Download as pptx, pdf, or txt
Download as pptx, pdf, or txt
You are on page 1of 11

Waajjira Paartii Badhaadhinaa

Gabaasa Kurmaana 2ffaa


Damee Sab Qunnamtii fi Yaada
Ummataa Aanaa Qumbii
Baafata
• 1, Seensa _______________________1
• 2, Kaayyoo ______________________4
• 3, Mul’ata ______________________5
• 4, Galma _______________________6
• 5, Duudhaa _____________________7
• 6, Toora Xiyyeeffannoo ____________8
• 7, Bu’aa Toora Xiyyeeffannoo _______10
• 8, Xiinxala Haala Waliigalaa _________12
• 9, Hojiilee Gurguddoo Sab-Qunnamtii fi
Yaada Ummataa _________________16
• 10, Hojii Sab-Qunnamtii ___________17
Itti fufa.

• 11, Hojii Yaada Ummataa ______________ 20


• 12, Hojii Toohannoo fi Hordoffii _________23
• 13, Hojii Gamaaggamaa fi Madaallii _____25
• 14, Hojii Badhaasaa fi Beekkamtii ______ 28
Seensa
• Biyyi keenya Badhaadhina Hunda Galeessa,
Sirna Dimokraatawaa federaalawaa Dhugaa,
Nageenya Waaraa mirkaneessuuf Barii
Jijjiiramaa irraa jalqabee waan Baayyee
hojjatteera.
• Raawwiileen Biyya Keenya Boonsisan
kunneen hundi Taligaa fi Gaggeessummaa
Paartii keenya Paartii Badhaadhinaatiini.
Itti fufa…
• Badhaadhina Roga siyaasa,diinagdee fi
hawaasummaatiin Galmeessaa jirru keessatti
gaheen sab-Qunnamtii kan hin tuffatamneedha.
• kuniis waan baayyeen kan ibsamuudha yeroo
jijjiiramaa qacalee juntaan buruysuuf yaale
dargaggeessi keenya akka humnaaf hirmaatu,
ummanni keenya jijjiiramicha hambisuuf
ilmaansaa eebbisee akka gara waraanaa ergu. RIB
Hamilee ummataa argatee akka diina waraanu
hojiin sab qunnamtii hojjatame Baayyee
dinqisiisaadha.
Itti fufa….
• kun hundi yaada keessa galuudhaan hojiin sab qunnamtii
fi yaada ummataa bifa bifa gurmaa’insa guutuu qabuun
hojiilee qunamtii ummataa miidiyaa fi kominikeeshinii akka
hojjatamu paartiin badhaadhinaa roga kanaaf xiyyeeffannoo
kennudhaan hojjachaa jira.
• Hojiin Sab-Qunnamtii fi Yaada Ummataa Sadarkaa
keenyattiis haaluma wal fakkaataadhaan kan hojjatamaa
jiruudha.
• Hojii Sab-Qunnamtii fi yaada ummataa dameelee lama
gurguddaa kan qabu yommuu tahu.
Sab-Qunnamtii

•1, Qunnamtii Fuulaa fi Fuulaa


•2, Qunnamtii Halaalaa
Yaada Ummataa

•1, Odeeffannoo Fuulaa Fuulaa


•2, Odeeffannoo Halaalaa
Itti fufa….

•Qunnamtii fi
Odeeffannoo
•Miidiyaa
Miidiyaa

1, Miidiyaa
Idilee
2, Miidiyaa
Hawaasaa
Itti fufa…

You might also like