Professional Documents
Culture Documents
Leenjii Yakkoota Malaammaltummaa Fi Bu'aa
Leenjii Yakkoota Malaammaltummaa Fi Bu'aa
Leenjii Yakkoota Malaammaltummaa Fi Bu'aa
Seeraa Oromiyaa
Yakka Malaammaltummaa fi Qabeenya Bu’aa Yakka
Malaammaltummaa ta’e deebisiisuu
Yaadonni
garaagaraa
filatamaadha;
haa ta’u
malee…
Perspective matters!!!!!
Hirmaachuun dirqama…
Yaadota ka’an irratti walfalmuun hayyamamaadha…
Yaadonni ka’an irratti mari’achuun kan deemamu
ta’a.
Yaada ofii harka kaasuun dabareen dubbachuun
filatamaadha…
Bilbila keessan yoo dandeessan cufaa ykn girgirree
irra kaa’adhaa…
Maloota Leenjii • Ibsa daree
• Gaaffii fi Deebii
• Marii Garee
huursituu (buz group
discussion)
• Marii daree (plenary
discussion)
Kaayyoo Leenjii
✓ Yakkoota malaammaltummaa bu’uura labsii
881/2007 irratti hubannoo jiru dabaluu.
✓ Qabeenya Bu’aa yakka malaamaltummaa ta’ee
deebisiisuuf haguuggii seeraa jiru irratti hubannoo
jiru cimsuu.
❖ Seerota Farra Malaammaltummaa
Itiyoophiyaa fi
Qabiyyee Leenjichaa ❖ Seerota Qabeenya Bu’aa yakka
Malaammaltummaa Deebisiisuu
• Malaamaltummaa fi Qabeenya bu’aa yakka kanaa
akkamitti ilaaltu?
• Qabatamaan dhiibbaa malammaltummaan qabu
Yaada jireenya keenya fi hojii keessan keessatti akkamitti
ka’umsaa… argaa jirtu?
• Kanaaf falli isaa maali jettu?
• Leenjii kana irraa maal eegdu?
SEEROOTA FARRA
MALAAMMALTUMMAA RDFI, MNO FI
TARKAANFILEE BIROO
Seensa
Ka’umsi isaa ፡-
• Labsiin kun wantoota haaraa fide keessaa tokko የግል ዘርፉ ላይ የሚፈፀሙ
የሙስና ወንጀሎችን ለመከላከልና ለመቆጣጠር ያስችል ዘንድ ህዝባዊ ድርጅቶችን በማካተት
በስራ ላይ መዋሉ ነው፡፡
• Dhaabbilee dhuunfaa kana akkanatti haammachiisuun kan
barbaachiseef
• Dirqama konvenshinootaan seename waan jiruuf
• በአዋጁ መግቢያ እንደተመለከተው የግል ዘርፍ ተቋማትን ለማካተት አስፈላጊ ሆኖ
ከመገኘቱ.
Itti fufee…
• Jaarmiyaalee dhuunfaa warren kamitu akka jaarmiyaa uummataatti
fudhatama kan jedhuuf labsichi hiikkoon deebii kennuuf yaaleera.
• በዚህም መሰረት አዋጁ ‹‹ህዝባዊ ድርጅት››
• ማለት በማንኛውም አግባብ ከአባላት ወይም ከህዝብ የተሰበሰበ፣
• Gaaffiin; “qabeenya miseensota irraa sassaabame” jedhu maal
jechuudha?)
• ወይም ለህዝብ አገልግሎት እንዲውል ታስቦ የተሰበሰበ ገንዘብ፣ ንብረት ወይም ሌላ
ሀብትን የሚያስተዳድር ወይም የሚያንቀሳቅስ የግል ዘርፍ ሲሆን አግባብነት ያለው
ኩባንያን የሚያካትት ሲሆን፤
ለዐቃቤያነ ሕግ ውሳኔ መለያየት ምክንያት የሆነው እና
አከራካሪው ጉዳይ?
• ሃላፊነቱ የተወሰነ ማህበር አመሰራረቱ ከህዝብ በሚሰበሰብ ገንዘብ አይደለም የሚቋቋመው የሚል
እሳቤ በመኖሩ ህዝባዊ ድርጅት ነው ወይስ አይደለም? የሚለው ጉዳይ አከራካሪ ሆኗል፡፡
• በተጨማሪም የግል ድርጅቶችን በተመለከተ በሁለት እና ከዚያ በላይ በሆኑ ሰዎች ወይም ህዝባዊ
ድርጅቶችን በአባልነት በመያዝ የተመሰረተ ኃላፊነቱ የተወሰነ የግል ማህበር እንደ ህዝባዊ ድርጅት
የሚቆጠር ነውን?
• በሚሉ ጉዳዮች ግልፅና ወጥነት ያለው አሰራር እንዲኖር ለማድረግ የሚያስችል የተቋሙ አቋም ሆኖ
የሚሰራበት ውሳኔ ያስፈልገዋል፡፡
የጠቅላይ ዐቃቤ ሕግ አቋም
• Bu’uuraan gaaffileen deebii argachuu qaban lamadha, isaanis:-
• ሀላፊነቱ የተወሰነ የግል ማሕበር እንደ ህዝባዊ ድርጂት ተቆጥሮ በሙስና ወንጀሎች አፈፃፀም ወሰን ውስጥ
የሚካተት ነው? አይደለም?
