paakeejii

 Bu’a qabeessummaa omishaa nyaataa beeyladaa


gidduu galleessaa qorannoo keessaa jiruu
fayyadamtoota/namoota biraa gahuu

 Poostaroonni, barruulee, fiilmiiwwan viidiyoo,


maanuwaalii qopheessuu.

 Bu’aa argamee xiinxaluu fi qindeessuun kallattii gara


fulduraa ka’aa deemuu.

51
Sirna bulchiinsa odeeffannoo

 Baay’ina hektaara
 Baay’ina qonnaan/horsiisee bultoota hirmaatan
 Gosaa fi baay’ina galtee itti fayyadaman
 Omisha argame
 Gatii kg tokkoo fi kkf. off eeggannoodhaan guutamee
qopha’uu qaba.

52
4 Paakejii Qabinsaa fi Fooya’insa
qabiyyee haftee midhanii

53
Tooftaa Paakeejiin kun itti raawwatu

 Galteewaan barbaachisaaan addaan baasuun


dhiheesuu
 Deeggaarsi taasifaamu addaan baasuun qaama dhimmi
ilaaluun ni rawwatamaa.

54
Madda Haftee Midhanii
Haftee midhaan biilaa
 garbuu, qamadii, xaafii, ajjaa
Haftee Midhaan Agadaa
 Agadaa Boqolloo, “Zangadaa”, Mishingaa, Shankooraa
Haftee midhaan walmakaa ” Mixed”
 Baaqellaa, Hataara, Misiira, Gayyoo, Shumburaa fi
suufii nannoo gammoojiitti kan akka Adogaaree,
Bolloqee, Akurii Atarii ni dabalaata.

55
Madda Haftee Midhanii
Haftewaan midhaan Qibaatii
 Nuugii, Talbaa, Lawuzii Hafteewaan kuduraa fi
muduraa Muzii, Avukadoo, Mangoo, Goomana kkf
balinaan bakka omishamuutti, hafftewaan kana irraa
argaamu jechuun quncee (Peels)
Hafteewaan hundee
 Dinichaa, Sukaar Dinichii, hundee Diimaa, Karootii kkf
fi hundeen nyaata beeyladaa tiif ooluu ni dandaa’a.

56
Faayidaa Ijoo
 Beeyladooni alanfataan baayinaan jirachuu,
 Laftii dheedumsaa yero gara yerootti dhiphachaa
dhufuu isaa,
 Omishini haftee midhanii yeroo gara yerootti dabalaa
dhufuu isaa(Inisheetivii qamadii),
 Dhihesiin omisha nyaata madalawaa (Compound feed)
xiqqoo ta’uu isaa tii fi gatiin isaa yeroo gara yerootti
dabalaa dhufuu isaa
 Teeknolojii haftee midhanii ittiin fooyesaan yeroo gara
yerootti babalachaa dhufuu isaa

57
Rakkolee ijowaan haftee midhanii
 Yeroon sassabuu fi kusuu dhiisuu.
 Qabiyyee isaa akkataa barbadameen foyyeessuu
dhabuu
 Bakka bal’aa (Bulky feed stuff) waan qabatuuf salphatti
teekinolojii geejibsisuuf, kuusuuf fi qindeesuu
dhabamuu.

58
Aduuf, Bookkaaf, Ficaan. faltii fi kottee loonii tiif) kan saxilaame

59
Qabiyyee haftee midhanii fooyeessuu
Tooftaan
 Fizikalaan fooyyesuu (Physical treatment)
 Keemikalaan fooyyesuu (Chemical treatment)
 Baawlojkalidhaan fooyyesuu (Biological treatment)

60
Qabiyyee haftee midhanii fooyeessuu
Chemical treatment
Galteewaan barbaachisaan:-]
 Fakeenyaaf galabaa, Boolla bakkeetti
qophaa’u/meeshalee adda addaa, Xa’oo
Yuriyaa, Molasasii, Bishaan, buftuu
bishanii, laskii ittiin ukamsaan, safartuu,
kkf
 Dheeriini haftee midhaan cm 1-4 caaluu hin qabu