• ህዝባዊ ድርጅቶች አባልነት የተመሰረተ የግል ማሕበር ቢኖር ተመሳሳዩ ይፈፀማል? አይፈፀምም? የሚሉት
ናቸው፡፡
• ለጉዳዩ እልባት ለመስጠት የአዋጁን ዓላማና ፍላጎት /objective and purpose/ ና የህግ አውጭውን ሀሳብ
/lawmaker intent/ በዋነኛ የትርጉም መሰረታዊነት፤
• እንዲሁም አዋጁ ለግል ዘርፉ መካተት ያስቀመጠመውን መለኪያ መስፈርት /the parameters in the text
of the law/ እና ሌሎች የወንጀል ህግ ትርጉም መርሆዎችን በመጠቀም ወደ አንድ ሀሳብ ለመምጣት ጥረት
ይደረጋል፡፡
Itti fufee…
• የግል ዘርፉ በሙስና ወንጀሎች አዋጅ ተገዢ እንዲሆን የሚያስተዳድረው ሀብት ከአባላት ወይም
ከህዝብ የተሰበሰበ፣ ወይም ለህዝብ አገልግሎት እንዲውል ታስቦ የተሰበሰበ መሆን እንዳለበት
ተደንግጓል፡፡
• በመሆኑም ሀላፊነቱ የተወሰነ የግል ማህበር ለግል እግረ መንገዱን /Indirect Benefit/ ማህበረሰቡን
የማልማት ውጤት ይኖረው ካልሆነ በቀር
• ቀዳሚ ዓላማው /Primary Objective/ ለማህበሩ ትርፍ ወይም ንግድ ዓላማ ታስቦ የሚቋቋም
መሆኑ የሚታወቅ ስለሆነ በዚህ ትርጉም መሰረት የግል ማህበር በመርህ ደረጃ በሙስና ወንጅሎች
አዋጅ አይካተትም ብሎ ለመደምደም ይቻላል፡፡
Illustrations / ተጨማሪዎች/ ፡-
• ህዝባዊ ድርጅት ማለት አግባብነት ያለው ኩባንያን ይጨምራል፡፡
• አግባብነት ያለው ኩባንያን በአንቀፅ 2(6) ትርጉም ሲሰጠው
• በህዝባዊ ድርጅት የተቋቋመ ሃላፊነቱ የተወሰነ የግል ኩባንያ መሆኑ እና
• እንደዚህ ዓይነት ኩባንያ ከሌሎች ኩባንያዎች ጋር የሚያቋቋመው የሽርክና ኩባንያን
የሚያጠቃልል ነው ተብሏል፡፡
• በመጀመሪያው መለኪያ የግል ማህበርን ከአዋጁ ወሰን በመርህ ደረጃ/principle/ ያስወጣን ቢሆንም
• አዋጁ በራሱ አግባብነት ያለውን ኩባንያ ጨምሮ በመገኘቱ ሀላፊነቱ የተወሰነ የግል ማህበር አግባብነት
ያለው ኩባንያ ለመሆን የሚችል ከሆነ በልዩ ሁኔታ /Exception/ ለመካተት ይችላል ማለት
ይሆናል፡፡
Itti fufee….
• በዚህም መሰረት የግል ማህበሩ በህዝባዊ ድርጅት የተቋቋመ ሃላፊነቱ የተወሰነ የግል
ኩባንያ ከሆነ ወይም
• ከህዝባዊ ድርጅት ማለትም ከህዝብ የተሰበሰበ /ለህዝብ አገልግሎት የተሰበሰበ ሀብት
ከሚስተዳድር ኩባንያዎች ጋር የሚያቋቋመው/ በአባልነት የያዘው/ የሽርክና ኩባንያን
የሚያጠቃልል ከሆነ በሙስና ወንጀሎች አዋጅ የሚሸፈን ይሆናል ማለት ነው፡፡
• በዚህም መሰረት ማህበሩ የግል ማህበር በመሆኑ ብቻ አይካተትም ለማለት ሳይሆን
አግባብነት ያለው ኩባንያን የያዘ ከሆነ ለሚያስተዳድረው ጥቅል ሀብት ወይም ካፒታል
ሲባል በአዋጁ የሚሸፈን ይሆናል፡፡
Itti fufee…
• ለዚህ ድምዳሜ ማጠናከሪያ ሀሳብ ሊሆን የሚችል ፍሬ ነገር በሙስና ወንጀሎች አዋጅ ረቂቅ
ማብራሪ ሰነድ ላይ የሚከተለው ሀሳብ ሰፍሮ እናገኛለን፡፡ ይኸውም፡-
• ''…..ማንኛውም ኃላፊነቱ የተወሰነ የግል ኩባንያ በሙስና ወንጀል ተጠያቂ እንዲሆን ሳይደረግ
እንደዚህ ዓይነቱ/ በህዝባዊ ድርጅት የተቋቋመውን ለማለት ነው/ ኃላፊነቱ የተወሰነ የግል
ኩባንያ ብቻ በህዝባዊ ድርጅት ትርጓሜ ውስጥ እንዲካተትና በሙስና ወንጀል ተጠያቂ እንዲሆን
የተፈለገው የተቋቋመበት ካፒታል ከህዝብ የተሰበሰበ በመሆኑ ነው፡፡ ….''