61
Qabiyyee haftee midhanii fooyeessuu
Chemical treatment
Galteewaan barbaachisaan:-]
 Fakeenyaaf galabaa, Boolla bakkeetti
qophaa’u/meeshalee adda addaa, Xa’oo
Yuriyaa, Molasasii, Bishaan, buftuu
bishanii, laskii ittiin ukamsaan, safartuu,
kkf
 Dheeriini haftee midhaan cm 1-4 caaluu hin qabu

62
Baayinaa fi haala qophii haftee midhanii Yuriyaan fooyaa’u

No Crop residue Urea in kg Molases in Water in


in kg litter litter

1 100 5 10 60 - 80

2 200 10 20 120 - 160

3 300 15 30 180 - 240

4 400 20 40 240 - 320

5 500 25 50 300 - 400

63
Boolla hafteewaan midhanii Yuriyaan itti biifaame itti ukkamaamee turu
qopheesuu

64
Saayileejiin haala kanaan ukmamee qophaa’e torbaan
3f ykn guyoota 21f booldha keessa turuu qaba.

65
Haftee midhanii Yuriyadhaan foyyeessuu
 Galteewaan barbaachisaan qopheesuu (Galabaa,
Boolla itti qophaa’u ykn meeshalee adda addaa, Xa’oo
Yuriyaa, Molasasii, Bishaan, Meshalee bishaan itti
bifaan, Laastikaa boolla keessa afaamu, madalii fi kkf )
 Haftee midhanii qophaa’u mumuruun qopheesuu (cm
1-4 tti)
 Galteewwanii sirritti madaluun qophesuu
 Bulbulaa Yuriyaa,molasasii qopheesuu fi bifuu
 Bakka wal nyaatu (Boolla, Keshaa, lastikii furdiina qabu
fi kkf) itti naquun qilleensi akka hin seene ukaamsanii
guyyaa 21f tursuu
 Guyyaa 21 booda gartokkoon baasuun itti fayadamuu66
Garaa garumaa haftee midhanii fooyaa’ee fi kan hin fooyoofiine

Gosa haftee Qabiyyee proteinii (%) Sadarkaa Dakaama isaa (%)


midhanii
Kan hin Kan fooyaa;e Kan hin Kan fooyaa’e
fooyoofine fooyoofine
Galabaa Garbuu 4 7.4 46.4 59.4
Cidii Xaafii 3.8 8.9 56.6 60.8
Galabaa Qamadii 2.4 7.3 38 48
Averajii 3.4 7.9 47 56.1

67
Bu’aa haftee midhanii fooyaa’e nyachisuun inni
argamsiisu
 Qisasaama xiqqeesuu
 Nyaatama akka dabaalu taasisuu
 omisha Aannan irratti guyya guyyaan jijjiraama
agarsiisu
 Qabiyyee fi daakkama galabaa/Agadaa irratti fooya’insa
taasiisuu
 Baasii Nyaata madalamaa %20-30 tti hir’isuu

68
Off eeggannoo
 Kotte dudaaf kennuun dhorkaadha
 Sa’aa rimiyii ji’a 7 guuee fi jabbii dhalatee ji’a 6n dura
kennuun dhorkaadha.
 Garaa duwaatti kenuun dhorkaadha.

69
Baawlojkalidhaan nyaata Beeyladaa fooyyesuu
(Biological treatment)

Tooftaa EM (Effective Microorganisms) fayadamuun


haftee midhanii fooyeesuu
Makkaan lubbu qabeeyyii xixxiqqaa/Maaykiro
organizimiwaan
 Laktiik Aciid Baakteeriyaa (Ittituu fi Baaduu keessatti
kan argamu),
 Ershoo (Dabboo fi Biiraa keessatti kan argaamu),
 Foto sentetik Baakteertiyaa (Aramaa haroo bishanii
keessatti fi biyyee kamiyyuu keessatti) kan argamuudha
fi
 Kan biroo tti ni qoodamu
70
Milka’inni kanaa haala lamaan ni raawataama

 Enzaayimoota, Organic Acidoota, Aminoo Acidoota,


Mi’eesituu uumamaa fi kkf qaama beeyladaa Nyaata
beeyladaa qaaca ta’aan omishuun nyaata beeyladaa
qaaca ta’aan daakuu gargaraa.

 Aritiin off baayisuun Lubbu-qabeeyyii xixxiqqaa midhaa


dhaqabsisaan fi foolii baddaa warra umaan
dhabamsisuun omishitummaan beeyladootaa akka
dabaalu ni gaargaaru.