• ከማብራሪያው የምንረዳው ማጠቃለያ ህግ አውጭው/legislative intent/ ሀላፊነቱ የተወሰነ
የግል ማህበርን በመርህ ደረጃ ከአዋጁ ተፈፃሚነት ወሰን አስወጥቶ በልዩ ሁኔታ ብቻ ለማካተት
የፈለገ መሆኑን ነው፡፡
Exclusions /የማይካተቱ/ ፡-
Galmeen kun kan eegale himannaa A/A gaafa 22/6/2014, L/Galmee MM 66675 ta’e irratti Mana
Murtii Ol’aanaa Godina Shawaa Bahaatti dhiheesseenidha.
Himannaan dhihaates, Himatamaan Waaqayyoo Daadhii jedhamu, labsii farra malaamaltummaa
lakk. 881/2007 kwt. 31(1) irra taruun miliishaa ganda ta’ee Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosat
ganda Agamsa Coqorsaatti osoo hojjechaa jiruu faayidaa isaaf hin malle argachuuf ykn nama
biroof argamsiisuuf yaaduun gaafa guyyaa 8/6/2014 halkan irraa sa’a 8:00 yoo ta’u meeshaa
waraanaa lakk. SKS 1715562 tokko fi rasaasa firii 5 tilmaamni gatii isaa 3302.28 fi gatiin rasaasaa
tokkoon 17x5 walumatti qarshii 85 ta’e, nageenya hawwaasaa gandichaa akka ittiin eegu qaamni
mootummaa hidhachiisee jiru kan hojii ajajameen raawwatee mootummaaf akka deebisu yeroo
gaafatamutti waan deebisuu dhabeef yakka amantaa hiri’isuu cimaa raawwachuutiin himatameera.
Gaaffii
kanaaf faayidaa hin malle kan gaafate, fudhate ykn waadaa sensifate…
A/A maal mirkaneessuu qaba
❖ Faayidaan fudhatamuu ykn dhihaachuu ykn waadaa seenamuu
❖ Ofiif ykn nama biraaf argamsiisuuf
❖ Faayidaan maaliif akka fudhatame agarsiifamuu qaba??
Dhimma itti aaneee jiru ilaalaa…
• Dhimma tokko irratti Abbaa seeraa tokko abbaan dhimmaa dhimma isa biraa qabu
tokko matta’aa akka kennuuf gaafachuun; mattaa’aa yeroo fudhatutti harkaa fi
harkatti qabame himatamee adabame jira.
• Gaaffii yaadonni ta’uu danda’an…
• Gochaa A/S kana akkamitti ilaaltu?
• Faayidaa argateera moo hin arganne jechuu dandeenya?
• Yakkicha keessatti qaamolee hirmaataniin osoo hin gargaaramin poolisiin hordoffii
taasiseen kan seeratti dhiheesse yoo ta’e garaagarummaa fidu jiraa?
• Faayidaa dhimmichaaf miti kanan fudhadhe kan jedhuu qabu A/Seerichaacha.
Dhimmaa
• Himatamaan tokko Waajjira Galiiwwanii Magaala Adaamaatti gargaaraa Oditaraa
ta’ee osoo hojjetu gaaffii kaffalaan gibiraa gibira gabbaruuf dhiheesse bu’uura
godhachuun oditti akka taasiisu ajajamee gibira qarshii 275,000 kaffalaa gibira irratti
herregame qarshii 20,000 tti gad buusuuf waliigalee gara qrshii 15,390 tti gad buusuun
hojjetee qarshii 37,950 yommuu fudhatu harkaa fi harkaatti waan qabameef yakka
maalammaltummaa Mattaa’a fudhachuu raawwateen adabamee jira.
• Faayidaa argateera moo hin arganne jechuu dandeenya?
• Namoonni yakka kana keessatti hirmaatan gaheen isaanii akkamitti ilaalamaa?
• Yakkicha ifa baasuu keessatti gaheen isaan qaban fi bu’aa isaan argatan irratti
dhiibbaa maalii fidaa?
• Matta’aadha (kwt.10) or faayidaa hin malle (kwt. 11)dha?
FAAYIDAA HIN MALLE FUDHACHUU(11)
B. Faayidaa Hin Mallee Fudhachuu (Kwt 11)
• Dhimma tokko irratti abbaan dhimmaa tokko Waldaa Aksiyoonaa Liqii fi Qusannaa
tokko irraa qarshii liqeeffachuuf ulaagaa barbaachisu guutee liqii yommuu gaafatu;
• hojjetaan waldichaa qr 10,000 liqeessuuf qr 1,000 akka kennuuf gaafatee waliigalanii
qr.400 kenneefii qr.600 kennuun dura liqeeffataan itti gaafatamtoota waldichaatiif
beeksifnaan hojjetichi qr.600 yommuu fudhatu haarkaaf harkaatti waan qabameera.
• Mattaa’aa vs Faayidaa hin mallee???
• Dhimmi kun Kwt. 10 matta’aa fudhachuu ta’amoo kwt. 11 faayidaa hin malle
fudhachuu ta’a?
C. Aangoo ykn itti gaafatamummaatiin daldaluu (kwt
16)
Kaayyoon isaa…
● hojjetaa mootummaa ykn hojjetaa jaarmiyaa uummataa ta’ee
aangoo ykn itti gaafatamummaa qabuun kan daldale adabuuf kan
tumameedha.
● Itti gaafatamummaa qabuun ykn nan qaba jechuun… (akka qabu
fakkeessuun dhiheessuun)
● Dhimma tokko irratti ofiif kan murteessu ta’uu baatus,
● aangoo dahoo godhachuun faayidaa isaaf hin malle namaaf
argamsiisuuf itti fayyadamu dha.
➢ Kan mirkanneessuun barbaachiisu;
itti fufe… ➢ hojjetaan mootummaa ykn hojjetaan
dhaabbata uummataa tokko :
❖ Dhagahama kan qabu ta’uu isaa ykn namni
kennaa kenneef sun yoo xiqqaate hojjetichi
dhagahama qaba jedhee amanuu isaa,
❖ Nama biraatti fakkaatee waanti
mullatu maaltu jira…
❖ Faayidaa nan argamsiisa jedhee kennaa
fudhachuu ykn gaafachuu isaa mirkaaneessuun
barbaachisaadha.
Dhimma itti aanee jiru ilaalaa…
D. Dhagahama dhuunfaatiin daldaluun (kwt. 29)
➢ Akkuma beekamu hojiin qaamoleen biroo fi jaarsoliin araaraa raawwatan mirga nama
tokkoo akka malee miidhuu fi kaan ammoo fayyaduuf akka hin saaxilamneef labsichi
kwt. 12 kan tumameedha,
✓ Hojiin ga’ee mootummaa / dhaabbata uummataa bakka bu’uun amantaan/ Imaanaan
irratti gatamee kan hojjetaniidha
✓ yakki qaamoolee kanaan raawwatamu yakka hojii mootummaa irratti
raawwatamu waan ta’uuf yakka malaammaltummaa keessaati akka
hammatamu ta’e jechuu dha,
G. Dhimmoota Sababa Malee lafarra
Haarkisuu(Kwt.18)
itti fufe…
Fakkeenyaaf,
✓Hayyama hojii tokko kennuuf yeroon ni fudhata jedhame
daangeefamee taa’ee yoo jiraate,
✓hayyamni yeroo kaa’ame keessatti hin raawwatamne,
✓hojjetaan mootummaa ykn hojjetaan jaarmiyaa uummataa
dhimmicha murteessuuf aangoon kennameef hayyamichi yeroo
kaa’ame keessatti kennuu dhabuun isaaf sababa gahaa
dhiheessuu yoo baate itti gafatamu danda’a.
Aangootti garmalee fayyadamuu (kwt 9)
A) Qajeelfamoonni ykn sirnoonni hojii ifatti addaan bahanii tarreeffamanii kaa’amu qabu.
✓ Muudama ykn aangoo ykn itti-gaafatamummaatti seeraan ala fayyadamuu
haala salphaa ta’een mirkaneessuuf
✓ sirnoonni hojimaataa ifatti addan baafamanii taa’uun tooftaa tokko dha,
B) Kaayyoo fi galma seeraan ka’ameen ala aangootti ykn itti/gaf gar-malee kan fayyadame
yoo ta’e,
✓ Muudama ykn aangoo ykn Itti-gaafatamummaa kaayyoo fi galma kaa’ameef
ala fayyadamuu mirkaneessuun yoo danda’ame
✓ yakka aangoo/Itti gaafatamummaa gar malee fayyadamuu raawwatameera
jechuun ni danda’ama jechuudha,
Kan itti fufe…
❖ Aangoo ragaa gahumsaa ykn heeyyamaa kennu nama qabu tahee itti
yaadee
❖ nama gahumsa hinqabne ykn
❖ nama kennamuufii hinqabneef
❖ heeyyama konkolaachisummaa, ragaa tekinikaa gahumsaa,
mirkanneessa fayyummaa, ragaa sadarkaa/gahumsa barnootaa kan
kenne ykn mirkanneesse (20/2)
❖ Kwt.20(1) dhimmoota daldalaa ilaalchisee ‘business license’ kennuu
kan ilaallatu yoo tahu, hojjetaa mootummaa qofaan raawwatama.
itti fufe…
C) Bu’uura aangoo hojii ykn itti gaafatamummaa qabuun mana hojii mootummaa ykn
dhaabbilee misooma mootummaa ykn jaarmiyaa uummataa imaanaan itti kenname ykn
miidhaa irraa eeguu qabu irratti gocha faayidaa isaa tuqu tooftaa kamiiniyyuu kan
raawwate yoo ta’e…
✓ Kwt. 13(8) koodiin/qulfiin heeyyama ykn beekumsa isaan ala fudhatamuu yoo
mirkanneesse malee akka beekaa qulficha kennetti ykn odeeffannoo /iccitii/ ifa
taasisetti lakkaa’ama kan jedhuudha. (Presumption)
❖ Eegumsa taasisuu qabu kan hin baane waan ta’eef itti gaafatama.