71
Galtewaan raawwii kanaaf barbachisanii

 Jarikaana lastikii
 Baaldii Lastikii
 makaa EM -2,
 Molasasii
 Bishaan

72
Galtewaan raawwii kanaaf barbachisanii

Gosa galtewaan barbachisaan Baayina

Molasasii (Litiraan) 1
Bishaan (Litiraan) 18
Makkaa EM -2 (Litiraan) 1
Haftee midhanii kamiyyuu (Cidii Kg 50-70 (haftewaan qabiyyeen
Xaafii, Galabaa Qamadii, bishaan isaa olka’aa ta’aan
Garbuu, Agadaa Boqqolloo fi hanga kg 70 fayadamuu
Mishingaa kkf)

73
Haftee Midhanii Emn fooyeesuu

74
Haftee midh EM -2 kan fooya’anii fi kan hin fooyoofine wal birra
qabee eennaa ilaalu
Sadrkaa Qulquliina Qabiyyee
Saayleejii/Haftee midhanii
Gosa
Tooftaa Itti fooyaa'u Sad
Galabaa
Qaacca ADF Qaaca LIGININ Daakama
isaa
Kan hin foyoofiine 63.94 9.68 38.89
Shamaam
Kan fooyaa’e 57.81 8.78 46.46
ee/Oats
Garagarummaa 6.13 0.9 7.57
Kan hin foyoofine 64.14 10.94 38.94
Garbuu Kan fooyaa’e 55.48 8.18 48.67
Garagarummaa 8.66 2.76 9.73
Kan hin foyoofine 65.21 11.88 29.64
Qamadii Kan fooyaa’e 52.18 9.55 41.36
Garagarummaa 13.03 2.33 11.72

75
Bokashii qophesuuf

Gosa galtewaan barbachisaan Baayina

Makkaa EM -2 (Litiraan) 1 litira

Molasasii (sukaara) 1 litira

Bishaan (Litiraan) 18 litira

Furushikaa Qamadii, Boqolloo, Kg 50-70


Ruuzii fi kkf

76
Bookashii qophesuu

77
Tooftaa nyaata hafteewaan midhanii mumuruun fooyeesuu Fizikalii ykn
Jijjiraama qaamaa(Chopping)

 Qisasaama nyaata beeyladaa xiqqeesuuf


 Beeyladoon nyaata barbaadan qofa filatanii akka hin
nyaane taasisuuf
 Baayina nyaatama haftee midhanii kana dabaluuf
 Baasii nyaata beeyladatiif bahu hirdhisuun omishaa fi
omishtumaan nyaata beeyladaa akka dabaalu taasisuuf

78
Haftee midhanii kana akkuma footoo irratti mulatuutti
saantimeetira 1-4 mumuruuf

79
Haftee midhanii Mashiniin daakuu fi gara peeleetiitti jijiruu .

80
5
Paakejii nyaata Beeyladaa, Keekii
(MNB)

81
Galtewwaan barbaachisuu
 Molasasii,
 Fagulloo,
 Furushikaa,
 Ashaboo,
 Simintoo,
 Yuriyaa,
 Albuuda fi meshalee adda addaa moldarii, madaallii,
lastikaa lafa irra hafaamu, Baaldii, Qabduu molasasii ni
barbaachiisa..

82
Hojimaata teekinikaa barbaachisaan.

Hojimaata ijoo sadarkaa 4 ni qabata.


 Sadarkaa 1ffaa galteewaan walitti makamaan
qopheesuu
 Sadarkaa 2ffaa Galtewaan walitti makuu
 Sadarkaa 3ffaa Boca baasuu/molding/ fi
 Sadarkaa 4ffaa Googsuudha.