❖ Dirqama isaatis waan ta’eef…
✓ Kwt. 13(9) koodii ykn qulfii akka itti fayyadamu ykn qabu itti gaafatummaa
dhimmi isaa ilaallatuun osoo hin heeyyamne ykn hin kennamneef fudhachuun
qabeenya mootummaa ykn jaarmiyaa uummataa qisaasuu, fudhachuu, ykn
balleessuu ykn akka qisaasamu ykn fudhatamu ykn badu taasiisuu ilaallata.
Qabeenyaa fi Maallaqa Maddi Isaa Hin Beekamne
( Kwt 21)
❖ Yakkichi H/Mootummaa ykn H/Jaarmiyaa Ummataan raawwatama.
❖ Tumaan kwt. 21 kun seera yakkaa kwt. 419 kan bakka bu’edha.
❖ Kutaa yaadaa yakka kanaa ilaalchisee
❖ Sy kwt 59 (2), vs kwt. 3 labsii 881/2007 walitti fiduun ilaalama.
➢ Sadarkaa jireenya galii isaan walhin madaalle or maallaqa qaabaachuun yoo
mirkanaa’e.
➢ Dirqamni Qabeenyaa kana eessaa akka fide ykn sadarkaa jireenya akkasii jiraachuu
haalli itti danda’e mirkaneessuu himatamaa irratti kufa.
❖ Gaaffileen ka’uu malanis…
➢ Hamma qabeenyaa ykn maallaqaa gaafatamu (disproportionate)
kun hagami jechuu dandeenya??
➢ Galii isaa waliin walhin gitu jechuuf ulaagaan maali?
S
1. Sadarkaan jireenyaa isaa hojii irra amma jirutti ykn duraan irra ture
ykn galii seera-qabeessa karaa biraatiin argatu ykn argachaa turee kan
caale yoo ta’e ykn;
2. Qabeenyi qabuu ykn maddi maallaqa, galii amma argatu ykn hojii
duraan irra tureen ykn galii seera-qabeessa karaa biraatiin argachaa
ture waliin wal hin madaalle yoo ta’e fi
3. Sadarkaa jireenya akkanaa akkamitti akka jiraate ykn qabeenyi
akkamiin harkaa isaa galuu akka danda’e mana murtiif yoo
mirkaaneessuu/hubachiisuu baate qabeenyichi akka dhaalamu fi
adabbii salphaa waggaa tokko hin caallee…
itti fufe…
❖ Himatamaan dura qabeenya qabaachuu isaa mirkaneessuu yoo danda’e;
ykn
❖ erga hojjetaa mootummaa ta’ee qaxaramee booda madda galii seera
qabeessa galii hojiirraa argatuun wal madaalu qabaachuu isaa yoo
mirkaneesse itti gaafatamummaa jalaa bahuu danda’a.
Gaaffiin ka’uu?????
❖ Qorannaan yakka kanaa akkamitti jalqabuu danda’a?
✓ Galii fi baasiin wal-gituu dhabuu agarsiisuu qofti qorannaa jalqabuuf gahaa
ta’uu danda’a.
✓ Hangam caalee yoo argamedha?
Seerota keewwaticha kanaa tumsan;
❖ Namni tokko galiin ykn miindaan isaa ji’aan ala galii seera
qabeessa qabaachuun isaa kan mirkanneessuu hin dandeenye yoo
ta’e qabeenya miliyoonaan tilmaamamu qabaatee yoo argame
sababuma qabeenya maddi isaa hin beekamne qabatee argameef
yakka malaammaltummaan kan adabsiisu ta’uu murtaa’ee kan
jiru dha
❖ Point to be made…
❖ Labsii 881/2007 kwt. 21 fi labsii 169/2003 kwt. 14 waliin
ilaaluudha.
Mattaa’a daddabarsuu (ማቀባበል) / kwt 27.
❑ Yakki kun yakka nama kamuu raawwatu dha.
✓ Tooftaa raawwii yakkichaa
o hojjetaa mootummaatiif ykn jaarmiyaa uummataa tiif mattaa’aa
kennuuf nama biraa irraa maallaqa, waan gatii baasu, tajaajila ykn
faayidaa biroo fudhuu ykn
o dabtara herregaa baankii qabu mattaa’aa daddabarsuu oolchuu; ykn
o mattaa’aa akka walii kennaniif haala mijeessuu,
wal-qunnamsiisuu/waliingahuu, akka waliigalan taasiisuu fi hojii
faddaalummaa raawwachuu hammata.
Namni gocha kana raawwatu ofii isaati faayidaa kamiyyuu argachuu dhiisuu danda’a.
Itti fufee…
• Gochi olitti tarreeffame kan raawwatame yoo ta’e kutaan yaadaa akka
jiruutti kan fudhatamu ta’a jechuudha.
• Dirqama gochaalee kana yeroo raawwatu maaliif akka raawwatu beekuu
qabda.
• Akkawuntii isaa ilaalchisee of-eeggannoo barbaachisu taasisuu qaba
dirqama jedhu kan agarsiisudha.
• Kanaaf yakka ta’e jedhamee raawwatame akka ta’eetti Seerichi kan
fudhate
• Ragaa dhiheeffachuun fashaleessuun gahee himatamaa ta’a.
Amantaa hir’isuu Cimaa Kwt.31
Bu’uura labsii kanaa kew.31 (3)(b) tiin yakka amantaa hir’isuu cimaa raawwatamuu isaa
mirkanneesssuuf A/A qabxiin mirkaneessuu qabu:
✓ Himatamaan mi’a ykn maallaqa caallaa imanaan fudhachuu isaa;
✓ Himatamaan imanaan kan fudhate akka deebisu yeroo gaafatamu,
✓ deebisuu ykn kaffaluu yoo hin dandeenyee fi
✓ mi’icha tajaajila barbaachisuuf oolchuu isaa mirkaaneessuu yoo hin
dandeenye ykn
✓ haala irra jiru agarsiisuu kan hin dandeenye ta’uu mirkaneessuun yoo
danda’ame yakkichi mirkanaa’era jechuudha.
itti fufe…
▪ Labsicha kwt.31(3)(b) gaaleen himatamichi yeroo gaafatamu…. Kan jedhu
maal jechuudha? Yoom jechuu barbaadeetudha???
▪ shakkamaan yeroo mana hojii mootummaatti gaafatamu?
▪ qorannoon geggeefamu waajjira poolisitti?
▪ Mana Murtiitti yeroo jecha amantaa kennumoo?
▪ yeroo himatni A/A dhaddachatti dhiyaatee gaafatamu?
yakki amantaa hirrisuu raawwateera yookin hin raawwane jechuu
dandeenya????????
Dhimma kana ilaalaa…
Galmeen kun kan eegale himannaa A/A gaafa 22/6/2014, L/Galmee MM 66675 ta’e irratti Mana
Murtii Ol’aanaa Godina Shawaa Bahaatti dhiheesseenidha.
Himannaan dhihaates, Himatamaan Waaqayyoo Daadhii jedhamu, labsii farra malaamaltummaa
lakk. 881/2007 kwt. 31(1) irra taruun miliishaa ganda ta’ee Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosat
ganda Agamsa Coqorsaatti osoo hojjechaa jiruu faayidaa isaaf hin malle argachuuf ykn nama
biroof argamsiisuuf yaaduun gaafa guyyaa 8/6/2014 halkan irraa sa’a 8:00 yoo ta’u meeshaa
waraanaa lakk. SKS 1715562 tokko fi rasaasa firii 5 tilmaamni gatii isaa 3302.28 fi gatiin rasaasaa
tokkoon 17x5 walumatti qarshii 85 ta’e, nageenya hawwaasaa gandichaa akka ittiin eegu qaamni
mootummaa hidhachiisee jiru kan hojii ajajameen raawwatee mootummaaf akka deebisu yeroo
gaafatamutti waan deebisuu dhabeef yakka amantaa hiri’isuu cimaa raawwachuutiin himatameera.
Itti fufee…
Himatamaanis jecha amantaa waakkii isaan meeshaa fuuchuu osoo hin haaliin meeshaa
kana hidhadhee hojii eegumsaa irra osoon jiruu anaa rafee jiruu namni na jalaa fudhatee
jechuun ibseera.
Ragooliin A/As dhihaatanii meeshaa kana himataman hidhachuu fi himatamaan kun
meeshaan na jalaa bade jechuu ibsaniiru.
Manni murtiis kwt. Himatamaan jalatti himatame jijjiiruun 677 (2) jalatti akka ofirraa
ittisu ajajeera.
Himatamaanis raga ittisa akka hin qabne ibsateera.
Manni murtiis murtii balleessummee yeroo kennutti sababi jijjiirraa kwt kanaaf kaa’e,
Itti fufe…
• Seerri yakkaa kwtn 677 (1) (b)’n namni kamiyyuu itti yaadee faayidaa hin malle
ofiif argachuuf ykn mana biroof argamsiisuuf osoo hin ta’in;
• qabeenya mootummaa ykn ummataa kamiyyuu imaanaan itti kennaman
miidhaan akka irra gahu kan taasise yoo ta’a akka gaafachiisu tuma,
• gochi kun dagannoon yoo raawwatmu immoo muraa xiqqa lama (677 (2)) jalatti
akka gaafachiisu tuma.
• Himatmaan kunis miidhaa dagannoon gahef akka of irraa ittisu ajajamus iyyata
dhiheessen raga ittisaa hin qabu waan jedheef of irraa hin ittifne jechuun
balleessaadha jechuun adabbii kenneera.