83
Sadarkaa 1ffaa Galteewaan walitti makamaan qopheesuu
Gosa galteewanii Filannoo galtewaanii walitti makamaan
A B C D E F G
Furushikaa 25 25 23 27 35 22 35
qamadii
Molasasii 37 37 40 48 39 50 20
Yuriyaa 10 10 10 10 10 9 7.5
Ashaboo 3 3 4 5 5 5 7.5
Noraa/Albuuda 5 3 5 6 5 5
Simintoo 10 5 10 5 5 9 5
Fagulloo 15 15 10
Biyyoo suphee 20
Ida’ama 100 100 100 100 100 100 100
84
Sadarkaa 2ffaa Galtewaan Walitti makuu
madalanii qophesuu.
 Galtewwaan madalanii qophesuu.
 Yuriyaa molasasii waliin walitti makuun daqiqaa
20 walitti ansuun bulbuluu
 Haala gaariin akka bulbulamu molasasii aduu
keessatti akka ho’u taasisuu.
 Simintoo itti makuuf dursa bishaan qopha’e keessatti
naquun waliin bulbuluu
 Albudaa fi Ashaboo madalame simintoo waliin
lakkoofsa 1 waliin walitti makuu
 Dhuma irratti Furushikaa fi Fagulloo lakkoofsa 2 waliin
makuu 85
86
Sadarkaa 3ffaa Boca baasuu/molding/

87
Sadarkaa 4ffaa Gogsuu fi Kuusuu
 Akkuma qileensann
nannoo irratti
hunda’uun guyyaa 3-5
googsuu

 Iddoo aduun
hinqaqabne fi qulqulluu
gogisuu fi kuusuu

88
MNB kilo graama adda addaa qophesuuf
Sadarka/baayian
Galtewaan Baayi
barbaachisan na % 1kg 5kg 15kg 25kg
Molasasii 40 0.4 2 .0 6 .0 10 0
Yuriyaa 10 0.1 0.5 1.5 2.5
Furushikaa 25 0.25 1.25 3.75 6.25
Simintoo 10 0.1 0.5 1.5 2.5
Albuuda 1 0.01 0.05 0.15 0.25
Ashaboo 4 0.04 0.2 0.6 1
Faagulloo 10 0.1 0.5 1.5 2.5
Ida’ama 100 1 5 15 25
Bishaan Milii lit 40 200 600 1000
89
MNB nyaata beeyladaa gaariidha jedhaamu
 Galtewaan seeraa fi haala barbadamuun walqixa waliin
makaame
 Yuriyaan haalaan yoo bulbulaame keekii boocame
irratti yoo mulachuu baate
 Keekiin hojataame qubaan yoo gadi qabaamu yoo
cacabuu ykn cafalaqamuu baate
 Quba keenyaan jabeesinee gadi yoo qabnu molasasiin
akka walitti maxxansee qabuu isaa addaan baasnee
beekuu ni dandeenya. 90
Haala itti fayadaama/nyaachisa keekii/MNB/

• Beeyladooni alanfataan qofa akka arabaan


• Cacabsanii akka hin nyaane taasisuun
• Suutuma sutaan akka baraan nyaata biro waliin
dhihesuu, yeroo boqannaa isanii akka fayadamaan
taasisuu
• Calqabaa torbaan 1ffaa sa’atti 1f arrabsisuu,
• Torbaan 2ffaa sa’atti 2 fi
• Torbaan 3ffaa akka barbadaniiti akka arabaan taasisuu
91
Off eeggannoo taasifamuu qabu /

• Loon gaafaa, Hoolaa fi Re’ee, fi Gaalaaf) qofa


kennamuu qaba.
• Akka nyaata dabalataatti keenuuf malee akka nyaata
idileetti kennamuu hin qabu.
• Loon beela’anii fi midhamaniif kennamuu hin qaabu.
• Guyyaatti loon gaafatiif kg 0.5-0.8 yoo ta’u, Hoolaa fi
Re’eef graama 100 ta’uu qaba.

92
6
Paakeejii Haftee Warshaa

93
Qabiyyee paakeejii

Daldaala paakeejii
 Nyaata beeyladaa qindaa’e gosa beeyladootaa fi
umurii sadarkaa adda addaa irratti argamaniif
qophesuu
 Nyaata beeyladaa gosaa fi sadarkaa umuritiin nyaata
gosa fi qabiyyee adda addaan fayadamuun
 Haali qophiin isaa saayinsii hordoofe kan dhihaatu