Gaaffii
M/M/ Waliigalaas.
Murtiin mana murtii jalaa hin komachiisuu ragoonni A/A kan
mirkaneessan himatamaan ta’e jedhee itti yaadee kan raawwate
ta’uu osoo hin taane dagannoon gocha kana kan raawwate
waan ta’eef yaada jedhuun murtii mana murtii jalaa cimsaniiru.
Dhimma kana ilaallaa
Dhimma Mana Murtii Olaanaa Arsii lakk. Gal. 99061 ta’e irratti ilaalamee murtii
argatedha.
Dhimmichaaf ka’umsa kan ta’e himmannaa A/A, himatamaan kun Labsii lakk. 881/2007
kwt. 31 (2) bira darbuun faayidaa isaaf hin malle ofii argachuuf ykn nama biroof
argamsiisuuf yaadee Yuuniyenii Aarbaa Guugguu keessatti konkolaachisaa ta’ee yeroo
hojjechaa turetti qabeenya dhaabbatichaa kan ta’e Tiraaktera qonnaa gost YTO-130
lakk.Gabat Liyu OR 1239 meeshaa guutuun waliin baasii godhee fudhatee booddee otoo
ittiin hojjetuu turee booda yeroo keessi isaa ogeessaan qoratamu meeshaalee garaagaraa
tilmaamani isaa qarshii 107,200 ta’u hirri’isee waan argameef yakka amantaa hirrisuu
cimaa raawwateera jedhamee himatameera.
Itti fufee…
• Ragooliin A/A dhihaatanii himatamaan kun konkolaataa fayyaa fi guutuu mallatteessee
fuuchuu isaa mirkaneessaniiru.
• Akkassumas konkolaataa Kanaan hojjechaa erga turee booddee meeshaaleen tarree
himannoo keessatti dhihaatan sababa keessaa hirrateef Yuuniyenichi kokolaataa
himatamaa harkaa fuuchuun hojii irraa dhaabee turuu ibsaniiru.
• Manni murtiis gocha ittiin himatame raawwachuun himatamaa waan irratti
mirkanaa’eef akka ofirraa ittisu jedheera.
• Ragoonni ittisaa himatamaan dhihaatanii, meeshaan jedhame garaajiitti qabamee kan
jiru ta’uu, kunis sababa Yuuniyenichi maallaqa abbaa garaajiitti hin kanfalin hafeef
akka qabsiisaatti kan qabatee jiru ta’uu ibsaniiru.
Itti fufee…
• Labsiin 760/2004 haala addaan የወሳኝ ኩነት ሰነዶች ስለምመለከት በሙስና ወንጀእልነት
መታየት አግባብነት የለውም yaada jedhu AA Federaalaa ni kaasa. Yaada kana
akkamitti ilaaltu?
• Labsiin 881/2007 hojjettoota mootummaa labsii biroon yakkichi haala addaan
kan hin haguugamne yoo ta’e irratti raawwatiinsa qabaata? Falmiin jedhus
jiraa?
• በሙስና ወንጀሎች የተደነገገዉ ጠቅላላ መንግስታዊ ሰነዶችን በሀሰት ስለመስራት ይመለከታል፤
• በለሎች በልዩ ህግ ክልከላ ላልተላለፈላቸዉ የመንግስት ሰራተኞች ላይ ተፈፃምነት ይኖረዋል፤
• በልዩ ህግ የምገዙት ብልዩ ህጉ መክሰስ የተሻለ ይመስላል።
Gaaffii itti aanee ka’u… • Seerri addaa dura bahe seera waliigalaa booda baheen
haqamuu ni danda’aa?
• Haala addaans seera baaftuun ifatti akka haqamuuf kan
tume yoo ta’e malee.
• Kanaaf labsiileen galmeessa sanaadaalee, waraqaa
eenyuummaa ilaallatan haqamaniiru jechuun
rogummaa hin qabu.
• Dhimmoota isaan ilaallatan irrattis raawwatiinsa ni
qabaatu jechuudha.
• Haa ta’u malee labsii 881/2007 kwt. 36 akkamitti
ilaaltuu.
ITTI FUFEE...
Gaaffii marii
Ka’umsi dhimmichaa Abbaan Alangaa Godina Addaa Adaamaa himannaa mana murtii
jalaatti dhiyeesseen iyyattootni ammaa Labsii Yakka Malaammaltummaa Ittisuuf Bahe
Lak.881/2007 keewwata 23(3) darbuun mirga yookiin faayidaa hin malle argachuuf
yookiin nama biroof argamsiisuuf yaadanii gaafa 04/02/2014 sakatta’insa qaamolee
seeraan tasa taasifameen waraqaa eenyummaa sobaa waan isaan harkatti qabameef
yakka sanada mootummaa sobaan fakkeeffamee hojjetameen tajaajilamuu raawwataniiru
jechuun keewwata walfakkaatuun dhuunfaa dhuunfaatti kan himataman yoo ta’u,
iyyattootni yakka itti himataman kana mana murtii jalaatti dhiyaatanii haalanii
falmaniiru.