94
Dhiheesii nyaata beeyladaa qinda’aa

 Qindeessitoota warshaa
 Rabsitoota/omishtoota irraa argama

95
Bakkee itti hojataan/itti gurguranii fi itti kusaan

Dargagooni fi dubartooni gurma’aaniif


 bakka mijata ta’ee
 bakka gurgurtaa qulquluu ta’e qopheesuu qabu

Mani kuusaa
 lafti isaa simintoon kan hojataame,
 qilleensa akka garaatti galchuu kan dandaa’u,
 jidhiina kan hin qaabinee fi ilbisoota irraa bilisa kan ta’e
e
96
TOOFTAA PAAKEEJIIN KUN ITTI
RAAWWTU
 Dargagootaa fi dubartoota hojii dhabeeyii ta’aan
aanaan aanaan adda basanii gurmeesuun ni hojataama.
 Galteewaan barbaachisaan adda basuun,

 dhiheesii galteewaan kana eenyuun akka raawwatu ni-


karoorfama
 Deeggaarsi taasifaamuuf, gosaa fi ammala isaa adda
baha
 Baruun raawwii isaa qaama dhimmi ilaalaatu haala adda
baheen itti kennamee ni raawaata.

97
DHIHEESII NYAATA BEEYLADAA QINDA’AA
Karoora gurgurtaa omishaa
La Wagg Wagg Wagg Wagg Wagg
Gosa omishaa Saf
kk 1ffaa 2ffaa 3ffaa 4ffaa 5ffaa
1 Nyaata qindaa’e
Nyaata lukkuu buphaa Kun 600 660 726 798 878
Nyaata lukkuu goromtii Kun 500 550 605 665 732
Nyaata lukkuu cuucii
Kun 300 330 363 399 439
guyyaa tokkoo
Nyaata gabbisii Kun 200 220 242 266 292
Nyaata dulloota annanii kun 200 220 242 266 292
2 Hafttee warshaa omisha
qonnaa
Nyaata fagulloo Kun 1000 1100 1210 1331 1464
Furushikaa Kun 1000 1100 1210 1331 1464
98
Ida’ama 3800 4180 4598 5056 5561
Karoora galtewaan fi meeshalee itti tajajilamaan
Guuca 2. Karoora galtewaan fi meeshalee itti tajajilamaan
lakk Meeshalee saf Baa Gatii Tajajiila
tajaajilaa/gosaa fi y irraa kan
Gatii waligala hirdhaatu
dhiheesii tokkoo
Dhiheesii fi
meeshalee tajajilaa
1 Baasii sirree nyaata M2
50 50 2,500
beeyladaa irratti
tulaan
2 Madallii/balance/ Lakk
1 7,000 7,000
Ida’ama 9,500
99
FEDHII PAAKEEJII GALTEWAAN ITTIIN OMISHAAN
Gatii Waggaa 1 Waggaa 2ffaa Waggaa 3ffaa
ffaa
Lak Gosa galtewaanii Saf
tokkoo Baay Gatii Baay Gatii Baay Gatii

1 Nyaata qindaa’e
Nyaata lukkuu
Kun
buphaa 850 600 510,000 660 561,000 726 617,100
Nyaata lukkuu
Kun
goromtii 800 500 400,000 550 440,000 605 484,000
Nyaata lukkuu
cuucii guyyaa Kun
1,070 300 321,000 330 353,100 363 388,410
tokkoo

Nyaata gabbisii Kun


650 200 130,000 220 143,000 242 157,300

Nyaata dulloota 100


Kun
annanii 690 200 138,000 220 151,800 242 166,980
Galii fi Kisaraa, nyaata madalamaa qinda’ee fi
haftee warshaa omisha qonnaa
Tilmaama Baasii waggaa 5nii
Ibsa 1 2 3 4 5

3,010,300

3,311,330

3,642,463

4,005,021

4,405,299
Galii gurgurtaa
waliigalaa 286,800 2,723,500

319,600 2,991,730

355,732 3,286,731

395,355 3,609,666

439,198 3,966,101
Baasii iraa
hirdhaatu

101
Bu’aa
Tilmaama Baasii waggaa 5nii
Ibsa 1 2 3 4 5

Galii
gurgurtaa 3,010,300 3,311,330 3,642,463 4,005,021 4,405,299
waliigalaa

Baasii
iraa 2,723,500 2,991,730 3,286,731 3,609,666 3,966,101
hirdhaatu

Bu’aa 286,800 319,600 355,732 395,355 439,198


102
NYAATA MADALAWAA MADDII GUUTUU
NAANNOO ORMIYAA GALMAAN GAHUUF
Karoora Gahee Nyaata Beeyladaa
 Karoora Looonii fi Gaala Aanaanii,

 Foonii (Loonii, Gaalaa Hoolaa fi Re’ee),

 Lukkuu killee fi foonii irratti bu’urefachuun


karoorfaameedha.

103
DAIRY VILLAGE FEED REQUIREMENTS OF OROMIA REGION 2015 PLAN

Narration
 Daily feed requirements of local breed for production 9 kg, 80% of their
feed contains Roughage & 20% of the feed contains Concentrate
 Daily feed requirements of Improved breed for production 12kg, 75% of
their feed contains Roughage & 25% of the feed contains Concentrate
Source of Roughage feed
 From green feed (pasture land, hay, Silage),
 From Improved forage developments,
 From Sugar cane top
 From Enset leave
 From Improved Crop residue (By Physical, Chemical & Biological)
treatments
Source of feed Concentrate
 From Industrial by products (Total ration)
 From brewery by products (Beer By Product),
104
 From local brewery (Arke Atela, Tela Atela)
MILK CAMEL VILLAGE FEED REQUIREMENTS
OF OROMIA REGION 2015 PLAN
Narration
 Feed requirements of Milk Camel 12 kg/day, 90% of their feed
contains Roughage & 10% of the feed contains supplementary
feed
Source of Roughage feed
 From browse trees & others

Source of feed Concentrate


 Different supplementary feed

105
BEEF FATTENING VILLAGE FEED REQUIREMENTS OF OROMIA REGION 2015 PLAN

Narration
For Village
 Traditional beef fattening, daily Feed requirements 10 kg, 90% of their feed contains
Roughage & 10% of the feed contains Concentrate,
 Modern beef fattening, daily Feed requirements 12 kg, 80% of their feed contains
Roughage & 20% of the feed contains Concentrate ,
For Towns
 Modern beef fattening, daily Feed requirements 12 kg, 70% of their feed contains
Roughage & 30% of the feed contains Concentrate
Source of Roughage feed
 From green feed (pasture land, hay, Silage),

 From Improved forage developments,

 From Sugar cane top

 From Enset leave

 From Improved Crop residue (By Physical, Chemical & Biological) treatments

Source of feed Concentrate


 From Industrial by products (Total ration)
106
 From brewery by products (Beer By Product),

 From local brewery (Arke Atela, Tela Atela)


SHOATS (SHEEP & GOAT) FATTENING VILLAGE FEED REQUIREMENTS OF OROMIA REGION 2015 PLAN

For Village
 Traditional shoat fattening, daily Feed requirements 0.7 kg, 90% of their feed contains
Roughage & 10% of the feed contains Concentrate,
 Modern shoat fattening, daily Feed requirements 0.8 kg, 80% of their feed contains
Roughage & 20% of the feed contains Concentrate ,
For Towns
 Modern shoat fattening, daily Feed requirements 0.8 kg, 70% of their feed contains
Roughage & 30% of the feed contains Concentrate
Source of Roughage feed
 From green feed (pasture land, hay, Silage, browse trees),
 From Improved forage developments,
 From Sugar cane top
 From Enset leave
 From Improved Crop residue (By Physical, Chemical & Biological) treatments
Source of feed Concentrate
 From Industrial by products (Total ration)
107
 From brewery by products (Beer By Product),
 From local brewery (Arke Atela, Tela Atela
Meat Camel Village feed requirements

Feed requirements of meat Camel 12 kg/day, 95% of


their feed contains Roughage & 5% of the feed contains
supplementary feed

Source of Roughage feed


 From browse trees & others

Source of feed Concentrate


 Different supplementary feed 108
POULTRY VILLAGE FEED REQUIREMENTS

Narration
 Poultry feed requirements of local breed for egg production
100 gm/day, 60% of scavenging & 40% From total mix ration
 Poultry feed requirements of Improved breed for egg
production 120gm/day
 For Broiler daily feed requirements 130gm/day/head

Source of feed Concentrate


 From Industrial by products (Total ration)

 Prepared by producers /(mostly grain feed produce by


farmers)
 Green feed ( Alfalfa)