Itti fufee…
Manni Murtii Ol’aanaa Godina Addaa Adaamaas falmii bitaa fi mirgaa dhagahuun ragaan
erga qulqulleessee booda iyyattootni ammaa waraqaa eenyummaa sakatta’insa tasaa
taasifameen isaan harkatti qabameera.
Waraqaan eenyummaa qabame kun qaama kenne jedhame irraa yommu gaafataman kan
isaan biraa hin baane ta’uu waan mirkanaa’eef iyyattootnis ragaa ittisaa akka dhiyeeffatan
gaafatamani illee hin qabnu waan jedhaniif sanada mootummaa sobaan fakkeeffamee
hojjetametti beekanii fayyadamuu isaanii mirkanaa’eera jechuun tokko tokkoo isaanii
labsii farra malaammaltummaa ittisuuf bahe lak.881/2007 keewwata tokko tokkoon isaanii
itti himataman keewwata 23(3) jalatti balleessaa taasisuun tokko tokkoo isaanii hidhaa
cimaa wagga 3(sadii) fi adabbii maallaqaa qarshii 1,500(kuma tokkoo fi dhibba shan)
adabeera.
Itti fufee…
Adabbiis ilaalchisee miidhaan gahe osoo hin jiraanne adabbiin ulfaataa kan
nurratti kenname dogoggoora dha.
Gochi itti himatamne Labsii Lak.881/2007 Keewwata 23(3) kan guutu miti.
Waraqaa foorjidii ta’uu osoo hinbeekin baafannetti yakka malaammaltummaan
osoo aangoo tokko illee hin qabaatiin adabamuun keenya dogoggoora waan
ta’eef akkasumas miidhaan gahe waan hin jirreef; maatiin bulchinu rakkoof kan
saaxilaman waan ta’eef kun hundi nuu ilaalamee murtiin jalaa diigamee bilisaan
akka gaggeeffamnu yookiin adabbiin akka nuuf daanga’u yookiin adabbiin
bu’uura S.Y lak.86 fi 179- C tiin akka nuuf salphatu jechuun gaafataniiru.
Itti fufee…
• Mirgi wabii mirgoota bu’uuraa yoo ta’u Heera RFDI kwt. 19 jalatti
tumameera.
• Garuu, mirga bu’uuraati yoo jennu mirga gonkumaa hin daangoofne
(Absolute right) akka hin taanee fi kan dhorkamu ykn daangeeffamu
ta’uu kew.19(6) ni tuma.
• Labsiin lakk. 434/97 qaamota yakka qorachuu danda’aniif aangoo fi
haala mirga wabii itti eeguu danda’an kenneefi jira.
• Labsiin kun labsii lakk.882/2007 kwt.3/1/ jalatti
fooyya’eera.
1. Adeems Itti Qorataa poolisiiin mirgi wabii eegamu…
❖ yakki raawwatame jedhame shakkisiisa yoo ta’e ykn namni qabame yakkicha
raawwachuusaaf shakkisiisaa yoo ta’e,
✓ Prima-facie evidence kan hin jirre yoo ta’e…
✓ Raawwatamuu yakkichaa shakkisiisaa yoo ta’e…
✓ Eeruun hin jiru jechuu miti…
❖ Akkasumas yakki raawwatame jedhame adabbii cimaa ta’een kan hin
adabisiifne (labsii 434/97 kwt.4(2))
Mana Murtiin mirgi wabii kan eegamu…
• Gama biraatiin, waa’een qabeenya bu’aa yakkaa fi firiin argamsiise yoo jiraate
adeemsa mootummaaf galii gochuu labsii lakk.882/2007 kwt. 34 jalatti kaa’ameera.
• Hanga qabeenyaa galii ta’u murteessuun walqabatee qabeenya himatamaan argate
ykn bu’aa argate ykn firii qabeenya yakka irraa argame ykn hanga miidhaa
geessiseen wal gitu deebisuuf akka dirqamu tumeera.
• Akka waliigalaatti qabeenya deebsiisuun walqabatee adeemsi hordofamu labsii lakk.
882/2007 kwt. 29-34 jalatti karaa lamaan raawwatamuu akka danda’u tumaalee
kanneen irraa ni hubatama. (adabbii fi Himata H/H)
Gaaffii marii
በሙስና የተገኘ ወይም በሙስና የተገኘ ባይሆንም ለደረሰዉ ጉዳት ወይም ለተገኘ ጥቅም ማካካሻ
ሊሆን የሚችል ተመጣጣኝ ንብረት ማሳገድ የህዝብ ሀብት ማስመለስ ከፀረ-ሙስና ትግሉ አንዱ
ዘረፍ ነዉ፡፡
Qabeenyichi kan uugguramuuf akka hin banneef, hin geeddaramnee fi hin
dhoksamneefidha.
Gaaffiin ka’u…
• Yoom uggursiifamuu danda’a?
• Qabeenyi ugguurumu qabeenya akkamiiti?
• Eenyuun ugguramuu danda’a? fi kkf
Kanaafis seerri yeroo deebii kennu…