109
7
Tilmaama Omisha Nyaata
Beeylada

110
TILMAAMA OMISHA NYAATA BEEYLADAA

Maddi nyaata beeyladaa bakka adda addatti ni


argaama
 Lafa dheedumsaa

 Haftee midhanii

 Bakka adda addatii biqiluu nyaata beeyladaa bosoona


keessa dhaabaate
 Biqiluwaan nyaataa (Warqee, Agadaa shankooraa fi
kkf )
 Midhaan/biqiltuwaan hudee (moose sukaraa)

 Nyaata beeyladaa fooya’aan akka argaamuu dandaa’u


hubatameera. 111
WAGGUMA WAGGAAN WALITTI ANSUUN LAFA
DHEEDUMSAAF OOLU TILMAMUUF
 Lafa tabba garmalee midhaame irra heektaraan tonii 0.8
 Lafa dheedumsa tabba fooya’aa ta’e irra heek toonii 1
 Lafa dheedumsa dhooqa fooya’aa ta’e irraa heek toonii
1.5
 Lafa midhamaa xa’efamee kuunuunfamaa jiru iraa hanga
toonii 3.5 - 5.5 ni argaama
 Lafa dheedumsa umamaa misooma nyaata beeyladaa
toonii 6.2 argamuu ni dandaa’a

112
GOSA FI BAAYINA NYAATAA
BEEYLADAA JIRU ADDAAN BAASUU
 Lafa dheedumsaa umamaa jiru,
 Haftee midhanii,

 nyaata beeyladaa fooya’aa misoome,

 haftee warshaa omisha qonnaa fi kkf) baayina isaa beekuuf nyaata


beeyladaa gosa gosaan tilamamii gaggesuu ni barbaachiisa.

113
NANNOO HORSISEE BULTOOTAAF

La Uwisa/baayina Waggaatti
kk Gosa tilmaama Ganda, Omisha
lafa omisha
Aanaa, waligalaa
omishaa dheedumsaahe argamuu
Godina argaame
ektaraa dandaa’u

1 Facatiin bokkaa
yeeroo gaarii
ta’eetti
2 Facatiin bokkaa
yeeroo giddu-
galeessa ta’eetti
3 Yeeroo ongee

Ida’ama omishaa 114


NANNOO QONNA WALMAKATTI TILMAAMA
OMISHA NYAATA BEEYLADAA ITTIIN
SASABAAMU
La Gosa tilmaama om. nyaata beeyl Ganda, Uwisa/baayina Waggaatti Omisha
kk Aanaa, lafa omisha waligalaa
Godina dheedumsaa argamuu argaame
heektaraa dandaa’u
1 Lafa dheedumsaa walitti
ansuun dheedumsaaf oolu
Lafa dheedumsa tabbaa
garmalee midhaame
Lafa dheedumsa tabba fooya’aa
ta’e
Lafa dheedumsa dhooqa
fooya’aa ta’e
2 lafa dheedumsaa qabiinsa
fooya’aa ta’e taasifameef
3 Lafa dheedumsa kunuunsa
taasifaame (yoo xiqaate ji’a 4 115
hanga ji’a 6f daangeefame
XINXAALA REESHIYOO OMISHA HAFTEE MIDHANII
ITTIIN TILMAMAAMU
Gosa omishaa Reesho Bu’aan isaa %
Qamadii 1.5 100
Garbuu 1.5 100
Xaafii 1.5 100
70 (30 % ) agadaa waan ta’eef
Mishingaa 2.5 nyaataaf hin oolu)
70 (30 % ) agadaa waan ta’eef
Boqqolloo 2.5 nyaataaf hin oolu)
Deedhii 1.4 100
Moosee sukkaara
addaa 0.3 80
Moosee sukkaara
diimaa 0.5 100
Daagusaa 1.5 90 (100 % agadaadha)
116
Nyaata goggogaa ha 1 irraa
Warqee 8 toonidhan
dhibbeentaan
TILMAMAMII OMISHA NYAATA FOOYA’AA
Lakk Gosa omisha ny.beeyladaa Omisha ha 1 irraa argamuu
dandaa’u toonidhaan
Gosa Margaa Marga Arbaa 9.8
Marga Dashoo 9.8
Panikamii 9.8
Roodasii 9.8
Shaalloo/oats/ 9.8
Gosa gosa Lablabii 9.25
baalaa Gayyoo 9.25
Atara sa’aa 9.25
Alfa Alfaa 9.25
Dimodiyeemii 9.25
Gosa Mukaa Saasbaniyaa 7.75
Biqiltuu Lusarnii 7.75
Piganpii 7.75
Lukiniyaa 7.75 fi kkf dha.
Atalaa nannoo irraa argaamu tilmamuuf sakata’iinsaa fi xinxaaliin ergaa gaggeefamee booda
baayina oomisha Atalaa argaame gara nyaata goggogaatti tilmamuuf dhibbeentaa baayina
omisha Atalaa litiraan argaame X %50, yoo ta’u %50n bishaan jechuudha. Baayina omisha
117
Atalaa googoggaa argaame kan gara tooniitti jijjiruuf 1000f hiruudha
TILMAAMA OMISHA NYAATA BEEYLADAA ITTIIN
GAGGEEFAAMU

Lakk Gosa nyaata Baliina lafaa Omisha Omisha Ibsa


beeyladaa heektaraan heektaara 1 irraa waligalaa
fooya’aa argaamu tooniin tooniin

Ida’aama

118
TILMAAMA OMISHA NYAAT BEEYLADAA KAN BIRO
Gosa Baliina Baayina Omisha Nyaata Ibsa
Lak nyaata lafaa omisha Nyaataaf beeyladaaf
k beeylada heektara waligalaa oluu oolu
a an heektaara dandaa’u waligalaan
irraa heektaara toonidhaan
argaamu irraa
tooniin tooniin

Ida’aama 119
TILMAAMA OMISHA NYAAT BEEYLADAA
WALIGALAAN

Lak Gosa nyaataa Ganda, Uwisa/ Baayina omisha Baayina omisha Ibsa
k Aanaa, baayina gogoggaa heektaara gogoggaa waligalaan
Godina lafa 1 irraa argaamu argaamu tooniin
heektaraa tooniin

1 Lafa dheedumsa umaa


Kan dhuunfaa
Lafa daangeefame kan hawaassaa
ykn mootummaa

2 Haftee midhanii
Xaafii
Qamadii
Garbuu
Boqqolloo
Ataara
3 Biqiltuu dhabbataa
Warqee
Shankooraa
4 Nyaata hundee irraa argaamu

5 Nyaata fooya’aa
Marga Arbaa
Roodasii 120
Dismoodiyeemii fi kkf
LAKKOOFSA ULFATIINA BEEYLADAA ITTIIN BAAYIFAAMU (TLU)

Gosa beeyladaa Amala jijjiraa (TLU)


Gaala 1
Loon gaafaa 0.7
Hoolaa 0.1
Re’ee 0.1
Farda 0.8
Gangee 0.7
Harree 0.5
Guyyaatti TLU tokkoof nyaata gogoggaa baarbaachiisu
guyyaatti = 2.5% X TLU = 2.5/100 (0.025)X 250 = 6.25kg
Gara ulfatiina walfakatuutti deebisuuf TLU tookkoof guuyyatti nyaani
barbaachiisu
kg = 0.025X250 = 6.25 ni ta’a jechuudha.
Haaluma xinxaallii armaan olitti hojatameen beeylada 1f waggaatti nyaata 121
gogoggaa baarbaachiisu tooniin = 6.25 X 365 = 2.281 ni ta’a jechuudha
Liqii kennuu
 Hanga invastimantii irratti hundaa’uun liqiin waggaa
shaniif kennamuu qaba.

 Walittii hidhaaminsa Gabaa Uumuu

 Leenjii barbaachisu

 Galii fi baasii yeroo yeroodhan xiinxaluu


122
QOODA FUDHATOOTA

 Wajjiraa carraa hojii uumuu


 Wajjiraa Qonnaa
 Wajjiraa babal’ina waldaa hojii gamtaa
 Dhabbilee Faayinaansii
 Koorporeeshinii Sukaaraa
 Mitti Mootumaa
123
HORDOFFII FI DEEGARSA

 Paakeejicha bu’aa qabeessaa akka ta’u hordoofuu


 Galteewwan nyaata beeyladaa yeroon dhiyaachuu
 Seeraan hojii irraa oluu isaa
 Qulqullinaan omishame kuusamuu
 Liqiin yeroo isaa eegatee deebi’uu
 hordoffii fi deeggarsa qulqullina sanyii nyaata beeyladaa
124
 Raawwii paakeejichaa
HORAA B UL AA

You might also like